Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 1 ก.ค. 2024
  • Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame
  • บันเทิง

ความคิดเห็น • 575

  • @ethss7299
    @ethss7299 2 วันที่ผ่านมา +35

    ሽማግሌውን አምነዋለሁ። ጋዜጠኛውን ደግሞ አከብረዋለሁ እንደዚህ አይነት የረከሰ አስተዳደር ስላዋረደልኝ። አንዋር ጀግና ነህ የምር።

  • @yadetakitila7126
    @yadetakitila7126 3 วันที่ผ่านมา +26

    Gaaffii Dr. gaafatamanii fi deebiin isaan deebisan wal hin simu. Gaz. Anuwar Jamaal ulfaadhu. "Free Afaan Oromoo"

  • @aligena827
    @aligena827 2 วันที่ผ่านมา +18

    Jabaadhu Dhugaan ummataa Siif Qofa Gaalee jiraa Rabbiin sii eguu rakkoolee akkan bayyeen Aanaalee keessatti bayyanni Argamuu Ammalee itti fufuu qaba 🙏🙏🙏🙏 Jabaadhu ✅

    • @fufadiriba697
      @fufadiriba697 19 ชั่วโมงที่ผ่านมา

      Jabaadhu anuwar

  • @user-jt3ks2vg5e
    @user-jt3ks2vg5e วันที่ผ่านมา +2

    Wallaahi Rabbii Guddatti Kakadhe Namni Aangoo Feete Qabaattus Ati Gaafa Rakkataa Imimmaan Buusiste Imimmaan Jara Sanii Dunittis Erga Duutes Sima Salpisa Sima Guba Tashoomee Imimmaan Haadholee Fi Diiggaan Masjidotaatii fi Duuti Ummata Islaamaa Yoomuu Turee Hin Turu Hanga Dhugaan Baatutti

  • @MaddaWalabuu-ux3wn
    @MaddaWalabuu-ux3wn 3 วันที่ผ่านมา +21

    Yooyyaa koorommiin dhuuftee obn saagalee ummata naaf jiraadhaa gazexeessadhan nuuf jirradhaaa❤❤❤❤

  • @BalaayMulu-og1zv
    @BalaayMulu-og1zv 2 วันที่ผ่านมา +5

    Dr.tashoomaa
    teessoonsuun isaaniin hinmadaaluu

  • @buze1buze1
    @buze1buze1 2 วันที่ผ่านมา +6

    OBN🙏 nama ak Takeal Umaa nu ramadaa እንደ ታከለ ኡማ አይነት ታሪክ ቀያሪ ሰው ለሸገር ሲቲ የሚመጥን መድቡልን ከንቲባው ህዝባችንን እያሰቃየ ሽመልስ ዝም ብሎ ለምን ያያል😔

  • @murtianbessa
    @murtianbessa 2 วันที่ผ่านมา +8

    The only journalist in Ethiopia!Anuwar Jemal❤❤

  • @user-ru2rw4wx9h
    @user-ru2rw4wx9h 2 วันที่ผ่านมา +8

    Umurii dheeraa siif haa kennu Rabbi Annii garuu hojiin jara kanaa, akkaataan yaada kennuu isaaniillee nama iftoomina qabu in fakkaatu ammayyuu namaaf hojiin wal in argannee safuudha yaa isa beekaa namaati jedhanii abdanii ulfaatadha

  • @nagayotuulaa1816
    @nagayotuulaa1816 2 วันที่ผ่านมา +5

    ❤❤osoo nama biyyaa yaadu tayee dura qulqullina eeguu qaba ture.
    osoo gamoo hin ijaarre
    manni fincaanii ijaaramuu qaba ture.
    kan rakkinna mootummatti ummatatti rakkinna fidaa jiru.hooggamtoota maqaa mootummaatii aangoo qabatan nama hiraarsan kana.❤

