Obbolessa koo jalalle keti dhugaa jiru himiti ishera fagaadhu icitii kanas hin basin sababni isaas gaa'ela haadhafi Abbaa kee hin diigin abban ke takka dogoggorera gara fuldurati akka inni irra deebi'u akekkachisi Abba kes hin dorsisin fula rabbi durattis gaari miti namni haala garaa garaan dogogoru danda'a wan taef mucayo sana dhiisi abbaafi haadha kes waliti hin busin ❤
Ani aka kotiti hin fudhin sin ja Abban ke haqa sira qaba beki sanif ini dogogare shaxan beki sanif ilmi nama ni balesa ati garu jirenya mati ke balesuf demata me tasagabawi iti yadi😢
Akka kiyyatti ani dhiisin siin jedha tokkoffaa mucaan jaalallee kiyya jettu kun dhiiga keeti lammaffammoo bultiin abbaafi haadha kee dagamee jennnaan lamaan isaanu jiraanyatu erka badaa itti aansuun abbaan kee si.a tokko dagongoreera ammammoo haati gaafa abbaa keerraa adda baate dogongora hojjachuu dandeessi aarii keessa gaafa haati kee dogongorte dogongora abbaa keerraa kan haadha keetiitu si aarsa waannan jechuu barbaade sii gala jedheen yaada kanaafuu of tazgabbeessii abbaa keetti araamiin dhaamsa kooti yaa obboleessa koo ❤🥰
dhisii Abakee Araramii
Dhugaadha obboleysa kiyya heedduu namatti ulfaata nama jaalatani dhabuun tahus garuu jireenya harmee keetif yaadi waan biraa kanin siin jedhu yoo jiraate abbaan kee waa malee akka sin dhorkine beekuu qabda ture durumahu garuu tuni jaalala jalalli yeroo nama qabdu iddoo irraa siqabdu siin filachiiftu ani akka nama tokkotti abaarsa hin fudhatin amantaa tee hin beeku garuu akka amantaa muslimatti yoo deemte tan abbaan kee ilmaan irraa qabu san yoo intala ati jaalatte obboleysi isii sani dhale fuudhu ni dandeysa obboleyyan keetif eysuma yoo tahe garuu yoo obboleytiin isii jalallee tee deyse hin dandahamu sanumafu ani kana kaniin sitti himuuf yoo muslima taate jaheeti sanumafu humadhuu addaan bafadhuti san booda murtii mataa keeti murteysi kana booda atii isii dhiisuu waan murteysitef ifiis abbaa keetis hin zoorsisini tasgabahi itti yaadi garuu waan harmee tee hin gammachiifnefi jureenya isii miidhu hin hojatin ok 👍
Ol waan ulfaaata abbaan kee takka dogogoree atti hoo osoo beytuu maaf dogogrtaa
Micaayoo sanis dhisii abban kee waaliin tahatti haadhaa tessaniti dhugaa jirtuu hima amsisaa erga waan darbe darbe haati kee amma maal gootii addaan bati miitti yoo addan bahu barbades suni fillanoo isitti garuu dhugaa jirtuu baruun dirqama gaaf tokko dhugaa baruun isii hafuu waan tahef atti moo abbaa kee dorsisuuu dhisii homa fedhes tahu abba ketti takka dogogoree itti taphatin dogograa isatif rabbii isa ha dhisuu
Dhugaa jetee 😢
