Bara kana baasaa fi Raaji dhaga'aa oolla Gaazexoossitootaa CAAYAA fi Qaama isaan duubaan jiru hunda galataatu malaaf 🙏 Osoo jennu Gamanumaan Gara Booranaa kanas al tokko dub jedhaa uummati achi sun maal keessa jira laala me Our Dear ❤
bayyye nama gaddisisa dhuga rabbi akkamitti namani nannoo tokko bulchu waan jedhu hin bekuu nama akkana kanatu ummaata kenyaa nyataa kuni nama bulchu ofi isa hin bulchu boruu hojji irraa kafamuu qabu yoo hin tanee immo motuman hin jiru
Really Caayaa program is really so amazing. In the last 27 yrs tplf admin chocked oromia region with clueless cadres. They are burden to the ppl. Keet up gus
❤❤❤namichi kun paartii badhaadhinaa jaalataaf aangoo itti kennan malee waa barate hin fakkaatu. maqq badhaadhinaa balleeysee jira. isaafi kan isa fakkaatu achirraa darbi shimallis.
Hattuudha kun Kan Akkaasii kanaa mee kan Guddina biyya keenya gadi Hacuuccee dafqa Uummata keenya daraa kan Taasisuu project maal ijaaraa kun inoo project garaa isaa ijaaruu ijaaraa jiraatti✍️
والله ما شاء الله الصحافي عجبتني في كلامك لأول مرة نشوفه أنا معارض للحكومة ولكن هذا البرنامج برنامج جميلة استمر
OBN amma dhugaan hujii nama gammachiisu eegaleera wooow👏👏👏👏
Bara kana baasaa fi Raaji dhaga'aa oolla
Gaazexoossitootaa CAAYAA fi Qaama isaan duubaan jiru hunda galataatu malaaf 🙏
Osoo jennu Gamanumaan Gara Booranaa kanas al tokko dub jedhaa uummati achi sun maal keessa jira laala me
Our Dear ❤
Please Aanaa Baddannoo ANAWAAR
bayyye nama gaddisisa dhuga rabbi akkamitti namani nannoo tokko bulchu waan jedhu hin bekuu nama akkana kanatu ummaata kenyaa nyataa kuni nama bulchu ofi isa hin bulchu boruu hojji irraa kafamuu qabu yoo hin tanee immo motuman hin jiru
Dhugaa rabbii mana jireenya isaanii osoo ilaaltanii qulqullina hin qabu. Aanaa miessoo nageenyi akka hin jirree taasisa jiru. Akkamitti kotorbaandii baay'inaan karaa aanaa kanaan naannoo sumalee mulluun seena. Hojjettaan mootummaa aanaa I Ana hedduun hojii kanarratti waan hirmaataniif hojii ummataa quba hin qabaan. Mee itti gaafatamaa poolisii obbo .....,kaa nageenyaa fi bulchicha qoradhaa. Mafaalaa Asaboot dhengadda gargarsi aradda dannaba hundee misoomaatif kenname akkana "qr.2000 lama lama fudhaattu garu 1500 ijaarsa mana Martin aadaaf kutamaa" jechuun irra ciran. Dandii f qarshii miiliyoonaan guramee essa akka dhaqee hin beeknu. Amma koraata xiqqoo afaame.Nageenya sababa godhachuun rakkisaa. Asaboot koottaame.
Ulfadha jornalestoni kenya obn caayaa waan bayee nuuf hojachaa jirtani kana calaa nuf hojadhaa isinin jana
Cayyan jabadhaa kabine hatuu garaa ofi malee ummataf dhimaa qabne
Really Caayaa program is really so amazing. In the last 27 yrs tplf admin chocked oromia region with clueless cadres. They are burden to the ppl. Keet up gus
Rabbuma jaaatin Haromaya(Maya cit) Kota me rakkoo furumata hin arkane tan boru kota boromtii sinis hoga dhufunee guyyaa bira kota
Umariii dheeraadha waqayo sii haa egii dhugaa umaata bada jirtanii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤ we love Obn .this is reality I'am from mi'eso
Qallichoon kun baayyee na kolfisiisee dhugaa ummanni keennaa namoota akkamitiin hoogganamaa jiranii nama jaaiba wallaah
❤ yaa sagaantaa CAAYAA Sa.aa keessaan bayyee tiqaa tahee jiraa oromiyaa guttutu isaan hordofaa jiraa
Ummanni yoo rakkoo itti himate maqaa siyaasaa itti moggaasanii reebichii fi hidhaan irratti gaggeeffama. Hedduu galatoomaa isiniin jenna ❤
Nageenya misooma malee hin milka'au. nageenya hojjechuun qopha isa fayyaa aanicha hin agarsisu waan walfaalessu arga'a jira.baajeta guubun ummatichii misooma akka arginne murteesudha.