  • @AkedirMuhammad
    @AkedirMuhammad 2 วันที่ผ่านมา +9

    Fayyaa Siif Haa kennu obboleessa keenya Anwaar Jabaadhu Rabbin guddate Si Haa tiiksuu Sijaalanna jiraadhu gabna namaa

  • @OroTechHub
    @OroTechHub 2 วันที่ผ่านมา +5

    Godina Baalee Aanaa Agarfaa deemaa mee Caayaa 💪🫶

  • @rahametamdihun3585
    @rahametamdihun3585 3 วันที่ผ่านมา +27

    Nama yaada isaa ibsuu hin dhandeenye Kantiibaa gochuun sirrii miti .
    Haa sirreeffamu!

    • @kebedemegersa3977
      @kebedemegersa3977 2 วันที่ผ่านมา +1

      Yadaa Mali qabaa ibsaa jeeteetii bro

    • @tv_agenda
      @tv_agenda 2 วันที่ผ่านมา

      @@kebedemegersa3977 😂😂😂

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 วันที่ผ่านมา +2

    ❤❤Abbaa says mandisni Humni barnootaa irkoodha kanaaf Yaada mo'ataan Qalbiin waraana Uffataachin arganii

  • @kiyarsilalusinargu
    @kiyarsilalusinargu 2 วันที่ผ่านมา +6

    ❤❤ Anawaar Dhiira namaa Goota Sabaa Rabbi Umrii Sihaa tursiisu

  • @melkamunegasa8067
    @melkamunegasa8067 2 วันที่ผ่านมา +6

    Anwar! Farra hattuu fi sobduu jabaadhu!

  • @bb6824
    @bb6824 2 วันที่ผ่านมา +8

    Gaz. Anuwaar Umrii Rabbiin si haa dheeressu

    • @Good-pd2bv
      @Good-pd2bv 2 วันที่ผ่านมา +1

      Saamtu baleessa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 วันที่ผ่านมา +1

    ❤Hammeenyaa gurrii dhageeffatuu
    Fageenyii lafaa lafee laftis riqicha diinaa gzx Anawar Jamaal Jamaal wrwrwb Muslim dhageeffaattootnii aswrwb/yooyyaa lafti Eegumsaa

  • @ezdinozil3738
    @ezdinozil3738 6 ชั่วโมงที่ผ่านมา +1

    Anawaro bravo bro 💪👏👏
    garu jerrii OBN maalloo mucaa kanaf addara keessaan mucaan.kun nuf egaamu qaba 🙏 biyyaati kana kessati namni dhugaa duubbatu yero bayyee hinbulu 😢😥🥺

  • @abrahamgemechu5246
    @abrahamgemechu5246 2 วันที่ผ่านมา +8

    Dr. Tashomee must go !

  • @KidaneNigatu
    @KidaneNigatu วันที่ผ่านมา +1

    Haxefi hattu ogassa kessa jiran yoo akkuma kan ummatin offi kessa saxile base malle gudini hin jiru ati immo oguma kegi jabadhu rabbi umuri sif hakenu

  • @robaosmael3831
    @robaosmael3831 2 วันที่ผ่านมา +4

    I have some questions for the OBN director about caya. Please leave it only for anawar he has competence and dedication form inner for this program.

  • @sherifahmed2971
    @sherifahmed2971 2 วันที่ผ่านมา +1

    Baayyee gaariidha mariin isin gottan kantiibaa magaalaa shaggaarii waliin haa ta'u garu kantibaan akkana Kun magaalaa shaggaarii fi ummata achii jiruuf rakkoodha yaadnii isaattu waldhawaadha ofti amanumaas hin qabu ragaas hin qabu wanta hojjattes kanaafu kabajamon pirizaantiin shaggaarii fi ummata shaggaariif furmata akka kennuuf gaffana

  • @jeylanademo4349
    @jeylanademo4349 3 วันที่ผ่านมา +12

    Afaan Hojii Magaalaa Shaggar kami , Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beekan hin fakkaatu, ni gugufatu.

