Warra Hacaaluu Hunddessa nyate biyyen haa nyaatu. Every time a remember Hacaaluu my heart stop and my eyes filled with tears. Hace koo dhiigaa kee rabbii haa basu.
Kumsaa nama guda dha ati nama samu guda .Bayyee galatoomi . Drama aja'baa tti . Urjii, Abdi, qabo fi Iftu staroota koot bayyee bayyeen isan jaladha isan fillanookot. Kumsa my brother love you.
th-cam.com/channels/coiIFJ_nxA0hWgkdhMpVnw.html
#HaacaaluuHundeessaa
ጥሩ ስራ ነው
HIREE LIKE TUQA🙏
Uuuuuuuffff gubanii akkami woyaa ree 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa dubbachuf maati hiree diraamatif sibiscuraib miliyon galchutu nurra jira ture garu mal godhu oromon wal guddisu hin beeku😭
Eeeeee dhugaa ketii
Ittuma jirraa. Humna wal hin buufnu
😢
Abshirri
Rabbii dhabama nu haa goodhuu ummaata akkkamiti nuyii😭😭😭😭💞💞🌹
Mee namni haceen garaa keessan gubee isin madeesse like 😭😭😭😭😭
😭😭💔💔
Wayoo hiree koo naaf dhuftanii maloo amuman urjii arguti mudamee mee warii akka koo wa.ee urjii dhaga.uf mudamtan like xuqaa achumaan matiis naaf ta.aa maloo oromoo koo waqayoo urjidhumaf abdi qabodhaf jedhee nagadhan biyuma kiyatii naa yaa debiduu badhasaa anii isiinif qophesuu addaa kaa rabbin umurii kesaan nuuf yaa dhersuu
😂😂atii urjii bootaa ajjiibii
Maaloo ani urjii fii abdiin egaa turee
Kotuu matii naaf ta,ii kennaatoo maloo
@@caaloofirii siif ta.ee kinoo
Warra Hacaaluu Hunddessa nyate biyyen haa nyaatu. Every time a remember Hacaaluu my heart stop and my eyes filled with tears. Hace koo dhiigaa kee rabbii haa basu.
Maatii nafii ta'ii mee naa
Girisaa koo gir ittii jedhaa mee al tokoo harti Afaan oromoo guddisu qabnaa💔💔💔💔💋💋
Kotuu matii naaf ta,ii kennaa
Uuuuuuufff🥲💗💚
Maatii nafii ta'ii mee
@@iftuufajii2888 maatii naffii ta'ii mee lubbu
@@lensamulunafamily5103 tole
Bayee isin jaladhaa wolhii 1 kaseen isiin waliin jiraa mee namnii akaa ko jalataan laki xuqaa🥰🥰🙏❤
Karimakoo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖
Warri warri hachalu jålatån like tuqa 😥
😭😭😭😭😭😭
@@kibudegefa8281 😭😭😭😭😭😭😭
Maatii nsafta.i sanyiik🥰🥰🥰
❤😢😭
@@esmcomedy4940 ok
Hiree kana Maaltu isaa Sif Tahuu dhabee subscribers isaa ol Adeemu didaa? Torbee dabrees 74k jirraa
Lakkii kun hin Tahuu oromo wal haa gudifnuu
Namni maatii hiree jaalatannii fi hacaaluu jaalatannii like naaf tuqaa 💗💗💗🙏
Mati koo ta.i
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
🛑Akkata youtube itti banatan kotta na jala seena irra baradha ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚
NAMNI AKKA KIYYA HAACAALUU HUNDEESSAA JAALLATTAN LIKE TUQA🙏❤💚❤
Uuuuuffff maaloo akksi jedhiin mee onee noo tortee uuufffffff yaa raabbiii koooo
Haceee uuuuufffff. 😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭
Ijjoolee like hin kadhatina haaceen qaalii osoo kan waal jijiran ta'ee lubbu koo dabarsen Keena haaceef akka inni debi'ee oromof galuu wayoo ani garaan koo gubatee 😭😭😭😭😭😓😓😓😓😢😢😢😢
Namani hacceee hin jalane hin jiru😭😭😭😭😭
Ye hachalu photo sayi erasen makotetari yekitegnal yemota ayimeselgnm RIP
Hacee Ilma Sabaa Rabbin dhiiga kee siif haa baasu Sanyii koo 😭😭😭😭😭 yaa Allah Lubbuu hunda situ Uumee mee dhiiga Haace nuuf baasi
Girrisootaa baguma jirraattan itti roobsaamee like artiin keenya daawwitii keenya
Sanyi koo mati koo ta.i
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiitoo maloo
Ok
Baga Nagayan dhufatan Hiree kenya
Hacee qalii keenya si dhabuun hin ta’uu ture😭😭
Aay
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
Thank you guys! for memorizing us hace.
