ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
❤❤ jabaadhu baay,ee Natti toleera si faana jirra❤❤
❤
👍👍
ittuma jabaadhu
Thankyou ukash waan siif hin galleerratti yaada naaf barreessi
barsiisaa mee kana naaf ibsi force pistaniirraa qalabatii 3 qabu qalabatiin sadeen sun gaheensaanii maali.?
Qalabatiin pistanii tokko tokkorraattii sadii ta'a.Kunis qalabatiin tokkichi pistanii gara oliisaarraa taa'uu kan ol aanuu boba'aan akka zayitiittii gadi hin dabarreef ittisa. qalabatiin lamaan hafaan immoo gadi aanaanii kan taa'an yoo ta'an, wal gargaaranii Zayiitiin akka boba'aatti ol hin dabarreef tajaajilu.qalabatiin nni ol aanu(piston ring) kun nyaatamee yoo haphate boba'aan gadi yaa'ee zayitiitti waan dabalamuuf boba'aan dafee dhuma. qalabatiin gad aanan lamaan (oil ring) yoo nyaatamanii dhumaan zayitiin oldarbee boba'aatti waan makamuuf bobaa'aan akka gaariitti gubatee motoraaf humna hin kennu.
Baayyee baayyee ulfaadhuu galatoomi hedduu naaf gale
mee barsiisaa engine guyyaa guyyaan zeytii hir.isuun sababaan isaa maali akkamitti dhaabsisuun danda.ama
Jabaadhu hedduu na gammachiisa
Tole atis jajjabina naa gooteef galatoomi
Yoo Isin fayyadeera ta'e subscribe,share godha anaafis humna ta'a na jajjabeessa.
Tole guddaa galatoomi mee video inni kun qulqullini isa xiqqoo gaddii bu’aadha sirreesuf yaalii
qulqullina isaa sirreeffachuuf yeroo video banattan karaa harka mirgaa keetiisetting kan jedhu banuudhaan resolutionisaa dabalachuu dandeessa dabalataan video biraa siniifan qopheessa
Musxafaa.muhammad.yusuf
baay'ee galatoomi si jaallanna.
❤❤❤❤❤❤
subscribe , share like Godhaa Obboleewwanko
Zeytin motora keeysa gara sotokophati kan debiu paampii zeytatini mo harkisa dachetini?
Harkisa dacheetinidha guddaa galatoomi
gaffii 24 ffaan debiin isaa D dha.
24ffan d ta,a miti itti baafne deebii
yes realy thank you the 24 answer is D
Hin mul,atı sirriti
Guddise akka mulisuu
Nan sirreessa Galatooma.
barnoota baayye nu fayyadu kun dhuga gudda galatoomi sanyi
Galatoomi
❤️❤️❤️❤️❤️