Obbolessa koo jalalle keti dhugaa jiru himiti ishera fagaadhu icitii kanas hin basin sababni isaas gaa'ela haadhafi Abbaa kee hin diigin abban ke takka dogoggorera gara fuldurati akka inni irra deebi'u akekkachisi
Abba kes hin dorsisin fula rabbi durattis gaari miti namni haala garaa garaan dogogoru danda'a wan taef mucayo sana dhiisi abbaafi haadha kes waliti hin busin ❤
Yaa rabii isnuu dhigaa keessatuu wolii isnii hanganaa harkisee mucatini 😢😢attii fi isnii gudedaa abba tokko irraa dhalattani yoo wolii sii futtanii ilmoo tahii qabenyaa fayyaa keessani fi garii mitii jalalee tee dhugaa jiruu ittii himi irraa gorii bultii hadhaa kee fi yaddii😢😢
Mucayoo dhisiii abafii harmee tes yoo adaa banisii mucayoo dhigaa ketii kanafuu ishee dhisiii bro
Dhugaa hedduu na gaddisisaa 😢😢😢 Abbaan Kee ilmaa bira argachuu caalaa atii dhiiga Kee wojjiin jiraachuutu nama miidhha😢😢
Kanaafuu Yaa obbolessaa Koo hiciitii abbaa keetii dhorkiisii bultii hàadha keetii hin balleessin mucaatii dhiisii taa bira fudhii abbaa Kee gorsii hiicciitii dhorkiisiif
Namni imaa dogogooraa atii hin dogogooriin ok
Egaa yaadaan siif qabu ani karaako tokkoffa irratti ati iccityi kana sababefaye qabeenyaa abbaakees bakka hargittitti hin baaleessi kanuma kefii kan obolotan keti wan tahef inni biran iccitti kana ati hadhaa keti hin himiin yoo fedhe abbaan kee haa himuu malee mirii.hadhaake ni midhama inni biran gaheeli isaani ni borahaa debbisi isiin ijooleen isaani ni macafamtu qabeenyii kessaanis ni bittinahaa kanaf hunduma hubbanan hojedhu hariin miti egeeree buruu obolotan keef yaadii maatti yoo digame kan miidhamu ijooleedha mucayyo jalatemo akkakoti garuu cubbu qabu firuma dhigaa hin qabdan ishii waliin garuu fedha abbaa kee guuttii yoos waqayyoo sii ebbisaa
akka yaada kiyyaati hiciti abbaa keefi haadha kee gidduu jiruu atumtii qabadhu dhoksaatii sababii isaa gochii kuni yoo haatti kee dhageessaa wali irraa addan baa'u danda'uu 😢atii immoo Jaalallee keetti dhugaa jirtuu itti himii irra adda baa'ii kan waaqayyoo Sif qoodee hin dhaabduu obbolleessoo❤️❤️hiciti abbaa keefi haadha gidduu jiruu imoo qabaadhu akkasumatii
😢 😢😢aban kee dogogore atimo oso beytu hin dogogorin dhisi 😮bultii Harme ketif lee Yaadin iraa goori😢
Matin homayu miti gurban Kun osso beku itti sene Bor ni midhama💯🥹
Laal yaa obboleysa kiyya abban balleyse ati obsi abbaa keetin wajjin mariyadhuu dubbiii tana furi malee jerjertee umma teetiti himin qabeenya keysan satu faca,aa abban kee ummateetiti mangudoon haa himuufii ati galii hujii keysati deebi,i
Dhagefachaa jira sin durse hara😅🎉🎉✅
Dhegafatee fixee moo amma dhagefataa jirtaa?
