ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
SHare Yoo gootan natti tola , eebbifamaa !!
Biqookoo Jabduu mucaa Yesus! Ammas dachaa eebbifami!
❤❤❤❤❤
ምን እንደምል አላቅም እንዳንተ አይነቱን ያብዛልን በብዙ ተባረክ❤❤
May God bless you
Sadhaata faarfannaan ittiin faarfatamu kan eegee fi gara olii gara Kiristoos akka yaadan kan nama godhuudha! faaruun kee❤❤ itti eebbifamneerra siachis itti eebbifamna ❤❤ Love and respect ❤❤
Ebbifami Waqayoo si ha'ebbisu❤farfanan kee hundinu bayee namatii tola
Biko wanti farfattoota baayyeerra adda kan si godhu yoo jiraate farsaanke hundisa wa'ee Yesuus qofa dha (Christ centered songs). Kanaaf baayyen farsaa ke jaalladha! Ayyaanisa sirratti ha dabalamu dhugaa! You're blessed!
Amaizing Gad bless You
Dhaggeeffachuu dhaabuun hin danda'amu dhuguma 'faarfannaa' dha. Nuuf eebbifami!
Isuma ati ragaa jettee waaqessitu tokkotu na boqochisaam dhugaadha Eebbifami bqikoo❤Waaqefanna ani jaalladhudha
Dhugaa jete ebbifamii atis ❤❤❤
wow dachaa dachaa ebbifamii kana caalaa ayyaanni waaqayyoo sif haa baay'atuu. baay'een itti ebbifamee
Blessed 🙏🏽
Ati kennaa waqaayyooti jabadhu jabaa nama❤❤❤
Ameen bikoo
Dhugaadha baayyeen ittiin eebbifamaa jira faarfannaa Mootummaa Waaqayyootti ol nama butuudha. Eebbaaf ta'i Biqoo Keenya
Bikoo eebbifami! Ati faarfataa ayyaana isaan dibameedha! Jabaadhu beekamtiinis beekkamtii dhabuun siif homaa miti! Itti beekta! Baraa kee kana caalayyuu gad ofdeebisi isa faarsi!
eebbifamaakoo isan afuurattis foonittis jaalladhu❤
Bkila Nama Waaqayyo Hubataafi Ogeessa. Waaqayyo Caalchiseetuma Waan Hundaan Siyaa Eebisu.
Great, God bless you for such blessing songs!!
Waaqayyoomti barakee haa ebbisuu Bikooko maloo maloo lubbunkoo, foonkoo ,jireenyaa kotu itti boqootee
Amen amen amen ebifamii biqoo❤❤
Biko ko maal maal dinkida Bayyeen jalaada🙏🙏❤️❤️
Bikoye wendme Amazing Album Yegeta mnefese yalbete new Geta abezeto yibarekeh God bless u more
❤❤❤❤ ebbifamii ❣️ farfanan album yero hedduu dhagefadhee bayee nati tole qaban'aa❤❤
Mataa dhiiraa jabaadhu. akka kanan kiristos isaa nuf fannifame farfaafadhu. Nu qaabbanesite Qaabana argaadhu. Eebbiifamii.
Biqookoo waaqayyo barakee gutuu haa eebbisuu. tola fudhatee tola nuf latee! you're exceptional!
Wow Waaqayyoo Sii Haa Eebbiisuu Eebbiifamii ayyanniichii dacha siif haa baay'atuu 🎉🎉🎉🎉 Baga waaqayyoo sii gargaaree 🎉🎉🎉🎉
ተባርክ በብዙ ፀጋ❤❤❤❤❤❤
Wow Waaqayoo si haa eebbisu❤❤❤❤
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen
God blsse you biko
Eebbifami Waaqayyo si Haa Eebbisu ❤❤❤
Wow! Thank you God🙏
Barii kee haa ebbifamuu baraa jirtuu homtuu sin danda'iin bikoo❤❤❤❤❤❤❤
Wow biqoo Ameeeen Ebbifamii nuf jiraadhu kanuuma caalaa darbii farfaadhu bara baraan🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
biqoo koo ebbifffamii waaqayyo ayyanna siif haa baayisuu
Dhugumatti faarfannaa kristositti nama butu🙏🙏
Bikooo waaqayyoo Sii Haa Eebbisuu baraa baraan Ayyaanaa isaa sii irraatii Haa Haambisuu Gooftaan koo❤❤
Ammmmmeeeeeen❤
God bless you 💓💓💓
Amen 🙏🙏
Bikoko🔥🔥🔥🥰
Eebbifami ammallee
Ebifamii biko❤❤
Amazing album 🥰🥰
Eebifamii Eebifamii Nama waaqayyo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Eebbifamii ATI Biko❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami ❤
Ebifaamii maquuma iyeesusin ijii haman sin argiin biqooko ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊
Blessed 🙏🙏❤
❤God bless again and again
Ameeeeen!! Ulfinnisaa Waqayyoof haa ta'uWaqayyo Barakee haa Eebbisu
Ebifaamii haadhoo Koo ❤️❤️
Waaqayyoo baraa kee haa eebbiisuu Farfaanna kee ani sa'aatii 24 yoon dhaageffadhe hin qoofuu dhugaa sababii isaas ayyaana waaqayyoo keessa jiraa kan nama boqaachisuu ❤
Blessings dear brother ❤❤❤ Bara bade akkana keessatti eerga gudda deebi'uu goofta waan faarfana kee gooteef ammas dacha dachaan Eebbifami.
