Linki Garre Imoo Qurana We're talking about GALMEN KENYA BANADHA BARNONII MISOMA NAMA BACHUU FEDHU HUNDA NI SIMANNAA KOTA GALMAWA📗🌹. Click the link to join us! s.imoim.net/mHGhrD?from=copy_link
Ani taniin siin ja'u yaa sa'iidoo intaltii tuni jiruu tee kheessatti baasa si baasuuf teessii haqa sumayyaafi ilmaan kheetii haalan ofirraa eegi yoo aakhiraa dhabuu hin feene
Of jallatuun wohii mal kun bultiif hin tatuu sabir qabetii sumayyati maltu dhufaa isinu kana hunda isa isiin itti hojattan tessee si egatee atii yo dhugaa rabbiin bettee kanara fiqadayuu fudhachu hin qabdu worra keettif ilmo kee demtee ilaluu kun marratu wohiiti summayyanu nagan yo manati si galchitee dhugaan nama sabir qabetii kan jedhamu isidha
Linki Garre Imoo Qurana We're talking about GALMEN KENYA BANADHA BARNONII MISOMA NAMA BACHUU FEDHU HUNDA NI SIMANNAA KOTA GALMAWA📗🌹. Click the link to join us! s.imoim.net/mHGhrD?from=copy_link
👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️
Ishaa aallaa
❤
❤❤❤
Nafxaanyan sun sigadhidhiftu sanif shakite intalon
Isaan lachuu haqaa isaanii waalqixaa eeguun dirqamaa waan ta'eef summaya biraa deemuun dirqamaa ❤❤
Mucaatiin of jaallaatii namni akkana jireenyaaf hin taatuu rabbii siif haa lafiisuu Abu Jamila 🫣😐
Usii zimii jetaa iyitaa dhegaddaa fudhee hadhaa gattee demaa mo namni ji.aa 2 wojin hin jirane bar garuu jarii yutubi gudifatuf kijibbu garuu os dhugaa teyyuu dhugaa qabdii ayuni😢😢
Akkasi hin jedheni dhugati jaalati kanafii😢
Maatii naa ta'ii lubbuu
Diramaa ajbaa hojetan dhugaa itti fufaa nuu boharsaa❤❤🎉🎉🎉
Amalee xiqoo isii wojin bashananii bashanasisii kahii demii garaa si nyatuu yeroo utuu batii tokolee hin xumurin demun❤
anaa ha nyatuu dhugaa rabii jalalii kunii malumaa silaa ya saidoo xiqoo turii maloo akaa ijolee ke yadee bekaa garuu mali gonaa ayuu rabii ilmoo saidoo fakatuu sifi ha kanuu sababii isaa itii obsitaa yokaa sumyaa Ethiopia fidii saidoo ayuu hini maratii dhuga rabii 😢😢😢❤❤❤💔💔💔💔💔
😂😂😂😂😂😂😂
Jalali jamadhaa maratusi walaltusi nama fakkessa 😥Dhugaa gara naa nyatee ayuni jiuma lamalee tahu walini turuu qabaa ama achi demuu debini issa fagachu dandahaa kophaa teti 😢
An dura Ayyuu baay'ee jaaladha ture wlh hadha jibbee maali faaraan jaalala jechuun nama jaalatan saniif tole jedhanii waan inni jedhe wojiin jiraachuudha maali baalagee bultiin hin taatu tun
Sirii jaate
Tunii of jalatii gizee bektee ittii sentee amaa maf akkana godhatii aja,ibaa walayii
Wallahii wanii shakuu boodaa sumaaya ajeese yookani ufii ajeesa jetin yokani ijoolee tee ajeese yoo atii didee ufii ajeesa jetini me egaa yaa sumaaya raabbi isiihaeguu ijoolee 😢😢😢😢😢😢😢
Asadhumaa keessan hunduu sobaa natii fakchuu jalaqabee Wly Ayyun kunii of malee namajalatuu😢😢
Biyyana bara akkamii keessa jirra na fuudhin cinqii hin deeminiin cinqii yaa rabbii
Dhugaa keettii siima argee dubii
😂😂😂😂😂😂😂😂
አራ ሁለችን በምየግባበን ቋቀ የዉሩ የምትሉ በለይክ😢😢
Muskiina tiyyaa jaalal ijoollummatu itti jiraa kanaaf dhamaati😢😢
Kamani abbo
Sila akkanni ijolleen qabu itu beettu itti erumte mini abbaf ijollee addabaasuun manniga😢😢😢😢