  • @user-du2gd7ml4g
    @user-du2gd7ml4g 18 ชั่วโมงที่ผ่านมา +1

    Qophi cayaa kani bayee namati toltuudha jabadha obn sagalee umataa ❤❤

  • @brekwarratulama
    @brekwarratulama วันที่ผ่านมา +2

    Kana hojjettan sitti agarsiise sunnen horiidha...isaan achi keess aa yaasuudha....qulqullinni kan nama hundaati.Kan Dr Tashoomaa miti.

  • @MulugetaDanno-uq5ef
    @MulugetaDanno-uq5ef 2 วันที่ผ่านมา +4

    Namni sadarkaa Dr.irra jiru, haala kanaan of ibsa taanaan homaa hin barbaachisu. Afaan illee sirriitti nama dubbachuu hin dandeenyeef aangoo kennuun salphina. Magaalaa seenaa Fi morkiin siyaasaa cimaan irra jiru, irraatti kantiibaa akkasii muuduun magaalattii ajjeesuudha. Namni Kun iddoo kan biraaf irraatti yoo muudame bu'a qabeessa ta'uu danda'a, waan ta'eef utuu bakka isaa malu keessanii gaariidha.

  • @urgessasoressa
    @urgessasoressa วันที่ผ่านมา +1

    Ayii Anuwaar!! Jagna haati deesse. Nuuf jiraadhu!!❤❤❤❤❤

  • @osmanalsaied476
    @osmanalsaied476 16 ชั่วโมงที่ผ่านมา +1

    Raakoon Oromiya maallaamalituumaa
    D/r Abiy Ahmed Alli keesiikeessaa Aduurreen keesii biineesaa Oromoo Jabbeessii !!🎉🎉usa❤❤❤❤

  • @degefadadi8847
    @degefadadi8847 วันที่ผ่านมา +1

    Rabbi si haatiksu Gaaz. Cimaa biyyattiin Qabdu Anuwaar Jamaal.

  • @AbdaaMahmud
    @AbdaaMahmud 2 วันที่ผ่านมา +1

    Maashaa'allaah dhugaan jiru argamaa jira jabaadhuu itti nuuf fufi akkasumatti rabbiin sihaagargaaru Anuwaar Jamaal nama nuti qabnu keessaa isa tokko taateetta dhaloonni kun sieeggata akkasumatti

  • @dawitkifle6213
    @dawitkifle6213 2 วันที่ผ่านมา +3

    Good job guys. Keep on exposing weak and incompetent "officials"

  • @kenileisa
    @kenileisa 2 วันที่ผ่านมา +2

    Thank you brother

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 วันที่ผ่านมา

    Nuu jiradhuu Anwar kenyaa sii jalanaa umurii dheraa nuuf jiradhuu ❤❤

  • @tijaniabajihad1237
    @tijaniabajihad1237 2 วันที่ผ่านมา +5

    kantiibaa kun afaan oromo hin danda'u Mee dhaggefadhaa siirti

    • @UrjiiDereje
      @UrjiiDereje 2 วันที่ผ่านมา

      Dhuguumaa hin rakkiisaa

    • @Abdu2030
      @Abdu2030 2 วันที่ผ่านมา

      Exactly

  • @derejehordofa4557
    @derejehordofa4557 2 วันที่ผ่านมา +1

    Thank you.
    Anuwar.
    There is huge unsolved problem.

