Wawo masha alha tabrkalha gafi qaba dr me gafi ko nani debisa.abdidhani issini ega insha alha Anni wogota hedufi lukka ko jalara wani akka mada mada woyyi qaba lukkaa 1 irra bakka sadi qaba fana jala jechu koti lala 2 irra bakka 6 jechudha garu bayye na dhukubu yero 1tokko male me akkami godha dr
Dr ani qaraa laphe jala na gubba mana yaala demmi ni fayya jedhan qoricha naf nyaata kaamiyu yo nayaadhe na gubba naafi immi me dr biya oroma keesa jira pl
Dr malo anile baay'ee na dhukkuba malatton dhukkuba kootii dungda keessati naguba akkasumaas laphee koo jalati na rakkata Gogorii afaan na guta na deefachisa nyaata yoon nyaadhe na guba mana yaala yero 4 deemne ture garu furmata hin argane baay'een rakkadhee jira furmata naf himi
Hayyee mallattoo subscribed jettu cinaa mirgaan ka jirtu waan akka bilbilaa san irratti on yoo goote notification yeruma viidiyoon gadi lakkifame si dhaqqaba.
Dokotor dhugumati waqayo si ya ebisu anis kanuma rakadhe guba laphe jala guba garacha bokoku gara dhugumati xinotu na qbusa taka turen bela,as mata kos lafati nan marati kesuma ta,e yon ka,u mata kon dadhabe kanaf ani manati of yalu nan danda mal fayadame malo dok anu biya anban jira yala demu hin dandenye e furmata naf ladhu
Dr akkaa itti nama dhukubuu qofaa himuu osoo hin tanee dawas hima ❤
Akkm jirtu Dr gaalatoomaa gorsa kessanif .madaa'uun garaachaa maaliin baduu danda'a garaallee baayee na gubaa .mana yaalaas deemee homaa na gonee
Thanks doctor 💓🙏
❤❤
Dhukubini garacha dhukubba biroo nu saxilu hin da dada fayyafi xalla fulla Kenya ykn guracha goggafu? Kubbu kalle walli qabata walli qababa?
Woooow Galatoomi Guddaa
Sabakeef ati furmaata tokko laatteetta
Nuyi warri sirraa dhageenne ammoo warra hin dhaga'iniif illee haa qoodnu ❤️❤️♥️♥️💚♥️♥️♥️♥️
Hayyee atis galatoomi sanyii ofii!
@@drbirbochalaofficial dr dawwa hirba naf himee😭
Waw❤️
thanks mahi
Mhileet milisa maati naf ta'ii
Thank you Dr.🙏
Masha Allah
Hayye Dr yero nyaata nyaannu maalif karaa Afaanii nu baha fallii ykn dawwan isaa maalii Dr dhukkubbii gaarachaf sabaaf isin dhugaa dhugumaa
Wawo masha alha tabrkalha gafi qaba dr me gafi ko nani debisa.abdidhani issini ega insha alha
Anni wogota hedufi lukka ko jalara wani akka mada mada woyyi qaba lukkaa 1 irra bakka sadi qaba fana jala jechu koti lala 2 irra bakka 6 jechudha garu bayye na dhukubu yero 1tokko male me akkami godha dr
Rahima maati naf taahi
thank you so much
😍😍
Galatomii Dr gaafa yeroo baayee Naafi deebisitee
Hayyee Isinis Galatoomaa!!!!
Almaz maati naf ta'ii
Dr mashaalah galatomaa jechaa
Garchii koo sii bakatteeriyyaa sii godhtee sii maddayyaa nanii jedhanii fayyuu ni danda,amaa Dr keyyaa
Eyeen nii fayya mana qooricha deemi qooricha siif kennamu otoo addan hin kutin fudhadhu
Dr ani qaraa laphe jala na gubba mana yaala demmi ni fayya jedhan qoricha naf nyaata kaamiyu yo nayaadhe na gubba naafi immi me dr biya oroma keesa jira pl
Wolahii ani gubadhee homaa nyadhuu hundatuu naa gubbaa garaa lapee akkasumaa dudaa akkasumaa cinachaa kalee gadii lamanuu gubadhee malumaa ta
qoricha isa nuf hima malo bayyee na dhukubba mana yalaa deme garu na fayanee😢😢😢😢😢
Qoricha qaba moo oporeeshiniidhaan fayyama?
