arrengement bira darbee qindoominni fii wal simannaan walaloo fii yeedaloo walluu keetii miidhagummaa bira darbee qalbii namaa fuudha. so now i found my own beautyful my Oromo song,and ofcourse expecting from you more.
“mana koo bubbeetu diige, Qe’ee koo rirmatu nyaannan waloo QEERROO godoo natti ijaare, Kan darbe seenaafan dhiise, kan boruu wajjin jiraanna intalo maalan qaba kan si caale hoo!” 🙏🙏🙏🙏🙏 🙌🙌🙌🙌🙌🙌 Yaa Oromoo! ati boris gara balleessuma, haxxeen garuu qe’ee fi sanyii si balleessiti.
"QEERROON" Kan mana namatti ijaaru malee diigu miti.Maqaa qeerrootiin kan daldaltu duuriyyoonni of baruutu irra jira. Ulfaadhu BURRAAQAA KOOOOOOOOOOOOOOOOOOO!!!!!
Uuuuuuuuf saniyii wanii koo nufii jiradhuuu garaa namaa ballesaa jabbadhaa 💚❤💚❤💚❤💚❤💚ilove sou much
Wwwwwwoooooo Baye namatii tolaa👂👈👍👌🌹🌹❤❤❤❤❤😍🥰🥰🥰 jabadhuu Akumatii itti fufii kodee koo
Wawu baay'ee namatti tollitu dhugaa babarddoota oromoo 😍😍😍😍😍😍👍
ilmaan oromo dhageefatani hinbahina sirboota Afaan keena hundaa like godhaafi
Qaali ilmaa oroomo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍
Ufffeey ati dhuguma Burraaqaadha!!!
Wallee miidhagduu ergaa jabduu qabdu nuun geesse, jabaadhu gootakoo. Keessa kiyyarraan jaalladhe. Keessakoo irraa😘😘😘😘❤👍👍👍
Wwww sagaleni kee bayee baredaa sanyii koo jabadhuu 💘💘❤❤❤❤👍👍💪💪💪
Nuuf jabaadhu malee maalan siin jedha😍🤴jabaa namaa🤴🤴
ብዙም የሙዚቃ አድናቂ አይደለሁም ደግሞ ኦሮመኛም አልሰማም ግን ምን እደሚሉ ባይገባኝም ግን ደስ ይሉኝ ነበር አሁን ግን እሮመኛ የተናገረው ሁሉ ዘረኛ እየመሰለኝ ፈራለሁ እግዚአብሔር ከዘረኝነት ያፅዳን አዲት ኢትዮጵያውያን አዲት እምነት አዲት ጥምቀት
Oromo jabbessa bahaffii lixaan harkka wallii qabbadhaa . Stay strong oromia thank you our best brother keep it up we love you.
woowwwww ilikee itti naaf roobsaa ijjoollee oromooko👋👍👍💕💕💕
Baayee namati tola galatoomi sabboona keena jabaadhu 😍😍 😍😍 😍
jabadhu qaxale kenyaaa💃💃💃💃💃💃💃💓💓💓💓💓
wow baayee gaarii itti fufi .............................
Wowww Betam Desilal Berta Endihum Ketilibat Oromia Ye Sew Zar Uuuuuphaaaaaa
arrengement bira darbee qindoominni fii wal simannaan walaloo fii yeedaloo walluu keetii miidhagummaa bira darbee qalbii namaa fuudha. so now i found my own beautyful my Oromo song,and ofcourse expecting from you more.
Maal qoqqi namaati tollu akkasi 😘😘😘 Anni qoqaa 4 naandaandda gaaru akka Affan koo kann miaau hin arggin ❤
Wwaawoo bayy'ee bareedaa jabaadhu❤💚❤💚❤💚
Wowww baayee baareedaa baaredaa wayii ijaraa Afii koddee 😍💃💃💃💃💕💕💕💕💕💘💘💘💘💘
Woowwww Bayyee namaatii toltaan Ijooleen Abbaa Gadaa nuuf jiraadha 💪 💪
Wallagaa keessan adeema begiin silaa mana koti ❤💚❤gidamiin issoo mana koti😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Atimmoo sanyii kooti
Akkami best bro sirbake kan dura nama bay'etu iyyafata youtube irra godhime osoon waqayyoo ta'eeti hunduma walan qixessaa kan jedhu ❤❤❤
Best music jabadhuu I love you oromo koo ❤💚❤💚❤
Wow ergaa guddaa qaba.jiraadhu qomoo koo❤🌹❤🌹❤🌹❤🌹❤😘✊✊💪💪💪✊✊💪💪💪💪💪💪✊✊✊💪💪💪💪✊💯👏👏👏👏👍
Sagalee kee uuuffeee😘
Wow heddu baredaa jabadhu sanyii koo 👍👍👏👏😍😍❤️❤️👌
Sirbaa bareedadha jabadhuu jajjjabe koo
😍😍
jalqabbii bayyee namatti toluufi ergaa bareedaa qabuudha. jabaadhu!!!!