  • @shiferawofficial2923
    @shiferawofficial2923 วันที่ผ่านมา +1

    Hojiin isaanii inni guddaan hiyyeessota homaa qabne irraa mana diiguudha😢😢😢😢😢
    Anwar nama jabaa jabaadhu amma illee

  • @AdemRameto
    @AdemRameto 22 ชั่วโมงที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤ nufii jabadhaa jajabee haqaa

  • @nejiahm
    @nejiahm วันที่ผ่านมา

    Wow gazixesaa akka Anwar jamaal rabbi nuuf haa baayisuu jabaadhuu

  • @derejededefoofficial
    @derejededefoofficial 2 วันที่ผ่านมา +1

    Horii Buli Abbo!
    Mataa dhiirati!
    ✅Fakkeenya Gaazexeessati
    be strong and go forward help your people💪💪🙏

  • @jasminadam6601
    @jasminadam6601 2 วันที่ผ่านมา +1

    Rabbi sitti haafaraduu!! Dhalli dhalaketii cubbu atii ummata hiyyessaatti goote kana jalaa hinbahiin!!

  • @ararsalemmessa1481
    @ararsalemmessa1481 2 วันที่ผ่านมา +2

    Gaazexeessaa sirrii.
    Mee waan keessummaan waadaa galu fkn torban gidduutti galu, raawwachuuf dhiisuu isaa sagantaa torban itti aanutti jalqaba sagantaarratti beeksisaa.
    Fkn Dr.Tashoomaa boru xalayaa Waj.president Nan erga jedhe erguufi dhiisuu isaa torban ni eegna

  • @taddetesfu6103
    @taddetesfu6103 2 วันที่ผ่านมา +1

    Adeemsi Dr.Tashee sirriidha,garuuu lafarra harkifannatu jira.kana immoo kan lafarra harkisan kaabinoota lafa hedduu saamanii of harkaa qabaniidha waan ta'eef itti muddaa !!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 วันที่ผ่านมา +1

    ❤Moodeela Riqicha Hawasaa kan Yeroo Cufaa irraa lallabni beekaa Eegumsii jiruu Beekumsii Beekumsii gzx AnawarYuusuuf AnawarYuusuuf jiraa jirraa galatoomii hayyuu gzx Anawar Jamaal Charles minister Fayyaaatii taajjabbii caahaa tokkummaatii itti himii

  • @feyisamulata5761
    @feyisamulata5761 2 วันที่ผ่านมา +4

    Ayi Yaa Dr. !!!!!

  • @BuloGirma
    @BuloGirma 2 วันที่ผ่านมา +1

    Baayyee Nama ajaa,iba gochaan kun dafanii ummataaf/investmentotaf deebii quubsaa deebisu qabu hoggantootni bulchiinsarra jiran .Qaxalee ilma Oromoo atimmoo jabaadhu Anuwar Ummanni biyyatti si wajjin jirra!!10Q we wish your Longlife.from Oromia Region!

  • @kiyyaa2525
    @kiyyaa2525 2 วันที่ผ่านมา +2

    Way yaa Dr.! Muuu! Saba keenyatuu saba keenya miidha duruuu😢😢😢
    Dr Tashome must go!

  • @mahdiabdirahman119
    @mahdiabdirahman119 2 วันที่ผ่านมา +2

    Jabadha jabadha OBN please ummanii kennyan bulchitotaan midhaama jiru 😢dhugan ummani kenna amma baha jira at list bulcha nama lamafi sadii yoo seran hidhaman muldhiftan kan biroo sirnan ummatta issa tajajila adara jabadha ummata kessan bira dhabadha Qophiin caayaa galatoma

  • @BlueSky-hn2rx
    @BlueSky-hn2rx 2 วันที่ผ่านมา +1

    Real oromo journalists with journalism ethics

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 2 วันที่ผ่านมา +1

    Qaamni bilisa ta"ee Qabxii qophii CAAYAA irratti ka'ee hordofuu jiraachuu qaba. Kanaachi oduu duwaa ta'ee hafa. Galatoomii Anuwaar!!

