What a spirit of God is speaking in the song, pure love! am proud being a son of Jesus, born again. Jesus is the way, the path , the truth and the saver; all world wisdoms that you accumulated overtime will be faded away just in days but the wisdom of God will be prevail forever! ❤❤❤ GOD BLESS YOU ALL WHO LISTEN TO THIS SONG! I'm from Oromia.
Waaqayyoo si ha Eebbissu Eebbiffamii Jechoota akka aannanni nama qabaneessu gara yaada kiristoositi nama butu dhugaa Ayyaanna kanaa caalu sif ha baayatu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Subscribe gochuu hin dagatiinaa!
Dawwe
Tole dhugaa, anoo durin godhee, sin jaaladha ani dhugaa. Waaqayyo abbaan inni si gargaare bara baraan haa jajamu. DEVA nama waaqayyooo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Dawwekoo
Nan aareekaa dawekoo malaan godharee album akkas bareedu yeroo ebba malee post gotu nan dadhabee jette wanumaan sii godhuun dhabee ebbifami
Atuu akkas faarsita wasnuma barbaaddeeyyuu Yoon godhe maal na miidha amma
Mee warri Dave dinqisiifattanii fi waan hundumaan modeela keessan ta'e comment kana like godhaa
Namni garaama keessan irraatii mucaa kana jaallattan mee comment kana like godhaa❤❤
Ebbifaami namnii devoo jallaattuu comment kana like godhi
Akkaaf lollii fi duullii, sitti baayata. Kiristoosiin faarsitee, biyyaa lafa wajjin firooma hin qabdu. Ati fira kiristoosii, jabadhu. Eebbifami.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
#Subscribe gochuu hin dagatiinaa!
Daveko mlf subscribe hin goonuree
Naamni akka koo muca kanafi solanee Almuu jalatani Amantan koo ordox garuu bayyee jaladhaa jaraa kana❤❤❤❤❤❤❤❤❤bless 🙌 🙏 💖 ♥️ ♥️ my dear brother div❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊
Guuboo jechootaa keesaa gad-naqa
Mimmidhagsee walirra naqa, gagarmaamee ganda diinaa jeeqaa
maqaansaa Dawwit girmaati, yartuutu isa qeeqa,
waan hin beekne lixee mooqa......
🤔🤔🫣🫣🫣🪂🪂🪂🪂
Besumam 😊 Jechii Kuni Essa essaa Dhufee Qaxalee Mucaa yesus ❤
Maddi isaa Yesuus keessa, afuura qulqulluun tottolee bareede
❤❤
Jechooti kun walitti utuu qabamanii,kitaaba tahu.
#Eebbifami obbolleesso
Keennaa keenyaa eebbifaami🎉❤
❤ inni Arraba Keetin Faarfamuu, waaqeffamuu, Jajamuu jaal,ate waaqayyoonkee haa ulfaatu
Woooooooooooooow mal jedhee gammachuu koo ibsadhu????????
1M view Galchaafi maaloo
Elame Dave Sanyiinkee Akkuma Ciraachaa Galaana Qarqaarraa Haa Bayantuu❤🔥
What a spirit of God is speaking in the song, pure love! am proud being a son of Jesus, born again. Jesus is the way, the path , the truth and the saver; all world wisdoms that you accumulated overtime will be faded away just in days but the wisdom of God will be prevail forever! ❤❤❤ GOD BLESS YOU ALL WHO LISTEN TO THIS SONG!
I'm from Oromia.
Uuff devaakoo maaluma siif godhuu abbaa kennichaaf galaanni haa ta'u naaf eebbifami ati nuuf kennaadha
🎉. Daawwit bayyema si jaalannerra nuu jabaadhu jabaa keenyaa!!!! Qabsoon fuulduratti🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow wow ebbifama ebbifama dacha waaqayyoo baraa kee ha ebbissuu Ayyaani Yesus kiristoos bira ta’ee isfi ha bay'aatuu ❤️ ebbifami
Amazing protestant song! Be blessed our brother Dave!
Dave dhugaa onnee kootirraa sinjaalladha!
Waaqayyoo jireenya kee haa eebbisu!
ebbifami Deva ! Yesuustu fuudhee namaan na dabale !
