ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
This song has taken me up to the heaven! I am unable to stop listening 🎶 Deva your beautiful vocal seems like to me voice of angels in heaven❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Devoo koo waaqayyoo si haa eebbisuu.Maaloo ammayyuu style walz fi silo naaf hojjedhuu.❤❤❤❤
Kun Ayyaana isaan malee hin danda'amu ture!!!! Let GOD bless you by his grace tremendously Dave 🏩
Inni Ayyaana Akana Sirra Kaa'e, Dachaa Waaqayyo si haa eebbisu. Deve farfannaa miira namaa butu,,
Wow praise ❤To God be the glory for this guy!🎉🎉🎉🎉
Dev kenyaa ebbifamii dachaan ammalle ayyanni gooftaa sif Haa dabalamuu 🙏🙏🙏💞💞💞💞💞💞💞💞
Iyesuusee barri Koo aarsaa siif haa ta'u❤ Ameen Mucaa Eebbifamte nana. Ammallee ayyaanni Iyesuus Kristoos siif haa baay'atu 😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Walziin baay'eebareeda sirra
Abbaa hojii kana Isaa ta'e waaqayyoof galaanii yaa ta'u ❤Dave waaqayyoo Bara ke jiteenya ke yaa eebbiisu harkii waaqayyoo cimsee sihaa dhabuu🎉❤
Jechaa Dhabeem Dhugaa Jallachuu kessaa darbee Farsa kana Yeroo Jalqabaf irra deedebi'e si'a 6 dhaggefadhe Hin quufamuu😢
Uuuuuuffee waaqayoo sifihaa ebisuu ebifaamii qaalii keenyaa nufjiraadhu Lecaakoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
What a graceful song ❤❤❤
Jabduu Namaa, waaqayyo si eebbiseera.👍
Dear Dave, May God bless you!!!!
Waaqayyoo baran keef jireenya kee haa ebbisu ebbifami 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dawitdhugaa gooftaan dachaa dachaa siin haa eebbisu ammas ayyaanasaa dachaa siif haa baayisu dhaggeeffadheen quufuu dadhabe album guutuusaa!
GOD BLESS YOU! Uuffe🥰
Woow ❤❤❤❤
Atti Ebbaa dhalotadhaam dhugaa waaqayyoo. Ayyanii waaqayyoo sif habayyatuu QAALIIKOO❤❤❤
Wowo waqayoo sii haa Ebbsu ebbifami
Ammeen Ammeen ebbifaami dev darbbati addemmi maqaa yesusin 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ulfadhuu yesuskoo mooti nagaa ❤❤
Sii keessaa bahuu hin danda'uu bariikoo Harsaa siif haa ta'uu
Ilililil ilililil Hallelujah Hallelujah 😢😢❤
Wwwaaww ebbifamii ❤
Si keessaa ba'uu hin dandaa'u Barri koo aarsaa siif Haa ta'u❤❤❤❤❤
EE Nama Baraara Wangeelli Amen 🙌 Hallelujah
God bless u Dave
Uuuuuf anii bayee tokkon itti Ebifaame dhugaa maloo goftankoo barakee nuf ya Ebbisuu dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Best of Best 💖💖💖💖
Uuuffff Farfanna kunii mee jechani dhabee dhugaa ebbafami deviye 🎉🎉🎉❤❤
wayyoo farisaa kanaaa kessaa kotuu ittii boqotee dhagefadhee qufuu dadabeem uuuuu waqqayyoo sii yaa ebisuuu hadhoo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
God bless you brother❤❤
Eebbifami Dave ammayyuu ayyanni Gooftaa safara malee siif Haa baay'atu!