Jalale kee dhisitoo abbaa ke dhagayii sababin isaamoo abban kee balesee atisii hin balesiin garuu bayee nama gadisisaa😢😢😢
Yaada abbaa kee fudhuu intaalaa saana dhiisi obbolaa kee booda gorsitaa garuu haadha keettii imtee gaargar hin diigiini intaala dhiisii nama biraa fanaa jiraadhuu
Abakkee dhagii waraa abbaa hin qabnetuu mia'aa Abbaa bekaa hadhafii abban kee gargar hin basin icitii egii abboo
Ani aka kotiti hin fudhin sin ja Abban ke haqa sira qaba beki sanif ini dogogare shaxan beki sanif ilmi nama ni balesa ati garu jirenya mati ke balesuf demata me tasagabawi iti yadi😢
Yadaan jalaleekee waaliin ta,atoo waaliin dubadhaa gargar ba,a atii otoo hinbekinii jalatee ergaa dhageseemoo natii toluu diidee addaa banana jedhinii asofsisii wan barbachusuu godhifii itii addaa Bai,I malee hotoo abbankee dhugaa jiruu sitii imuu MATAA hinjabatiini haadhafii abbakes gargarii hinbasinii obolesaakoo biyii lafakunii gabadudhaa
fuudhi sababni isaa isheen siif dhiiga miti
Miccayoon obboolletti kee mitti bee abban kee ijoolle afraan keessa lammani kani abba keetitii lamsni imoo kani abba birraa wani ta'aniif rakkina hin qabbu bee yoo ijoollee abba keetti taatte rakko dha garuu imoo jalaleni kee abbani ishii kani birratti bee ❤❤❤❤❤❤❤ itti fuffi jallaala kee
Atii mucaatiin dhigaakeemitii fudhii dhugaa rabii
hojii sibila san nama hojtuu aka harargee ti yo dhala qabtee namnii ira hini fudhuu itisi hini jenanii 😢
Waqaayyoo siif haa dhissu yaa obboleessa ko ani akka kooti dhisi siini jedhaa garuu dhiifaama maale
Seena bayee gara nama nyatudha rabbuman sii haa lafisu Kaa
iccitii Abaa Ketii Egiii Harmeee Keetif Hin Himinii 😢
Akka ani yaadutti haadha keetti hin dubbatin mucayyo sanas eerga abbaan kee siif jibbe isiille dhiisi maalif jennaan bultiin maatiin kee siif hin jaallanne bultii siif hin taatu waan ta'eef ammaahis abbuma keetu siif caalaa dubara biraa argachuu dandeessaa garuu abbaan tokkuma qofaa kanaaf mucayyoo sanas dhiisii iccitii abba keetis eegii garuu abba kee gorsii akka inni lammata badii akkanaa hin dalagnee
Waan Jaalallen ke sirraa barbbaddu gutiifiti jaalallekedhisi akka Fedha Abbaketii hintaane baallinaan jaalalleketiif Ibsiif.sababinssa Gayilli Hadhaafi Abbaketi Digamun siirrimiti Obboleettike ta'ushees Eerggabektte Dayiima irraa godhachunkees Gaarimiti.Obbolettike irraa waann ta'ef Abbakettidebi'iti Hadhakeefi Abbake biratti Gayilaa Gammachufi Eebba qabu Hunddeffadhu.
Ajaibaa iboo icciti egi matin kee yoo imtee wan gargari bahanuf
Yaa obboleessa kiyya kan osoo hin beekin goote waaqakee dhiifama gaafadhu isa sichii ammoo irraa dhaabbadhuu😢😢😢😢😢😢😢
Hadhaa kee yoo jalatee hin dubatani adaraa dubiin baayee ulfataa waan garaa namaa nyatuudhaa😢😢
Abbaan kee Akka balleesse gorsiitii yoo inni jireenya kana nan dhiisa jedhe atis hicciitii jiru dhoksi micayyoon dhiisin siin jedha
100.dhiisu qabda oso dhageesu abaaramta haadha keetis akka hin himni.abbaa keetiti araramii kabira fuudhii dubartiin lafa guutee maaf abbaa kee jeeqxa
Sifis garii mitti obboleetti kee wajiin jiraachun kanaafuu otuu da'imnii isin gidduutit hin uumamnii dhisii jireenyaa haadha kee ilaaliiti
Abban kee dogogooreef jireenyaa abba keef haadha kee hin digiin wantaa abban kee sin jedhuu dhaga'ii
Hojiin kamiyyuu hojiidha wanani biri argachuudha malee fazarii kootis akkanumati nu guudhisee
Jalale keti dhuga jirtu himi dhisii. Kanbira fudhi yo kate futes bultike bulti gari intawu waldigudha wantahef