Ameeeen🙏🙏🙏🙏Ayyaani waaqayoo Abbaa ini sira jiru ha ebbifamu♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Ebifaamii devo♥️♥️♥️♥️
Daawweekoo jechoota qaqqalii kan onnee nama baksee gara abbaatti nama dhiyeessutu sirra jira❤❤❤❤❤❤
Wow wow Ajaa'iba waaqumti si haa eebbisu waa'ee keef YESUUS teessoo isaa irratti ulfina haa fudhatu❤❤❤🎉🎉🎉
Waaqayyo ayyaana siif haa baayyisu
Baayyeen si jaalladha
Yes devikoo nuuf jiraadhuu maloo dhugaa gooftaan Koo sii haa ebbisuu ebbifamii
Waan hundumaan si ebbise Waaqayyoon❤❤❤❤❤❤nufis ebbaa tatee kana caala Waaqayyoo ayyaana isaa sif haa bay'issu🎉🎉🎉🎉
AMEEN!!! Jedhii siin Eebbisa Daawwitii koo waaqni Abiramiin Eebbisee Siinis Siya Eebbisu.
Ebbifama namaa Waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤
Devooo koo eebbifamiii ,ati eebba keenya gooftaan ayyaana isaatiin si nuuf kennedha ,nuuf jiraadhu❤
Oh what an amazing songs are there Dave you are our blessing. Waaqayyo si haa eebbisu akkas kunoo
"Kanaan haa ta'u sanaanii
Gocha kee jechoonni hin haasa'u
Garaa nan ga'u anaanii
Garuu galanni siif haa ta'u!
Humna koo caalta duraanuu
Firoomni keenya har'aaree
Guddaa Golgoota irra aanu
Gatiin keew narra daraaree!"
What an amazing song ❤️
Stay blessed 🙏 Dave!
stay blessed my dev amazing gospel song...
Dave baay'ee si jaalanna burqaa walaloo❤❤❤🎉🎉🎉
Mee Namni Akka Koo Faarfanna Kana dhaggeffatee Hin Quufne, Like Godhi.
uuffe Eebbifami Daawwe🥰
Waaqayyoo si ha Eebbissu Eebbiffamii Jechoota akka aannanni nama qabaneessu gara yaada kiristoositi nama butu dhugaa Ayyaanna kanaa caalu sif ha baayatu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Hoo Ajaa'iba dha dhugaa Qaxalee nama Waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisuu eebbifami 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Amazing Deva koo jechaan ittin sif ibsuu hin qabu ayyaana sirra jiru🎉🎉🎉
Waaqayyoo si'ii haa eebbisuu
Dabalee daddabalee ayyaana Isa sif haa baayyisuu🙏🙏🙏🙏
Dawee dhugummayyu ayyaani sirraa jira
Uuuuuuffeeeeeeeeey haaleeeeluuuuuuuyyaaaaaaa Mucaa nana waaqayyotu siin nuuf kennee 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Kun adda. Maqaan Waaqayyoo haa ulfaatu. Atis jabaadhu bro, Eebbifami.
Laphee koo na xuqe❤❤❤❤❤❤
Eebbifami Dave , Ayyaanni Gooftichaa siif haa baay'atu
Wowowowo wowowowo wowowowo wowowowo wowowowo wowowowo Dev Ebbifamii Qaxalee mucaa kaakuu ❤❤❤❤❤❤❤
Wowo Ebifamii ❤❤❤❤
thank u,dave ! God bless u more grace and more!!
Wow ebifami
Ebbifami lubbuu ko waqqayyo bara ke ha ebbisu amale kana cala darbii demii ayanii gofta genyaa yesus sif ha bayyatu kanuma cala ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Davakoo waaqayyoon koo kana caalaa Ayyaana isaa siif haa baayyatu. Dhugaa jecha nama dhowwata🥰🥰q
❤❤❤ waaqayyoo si haa eebbisu deva
Eebbifami baga nagaan dhufte
Ebifamii goftaa baraaf kee haa ebisu ammaayyuu ayyaannii waqqayyoo siif haa baayatuu ❤❤❤❤❤
abeeeeeeeet! maali kun dhugaa waaqaa!!!!!!