Daawweee❤❤❤❤❤❤ ebbifamaakoo
Eebbifaami🥰🙏
Sin jaalladha 🥰🙏❤
waa`ee ilma Eebbifamaa kana jechan ittiin ibsun dhaba. abbaankoo Eeyyeesusumtti siyaa Eebbisu. ammas irmijjaankee gara fulduraatti
Eebbifami Dev ky naaf jiraadhu ❤️❤️❤️ Ayaani waaqa sirra jirachu issa argeera jabaadhu
Uuuuuuuuff Dave Koo jechaa sif hin qabuu davee Koo naf ebbifami si keessa bawuu hin danda,awu bari Koo arsaa sif yaa ta,uu uuuuuuuuff 😢😢😢😢😢😢😢 dhugaa ayyani jabatuu sira jiraa davee Koo nu jiradhuu si jalanaa gotaa walgelaa jabaa Koo my love❤❤❤❤
❤❤❤❤ebbifamii ebbifama muca yesus ❤
Wow ...Ameeen ebbifaamaa koo
humna faarfannaa kee keessa jirutu yeroo hundaa na dinqa...waaq si haa eebbisu
Eebbifamteerta Dev!🙏🥰🥰🥰
Mee maalan jedhaSin JAALLADHA! #YESUUS...................!!!!!Ufffeee eebbifami jecha hin qabu davkoo
Qaxaleeko ❤❤❤🎉Eebbifamteettam ati🙏
Devokoo❤❤❤❤❤
😊😊😊😊😊😊 ameeeeee
Faarfannaa kana 🥰🥰🥰Maaloo walz fi slow itti nuuf dabali Deevoo!!!
Devoo Koo waaqayyo dachaa sa eebbisuu ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤wow
Wow Eebbifamii Dave
Isan barbaadun argadhee waaqayyo si haa ebbisu haadhoko🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waaqayyoo ayyaana isaa sifadabaaluu
Wow eebbifami waaqayyo ammayyuu ayyaanasaa siif haa dabalu qaxalee koo
Devo Eebbaaf ta'i ❤❤
Keenaan siira jiruu dhugaa addaadha!
Baayyee namatti tola dhugaa ammayyu ayyannisa siif ha baayyatu!
Devaa Abba jechoota babaredaa waqayyo umurii Kee haa ebbisu
Devoo Koo yoomuman si duukaa farfannaan hojedhaa❤❤
Eebbifami🙏🙌🏻
Baay’ee namatti tola. Barrike ha eebbifamu.
Dave eebbifami ❤❤
Eebbifami♥♥♥♥
Sin Jaalladha❤❤❤❤
Sin Jaaladha ❤❤❤❤❤
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Jiraadhu Qaali namaa ❤❤❤❤
Uuuuufeyi ameeeeeeeeeen Jechoota adda wqyo araaba kerra ha ka'uuu
Ebbiffammi ❤❤
Jaallatamaa koo❤❤❤❤❤
Ebbifami Dev,Garuu maalif utuu hin Ebisisin youtube irraatti gadi lakkiste utuu yaada kee ifa gotte gaaridha
Ammeen Ammeen Ammeen Ebbifamii 🎉🎉❤❤
❤❤❤❤❤❤
Eebbifami 🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo siyaa eebbisu
Eebbifami Devo❤❤
Baga Waaqayyo si gargaare❤️
Blessed deva 😊
Eebbifami Devako ayyaanni siif haa dabalamu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami gara ulfina isa caalutti darbi Dev🥰
Devo koo Barri kee haa eebbifaamu😍🥰
Ayyaanni kun bara baraan sirra ha jiraatu Dev🥰🥰🥰🥰
Ameen eebbifamii dachaa😢❤❤❤❤❤❤
🥰🙌🙌🥰
dawit girmaa maaloo akka summatii farsii
Eebbifami Daawwe
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 eebbifami
Jecha dhabne dhugaa ❤Maaloo ya 70 VPN bannee haa dhaggeeffannu.