  • @mitikuemana
    @mitikuemana 2 วันที่ผ่านมา +1

    Safuudha Aboo jedhe Astamari mokonon

  • @eliasayalew5708
    @eliasayalew5708 2 วันที่ผ่านมา +1

    ጋዘጠኛው ክብር ልቸረው ይገባል ።እውነት የኢትዮጵያ ምድያ ይህንን ያህል አድገዋል።wow!!!!OBN

  • @anoleshow
    @anoleshow 2 วันที่ผ่านมา +2

    Dr Inventerii

  • @fireederesaafireederesaa3513
    @fireederesaafireederesaa3513 2 วันที่ผ่านมา +3

    Anuwar mee Maagaalaa tuluboloo raakoo gudaa jiraa manaa jireenyaa ❤❤❤❤

  • @tilahuntahiro3483
    @tilahuntahiro3483 วันที่ผ่านมา

    🎉Rakkoo ijoon Magaalota Oromiyaa Iddoo mijataa hojii uumuun walqabatee manni Fincaanii baay;ee rakkoo dha. Kanaaf hunduu of ilaalee irraa barrachuu qaban.

  • @AbdurazaqHebo
    @AbdurazaqHebo วันที่ผ่านมา

    Gaafa rabbi nama qabu
    Woni godhani hin jiru

  • @ziyadmohammed7023
    @ziyadmohammed7023 2 วันที่ผ่านมา +4

    Bulchiinsi magaalaa finfinnee ji'oota 3 keessatti waan akkas fakkaatu yoo hojjatu shaggar waggaa lama keessatti mana fincaanii waajjira isaanii sirreeffachuu hin dandeenye

  • @abdikasim2303
    @abdikasim2303 2 วันที่ผ่านมา

    wanti namichi haasawu nama ajaa'iba dhugaa. Anuu ati garuu ni dandeessa bar dhugaa rabbii. Nuuf jiraadhu

  • @user-jq3rr5zv5l
    @user-jq3rr5zv5l 2 วันที่ผ่านมา +2

    Caayaan osoo Bulchinsa magalaa baddeessaa dhufee rakkoo achi keessa jiru laalee waan bareedaa dalagaajirtanii jabaadha !

  • @najiib4
    @najiib4 2 วันที่ผ่านมา

    Anuhaar ilmaa abba gadda nuuf jiradhuu rabbiin siwaliin hajiratuu jabadhuu ❤❤

  • @gelankenai9313
    @gelankenai9313 2 วันที่ผ่านมา +1

    Dhugaa Uummata
    Dhugaadhumma gaaru kun DR jeenne waamun Ulfaatadha Dhifaama !

  • @MohamedWario-lm8cc
    @MohamedWario-lm8cc 2 วันที่ผ่านมา +1

    Rabbi sihaa tiksu ANWAAR KOO!!

  • @HenokAsfaw-hz2oz
    @HenokAsfaw-hz2oz 2 วันที่ผ่านมา

    Yooyyaa Afaan Magaalaaa Shaggar Kami, Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beeku mitii matumaa hoggaansaf gahaa akka hin taane adaaraa xinxalaa Anuwar best❤❤

  • @AddisuAbeshu
    @AddisuAbeshu วันที่ผ่านมา

    Sabaabaa hinbarbachisuu wanna hojjeetamuu qabuu osuu hojechuu irratti xiyeefatamee gaaridha.

  • @muraadshamshudin
    @muraadshamshudin 2 วันที่ผ่านมา

    ❤obolesa kiyaa umrii dheradhuu gafi dhugaa gafate haqa ummata basuf cicomina gafacha jirtan

  • @waareetube4061
    @waareetube4061 วันที่ผ่านมา +1

    Warri obn guddaa galatoomaa!!!!@@

  • @KiyaWelega-q6p
    @KiyaWelega-q6p ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Dr.Tashoomen jalqaabaa afaan oromoo duraa sirriitti hadubaatuu

  • @mirmirsaafaajjiioromiyaa7411
    @mirmirsaafaajjiioromiyaa7411 วันที่ผ่านมา

    Hojii gaariidha, jabaadhu.

  • @tahirgodana9709
    @tahirgodana9709 2 วันที่ผ่านมา

    Gaza. Anadarko jemal Rabbin siha tiysu, jabadhu.