Maatii naa tahaa❤🎉rabbin duniyaf aakiraa isini haa tahu❤🎉
Ani ummata comments kanattu garaa na nyaata waan hundaa dhuguma sehan 😅
Ee miskiina dhugaa😂
😂😂😂eee dhugaa jetee ans akkasumaa gara naa nyatan
👌👌👌👌👌👌❤❤saido umurii dheradhu wly ❤
Wlh Ani hin soban jedhaa umani kun😢😢😢
Yes
Anaa besisatuu natii dolee dhugaa rabbii mashaa allaah mashaa allaah mashaa allaah bisisaa ajaibaa bisisee ❤❤❤❤❤❤
Waliya summaya misikina tiyya 😢😢😢😢 rabbii siif haa biramatu
Kkk waa hidhani tumaa jiru rabbi biramatafi issin dhadhamtee ilmani ira hortee calisi ayni miskinaa bagaa dhowitee😂
Jalaalii gamaa tokkaa akkan qabaa duraanis sii jalaaltee malee innii sii jalaalne😢 Rabbiin sii haa lafisuu😢
Sa.idon umra isa gutuu Hayyumaan pirank haa gotuu 😢
Dhugaadha ayyuuni waani sin ilalatuu baakee busiifi Sayidoo bari yoo ati baakee buftefi isheenis ijoolee isheeti sii obsiti ani oromumaafi isin jalana isin kabajaa waalin isif haawaa waqayyoo ilmoo isinf haa keenu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤
Wlh Saidoo ji a 3 takkaa bira turii gafaa isin desuu hin debitaa isileen akkasitii tasgabii godhatii ykn wan gatu setii dhugaa bayee si jaltii Ayuu❤❤❤
Badee micayonii tunii gara na nystii dhugaa rabbii❤
Dhugaa ketti wolih annu woliin boyee isii jalalaa ijoolumatu itti jiraa😢😢😢😢
Dhukaa ketii
Intala tana jibbee jiraa waqaa gowwaa😂🫤🫤🦙🦙🦙
Anillee jibe😢
Hojjiim kessaan nama jibbisisaa
Ayuu hin marattee moo dhugaa rabbi nagumaa waan qabduu mitti duraa akka ijollee qabuu argitee mitti Kani jirenyaa namaa sete amma moo ijollee sii gafachuu maa dhowiti ofi jalatuu 😉😉😉😉
Maali jechuudha hin deemittuu jechuun isheen achii haadha manaa mitti
Suumayyaan gamnummaa namni irrati hiin barree qabdi duubbiin isiin hiingale akka OROMOO miti
Ishiin amaradha abshaalumnishe akkuma riirmaati lafa jala deemti
Ayyuu RABBIItu siiti fuudhee muudhii hiidhadhu.
...
Maltuu sumayyaa si gafatee 😂😂😂maliyuu Yoo tatee jartii isaa hadhaa ijoolee isaati isee kun lafumaa Katee itti raratee😊
@faaxeelove8142 goondaree haadhakeeti diiqaalaa calliisii
Misiikina ayyuu wly garaa nyatee😭😭😭
Maljechu dha isiin ilmaan is atiis hin yaduu🥺🥺🥺🥺💔
🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 Wow 💞 Dhugaa jalalaa samyaa ❤❤❤❤Wwwwww
Diraaman akumaa itii fufee jiraa ka❤❤❤❤
Waaqa hin sodatanuu maloo umataa akanaa hin godhinaa😢😢😢😢
Saido wallahi ayyun of jaalateti baqaa ama waa hundaan sosodachisuun maali waan fedhes ta'u sumiyanis haqa qabdi daa'imti tee hoo dabalataan waa hundaaf of ajjesa jechaa yoo olte maal jireenya ree inde maati ishititi himi keessayu haadha ishii seeran marisisi yaa gorsitu laakin rakko guddadha akkati eci atis cinqamte jidduti deemi warrati himi wallahi
Otoo waan dhugaa tahee waabiin jaalallee ishee duraa tahee wajjin in jiraatu akkati irraa fuudhatee sa'udoon ,kun filmii keesaan kutaa itti godhaame akka dhumaa isaa arginuutti😮😮😮
In jiruu waan akkas warri yaada kiyyaa kun sirriidha jettan like godhaa maatii naaf ta'aa asumaan😅
Silaa mucaatiin tun fayamaa qabdii jirenyaa isaa ilmaan isaatiif hinnyadduu