Dr bayee naa gubaa yeroo nyataa nyadhuu dawaa naaf barsii
Dr malo anile baay'ee na dhukkuba malatton dhukkuba kootii dungda keessati naguba akkasumaas laphee koo jalati na rakkata
Gogorii afaan na guta na deefachisa nyaata yoon nyaadhe na guba mana yaala yero 4 deemne ture garu furmata hin argane baay'een rakkadhee jira furmata naf himi
Bayee rakkacha jira gagrsa kesna barbachis Dr mee na gargara
Dr nyani nyadhe hin dakamu xiqqo nyadhe qufa osoni homa hin nyatani naa defachisa ancufa afani naa gutta.
Karaa telegiraamii na dubbisi.
dr rabii jedhii wan ramoo qunii balesuu naf himii ofin nakesaa bahutii jirtii rakadhee wly natii turtes jirtii mee dawaa sa😭🙏
😍😍
😘😘
Dr hedduu galatoomaa
Galatomii doctor
Hayyee sanyii ofii
Haye galatoomi abbanko yeero nyata nyatu garansa hinbokoka hindefachisa kun mali mana yalaa gese garu sagara isani ilalamanii kinina chogara ajanifi itti fufee fudhatamo kinicha akamii
Galatooma bayyee!!
Mana yala qorsa fudhera me waani nyachu hin qabne naibsi isa garcha bakteriya
Dr dhifamaa wajin dhibee golfee dawaa isaa naa himaa mee guraa keesaalee naa waranaa qamaa muul keessaa deemee naa nyanyataa pilisi naa debisaa mee
Dr bakitiriyaa garaacha maalin dawaan isaa
Qoricha ni qaba
Dhibeen garaaracha laphee qofaa iraa namaa dhukubbaa moo dudaa dubaan namaa dhukubuu danda'aa
Mallattoo luqqa'uu garaachaa keessaa tokko gara dugda duubatti gubuudha. Kanaaf dugda duuba gubuu fi dhukkubuunillee mallattoo isaa ta'uu danda'a.
Galatoomi Dr
Dr guddaa galatoomaa!
Hayyee atis galatoomi sanyii to
Bayyee gaaridha sanyii koo jabadhuu! Birboo video kee akkumaa galakifameen maaf nabiraa gahuu didda?
Hayyee mallattoo subscribed jettu cinaa mirgaan ka jirtu waan akka bilbilaa san irratti on yoo goote notification yeruma viidiyoon gadi lakkifame si dhaqqaba.
@@drbirbochalaofficial Tolee guddaa galatomii Dr birbo
Waww jabadhuu sanyii matii naf ta'i atillee
Hayyee Thanks
❤❤❤Dr galtomi ummuri dheradhu
👌👌
@@drbirbochalaofficial ❤🙏
Galatoma Dr ❤❤❤❤
Akamitiii naamaa qaaba
Wow bayye namtii tolaa galatomii Dr🥰
❤❤
jabadhuu qalii
Maashalah dalaga bareda jirta
Thanks
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
🙏🙏
dr walaahii bayee galatoomii mee gaafii tanaa maafi debisii yeroo tokoo tokko hafuraa addaan naa kutaa yeroo bishaan dhuguu naraa badaa hafuraa olii bafachuu hin dandaa'uu saababni maali pls😢😢😢😢
👍 👍 👍 👍 👍 👍 👍
Dr nagaan siif haa baayatu akkami vedion kuni Waggaa tokkon dura hojetame. Gaaffiin sii gaafadha naa gargaarii Ani biyya Orman jiradha guyyaa yero hundaa a laphee koo jalaa naa dhukkuba yoon akkasiti ilaalu congara kootu nyaata naaf hin dakkuu naati fakkaata baayeen rakkacha jiraa maatin Ani biyya hojedhu hopsitala naa hin geesani guyya guyyaa yeroo hundaa naa dhukkuba halkan yeroon rafuu naa hin dhukkuba baayee naati ammacha dhufee maal yoon godheee naa dhiissaa ykn naati furaa Amman biyya kooti gaalee hobsitala demutii gorsa naaf kenii dhifama wajjin
Galtomii Dr itti akanumatii itti fufii ga
😘😘😘
😘😘❤
Mee Dawaa issaa nuttii himmaa kaa wanni betaanni iraaa nufii qoodaa kaa
Haga dhumaatti ilaaltanii jirtuu?
