ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Living legend Obbo Zalaalem. Great Work.
Great Poetry !! Amazing !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Fayyaa nuuta'i!
i like.........
Dr Zaloo si jaallanna!
Nufiii jiradhaa❤❤❤❤
Kun kennaa addaati. Waan waggaa dhibbaa daqiqaa torbaan ibsuun....
አቤት አቤት ዶ/ር ምን ላድርግልህ? የመቶ አመታት ሲቃይን በ7:34 ደቂቃ እንደ መስታወት ማሳየት ከፈጣሪ ጥበብ በተሰጠ ካልሆነ ከቶ እንዴት ይቻላል?
ይሄ የተረገመ ሀገር ነው። ዝንተአለም መሻሻል እድገት መሽሰልጠን የለም። ዶ/ር ብቸኛ የኦሮሞን የመቶ ዓመት ሲቃይ እንዴት በዝህ አጭር ደቂቃ መግለጽህን ሳስብ ጭንቅላትዎ በፈጣሪ ችሎታ የታደለ መሆኑን እረዳሉሁ። የተወሰኑ ተሰጥኦ ያላቸው ሰዎች በስትቀር ማንም እንደዝህ አይገልጽም። እድሜና ጤና ተመኘሁሎት።
Dr. Baay'eema ajaa'ibsiifataa keessan akkan ta'e sinitti himuun barbaada. Dhugaa dubbachuuf waanuma baay'een irraa baradhe. Kaasettii walaloo keessan kan 'malli maaliif?' jedhu of keessaa qabu sana bara 2003 ALI natti fakkaata, tasa jaarsi tokko bitanii teeppiisaa dhabanii gara mana keenya fidan. Achumanan dhagahe, achuman walitti hafne. Kaasettichis mana keenyatti hafe. Mee maaloo waa sin rakkisuu waraabbii walaloo keessanii isa walaloota afaan adda addaarraa hiikame sana dura Nan qaban ture; memory isaaf namatu najalaa galtee, dura tasan namarraa argadhe ture; ergasii garuu TH-cam kanarraa Nan dhabe; maaloo sin rakkisuu. Yoo TH-cam gubbaatti maxxansitan, yookiimmoo dhuunfaamaan yoo naa ergitan. Isa " oluman ka'a amma argitaa", jedhufaa sana. Kan biraan isa ' Addee haadha si'achiif Addee haadha waaqtolaa' sana. Maaloo adaraa waqaa naa ergaa ykn nuu maxxansaa.