Mati koo ta.i
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii koo
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
Anaadhuufu hiree koo 🤝♥️💚♥️
Hacee koo akka duti kee na gubee duti abbaa kootu akkas nan gubnee maaloo uuuuuuuuffff maalumaan mana batee laata guyyaatti sana hacee Koo 😭😭😭😭😭😭 😭😭😭😭💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Haccee koo ija Oromoo tii one Oromoo keessa hin badu seenan isa
Wari Urjin du'u in qabdu jetani like 👍
Abdi kottu maati naaf tahi sanyiiko
Abdi💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖
@@sanyii8781 Tole sanyi
@@saboontutube881 Tole sabontu oromiya
@@hayathayat155 galatomi qomoko
Hirree dhugaa waqayoo Isanii umataa oromoo bakkaa butuu waqayoo isanii haa eguu 👍👍👍👍
Wwwaa baaga naagan dhuftani maatii hiree laakii sherii gochuu hin dagatinaa💛💚❤💛💚💚❤❤
Kotuu matii naaf ta,ii kennaatoo maloo
@@caaloofirii sifi taheraa atis kotuu
Yeroo hundaa waan gaarii hojjatan
Hardhaa isaan duraa irraa nu bonsiitan yaa warra diraama #hiree!
Aaaahhhhh anaa haa nyaatu haceeee koo 😭😭💔💔
Atii yomuuma onnee oromoo keessaa jirtaa
Atii hardhaa tahee bor hin dunee yaa tiruu koo💘😪
Namnii akka koo haceeee obsuu dadhaabe like xuquu mee❤😭
Maatii nafi ta'i tiruu kooo
WELL COME WITH MEMORIZING US HACALU HUNDE
Hacee koo waan sii godhuu dhabee hangaa guyyaa koo gahee dhuftii sa'ati sa'atiti sii yadhaa siin jaladhaa haccee koo qallii oromoo maali godhuree yartuu sii nyatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Welcome Matti hiree hundii keesan na dhufuu jeneera 🤝🤝❤️❤️❤️
Maatii nafii ta'ii mee
Tolee Walif haa tanu natii qaalii tiyya
Uuuuuuufii acee koo waqayyoo namsee kee mirgaa qulqullotaa nuuf haa dhabuu
Masikooo maatii naf ta ii me
MEE NAMNI AKKA KIYYA WAAQO GEETACHOO JAALLTTAN LIKE TUQA🙏
Anis bayeen jaladha
Musteekoo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖
NAMNI NADUURA FATOO KAN ARGGEE HIN JIRU LIKE TUQA🙏 Galtooma
😅😅😅😘🙄
Uuuuuuuu
@@hawiiyeshawalij5515 kotuu mati naf tahiti
@@senaasanyiijawariijiraahud568 kotuu mati naf tahiti
Maati waalin haa tanu
Bagaa nagadhaan nuuf dhuftaan matii diramaa hiree 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
መጥቹው በጣምነው የምወዳቹዉ ዝራ ደቂቃውን ካልጨመራቹው በጥምነው የምንደደው ለማንኛውም ብጣም ነው የምወድቹው ከልቤነው 🌹💕❤️💕🌹💕💕❤️🌹💕💕💕💕💕👌👌👌👌
Welcome hiree
Uuuuuuufff Hacee koo ija Oromokooti tiruu koo eessa si finnu maraannee💔😭😭😭😭
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiitoo maloo
@@caaloofirii siif ta'e
ሰላም ተስፋዬ:ሰላም የሀገሬ ልጆች: እግዚአብሔር በሰራው የኛ የሁላችን በሆነው ምድር በመተሳሰብ እንኑር::አመስግኑ: ይቅር በሉ: አፍቅሩ: ተስፋ አድርጉ: ስጡ: አሁን ውስጥ በደስታ ኑሩ ከህይወት ወንዝ ጋር ፍሰሱ !!!!!!!!!
Haceeee 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 yomi yuu laphee keenya keessaa jirtaa
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Haccee koo seena si yaadata guda galatoomaa matii Hiree🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓
Hacee koo💔💔💔😭😭😭😭😭😭dhugaan kee waaqayyoo qofarraa egnaa😭😭😭😭😭
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
Rest in Peace Haaccekoo ,you will always be remembered. 💔💔💔💔🖤🖤🖤😥
Kotuu matii naaf ta,ii
Maati waalin haa tanu
MEE NAMNI AKKA KIYYAA HIREE JAALATTAN LIKE TUQA🙏
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Kumsaa nama guda dha ati nama samu guda .Bayyee galatoomi . Drama aja'baa tti .