  • @WW-hs5fj
    @WW-hs5fj 2 วันที่ผ่านมา +1

    Anawar. Keynaa jabaa kaan godina baalee baaha.kaan Magalaa gidhiir kanaa nuu duubbadhuu anawarii kenyaa rakkoo cimarraa jirraa 😔😔😔😓😓

  • @mergatafa8501
    @mergatafa8501 3 วันที่ผ่านมา +2

    Dr. Tashooman magaala Shagar guddisuuf dandeeti hinqabu. dhadhabaadha. malamaltumaa keesa waan jiru fakkaata.

  • @muhammadoro
    @muhammadoro 2 วันที่ผ่านมา

    Ani fakkeessuf miti ykn si jajuuf miti dhugaa Rabbii atti nama jechi cimaadha jedhu qofti si ibsuu miti nama akka malee qarootti umrii nuuf dheeradhu si kijibanii tasuma si jalaa bayuun hin danda'amu

  • @osmanalsaied476
    @osmanalsaied476 16 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Buulliichaa Shagarr jabadhuu 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ !!

  • @ChalaAlemahyu
    @ChalaAlemahyu 5 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Good baayee namati tola rabbii

  • @SimenehSeifu
    @SimenehSeifu 2 วันที่ผ่านมา +1

    Magalii shagar rakko cimaa konkolataa abbaa milaa sadii itrattii rakko cimaa qaqabsisaa jiraa hanaaf dargagesaa saxiilaa jiraa hojii irraa hari'ee

  • @lydiabooji4772
    @lydiabooji4772 วันที่ผ่านมา +1

    😢No wonder all the most visited town centers were so desolate, forgotten and fallen apparaat.
    Unfortunate that people carry the titles like Doctor somebody are seen here on tv as high school graduates!!! Even less...😢 such a neglect ... people whho were on the fore front of this new govern change are totally under threat to see their tuture.
    This man needs better get back to school and get formal understanding of community life and the legality of circumstances in and out Oromia cities.

  • @user-th4er1rq3g
    @user-th4er1rq3g วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤🎉🎉🎉 galatomi nama jabaa orm qabuduu👌👌

  • @nagayotuulaa1816
    @nagayotuulaa1816 2 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤ABIYYII AHMAD GALATOOMAA
    OBN TV hayyama kennuu keessaniif akka hattootni saaxilamaniif
    kanatu biyya keenna ajjeese 😭

    • @kiyarsilalusinargu
      @kiyarsilalusinargu 2 วันที่ผ่านมา

      Salami Abiyyi Silxaana Tashoomaa kenne malee Obn miti

  • @mytube5480
    @mytube5480 วันที่ผ่านมา

    dhiiraa haadha keetii.keep up it
    bro.

  • @AshagreWT
    @AshagreWT วันที่ผ่านมา

    Wow! what a journalist he is!

  • @IbsaaAliyyii-s5v
    @IbsaaAliyyii-s5v 2 วันที่ผ่านมา

    Tnx

  • @sayatole4032
    @sayatole4032 2 วันที่ผ่านมา +2

    የኦሮሞ ችግር ከጊዜ ወደ ጊዜ እያባሰ እንጂ እየቀነሰ አይደለም ።ቋንቋ የለመዱ ከጎጃም ከጎንደር መጥቶ ይጨማለቃል ይበዘብዛል ።

  • @muraadshamshudin
    @muraadshamshudin 2 วันที่ผ่านมา

    🎉🎉dhugaa ketii jabadhu itti fufi

  • @DerejeGemechu-d7u
    @DerejeGemechu-d7u วันที่ผ่านมา

    Ulfaadhu haqa jiru qilleessarra waan oolchiteef. Garu bakkii kun kantiibaa kanaaf hin madaalu. Daqqaraan kun daandii irraa dafee kafaamu qaba