Dhuga biyyi lafa firuma nura qabduu jabadhuu qaxale nama Dv❤❤❤❤❤❤❤
My blessed brother 🙏🏿🙏🏿
Eebbifamaa Obboleessa Koo 🙏🏿🙏🏿
Waaqayyoo kanaa calaa hubbanafii oguummaa dachaa siifi haa dabbaluu
Deva ko nu jabaadhu si duukaa jirraa
waa`ee ilma Eebbifamaa kana jechan ittiin ibsun dhaba. abbaankoo Eeyyeesusumtti siyaa Eebbisu. ammas irmijjaankee gara fulduraatti
Safuudhabboo!! Baayyee natti tole jechuukooti
Waqaayyoo baraakee haanebbisuu ayyannii goftaa siif haa bayyatuu ❤❤❤❤
Dawe ebifami
Deva koo bara kee Waaqayyoo haa eebbisuu, Ati keennaa Waaqayyoo nuf si kenneedha!
Gumaacha nuuf gooteef, ayyaana siif baay'ateef atis gooftaanis galatoomaa
Maal jedhaamaka amma maal jechoonnii akkas eebbifamee namaf kennamuu Devakoo
Si eeguu duuneka aabbee😊
Enyuu callaa yeesuus jalataa deevoon. Ayyanaa dananuu siif kadhadhee maqaa yesuusiin
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wooow woooow....ati nama addaati!
❤❤❤❤❤❤ Eebbi dachaan si haa argatu jabaadhu Ayyaana guddaatu sirra jiraa
Wwwooww Bagaa Waqaayyoo sii garggaree 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤ Ebiffamii dachaa nuuf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🙏
Ebifaami dev bayyee namatii tolaa
ebbifamii Dev
Yaa dinnaa koo natti hin himnii
Gurri koo odduukee dhangalaasa
Dandii qalloo irra imaaluun koo
Waalalummaa miti apchaala❤❤🎉🎉
Eebbifamii waaqayyoo ayyaana isaa dachaa dachaa siif haa baay'isuu Eebbifamii qaxalee nama
Jechuma dhabne waankee DAVE🤩🙏🙏...Waaqni si haa eebbisu
Dawwee qaalii koo,akkas kunoo
Eebbifami qaali keenya ati eebba keenya faarsi waaqakee barabaraan..
Stay Blessed , man of God
Eebbifamii dhaggeeffadheen quufuu dadhabe❤❤❤❤❤
Eebbifami Dave
Ebifammii waqqayoo kaanumaa calaa ayanaa isaa siif haa dabaluu
Wow Eebbifami Dave
❤❤Eebbii waaqqaayoo siif Habbaayaatuu!!!
Eebbifamii gooftaan ayyaana kana siif haa dabalu❤❤❤
Ebbifaami DAVE kuusaa jechoota Afaan oromoo
Ammallee ayyaannichi siif haa dabalamuu devayee eebbifami si jaallanna ❤❤
Utuun si eeguu hojiin na darbe❤❤
Namni akka Koo gurbatti kana JAALLATTAN like godhasme❤
Deva eebbifamteetta❤
Fayyadama jechoota kee
Walaloo kee melody dabalatee ajaa'iba!
Dachaa eebbifami😊
Ebbifami dacha dacha ayyannii waqqayyoo aga dhumati sii waliin yaa ta,u❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wow👍👍
Eebbifami Deva!
Nor Dave koo kankana caalu siif haa dabaalu eebbiifami waaqa biraa
Eebifami my brother
Uuuuuuuuuffffeeeeeeee hinuman boqodhee dhugaa Dawi keenyaa ebbifamii ❤❤😊
ቱሩጉሙን በለቅም ስሰማ ነው እምዉሎ ተበራከ ፀጋው ካፊ ያድሪግ
wow ishoo bagaa sii eebbise yesuus
Wow 😧 omg amen amen amen amen amen 🙌🙏👏 ebbifamii devakoo🎉🎉🎉🎉🎉
Ajabaa dhugaa bayyee itti ebbifamee davee jabaa Koo abbaa farsaa dilbii sin jaladhaa ebbifammi dacaa dacaa ja
abbaa jechoota dilbii ebbifamii!!!!
Waaqayyo barakee haabbisu❤❤❤❤❤❤❤❤