Baayee namaa boossaa jaajjabee koo jaabadhuu👍🥰🥰❤❤👍👍🥰❤
Baay'ee baredaa jabbadhu Sagaleen kee baredaa. 💞
Sagalen kee baye baredaa jabadhuu hojii biranis sii egnaa
Wowwwwww hundaa duraa sagalee kee
Bayyee baredaa natti tolee jabadhuu galatommi
OROMOON WAARDIEYA ADHABBAATUU WBO FII QEERROO DHAA 📔⛳⛳⛳⛳⛳⛳🥊
baay,ee bareedaa. Garuu gafaa sirbaa tokkoo qopheessinuu, wantii afaaniin jennuu fi gochaan isaa waal fakkachuu qaba;kan biraa uffataa aadaa uffachuu qabnaa ; aadaa kessaa bahee sanaa ibsuufi. inniis irraa deddebi,ee gochaa wal fakkatuu agarsiisuu hin qabu.Jabadhaa, horaa bulaa deebaanaa!!!
Hi
Lata angel ef
Wwwww jajabe keenya martinu baye bareda sagaleenkes
oromookiiya is jaaladbaa spirit Nuri jiradhuu❤❤❤❤❤😍😍😍👍💝👍👍👍
sagalee kiloolee!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Wow baay'e tokko sifaana gaamde ma koo😍😍❤❤
dhuguma
“mana koo bubbeetu diige, Qe’ee koo rirmatu nyaannan waloo QEERROO godoo natti ijaare,
Kan darbe seenaafan dhiise, kan boruu wajjin jiraanna intalo maalan qaba kan si caale hoo!”
🙏🙏🙏🙏🙏 🙌🙌🙌🙌🙌🙌
Yaa Oromoo! ati boris gara balleessuma, haxxeen garuu qe’ee fi sanyii si balleessiti.
Woow bayee bareeddaa jabaadhuu Like sagalee baredaa qabda
Jaalladheera!
hundinuu bareeda(walaloo,yeedalloofi sagalee kee)
jabaadhu itti nuuf dabali!!!!!!!!!
Wowwwwwww Oromoo koo 💘💘💘💘💘💘❣❣❣❣❣❣❣ Naaf Jiradhu Oromoo koo 💗💗💗💗💗💗💗🥰🥰🥰🥰🥰
Oromoko naf jiradha ❤️💪
Amazing ❤❤❤❤❤I Love my people Oromo 's king .this is amessge for our people thanks brother ❤❤❤❤❤
hayyeee akkas hojii bareedaa akkasi hojjadhu ammallee itti fufi
WWOWOWOWO sagalen kee bayyee bareeda sanyii koo jabadhu💯💯💔💔💔💚💚💚💙💙❣❣💕💕💕💕💕❣👍👍👍👍
Wawoo namatti tola jabadhuu jabakoo beginisoo mana kootii5
Sagalee Daagim Mokonnin Fakkaata dhiiroo. Jabaadhu qaxalee koo
Sagaleen Kee bareedadha👍👍👍👍
Wow...wallagaakoo....karaa Garjeeda!
Wowwewwwwww dhugaa na bonisiste ufffffffffff😘😘😘😘😘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
waan ofii koo ❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍
unique sound, sagalee kana kunuunsi! iddoo guddaatti si eegna! work harder and harder ! you already have natural gift!
Wwwwwwooooowwww babareduwan ko baye bareduu ijaf qalbira hafa jabadhuu walmale malqabna oromoko laki hin dagatinaa
wowowo dhiiraagudayyaa biilaa !!!!!!!!!!!!
Dalachii leeqa gamaa
Bofti hin yaabduu mana hindaqoo !!!!!