Namichii yaaduumaa hoddessa jiraa malee waan hoji jedhaamee tokkoo hojetaa hin jiruu inii manaa isaa cisaa holaa obboolessa koo ofii hin daadhabasin atti. Waan duubatuu dhaabee jiraa jarsii.
Dhugatti miidiyaan kuni Hojjii Ajaaibaa Hojjata jira galatooma❤❤❤
Gaazixexeessaa kana nuuf jabessaa jaba namaati
Yaa bukoo gaggeessitòota keenyaa,caayaan rakkoo jiru agarsiisuun waan gaarii ta'ee tarkaanfiin sirreeffamaa hin hatattamaan hin fudhatamu taanan dadhabbiin caayaa kun hundi bilaash!
Otoo namni jiraatee wadala harree kana guyyaadhuma sana hojii irraa arywu ture. Shimeen kana godha otoo hintaane jiraachuunumti OBN abdii namatti hora. Gaazexesitoooni OBN galatoomaa!!
Wow midian OBN jabadhaa akanatii hudaa isanii calala
Hedduu ulfaadhaa isin❤ warri obn itti cimsaa
Best Hojjii bareda jalqabdan jirtanii Aanaa fi bulchinsa magala godina lala
Perfect program it needs to be supported keep going good on you guys exposing problem will bring strength
SagantaaKana yeroon baayyee ittii xiqqata. Horrii OBN Godina arsii Aanaa Zuwaay dugda,aas kottaa
Please rakkoo ummaataa Gubaa Qoriichaa Kottaa lalaa 😢
Garaa jimmaas akkaa nuuf dhufamuu❤❤❤❤
Aboo balee robee fi goba amalee kotaa balee bada jirtii🙏🙏
❤❤❤namichi kun
paartii badhaadhinaa jaalataaf aangoo itti kennan malee waa barate hin fakkaatu.
maqq badhaadhinaa balleeysee jira.
isaafi kan isa fakkaatu achirraa darbi shimallis.
Bulchàa Aanaa miyeessoo maal hojjetta maaliif fiigdee hin baddu caayaa kana irraa ni salpattehoo
Jabaadhaa! Garuu motumaa warraa akkanati kenna tajjaajila seera irraa hin olchinee qoraachu qabaa
Waggaa 1000 hin jiratanii ,hanna ija baasa kana dhiisaa warri ummata bulchina jettanii . Dafqi iyyessaa guyyaa tokko isiin gaafata .እግዚአብሔር ልቦና ይስጣችሁ !!!!!
Wollaahii billaahii amma reefu OBN hojii hojjachuun 👍 job
Yaa obalewwan keenya hojjatoota OBN rabbi sodaadhaa gara baha oromiyaa Aanaa cinaksan kootaa
Waw❤❤jabadhaa🎉😢.
Hedduu galatoomaa ijoolleen OBN keessattuu Qophii caayaa.
🎉🎉❤❤ wow OBN itii mudaa
Obn baayyee galatoomaa jabaadhaa dhimma ummataa kanatti kaabineen Aanotarraa ummata jiruu jibbisiisaa jirti dhuguma
Ani kana booda Miidiyaa boqqoolloorraa jijjiireera isinhoo👍
❤❤please please please
share share share❤
Wallahi nuuf jiraadhuu hattootaa motummaf ummata walittii naaqan addaan nuuf baasaa OMB TV gazexessaa lama dhalchee jiraa nuuf jiraadhaa
Yaa salphin ilmaa nama 😂😂😂😂
Dhugaa jirtu akkatti nuf baasaa gota ko❤❤❤❤
Namicha kana yoo mootummaa kanatu biyyaa bulchaa jira tahe dafee karaarraa maqsuu qaba.kun Aanaa hogganuu miti ganda iyyuu hogganuuf ulagaa tokko illee hin guutu. magaalaan sun magaalaa sochii daldalaa ho'aa keessa jirtu inni garuu kosii balbala gubbaa ka'ee irra tarkanfatee ol seena,waggaa afurii as rakkoo nageenyaa waan jedhamuu Aanaa sana hin jiru.dafaa dhabamsiisa namicha kana bakka sana.
jabaadha.Namni Qajeelfama hin beeyne heddun akka jiruu hubadhaa
nageenyatti sababatee kijibuu barabaada kijibaa dadhabaa akkanaa takkaa hin garre 😀😀😀
Akkati itti fuufnaan walii galeera OBN ❤❤
Heduu galtoomaa ijoollee OBN keessttuu qophii caayaa 👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💯💯💯💯💯💯
iddoo qalma harrees je'e gaazixeeysaan😂😂😂😂😂
Harargee lixaa Aanaa Doobbaa kanaas osoo dhuftanii aanichi badhaasa argachuun isaa hin hafuu hayyee!!!!!!!!!!!!