Urjii, Abdi, qabo fi Iftu staroota koot bayyee bayyeen isan jaladha isan fillanookot. Kumsa my brother love you.
Hacee koo yaa Qulqulluu nama uuuuuuufffff 😭😭😭😭
Seenaa koo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖
Anaa nyatuu gotaa ormoo waawayoo lubukee amaruu achee koo
Maatii nafii ta'ii mee
Hacee koo osoo kaan du'ee galee sittu nuuf galaa turee💔😭😢
Mati koo ta.i sanyi koo
Nuutsi hin se'en Hacee koo ati deemte achiin hafataa jenne😭😪😢
Sanyiitoo kotuu matii naaf ta,ii
wayii hacee koo qalii namaa💔 😭😭😭😭😭😭
Mati naa ta.i sanyi koo
Kotuu mati naaf ta,ii sanyii
Uuuuuuuufff haccee koo ni beekta lata akkka nu siif maraata jiruu😭😭😭😭😭😭💋💋💋
MEE NAMNI URJIIN HAADEEBITU JEETTAN LIKE TUQA🙏❤💚❤
Uuufff haa debitu ishee hin keessaa banan diramasayu hin ilalu urji miskina uufffi 😢🖤❤
Uuuuufff ha debituu urji dhugaaa🥰🥰
@@lattuutube9798 kotuu mati naf tahiti
@@meseretreta8104 kotuu mati naf tahiti
Aadaa,seksci
Diramaa hiree hedduun jalladhaa .oromoo koo dawwaadhaa Wal haa guddisnuu adaraa kessaan Wal malee hin qabnuu artiin kenyaa nuf haa guddatuu♥️♥️♥️♥️♥️
Sorry haacee koo madaan keenya hin fayyu tasaa of biraa sii dhabne 😭😭😭😭
Haaccee qallii umtaa oromoo yommuuu baduu keessa a oromookeessaa😭😭😭😭😭😭
Baga naga dhuftee matii hiree 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ijollee oromo kottaa maatii naaf taha
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@@caaloofirii tole sanyii ofi
Hiree keenyaa nuuf jiraadhaa baayee nama bonsaa qopiin isin sababii gotaa keenyaa haaceef gotan jabadhaa siin biraa jiraa nuus 💖💖💖💖💖💖💖💖💞❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔💔💝💝💝🌷🌷🌷🌷🌷
Ana dirmaa hiree kessaa urjii fii abdii bichaa nati tolaa
Dirmaa hiree irraati argamitani hunddi kessanu galatomaa bayee isin jaladhaa🤲🤲💝💝❤❤
Kotuu matii naaf ta,ii kennaatoo
welcome hiree hundumutii kesanii sii dinqisifadhaa qaboo
Haccee dhugaan kee haa bahuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Baga nagaan dhuftan hiree koo
Maloo urjiin hin fayyituyyii uuuufffff
Bagaa nagan dhufitan maati Hirree koo Abdin isin egaan turee Torbee Gutuu
Sanyi koo mati koo ta.i
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Haree maatii Nagaan Dhuftan jechaa
Waa'ee hachee garaan nuu gubate dhugaa hachee waaqayyo haa basuu 😭😭😭😭😭😭😭👆👆👆
ምርጦቼ ኑልን ስወዳችሁ 💋💋💋❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪
❤
Maatii nafii ta'ii mee lubbuu
@@lensamulunafamily5103 siff tee debitee
Haace Abbaa wol-qixaa Ilma Sabaa obbolaa koo kan naaf jecha duute 😭😭😭😭 Wollah akkamin sidagannaa nuuf jecha kichuu cittee
YOYYAA hiree dirmaa❤️
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Aaaaaaahhhhhh Yaa carraa Oromoo😭😭😭😭😭rabbiin ga'a jedhee nurraa haa fudhu rakkoof gidiraa kana☝️😭
Fatu kottu maati naaf tahii qomoko
welcome hiree koo galatoomaa sinin jedha hacee sagalee isaa waan nuf maktanif 🙏🙏
Way carraa keenna maaluma hireen teenna oromoo
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Numatu kottu matii naaf tahii qomoko
Warii akaa kotii waregamaa hacee gubachaa jiru qofitii like tuqii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuuuuuuuuuuuf maloo gubadhee wolahii
Hacce koo seena si yaadata 😭💔💔💔 galatoma matii Hiree🥰🥰🙏
Uuuuuuffff yaa garraa koo obbossaa dhabe barana Hacee koo
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
@@hayaathayaat8502 😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤
Lubbukeef Janata beekakoooo
Wayyii haccee uuuuuufffff wanti kee garaa nuu gubee baraa gootaa koo 😭😭😭😭😭😭
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
hiree nuf jiradhuu atii senaa oromoti me worii abdif urjii jalatan aiki tuqa❤
Wel come maatii hiree akkan sin jaladhuu
Draama baay'ee namatti toluuf waa baay'ee nama barsiisuudha jabaadha itti nuuf fufa
Hirree akkatan sin yadde uuuuuumphaaaaa.