Dhisii malo bulti Abaa ketii hni digni hadha ketii yadii malee dhisii Atni obletii tee dhisii bqaa jalalee tetii dhisii dhigaa keesani tokochaa abaa keessani tokochaa😢😢
Dhugaa dubbachuf namati ulfaata kan godhi jechun intala dhisi garuu harmee san dhugaa jiru dhoksun ni ulftaa
😢😢yoo Wan itii amantuu sodate dhisii iraafagadhuu akamiti oboleti kee wajin buliti umataa
Yaa rabbi karaa irratti nuu debbisii
Auuziibillh yaa rabbii kunis jirahiis😢😢😢😢
Mati ke homa tokoyu hin ta'an ati gaaru boda ni midhamta osso bektu itti sente mati ke homayu wali hin godhan wali hubatu
atilee dhisii waanii kanaa hin dubaatin
Anii Akakiyatii Abadhani fudhii jecuqaba yomodhoksani itiifufe sinima jedhe itii himuqaba Abatii
Ani wanan jedhuu walalee bay'ee nama gadisiaa 😢😢😢😢
Subhaan allah 😢😢
Dhisi haadha kee mana jara in digini kan bira fudhi erga wan hunda qoratte bira keesse
Jalale ke dhisi jirenya ke jiradhu akka hadhaa keeti hin himin sijala dhukufatti araidhani hasa kana hicitti godhi egi
Ati durayuu waan abban kee sin jedhe maa diidaa
Hatii erga obboletii kee ta.u bartee dhissii
Obboleessa koo ani akkaa walalummaa kootii ofi kees dhisii obbolotaa kee hundaattii himii harmee kee immoo dhoksii rakkoo hin qabuu
Subhaan allah
Jalalee kee wajiin ittii fufaa jiradha garuu abban kee ariroo adadaa jalalee keettii dhabuu qabaa atii akekachiisii ittii immii yoo ariroo kanaa dhabdee malee anii nanii imaa jechuu qabada attii kee midhamu hin qabdu gayeliissii digamuu hin qabu
Anii Akka yaddaa kiyyaa jalalaii akumaa jirutii ta.ee boruu rakoo garaa biraa sitii dhunaani jalalaaa kee sii dhittee demuu dandettii abba kee garuu hagaa lubuu jiruu si.ii dhissi demuu hin dand.uu kanafuu abba kee kanii sii gahee hin jiruu kanafuu bultii matii kellee hin diginii abba kee dhagahii boruu gabittta
Maree atii oboleetiikee dhisii malee gailaa matikee hin digiin
Barumaa abjuu tatee keessaa jiraa dhalii namaa haree umaa tadhemoo😢😢😢
Osumaa dhalii isinii gidutii hin umamanii dafii dhabii
Uuufff bara dhumaa keessa jira 😢😢😢😢😢
Dhuga kunisirri miti hicitii kanas callisiit gara abbaketti Debbi,I kanbirasfuudhi
dhisi biro❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
Rakkoo qabu kun hin dhiisin garuu abbaan kee adadaa jalaalee kee waliin qabu dhabu qaba itti himi
Welcome ❤
Hadhaa ketii hin himiin aka gargaraa hin baaneef
😢😢
Mee warrii jaalallee koo jaalallee koo jettan kuni ,kan isiin aja'ibu yookiis hubachuu qabdan ;sammuu keessantu isin hooggana moo jaalallatuu isin hooggana dhiiroo ?? Amma danda'amettii sammuutti haa deebinuu!! Maatii kee moo jaalallee haalarrattii hundooftee si jaallattuu fi haala xiqqoo badaa ilaalte si jibbituu tu si caalaa obboleesso sammuutti deebi'i!! Sababni isaas haa guddatuu,haa xiqqaatu maatiin kee kun maal sirraa baratuu?? Abban kee si dogoggooree,harmee keef yaadu hin qabduu?? Si qofa miti ta'u danda'a namoonni taaten kana fakkaatu qunnamee hoo maal sii fi maatii keerraa haa barataan?? Walumaa galatti jaalaltummaa keessaa bahudhaan obbolummaa keessan itti fuftanii jaalallee mataa mataa keessan qabachuun matii kee qabeenya maatii kee bittiinna'uurraa yoo hanbistee baay'ee gaarii ta'a dhugaa dubbachuuf !!! Gargar ba'un keessan ammo badii lamaan keessaniyyuu akka hin taane hubachuun barbaachiisadhaa.keessumaa abbaa kee fanaa dhoofte dogoggoora uumuu hin qabduu!!! Wanta gootu ammoo ofeeggannoon yoo raawwatte gaarii ni ta'a.nagaattii!!!.......