Namoonii haala qabatamaa Aanaa mi'eessoo hin beekneetu koomanti adda addaa kennituu garu Bulchaan kun dhimma nageenya Aanaa kanaa nama tasgabeesse lafa qabsiisee dha.bakka nageenyi hin jireeti misoomni nijiraa jechuun hin danda'mu . hanqina jiru agarsiisuun haameenya hin qabu garu hanging xixiqoo lafaa funee haamilee namaste tuqu baanee gaarii dha.
Akkuma Oromiyaatitti rakkoo heddutu jira akkanumatti hordofaa saaxileessaa sagantaan caayaa baayyee dansaadha galatoomaa
Eenyumatu namicha kana aanaa mieessoo irratti muude yaarabbii
Ammaan tana bilbilee balfa gachisiisaa jechuun .bulchaan kuni ani aangoo sodaachisuun bulchu qaba jechu isaatu kanarra wanti baratamu ummata sodaachisaa hiraarsaa jiraachu akina.
Obn hojii bonsa hojatartanu caayaan heddu galatomaa umani waan nyaate buluu dhabafi belaafi basadhan dhuma jiruu kabinenigarani jara haree rimayaa fakatuu
#Qophiin_Caaya Kuni
👉 Malamalttummaa ni Xiqqeeysa.
👉 Jalaali Biyyaa Kessaa Namati Akka Dabaaluu ni tasiisaa.
👉 OBN Sagaale Umaata Ta'uu Mirkaaneesa.
👉 Aadaa Hojii Ciimaa ni Gabbisaa
👉 Tokkummaa Ummaata Keenya Ni Maddisiisaa.
Galatoomaa Galatoomaa issinin jecha
East Hararghe Deder Zone
Godina Harargee Baha Aanaa Dadar Kessaa Osoo dhuftani Wan heedduu Hojii Seeran ala Seera daho godhaachun umaata samaa jiru heddudha
FKF Lafaa Qoote bula Seeran Ala 1Hek ol harkaa fudhaani Maqaa Wajjiraa Mottummaa itti ijjaara jedhun Lafa Umaata Kessaa Daandii guddaa Beenya tokko male baasuun Lafa Qoote bulaa irraatti Manneen dhunfaa 22 Ol irraa ijaaratani jiru Kana Males Lafti Seeran Ala Samama jiru heddudha Kanaf Koota Saaxila😢😢
OBN sagalee umata jabaadha ❤❤❤❤
Guyyuma guyyaan waan haara dhageenya 😂😂😂😂😂 miliyeena 89 eessa dhufe hattu jedhiin
Sagantaa obn irraa caayaa natii tolaa hatuu morma qabee gadii baasaa ittii fufaa
Namichi dubbii jala badee😂😂😂😊😊😅😅😅
Hidhamaan achii jiru, hojii hijachuu qabaa, lafa qotuu qulqulleesuu , kuduraa dhaabu kun hundi hojii hidhamtoota ta’uu qabaa balfaa keesaa ta’ee hojataa innu balfaa wayiitii
❤❤shimallis
shimallis shimallis
maaloo namicha kana ar'i
maqaa badhaadhinaa ajeesse ici.😮
Warii akkasii angoo iraa buussuu wayaa😢
Osoniifi inni hin qama'in akkan gootan moo? qama'ee mirqaaneeti yaa rabbi nu hin salphisin
❤❤❤qabi qabdee qabi qabi itti muddi gaazexessaa.
biyya ethiopia ja,amtu san wlh Abiyyi qofatu jujitti jira
yaa warraa OBN GUBBAA Qorichaa nutti Kottaa mee😢😢
Kalatii afuriinqoradhuu dhiingadaanqoradhuu kaleenqoradhuu.araanqoradhuu .boruunqoradhuu seraanqoradhuu senaanqoradhuu
Keeysuma taa'anii kheeysummeessu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Harargeen gutummaan isii waanuma kana fakkatu qofa
Waajirra Godina jalqabee hanga araddaatti balfaan kan guutame dhaqaa laalaa.