Ameen Ameen
Hallelujah thank you Jesus 🙏🙏🙏😇
Amen amen ❤❤ebisuu waaqayyoo siyaa ebisuu yeroo yeroon dhagefadhee qufuun dhabdbee❤🎉🎉
Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu! Waaqeffannaa keetti jabaadhu! Faarfannoota keetti baayyeen eebbifa.
Eebbifamii🙌🏾🙌🏾❤️
Biqoo jallatama jabadhuu ❤❤❤
Amen Amen Amen Amen 🙏🙏
GOD BLESS YOU BIKO
Ayyaanichi Dabalee daddabalee siif haa baayyatu!!
Waaqayyoo kana caalaa sitti haa fayyadamuu! Eebbaaf ta'i Biqoo❤️
Eebbifami Biqoo
Ameen ameen 🙏 ❤️ 💖 ♥️ thanks bro
Biqo ebifami!
HALELUUYYAA HALELUUYY AMEEN AMEEN EBIFAMII HADHOO KOO ❤❤❤❤❤❤
❤❤ wawawuu waaqayyo ayyanasa siifhaa bayyisuu ammalle hafii jiradhu ❤️❤️ wonderful biqooo
Bikikoookooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Biqo Eebbifamaa keenya ❤❤❤❤❤❤
obboleessa koo waaqayyoon adabalee daddabalee sihaa eebbisu,eebbifam, umurii kanatti akkas hafuuraaf kennaa waaaqayyoo aja'aaibaatiin. Guutamuun badadhinna hunnaan oliiti🙏🙏🙏
You are so blessed ❤ can’t stop listening to this masterpiece ❤
Waaqayyo inni kennaa kana siif kenne haa ulfaatu! Fayyaa ta'i Ayyaanni siif haa baay'atu Biqoo.
Walumaagaaltti eebbifami siin jechuun barbaada eebbifami Biqookoo!
Dhugumaa gooftaa koo sii haa Ebbisuu farfaannaa kee jaalalaa yesus naa Barsisee!!!! akkumaa kanatii itt fuffii jabadhuu dhabadhuu❤❤❤❤
Waaqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamiii ayyaannichii dachaa sii haa baay.atuu
Wow Amazing message and Songs. Biko Ayyaanichi dachaa siif haa baay'atu 🙏🙏🙏🙏.
What Blessing songs 🎵
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen eebbifamii dachaa dachaa biqoo❤❤❤❤
Eebbiffaami waqayyoo Amma iyyuu ayyaana isaa sif haa baayisuu obbole koo
Ebifami baye it ebifamineraa😢❤
Barake aebisu🙏🙏❤️
God bless you ❤❤ biko
Slow and sweet song God bless you
Ameen waaqni sii haa eebbisuu
Bless you more dear 👍
Ati eebbadha nuuf.waaqayyoo sii haa eebbisuu Biqo
Ebifamaii❤❤❤❤❤
ameen ebbifami
Biqo koo Nama dhuguman ayyaanni baayyaatef ati farfaadhu❤️
Ammeen Ammeen Ammeen Waqayyoo Gutuma Bara Ke Ha Ebbisu Ebbifamii B Qaxalee kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waa'ee Album kanaaf waaqayyo haa ulfaatu! Inni si eebbise Ayyaana, siif baay'ises isuma! 🥰Bara baraan Faarfataa Hafi Aabbee!!