❤🎉❤🎉❤
Ebifami❤
Kee jechaa hin qabuu goftaan Sii yaa ebiisuu
Uuuuuffeey❤❤❤❤❤❤ keessa kootu haaraa ta'e❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉🎉
❤❤🎉
YAADANNOO😢😢😢
Ebifami 🙏 dhugaa
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ malaan jedha qaliko
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢😢
This song has taken me up to the heaven! I am unable to stop listening 🎶 Deva your beautiful vocal seems like to me voice of angels in heaven❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Devoo koo waaqayyoo si haa eebbisuu.
Maaloo ammayyuu style walz fi silo naaf hojjedhuu.❤❤❤❤
Kun Ayyaana isaan malee hin danda'amu ture!!!! Let GOD bless you by his grace tremendously Dave 🏩
Inni Ayyaana Akana Sirra Kaa'e, Dachaa Waaqayyo si haa eebbisu. Deve farfannaa miira namaa butu,,
Wow praise ❤To God be the glory for this guy!🎉🎉🎉🎉
Dev kenyaa ebbifamii dachaan ammalle ayyanni gooftaa sif Haa dabalamuu 🙏🙏🙏💞💞💞💞💞💞💞💞
Iyesuusee barri Koo aarsaa siif haa ta'u❤ Ameen
Mucaa Eebbifamte nana. Ammallee ayyaanni Iyesuus Kristoos siif haa baay'atu 😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Walziin baay'eebareeda sirra
Abbaa hojii kana Isaa ta'e waaqayyoof galaanii yaa ta'u ❤Dave waaqayyoo Bara ke jiteenya ke yaa eebbiisu harkii waaqayyoo cimsee sihaa dhabuu🎉❤
Jechaa Dhabeem Dhugaa
Jallachuu kessaa darbee Farsa kana Yeroo Jalqabaf irra deedebi'e si'a 6 dhaggefadhe Hin quufamuu😢
Uuuuuuffee waaqayoo sifihaa ebisuu ebifaamii qaalii keenyaa nufjiraadhu Lecaakoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
What a graceful song ❤❤❤
Jabduu Namaa, waaqayyo si eebbiseera.👍
Dear Dave, May God bless you!!!!
Waaqayyoo baran keef jireenya kee haa ebbisu ebbifami 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dawit
dhugaa gooftaan dachaa dachaa siin haa eebbisu ammas ayyaanasaa dachaa siif haa baayisu dhaggeeffadheen quufuu dadhabe album guutuusaa!
GOD BLESS YOU! Uuffe🥰
Woow ❤❤❤❤
Atti Ebbaa dhalotadhaam dhugaa waaqayyoo. Ayyanii waaqayyoo sif habayyatuu QAALIIKOO❤❤❤
Wowo waqayoo sii haa Ebbsu ebbifami
Ammeen Ammeen ebbifaami dev darbbati addemmi maqaa yesusin 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ulfadhuu yesuskoo mooti nagaa ❤❤
Sii keessaa bahuu hin danda'uu bariikoo Harsaa siif haa ta'uu
Ilililil ilililil Hallelujah Hallelujah 😢😢❤
Wwwaaww ebbifamii ❤
Si keessaa ba'uu hin dandaa'u Barri koo aarsaa siif Haa ta'u❤❤❤❤❤
EE Nama Baraara Wangeelli Amen 🙌 Hallelujah
God bless u Dave
Uuuuuf anii bayee tokkon itti Ebifaame dhugaa maloo goftankoo barakee nuf ya Ebbisuu dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Best of Best 💖💖💖💖
Uuuffff Farfanna kunii mee jechani dhabee dhugaa ebbafami deviye 🎉🎉🎉❤❤
wayyoo farisaa kanaaa kessaa kotuu ittii boqotee dhagefadhee qufuu dadabeem uuuuu waqqayyoo sii yaa ebisuuu hadhoo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
God bless you brother❤❤
Eebbifami Dave ammayyuu ayyanni Gooftaa safara malee siif Haa baay'atu!
