- 267
- 624 665
Dr Birbo Chala Official
United States
เข้าร่วมเมื่อ 19 เม.ย. 2021
Baga gara youtube chaanaalii keenyaa nagaan dhuftan.Chaanaalin kun miidiyaa keessani. Hojiin keenya inni guddaan namoonni waa'ee fayyaa waliigalaa isaanii irratti bakka jiran ta'anii hubannoo gahaa akka qabaatan taasisuudha.kanarratti dabalatee ammoo qophiilee bashannansiisoo safuu fi safeeffannaa hawaasa keenyaa eeggate garaagaraas akka isin bira gahan ni taasifna.Isinis chaanaalii keenya subscribe gochuun baruumsa garaagaraa mana keessan ta'aaatoo hordofaa.kanamalees odeeffannoo fayyaa karaalee fuula Fb,telegram fi tiktok liinkii gadii kanaan argachuu dandeessu.
FAYYAAN ISIN IRRAA HIN FAGAATIN!
FAYYAAN ISIN IRRAA HIN FAGAATIN!
Balballii fi Meeshaan biraa maalif nama Nazzara? Furmaanni isaa hoo maali?
Balballii fi Meeshaan biraa maalif nama Nazzara? Furmaanni isaa hoo maali?
มุมมอง: 285
วีดีโอ
Post piiliin" Maalif fail godha? sababoota 5
มุมมอง 59114 วันที่ผ่านมา
Post piiliin" Maalif fail godha? sababoota 5
Maloota Ittisa Ulfaa keessaa kamtu hundarra amanamaadha?
มุมมอง 894หลายเดือนก่อน
Maloota Ittisa Ulfaa keessaa kamtu hundarra amanamaadha?
Namooti Kunniin dirqama dhukkuba Sukkaaratiif ilaalamuu qabu!
มุมมอง 428หลายเดือนก่อน
Namooti Kunniin dirqama dhukkuba Sukkaaratiif ilaalamuu qabu!
Waa'ee Karoora Maatii kan durboonni hundi beekuu qaban -Part1
มุมมอง 324หลายเดือนก่อน
Waa'ee Karoora Maatii kan durboonni hundi beekuu qaban -Part1
Faayidaa Muuziin Fayyaa keenyaaf qabu
มุมมอง 5312 หลายเดือนก่อน
Faayidaa Muuziin Fayyaa keenyaaf qabu
Cidha Baay'ee bareedaa (Dr Darajjee fi Durb.Sinqinash)
มุมมอง 2712 หลายเดือนก่อน
Cidha Baay'ee bareedaa (Dr Darajjee fi Durb.Sinqinash)
Fedhii Walqunnamtii Saalaa Ofiin Ofirraa Baasuu part 2
มุมมอง 2K2 หลายเดือนก่อน
Fedhii Walqunnamtii Saalaa Ofiin Ofirraa Baasuu part 2
Shubbisa bareedaa Cidha Dr Darajjee Girmaa irratti
มุมมอง 4162 หลายเดือนก่อน
Shubbisa bareedaa Cidha Dr Darajjee Girmaa irratti
Da'uumsa booda W/Saalaa hanga yoomitti dhorkama?
มุมมอง 3532 หลายเดือนก่อน
Da'uumsa booda W/Saalaa hanga yoomitti dhorkama?
Fedhii Walqunnamtii Saalaa ofiin Ofirraa Baasuu part 1
มุมมอง 8442 หลายเดือนก่อน
Fedhii Walqunnamtii Saalaa ofiin Ofirraa Baasuu part 1
Durbummaan dubara takkaa akkamiin barama?
มุมมอง 7502 หลายเดือนก่อน
Durbummaan dubara takkaa akkamiin barama?
Dubartoota akkamiitu tasuma Post piilii fudhachuu hin qabne part 3
มุมมอง 7562 หลายเดือนก่อน
Dubartoota akkamiitu tasuma Post piilii fudhachuu hin qabne part 3
Qaama Saalaa dhiiraa Waan guddisu jiraa?
มุมมอง 9392 หลายเดือนก่อน
Qaama Saalaa dhiiraa Waan guddisu jiraa?
Waa'ee post piilii waan beekamuu qabu part 2
มุมมอง 6092 หลายเดือนก่อน
Waa'ee post piilii waan beekamuu qabu part 2
Waa'ee Post Piilii waan beekamuu qabu!
มุมมอง 5282 หลายเดือนก่อน
Waa'ee Post Piilii waan beekamuu qabu!
Dhangala'aa karaa qaama saalaa bahu maal agarsiisa?
มุมมอง 3503 หลายเดือนก่อน
Dhangala'aa karaa qaama saalaa bahu maal agarsiisa?
Sirna Ajaa'ibaa -Ayyaana Irreecha Haroo Birboo Irratti part 2
มุมมอง 1803 หลายเดือนก่อน
Sirna Ajaa'ibaa -Ayyaana Irreecha Haroo Birboo Irratti part 2
Viidiyoo ajaayibaa Irreecha 2024 irratti
มุมมอง 3083 หลายเดือนก่อน
Viidiyoo ajaayibaa Irreecha 2024 irratti
Irreecha 2024 Irratti Viidiyoo garaa nama nyaatu!
มุมมอง 2143 หลายเดือนก่อน
Irreecha 2024 Irratti Viidiyoo garaa nama nyaatu!