Eebbifamii hafi❤❤❤
Waqaayoo sii haa ebbisuuu ebbifamii nama waqaayoo biqoo jabadhuu jabaa nama ❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami
Much blessings
Ameen ameen ebbiffami dachaan wqyo ayyanasa sif haa bayyaatu kanumaa
Waqayoo ayanasaa sif haa bay'isuu ebifamii dacha dachaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Blessed
SHare Yoo gootan natti tola , eebbifamaa !!
Biqookoo Jabduu mucaa Yesus! Ammas dachaa eebbifami!
❤❤❤❤❤
ምን እንደምል አላቅም እንዳንተ አይነቱን ያብዛልን በብዙ ተባረክ❤❤
May God bless you
Sadhaata faarfannaan ittiin faarfatamu kan eegee fi gara olii gara Kiristoos akka yaadan kan nama godhuudha! faaruun kee❤❤ itti eebbifamneerra siachis itti eebbifamna ❤❤ Love and respect ❤❤
Ebbifami Waqayoo si ha'ebbisu❤farfanan kee hundinu bayee namatii tola
Biko wanti farfattoota baayyeerra adda kan si godhu yoo jiraate farsaanke hundisa wa'ee Yesuus qofa dha (Christ centered songs). Kanaaf baayyen farsaa ke jaalladha! Ayyaanisa sirratti ha dabalamu dhugaa! You're blessed!
Amaizing Gad bless You
Dhaggeeffachuu dhaabuun hin danda'amu dhuguma 'faarfannaa' dha. Nuuf eebbifami!
Isuma ati ragaa jettee waaqessitu tokkotu na boqochisaam dhugaadha
Eebbifami bqikoo❤
Waaqefanna ani jaalladhudha
Dhugaa jete ebbifamii atis ❤❤❤
wow dachaa dachaa ebbifamii kana caalaa ayyaanni waaqayyoo sif haa baay'atuu. baay'een itti ebbifamee
Blessed 🙏🏽
Ati kennaa waqaayyooti jabadhu jabaa nama❤❤❤
Ameen bikoo
Dhugaadha baayyeen ittiin eebbifamaa jira faarfannaa Mootummaa Waaqayyootti ol nama butuudha. Eebbaaf ta'i Biqoo Keenya
Bikoo eebbifami!
Ati faarfataa ayyaana isaan dibameedha! Jabaadhu beekamtiinis beekkamtii dhabuun siif homaa miti! Itti beekta! Baraa kee kana caalayyuu gad ofdeebisi isa faarsi!
eebbifamaakoo isan afuurattis foonittis jaalladhu❤
Bkila Nama Waaqayyo Hubataafi Ogeessa. Waaqayyo Caalchiseetuma Waan Hundaan Siyaa Eebisu.
Great, God bless you for such blessing songs!!
Waaqayyoomti barakee haa ebbisuu Bikooko maloo maloo lubbunkoo, foonkoo ,jireenyaa kotu itti boqootee
Amen amen amen ebifamii biqoo❤❤
Biko ko maal maal dinkida Bayyeen jalaada🙏🙏❤️❤️
Bikoye wendme Amazing Album Yegeta mnefese yalbete new Geta abezeto yibarekeh God bless u more
❤❤❤❤ ebbifamii ❣️ farfanan album yero hedduu dhagefadhee bayee nati tole qaban'aa❤❤
Mataa dhiiraa jabaadhu. akka kanan kiristos isaa nuf fannifame farfaafadhu. Nu qaabbanesite Qaabana argaadhu. Eebbiifamii.
Biqookoo waaqayyo barakee gutuu haa eebbisuu. tola fudhatee tola nuf latee! you're exceptional!