Baayyee bareeda
Wwwwwwww dhabbannii kee akkam nama hawwata dherraa baredaa Oromo wwww
Wow sagalee kee na booji'a jabaadha Artistoonni oromo hojii gaarii hojachaa jirtuu kanii caalaa aadaa fi afaan keenya cimsuu qabna.
WOOOWWW Baay'ee namatti tola dhugaa!!!!
Baayee namaati tolaa qomoo koo💕💚❤️💚💕💕💚❤️💕💚
Oromoo koo ❤😘
OROMOKOO CHAANAALII KIYYAA SUBSCRIBE GODHAA ODDEEFAANNOO FAYYAA ARGADHA
th-cam.com/channels/JSlHTeC2Lgn3jAyaE2NXsw.html?view_as=subscriber
Goboz jabadhuu kormee oromoo
Bayee namatti tolla....mee subscribe naa godhaa
ያ ቡሬ፤ ቆንጆ ድምጽም ሙዚቃም ኣለህ።
Wal jabeessa yaa saba koo
Sagalee Kee bayee garidhaa jabdhuu
Sirba baay'ee bareedadha jabaadhuu leenca koo
Walaloofi yeedaloon isaallee baayyee namatti tola dhugaa
Bayyee bareeda
Buraka nice songs 😘
Yooyyaa ijoleen oromoo like tuqaaka
ሁለነገሩ በጣም ያምራል በርታ እንዲ ነው በእውነታ መዝፈን በሰው መኪናና በሰው ፎቅ ከመንጠልጠል ድምፅህ ደሞ 😘
qaa
woooow mucaa biyyaakooo burraqaa bayyyyeeeeeeede baredaa
anaa nyaatu komoo koo garaa koo keessaa sirbitee!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Nuuf jiradhuu qomoo koo baa yee baredaa
Waaw bareedaa oromoo. ❤️❤️💞💞💞🌹🌹🌹🌹🌹
Elaa dhugaa rabbii mucaanana sirba marsaa dhufu hojjettu kanaa olitti bareechitee, ammayyeessitee as hin baatu taanaan kaballaa Fudhatta foon jaal marroo.......Jalqaba akkana hojjettee isa itti aanutti fayyuma hurufa keessa akka hin fiigne. uffatikees bareedaadha.......... Fokkisaa wayii malee jabaadhu bareedaa hojjetteetta
Namatti tolaa,akkasumaatti itti fufi
,Ilmaa Abbaa Gadaa
Tukkuma Kenya ha jabatu aka irrecha finfineti like like like
wow bayye namatti tola sagalee dagim mokonen
Burraaqaa finiinsaa maqaan keeyyuu bayyee natti tole💔❤
Saabit
Wwwww bayee baredaa jabadhaa lamiwaniko
WOWOW, lammii koo namaati tolituu💕
Bayyee namaati tola jabadhu.
Dhugaa hedduu bareedaadha
Wow more beautiful song oromo language africa king
Baay'ee namatti jabadhu jajjabe sanyiikoo 😍😍😍
Oromo hunduu argittee nama duwaa mitti meshaa bishanin warrabatanu xiyittin fixxee .
Buraka Fininsa well done go ahead!!
kottuu naa sukkumi wooww
I love you Oromo koo😘❤😘my beautiful people .
"QEERROON" Kan mana namatti ijaaru malee diigu miti.Maqaa qeerrootiin kan daldaltu duuriyyoonni of baruutu irra jira. Ulfaadhu BURRAAQAA KOOOOOOOOOOOOOOOOOOO!!!!!
maalinni sirbi kuni ergaa guddaa qaba abbaa xiyyeeffanoon dhaggeeffateef!
Wwww nuuf jiradhuu oromtichaa keenaa
Wow bayye namati tola jabadhu
@@samesame1163 OROMOON WAARDIEYA ADHABBAATUU WBO FII QEERROO DHAA 📔⛳⛳⛳⛳🏆🥊
Jabaadhu ilmaa oromoo bay'ee namatti tolaa
Oromookoo Naaf jiraadha❤💚❤
OROMOKOO CHAANAALII KIYYAA SUBSCRIBE GODHAA ODDEEFAANNOO FAYYAA ARGADHA
th-cam.com/channels/JSlHTeC2Lgn3jAyaE2NXsw.html?view_as=subscriber
Gubaa qabbaneessituu tiyyaa..... Burraaqaa Finiinsaa Naa jiraadhu
Baay'ee garidha jabadhaa
Baay'ee nattii toleera
ergaa bareedaa qabaa!
amazing we need additional song from you with in short time