Daawweee❤❤❤❤❤❤ ebbifamaakoo
Eebbifaami🥰🙏
Sin jaalladha 🥰🙏❤
waa`ee ilma Eebbifamaa kana jechan ittiin ibsun dhaba. abbaankoo Eeyyeesusumtti siyaa Eebbisu. ammas irmijjaankee gara fulduraatti
Eebbifami Dev ky naaf jiraadhu ❤️❤️❤️ Ayaani waaqa sirra jirachu issa argeera jabaadhu
Uuuuuuuuff Dave Koo jechaa sif hin qabuu davee Koo naf ebbifami si keessa bawuu hin danda,awu bari Koo arsaa sif yaa ta,uu uuuuuuuuff 😢😢😢😢😢😢😢 dhugaa ayyani jabatuu sira jiraa davee Koo nu jiradhuu si jalanaa gotaa walgelaa jabaa Koo my love❤❤❤❤
❤❤❤❤ebbifamii ebbifama muca yesus ❤
Wow ...Ameeen ebbifaamaa koo
humna faarfannaa kee keessa jirutu yeroo hundaa na dinqa...waaq si haa eebbisu
Eebbifamteerta Dev!🙏🥰🥰🥰
Mee maalan jedha
Sin JAALLADHA! #YESUUS...................!!!!!
Ufffeee eebbifami jecha hin qabu davkoo
Qaxaleeko ❤❤❤🎉Eebbifamteettam ati🙏
Devokoo❤❤❤❤❤
😊😊😊😊😊😊 ameeeeee
Faarfannaa kana 🥰🥰🥰
Maaloo walz fi slow itti nuuf dabali Deevoo!!!
Devoo Koo waaqayyo dachaa sa eebbisuu ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤wow
Wow Eebbifamii Dave
Isan barbaadun argadhee waaqayyo si haa ebbisu haadhoko🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waaqayyoo ayyaana isaa sifadabaaluu
Wow eebbifami waaqayyo ammayyuu ayyaanasaa siif haa dabalu qaxalee koo
Devo Eebbaaf ta'i ❤❤
Keenaan siira jiruu dhugaa addaadha!
Baayyee namatti tola dhugaa ammayyu ayyannisa siif ha baayyatu!
Devaa Abba jechoota babaredaa waqayyo umurii Kee haa ebbisu
Devoo Koo yoomuman si duukaa farfannaan hojedhaa❤❤
Eebbifami🙏🙌🏻
Baay’ee namatti tola. Barrike ha eebbifamu.
Dave eebbifami ❤❤
Eebbifami♥♥♥♥
Sin Jaalladha❤❤❤❤
Sin Jaaladha ❤❤❤❤❤
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Jiraadhu Qaali namaa ❤❤❤❤
Uuuuufeyi ameeeeeeeeeen Jechoota adda wqyo araaba kerra ha ka'uuu
Ebbiffammi ❤❤
Jaallatamaa koo❤❤❤❤❤
Ebbifami Dev,Garuu maalif utuu hin Ebisisin youtube irraatti gadi lakkiste utuu yaada kee ifa gotte gaaridha
Ammeen Ammeen Ammeen Ebbifamii 🎉🎉❤❤
❤❤❤❤❤❤
Eebbifami 🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo siyaa eebbisu
Eebbifami Devo❤❤
Baga Waaqayyo si gargaare❤️
Blessed deva 😊
Eebbifami Devako ayyaanni siif haa dabalamu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami gara ulfina isa caalutti darbi Dev🥰
Devo koo Barri kee haa eebbifaamu😍🥰
Ayyaanni kun bara baraan sirra ha jiraatu Dev🥰🥰🥰🥰
Ameen eebbifamii dachaa😢❤❤❤❤❤❤
🥰🙌🙌🥰
dawit girmaa maaloo akka summatii farsii
Eebbifami Daawwe
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 eebbifami
Jecha dhabne dhugaa ❤
Maaloo ya 70 VPN bannee haa dhaggeeffannu.