Wow Waaqayyoo Sii Haa Eebbiisuu Eebbiifamii ayyanniichii dacha siif haa baay'atuu 🎉🎉🎉🎉 Baga waaqayyoo sii gargaaree 🎉🎉🎉🎉
ተባርክ በብዙ ፀጋ❤❤❤❤❤❤
Wow Waaqayoo si haa eebbisu❤❤❤❤
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen
God blsse you biko
Eebbifami Waaqayyo si Haa Eebbisu ❤❤❤
Wow! Thank you God🙏
Barii kee haa ebbifamuu baraa jirtuu homtuu sin danda'iin bikoo❤❤❤❤❤❤❤
Wow biqoo Ameeeen Ebbifamii nuf jiraadhu kanuuma caalaa darbii farfaadhu bara baraan🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
biqoo koo ebbifffamii waaqayyo ayyanna siif haa baayisuu
Dhugumatti faarfannaa kristositti nama butu🙏🙏
Bikooo waaqayyoo Sii Haa Eebbisuu baraa baraan Ayyaanaa isaa sii irraatii Haa Haambisuu Gooftaan koo❤❤
Ammmmmeeeeeen❤
God bless you 💓💓💓
Amen 🙏🙏
Bikoko🔥🔥🔥🥰
Eebbifami ammallee
Ebifamii biko❤❤
Amazing album 🥰🥰
Eebifamii Eebifamii Nama waaqayyo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Eebbifamii ATI Biko❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami ❤
Ebifaamii maquuma iyeesusin ijii haman sin argiin biqooko ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊
Blessed 🙏🙏❤
❤God bless again and again
Ameeeeen!! Ulfinnisaa Waqayyoof haa ta'u
Waqayyo Barakee haa Eebbisu
Ebifaamii haadhoo Koo ❤️❤️
Waaqayyoo baraa kee haa eebbiisuu
Farfaanna kee ani sa'aatii 24 yoon dhaageffadhe hin qoofuu dhugaa sababii isaas ayyaana waaqayyoo keessa jiraa kan nama boqaachisuu ❤
Blessings dear brother ❤❤❤ Bara bade akkana keessatti eerga gudda deebi'uu goofta waan faarfana kee gooteef ammas dacha dachaan Eebbifami.
Ameen Ameen
Hallelujah thank you Jesus 🙏🙏🙏😇
Amen amen ❤❤ebisuu waaqayyoo siyaa ebisuu yeroo yeroon dhagefadhee qufuun dhabdbee❤🎉🎉
Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu! Waaqeffannaa keetti jabaadhu! Faarfannoota keetti baayyeen eebbifa.
Eebbifamii🙌🏾🙌🏾❤️
Biqoo jallatama jabadhuu ❤❤❤
Amen Amen Amen Amen 🙏🙏
GOD BLESS YOU BIKO
Ayyaanichi Dabalee daddabalee siif haa baayyatu!!
Waaqayyoo kana caalaa sitti haa fayyadamuu! Eebbaaf ta'i Biqoo❤️
Eebbifami Biqoo
Ameen ameen 🙏 ❤️ 💖 ♥️ thanks bro
Biqo ebifami!
HALELUUYYAA HALELUUYY AMEEN AMEEN EBIFAMII HADHOO KOO ❤❤❤❤❤❤
❤❤ wawawuu waaqayyo ayyanasa siifhaa bayyisuu ammalle hafii jiradhu ❤️❤️ wonderful biqooo
Bikikoookooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Biqo Eebbifamaa keenya ❤❤❤❤❤❤
obboleessa koo waaqayyoon adabalee daddabalee sihaa eebbisu,eebbifam, umurii kanatti akkas hafuuraaf kennaa waaaqayyoo aja'aaibaatiin. Guutamuun badadhinna hunnaan oliiti🙏🙏🙏
You are so blessed ❤ can’t stop listening to this masterpiece ❤
Waaqayyo inni kennaa kana siif kenne haa ulfaatu! Fayyaa ta'i Ayyaanni siif haa baay'atu Biqoo.
Walumaagaaltti eebbifami siin jechuun barbaada eebbifami Biqookoo!
Dhugumaa gooftaa koo sii haa Ebbisuu farfaannaa kee jaalalaa yesus naa Barsisee!!!! akkumaa kanatii itt fuffii jabadhuu dhabadhuu❤❤❤❤
Waaqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamiii ayyaannichii dachaa sii haa baay.atuu
Wow Amazing message and Songs. Biko Ayyaanichi dachaa siif haa baay'atu 🙏🙏🙏🙏.
What Blessing songs 🎵
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen eebbifamii dachaa dachaa biqoo❤❤❤❤
Eebbiffaami waqayyoo Amma iyyuu ayyaana isaa sif haa baayisuu obbole koo
Ebifami baye it ebifamineraa😢❤
Barake aebisu🙏🙏❤️
God bless you ❤❤ biko
Slow and sweet song God bless you
Ameen waaqni sii haa eebbisuu
Bless you more dear 👍
Ati eebbadha nuuf.waaqayyoo sii haa eebbisuu Biqo
Ebifamaii❤❤❤❤❤
ameen ebbifami
Biqo koo Nama dhuguman ayyaanni baayyaatef ati farfaadhu❤️
Ammeen Ammeen Ammeen Waqayyoo Gutuma Bara Ke Ha Ebbisu Ebbifamii B Qaxalee kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waa'ee Album kanaaf waaqayyo haa ulfaatu! Inni si eebbise Ayyaana, siif baay'ises isuma! 🥰
Bara baraan Faarfataa Hafi Aabbee!!