❤❤❤❤❤❤sabiskiraib godhi shergodhi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuguddisa
Dubarati fi ijoole tokkuma sasobi ijoole lali ❤❤🎉🎉😢😢😢😢
Wobii baguma Rabbin siraa qabae Hayuu
Biraa turuu qabdaa sidoo jiaa 2. 3tii miskinaa wolhii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugadha anis akkas yadeni malii amma fudhe demun hin ta,uu😢garaa na nyatee 😢😢
@AyantuBortula eeee wolhii dhugaa garaa namaa nyatii
Dhugàa dha 😢😢
Intalli tun marziidha dhugaa yoo ijollee asitti dhalee achi deeme hin turu jechuun ishi warra isinif galee Mee yoo ansrra ilmo argate yeman deemu hin barbaadu jechuudha ishiti akka yaada ishitti ijolleesaa hin argine jettani ajaa'ibaa
Haqqi jara lamanu egutu sirra jirata rabbin birati era gafatamta 😢😢😢😢
❤❤❤❤❤mashaall Aallh
Hin qufnee wani itti herumtefii😅😅😅😅😅
😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂
😂😂😂
Dhugaa dubbachufi bayyee qalbii namaa cabsaa ayyuu Dhugaa qabdii xiqqoo turrii said hangaa ishen gartii battuu
Duraa bay,emaa tettee yaa saidoo mee wojin turi ji umaa takka lamaa😢😢❤😢❤😢❤
Ani taniin siin ja'u yaa sa'iidoo intaltii tuni jiruu tee kheessatti baasa si baasuuf teessii haqa sumayyaafi ilmaan kheetii haalan ofirraa eegi yoo aakhiraa dhabuu hin feene
Yaa saidoo sumayan waa sii gotii of egadhuu 😢😢😢
hin jedhamaa Akaan wanumaa hundaa dubataan lafati haaftaan umaan kenyaa malin gidhaa osoo sin jetee mali jetaan mee Ammaa 😢😢
Ayyuu rakate dhuga narifachifote 😢😢😢😢😢 me wari Ayyuu jalatana subsacirb tolochaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga dhorkiite ilmaan haadha birraa jirtii maalii tatii Ayuu❤❤❤❤💪
No
Subanllahha bara akami kesa jiraa
Dasaa jedhuu waqaa 🥺🥰🥰
Jalalaa dhugaa jechunii akanaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢A❤❤❤😢😢😢😢😢S❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉0🎉
Zara ina chandir jetee sumayyan😂😂
Ayuu ❤❤❤❤❤❤❤
Mucan kun jalala dhuga jalaati miskina ❤❤
Mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊
Maaalifiii nuti himaataree😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂ergaa dhoskitee
Isan hin argani numatu arga😂😂😂😂😂😂
Sa ayuun tun Akka waan maraatteeti moo akkam
Uuuuuuuuufff wollahii garaa naa nyattee 😢😢😢😢😢
Namitin tiyaan naa basii
Dhugumaam Saidoo Baddi Guddaa Qabda Maal Isiin Mushuuraadha Mitti Wansaaho Maal Jechuudha Xiqooshe Ayyuuf Yeroo Hin Kennitu❤❤❤❤❤❤
Dhuga jete
Sa'iidoo ilmaan keefi summaayyaa gara biyya gafadhu.
Ayii Carra Kee Kana Saidoo 💔🥲
hayyu ayyamifi saido atis ji .aa lamasi tatuu wali turii kalessuma futee osso issin jalalaa sifi qabu hawwi bahin biraa demtaa jallala hawi bahani garu hagasunma biraa turuni barbachisadhaa dubartidha issi haganaa yoo bira demtuu qalbini wani argitee waswasti ega itti sente bira turu qabda jolleni kee homaa tahani hadhaa bira jiru 😢😢
Wly natii dhagahmee isinisii dhugaa qabdii xiqoo biraa turuu qabadaa saidoo❤❤❤
Shallee wollaay jarsaa namma futee akkan gotii
😂😂😂😂😂😂😂🎉😂😂🎉
Ayyuun dhugaa isitii Garaa namanyti 😢😢😢
Saido Ayyuun dhugaa Qabdii
Haa xiiqqaatu baatii tokko akkamii Wajjiin hin turtu.