Ayyaana Irreecha Sababa Godhachuun Yaalii Tolaa -Kilinika G/G Wiirtuu
มุมมอง 773 หลายเดือนก่อน
Ayyaana Irreecha Sababa Godhachuun Yaalii Tolaa -Kilinika G/G Wiirtuu
Jala Bultii Ayyaana Irreechaa 2024 Magaalaa Sabbataatti
มุมมอง 3063 หลายเดือนก่อน
Jala Bultii Ayyaana Irreechaa 2024 Magaalaa Sabbataatti
Dubartiin tokkoo laguu utuu hin argin, utuu hoosistuu ulfaa'uu ni dandeessi Dr...
Yero baye na mudate jiraa
Amma fala argatte mitiiree?
@drbirbochalaofficial ee galatoma dur
Waw
Yo himte qoricha himi maqa isa hala itifayadasa walin sani achiti ware ware dhisi
Qoricha ameebaa sitti fakkaateeyii? Gowwummaan akkanaa gaaf tokko si nyaachosa
Baruumsi Kee namati tola baay'ee galatoomi
Tel girmaa iratii gafachuu barbade
Gaffii qabaa garuu
Mee namnii ilmoo jallatuu rabbin sif hakenuu nan jedhi dhiraf dubaran 😢😢😢😢😢😢😢
Nooraa Dr Baga Nagaan dhufte Ani Ufaataa ufaa dhuu Naqabaa Translate to English
GalatomaaDR
Anii uffaannii iyyuu naa nazaraa waan godhuu dhabeen jira 😂😂
Amma fala argatte mitiiree?
Please dr mana yaala deemee homa hin qabdu nan jedhani furmataa naf himii
Dr galatoomi garuu an garaa harkaa bitaa na dhukkuba yoo nyaata nyaadhe garaa koo badhee hin dandauu mee naf himii
Dof.ani.kani.jiha.sadii.fudha.ture.garuu.laguu.nahati.hin.dhufin.jaha.sadii.darebe.kan.jiru.biyya.oromati.gana.torbe.sadii.bayee.sodadhe?
Qorichichi amala marsaa laguu jeequu ni qaba.kanaaf sababa qorichaatuma hafe ta'uu mala
@drbirbochalaofficial dura.elen.yeron.farifee.fudhadhe.yoo.adani.kute.malee.laguu.hin.arigu.ture.ama.imo.bayee.sodadhe.sabin.sodadhe.duhu.koo.bayee.naha.dhukuba.hafe.jechu.dha.moo.dof.mee.nati.hI'm.biyaa.oroma.jirA.sodadhe.jaha.boda.maramara.dEmma.ksnafu.debii.naha.debisi.malo
Welcome Dr
Nuuf jiraadhaa
Wowwww baruumsa ajaayinaati
Yoon.marifee.dhabee.garuu.laguu.nahan.arga
Ani.marifee.fudhadhe.hagaa.jia.sadii.laguu.hin.argu.kun.mali.irra.kani.kahe?
Shammarri tokko posti pilli fudhatee marsaan laguu yeroo isaa egee yoo dhufuudha baste maalidha?dr
Isa jiiniidhan namatti dhufuuf furmaanni maalidharee
Mashaa.allhaa
🤲🏻🤲🏻😭😭😭😭😭😭😭
Galatoomaa Dr
Hayyee galatoomi dkr
Gosa dhigaa maaltu qaaba
gaafii tokko si gaafadhuu?
Gaafadhaa
@drbirbochalaofficial harkaan ofirraa baasee jennaan hafuurri qomatti ol citee na cinqa maalgodheen jennaan na dhiisa ?
Galatoomii Doctor
That is okay
Galatomaa Dr
Marfee isaa ji'a sadi sadii fayyaadama ture marfee sana bayyees hin fayyaadamne marsaa sadii bicha waranadhen dhise isa booda marsaa laguuko jeqe achi booda qorichaa kan toorati naaf deebisu Naaf laatani turan isaa fayyadame iddooti naaf deebise ture amma ergan dhise ture garaati naaf hafu dide maali rakkoon isaa Dokter
Alatoomi
Gaalatomi dhugaa❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Dhukubiin mataa qoftiin yoo
Yoo infekshiniif saxilamtee fuutmanni isaa maali dr
❤❤❤❤Dr bayye galatomii
Garaa hamechuni malii
Dhukkubni tiruu nama tokko irraa gara nama biraatti darbuu ni danda'aa?
Marsaa laguu oso hin dhufiin godhee barima San itti dhufe Kun akkam ta'aa?
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Ani yeroo bayee qoratamebeka garuu yeroodhiyoo keesaa hufantuu achi hammaa ji,ashannti h/v kanaa hiqaaturee qoran tokko iraa naget lammaa neget sadaffa Po+malifta Elataa ?
❤❤
Dr gallatomaa guddaa dacha bekumsaa argadha
Thank you dr👏👍
Maqa qoricha nuf bareesii Mee
Qusannaan waggaa sadi yeroosarra yoo darbe rakkoo qabaa?
Good
Dr galatoomi gaafiinkoo HIVn waggaa 3 taa'ee ykn 5n illee taa'ee mulla'chuu danda'a jedhu dhugaamoo sobaa