COromoo gaafuma wayyaanee irra nuuf wayya wanni ja'uuf baruma silaa bilisoomne ju'utti saamanaa Jira warra Akkanaa kanaan Kuni saaxilamuu qaban
Fayyeeraa Appreciate you Dhugaa 🙏🙏🙏🙏
Hattuudha kun Kan Akkaasii kanaa mee kan Guddina biyya keenya gadi Hacuuccee dafqa Uummata keenya daraa kan Taasisuu project maal ijaaraa kun inoo project garaa isaa ijaaruu ijaaraa jiraatti✍️
Aboo wly gazixessan kun haa galatomu kaabinee garaaf jiraattu ummata kessaa bahanii ummataaf tajaajila kennu dhiisan
AdaraaYaaboo Aanaa gammachiis koottaa
Nu'laalaa
Galatoomii zazexessaa garuu dubbin kana mootummaan naannoo oromiyaa cimsee ilaalee warra akkanaa hoji irraa kaasuu qabaa callisanii caayaa jechuun hojii hinqabuu
Caayaa Waan ajaa'ibaa hojjachaa jirtan dhugumatti hedduu isin dinqisiifadha.
Kanatti aansees Gama Harargee Bahaa saniis gad bu'aa
Sagantaa caaya heduu Galatomaa warraa network wal jaree wa nyatuu hedomate gosaan jaraman qorii nyataa godina hararge jachuun ni danda'ama
Kuni hattuu ummata keenyaa saama tureedha warri obn ammalee itti jabadhaa mee akkasumas aanaa gubbaa qorichaatis nu ilalaa
cayaaa❤❤❤❤
Asii koottu Hararghe baha gara mullataa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
way OBN Gurbaa Afaan Gogsitee mal wayya hannitii bayyeen as kessaa ni mulaata ummaata miskina kanaaf rabubuma jira
OBN Amma kunuu sagalee ummaata jechun akkanan beynaa itti fufaa
OBN . good Job . 👍
Qaraxaan godiina anaa Buunoo bedeleti anaan danbii huminaa oli itti fe'udhaan qalmi erga dhaabate jioota sadii darbeera caaya hordofa
Dhugaa dubbachuf qophii caayaa torbaanitti yeroo 2 osoo ta,ee gaaridhaa garuu yeroo baayee xiqqaatta
Nama digdamii tokko keessaa hojjetaa 1 qofatu jira jechuun, project waggaa 8 lakkoofsise qullaa dhaabachuun, kosiin manaa gadi bahe Mana hojii mootummaa dura taa'a jechuun, kana safuu jechuu dhuma wayya, namni kana argee hin dammaqne, yoomiyyuu hin fayyu, ... ani kanan jedhu "Adii dhaan gurraacha jechuu ykn dhugaa ijaan argamu falmuukana, Eenyumatu leenjisaa".... safuu uffanni kun waan baayyee nuuf uffisee jira,
gara aanaa gumbii bordodee osoo dhuftaniii silaa ni badhaafamna
Rabbiif jedhaa gara magaalaa shaakisoo koottaa. Waan tortore hedduu baaftu.
Godina sablammii oromoo magaalaa baatee fi kamisee kottaadhaa rakkina ummata keenyaa ilaalaa yoo dandeessan adaraa rabbii jennee isin gaafanna
Namichi hatuu dha qabii Aramni wol hidhe biyee haa kijibu inni😮😮😮😮
❤❤❤❤❤
Aboo kuni anaa mitii manaa ofituu sirnan bulchuu hin danda'uu 😂
Jabaadha OBN Sagantaa caaya
Kun hundii waan dhugaatti akkasuma magaala keessii hundii akkasuma
Aboo bada caayaa 😂
Kun Ari'amuu qaba
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂hin loolaa namichi 😂😂😂😂hojii kadiree tanumaa Annaa sulultaa magala cancoo kootaa pls😂😂😂😂😂
warri OBN jabaadha.
Biyyiti namoota akkanaa kanaan bulaa jirtu yoom akka misoomtu tilmaamuun nama hin dhibu
mee laala nama akkanaa kanaatu biyya bulchaa me ummata saamu
Aboo Kursii Dhiisi Gaalalee Taatu Tiiyfadhu Aderoo!!!
Qa'ee Gaali Bulu Dhaqii Laali Qulqullina Isii!!!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤1oo% sagallee ummaati jabbaadhu