Ergaa itti Galtee Miiraa ishee Egiifi🖐️
Anuu durumaa bekee akkaa isheen akkanaa jettuu wanumaa bekee ta'ee dhugaa 😢😢😢😢😢😢carraa kee yaa sayiidoo sittii fudhee rabbiin
Dirama keessani hin dhumu abbo gadii hin dhisin waan akkana
Fayya qabdii garuu yeroma takka waan gaarii hin dubbatu
Uuuuuufffff dhugaa qabadii namaa marati ❤❤❤❤❤❤❤ abshiriu
Soba kesaan jibee ani 😊
Of jallatuun wohii mal kun bultiif hin tatuu sabir qabetii sumayyati maltu dhufaa isinu kana hunda isa isiin itti hojattan tessee si egatee atii yo dhugaa rabbiin bettee kanara fiqadayuu fudhachu hin qabdu worra keettif ilmo kee demtee ilaluu kun marratu wohiiti summayyanu nagan yo manati si galchitee dhugaan nama sabir qabetii kan jedhamu isidha
Yaa saidoo mucaan kun hedu sijalaatti batii lama ykn sadii wojiin turii kahi demii halaa mijafadhuu giduu demii adaaraa garaa ittiin jabatiin
Yaa sadi,o yemanini badee sumanin waa siti gotee ayuu si walalchifti
Xiqoo tuuri deemi saaido 😢😢😢
ATi maali Akkaas of Qofaa Jaalataa Ayuu Sumayyanilee shamara Akkaa keeti baari Akkaas ta,uun Gaarii miti wly of Sirees
Jarrii kon diramaa hojjaatit moo dhugaa dha yaa oromoo koo😢😢😢
Mee warii akaa kiyaa fidiyoo tanaa duraa lalee laik godhaa
Ayyun maalumatuu isi tuqee kaa sittii heertumatee fi jireenyaa keessan kan diramaatii
Rabii si haa lafisuu Sayidoo wollahi Ayunilee jalalumaa ketuu kana hundaa gochaa jiraa hundaa si haa dandesisuu
😢😢😢
Kana faraa. Intalaa rabbii sitti qabee yaa sa, idoo
Osoo isilaammummaa qabaatee kana hunda hin taatu isilaamni waa hunda iirrattuu obsaadha
Tiyuumaa nabasitii jirtii ayuun rabbumattuu sitti fidee baraana sa'idoo lahowlaa walaa quwatta illaahbillah
Ayiii sayido Rabbiin sii haa gesuu😢❤
Lakkii sa'idoo hanganumatii biraa hin deemiin ji'aa lama sadii biraa oso hin ta'iin😢😭
Nagan deemii debi,ii saido & ayuu isin jaladhaa❤❤❤
Jalala dhugaa sirra qadii dhugaa rabbi mashala alha mashalaa alha ♥️ gatee demini
Mee warri akka koo wabbin sin gadisise😢😢
Saidoo simaatu jarjare bannat SI jalati mucaani yaada kettiniyu hin midhamtu osoo hafetyu jalaali ijoluma nam miti sanu uuuf rabbin Sif ha lafisuu ❤❤❤ jabbessi amaana sitti ha tatuu
Jabbessi garaa na nyaatu Jalaala dhugaa sif qabdi atis heddu nama gaariidha ufitti qabi Akka rasulaluh saw ashia jalaatanti jalaadhu
Mali namni akkanti ofjaltu wly sayido hin hafin ijole te isi chalaa si yade
Baqaa hatii ilmoo kabaaja hin qabduu jechuudha gafaa isheen kotuu jetee si egaa Turtu maalif kabaaja ishee hin dhagaayin
❤❤❤😢❤A ❤S ❤S 🔐💔❤🎉😢Duu een aragama oso Atii duute argamatehu hin hafu ilimo tiiya ara Saido Hojii ke nyadhu🤣 dhuga jete Garu Ayuu dubii dhisi hademu
Atii osoo xiqoo hin xuree akmiiti demtaa jaalala isnii sirraa qabduu osoo hin qufnee gatee demtaa
Sii jalatii Atii hagamiitii biiraa demufii dhugaa qabadiiu❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Seenaa hoojete Ayuun dhuga brabbii 😍😍😍🙏
Mucatinii shexanaa qabdii maratuu kanaa wojinii manaa jiirchunii jabadhaa
Saido.bayee.nama.gadisitaa dhugaa eshii.yero.hudaa