Safu maloo😢😢😢😢😢
Maati nafi ta'aa oromoo koo 🎉❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Harmee keeti hin himin jalalee keeti himii irraa fagadhuu 😢😢😢😢
Kun gafi tokko hin qabu akka sirri hin tane ni bekta intala ufira ari'i tan bira fudhi malo cubbudha kun😮
Hadhaa mucatiti himii inni tuni kani abba kootiti jedhii gaffadhu
abo atii malii namuma😢😢😢😢
🎉🎉🎉🎉❤❤❤
bagaa nagaan dhuftee gaammee
Maqaa yesuusin maali dhagenyaa 🤭 mata duree dhuma Isa nama nasisaa
Abbaan kee adaadaa intalaa moo haadha intalaa faanarra hariiroonsaa?
Waan jabate wolahi 😢
Anis fuudhun barbaada mee namni heeruma barbaadu jira❤❤❤
😂 😑 RABBI dubarti amala gaarii qabdu sii haa fusiisu
Anima herumun heda😂😂😊
@@SenaMideksa😅😅😅😅😅😅
@@SenaMideksa maasnuu ta'aan kootu ati bichaan hin nyaatin😢😂😂
😂😂😂😂 jira😂😂😂😂
Icitin kun sumfa abbaa kee giduti oso hafe bareda hadhaa keti himte jenan bultib ni diganaa qabenyii dhamati meqaan walit qabame ni bitina'a qabenyi mati keti kanumaa kechaan wan ta'ef gamachuu kef jete gamachuu mati keti hin digin sin jechun barbadaa obolesaa koo abbaan kee dogogore jira ati immo oso bekitu dogogorun cubudha dhekamsa abba kera kan waqqaa sodachun gari nati fakata akka yadaa koti
Yooyyaa ❤️
Hini himinii jalalae ke dhis8 jedhanii anii jadhafi ab ke aka adanii hibaner
Jalale, ke,dhisi,abaa,ke,hadha,yabi
❤❤️
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Kun rakkoo mali qaba ree yero amma
😢❤
😢😢😢😢dhiisii
Anna dhufuu gammee
Akka kootii hicitti kana hundaa dhoksii dhisii haadhaa keef yaadii.abba kee waalin deebiyyitii hojedhuu.jalallee keeti dhugaa jirtuu himmitti. Waan Waaqayyoo siif kahe kan,birraa fudhutti jiireenyaa kee itti fufii
Rakkoo mal qabaa ree essaanu obleeti tee taayu dandeezu hintaala adaada fudhuun saffuu jedhaamu hiccitii dhoksii garuu mucaati hin dhisiin fudhii😊
@@aliaalia7556 waan hin taanee dubbachuun ilma namaa cubbuu keessatti hin darbatinaa
Safuudh😢😢😢😢😢
Jalale kee walin oboluma inqabdanu maf infuutu
yaa oboles koo aban kee siri godhe baga sii dhowe dhisi aba fii hadha kele woliti natee builtii jaran digini dhissii hadhuma ketuu midhama yoo himtess hamenyaa yedu jaran fidini mucatii erale fagadhuu
wanuma dubadhu walalee😢😢
Welcome gamee
Dhisii
Dhisi
omg
Hin himin haadha ketu midhama intala dhissi kan bira jaladhu
😮😮🤔🫢🫢💔
abo dhisiii
🤔🤔🤔🤔🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️