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
uuuuuffffiiii yarabi insha allaah guman haccee nibasa oromon
Uuff isaa nuu nyaatee waqayyoo hin dhisiin
Abdi mati koo ta.i
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Wayoo biyoon sitii haa salphatuu hacee ko 😭
Hacee😭😭💔💔😭😭 nagani dafaa nuuf kootaa❤❤❤❤❤❤❤
Sanyi koo mati naa ta.i
Hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
waayyooooo haacee waaqaayoo lubbuu kee haa qanenisuu
Hacee ko yoomu seenaan sin irranfatu
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
Milto maati naaf tahii sanyii
Qopheessitoota diraamaa hiree gudda galatooma Hacee qaalii kenyaaf yeroo yaaddannoo isaatif kenuu keessanif 🙏🙏🙏🙏😓😓😓😪😪
Eddun isin mararfaadha 💞💞💞💞
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii koo
Haccee koo waan gonuu dhabnee sii debisuuf yaale garuu hin danda'amuu bakka hin debinee nuu bira demtee hayyuu kenyaa 😭😭😭😭😭
Urjin Format Ta,uf demti Waan Darbe eranfati Garii mitii Akkas in godhina maalo
Oromoo mati koo ta.i
Kotuu matii naaf ta,ii kennaa
Maatii nafii ta'ii mee lubbuu
uuuuuuuuuuuu ffffffffff yaa raabbii attii baasii. dhiigaa .haacaaluu
ishaaalhaa ishaaalhaa ishaaalhaa. gaafaa. raabbii jeedhee. inumaa baatii dhugaa kee haacee kiyyaa maalii Qaabaa oso gaafaa. saani maasaQalii. Adabaabhii irraa tii. duutee . maalii godhaanii siilaa daaguu sii nyaatanii 😭😭😭😭😭
Uuuuuuuuuuuuufffee warrii haccee nu jalaa nyaataan waqayyoo siihaa gafaatuu gubanee jiraanaa maaloo goonaa ayyii essaa finnaa wayyoo haccee koo gootaa oromoo Fi oromiyaa nuf jiraadha warrii hiree
Woyoo anaa nyatuu haccee koo 😭
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
Mal gonaa yoomu hin qoruu madaan keenyaa nuu cabeeraa lapheen keenyaa 😭😭😭😭😭😭
😭😭😭uuuufff Haccee koo onnee koo gubaate guyyaa du'aa kee qalbii koo iddoo baade ammaa ar'atii maratii maali siigodha yaada
Kotuu matii naaf ta,ii
Wayyoo haacee 😭😭😭😭😭
Uuuufff hacce qalii 😢❤️
Maatii nafii ta'ii lubbu
@@lensamulunafamily5103
Tole hode
Well come hiree jabbadhaa qomokoo
Hacee koo uuuuuuuuuuu ffff 😭😭💔💔💔
Maatii nafii ta'ii lubbu
Maatii nafii ta'ii mee lubbu
Waqayoo is wajinii yatuu urajii ko👍👍👍👍
Uuuuufff 😢😭 hacee akkamin si dagatamtuuu garuuuuu ❤️😭😭
uuuff hacee koo gubbannee 😂😂😂hirree dirama galatoma orm tiyyaa ijjollee tanaa gudisaa wal jajabesa sanyiiwaan koo
Hacee kenyaa saree sii nyatee wayyo uuuufffeee 😢😢😢💔💔
Ana nyatu haaccee ko mali gonaa re gubane Uuuuuuuuffffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Haaceekoo dhugumaan dachee kana gadhifteeyi hin seenne dhugaa A,aa
SINJAALADHA YAA OROMOOKOO YAA SABA GUDDAA💕💕💕
HACEE OUR LEGEND
Noraa hiree koo ❤️
Yoo rabbi biyya oromiyaa na fide gurbaa maallaqaaf jedhee urjii balleesse san hin dhiisu