Gaafi Abban fedhe haa galuu haa dhiisu Gaffin jiru gaaffin saba lola narraa dhaaba jedha. Kana boodee jal sanyin nagaadhan erga gale kanan boodee loli hin dhabatamoo hin dhabatuu? Dirama dirama jecha hin olina. Will you stop war or not? The question is who need peace and who will not ? Don’t tell the past history .
Yayyoon kun walitti dhufuun Oromoof gaarii dha.
WBO KOO WABII SABBA ❤❤❤❤💪💪💪💪
Gantuun gantummaa isaaniitiin gatamuuf jiraatti Ummata KEENYA worra miidhaa worra miidhaa ture
Odefanoo kee sirraeesi qabataani garaa Midia dhufun dogoogooraa, Ethiophan namni tokko hin diggu kan jedhe Dr, Gamachuu male leenchoi miitti
@@tigistayano3767 sorry
Ibsaa nagawoo haayyuu hin jedhamtu gantuu dha
0:08
Dr Gammachuu Magarsaa jedhi!!
Ibsa Nageo is no Oromo nationalist. He is a common theif who stole people’s funds and run to Djibouti.
Maraatuun yammuu yaadu namnni hunduu akkumasaa maraatuu itti fakkaata ani kanuman hubadhe !!
Mee laalaa
# Namnni harka laatee maal mallateessa ?
# Yoo waanti mallateessan jiraate erga harka diinaa galanii booda galmma diinaa keessatti mallattoo nigodhamaa ?
# Qabxiin irratti waligalame meerrree ??
# Diraamaa kanaan eenyutu gowwomaa ??
# Tarii kan fakkaatu harkuma kennatuu isaani mallattoon mirkaneessuuf malee Ajanddaa oromoo maaltu keessa jiraa ??
Namnii harkka kennate waliigaltee maali mallatessa. Harkka kennatanii waliigaltte mallateysuuf mirgga malii qabaa? Diraamaa dadhabaafi du'aa akkasii argineyyuu hin beyiknu...
Interviewee: why did ABO, your organization, fail to participate in election? Are you saying oromoo is governed by Gadaa now?
Isiin maalii ilmaan ganda tokkoo wal taatanii
Gaafi
Abban fedhe haa galuu haa dhiisu
Gaffin jiru gaaffin saba lola narraa dhaaba jedha.
Kana boodee jal sanyin nagaadhan erga gale kanan boodee loli hin dhabatamoo hin dhabatuu?
Dirama dirama jecha hin olina.
Will you stop war or not?
The question is who need peace and who will not ? Don’t tell the past history .