  • @ShemsuAbdu-q2v
    @ShemsuAbdu-q2v 2 วันที่ผ่านมา

    Anawar jabadhuu akkanutii itii fuufii mee haragee magala hirna rakko ifa fi bishanii jiraa achasii dhaqii mee kesafuu gada dhagaa

  • @Oromiyaa111
    @Oromiyaa111 3 วันที่ผ่านมา +2

    Namichii oromoo tahuun gafii jalaa jira

  • @beleteyadessa7412
    @beleteyadessa7412 11 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Please Magaalaa shaggar akka maqaa ishee magaala ammayyaa gochuuf kan hojjettan yoo ta'e, nama ga'umsa qaban aangessa!

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no 2 วันที่ผ่านมา

    Nawaakoo jiraadhuu ❤❤ love ❤️

  • @turugetachew-dq3pt
    @turugetachew-dq3pt 2 วันที่ผ่านมา +1

    Umuriikee umurii arraagessa nuuf haa godhu

  • @IbsaAliyi-hu4oc
    @IbsaAliyi-hu4oc 3 วันที่ผ่านมา +1

    OBN ijaa fi guraa uummata caayaa ❤❤❤

  • @SaladinMohammed-m9c
    @SaladinMohammed-m9c วันที่ผ่านมา

    Wallaahi jireenyakeessahinjirru

  • @DagneHailu-f9n
    @DagneHailu-f9n 2 วันที่ผ่านมา

    Yaadotnii sagantaa Caayaan dhiyatee Bayee kan nama Gamachisuu fi kan jajabefamuu qabuu ta ee.Gafiiwani fi rakkowaan ka aan kanaaf furmataa argaatee irraa debiin kan dhagenyuu ta uu qabaa.Ummani kenyaa rakkoo bulchisaa Garii isaanittii danqaa ta ee isaan rakkisuu kanaraa Sagantaa midiyaa Caayaan qopheesee kanaan furmataa argataan jedhee abdii qabnaa.waqayoo dhugaa yaa tasisuu!!!

  • @kidanefikadu9364
    @kidanefikadu9364 2 วันที่ผ่านมา +1

    Cayyaaa gaarii dha. Gaaruu gara shawaa Kaaba Aanaa Qimbibbitti magaalota akkaa Tulufaa, samboo, chaakii, ..

  • @TokumaBasha430
    @TokumaBasha430 2 วันที่ผ่านมา +1

    OBN Sababii Qophii Caayaafan jaaladhe
    Galatoomi Anwaaaaaar

  • @lalisaterfa284
    @lalisaterfa284 วันที่ผ่านมา

    Namni Afaan Hojii Hin beekne Hojii hojjechuu hin danda'amu. Kun Danqaraa Jireenya Oromootaati.

  • @rakahibkalil6086
    @rakahibkalil6086 วันที่ผ่านมา

    atuudha hundu.anawar jimaan maf hin demenee atii rakoo achi jiru qoradhu

  • @fissehaabate521
    @fissehaabate521 2 วันที่ผ่านมา

    Wow!! Gaazeexessan kun ajaibsifamu qaba qaxalee dhiirati.

  • @tamiratgizaw7649
    @tamiratgizaw7649 2 วันที่ผ่านมา +1

    ende 2005 master plan yeoromiya kilelel yizota ahun sheger ketema kemebalewu wuste rasu altekateteme

  • @user-qh1me2lr2s
    @user-qh1me2lr2s 2 วันที่ผ่านมา +1

    Anuwar keep it up

  • @webshow5181
    @webshow5181 2 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa dubbachuudhaf namnii kunii Magaala shaggar bulchuu fi misoomsuufis gahumsaa hin qabu,Nama yaada isaale ibsachuu hin dandeene,Magaalan kun magaala adda oromoon bifa adda ta'een nii ijaaramtii jedhee eegudha,wayyooooo wayyooooo ,Anii akka nama tokkootti namnii kun Dr jedhee hin amanuu please Ragaan barnoota isaa qoratamuu qaba.