Dr lafe cinacha kesa akka male na dhukuba ples qorchisa mali🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺
Yoom si jalqabe? Mallattoo biraa hoo maaltu jira?
@@drbirbochalaofficial ji,aa toko gute malato isa na warana 🥺
Guubaa gaaraku nyaani yeroo tokko tokko nugubuhoo
Wowo😘😘
Thanks
🎉🎉🎉
Galatoomi Guddaa
💔💔💔💔💔💘
😍😍
❤❤
Bay'ee garidhaa gorsii keessan
Thanks
❤❤❤❤❤
Amishiir sanyii ofii
😍😍❤❤
👍👍👍👍
😢😢
Dr dhifamaa naf godhaati wa.ee kintarotii isin gafaachu barbadee mali yoo jetan ani amaa qulubii irraati qabe fayaadama jira hanga guyaa 15 fayadamee adadumaa qullubii irraa kayun gogaan isaa quncaa.a demaa jiraa akkaam rakkoo qaba moo quncaa.un isaa sun furmaata isaati adara naf debisaa
Hayyee Gaafii kee argeen jira. Waa'ee kintaarotii irratti yeroo dhiyootti viidiyoo isiniif dalaga. Obsaan nu eegaa
Isiin egaa qullubii irraati qabe jenaan quncaa.u jalqabee san sodaadhe waan biraa godhiiti jedhetiin qullubiin
Dr Baye garidha galtomi
Hayyee isinis yaada nuuf laattaniif galatoomaa!
Gaafii qabaa dotorii dhibbenii coggaraa na belesaa ?
Afaan arabaatiin mararaajeechuun maaliidha
Sanyii ofi maati naf ta'ii
Hayyee maatii siif ta'eera!
Qamni nama rommun mallato maliti foolin afaani nama xirau fi hidhin nama luqaun ho maali
Ani kales qaba gastric Bakiteriyas qaba
Adara yoo barrefama koo argitana naa deebisa
Hyee doctoral kenaa galtomaa dawanii malii
Tole galatomi jecha anilen gaafiin qaba
gaafiin kiyya ani gubaa kana hin qabu garuu laphee koo jela yeroon afuura baafadhu afura baafachu na dhorka
yeroon mana yaala deemus qoricha naaf ajaju qorichi naaf kennamu kan hafura nakutu kana guyyaa 2ykn3 qofaf narraa cite nati deebi'e mee furmaani isaa maalii?
Wonta naaf hin galle tokkotu jira qoonqoo nama goysuufi tuftoo namatti baay,isuu,fedhiin nyaataa gadi bu,uu dhukkubbii lafee qoonqoo fooliin addaa namatti gara gadiitii ol ajaawufi gubaa yeroo tokko tokko laphee irraafi bifti tuftoo namaa jijjiiramuufi kkfn galatoomaa ulfaadha deebii quubsaa barbaanna!
Garachi yoo nama dhukkube nama ni qufasisa
Silki kesan naa ergi dandesu
Dhukubaa cogaraa gosa maqee tu jiraa
Dr bilbilaa ken barbadaa ??
Dokotor dhugumati waqayo si ya ebisu anis kanuma rakadhe guba laphe jala guba garacha bokoku gara dhugumati xinotu na qbusa taka turen bela,as mata kos lafati nan marati kesuma ta,e yon ka,u mata kon dadhabe kanaf ani manati of yalu nan danda mal fayadame malo dok anu biya anban jira yala demu hin dandenye e furmata naf ladhu
👍👍👍
❤❤❤❤❤❤
Qamni nama rommun mallato maliti foolin afaani nama xirau fi hidhin nama luqaun ho maali
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