Gammadaa show dalaga bareeda dalaga jirtaa, garuu nama umri keetii oli yeroo keessumesituu si ati hin jedhiiniin isiin jedhiin.sababnis isiin jechuun adeemsa kabaaja ofii keessa qaba waan tayeef::
Obbo Gamada here is some feedback/ constructive criticism I've noticed that during your interviews, your gusts responses is frequently interrupted by you before they could fully express their thoughts after being asked a question. It can be quite frustrating/ annoying and it gives the impression that their reply is not being valued. You become so inpatient. You try to put words in their mouth. Allowing someone to complete their thoughts/ reply fully before commenting or going to the next question,not only respectful but, can significantly enhance communication and foster a more professional atmosphere and of course respect for your gusts and audiences.
Ani Obbo Isaayyaas Hordofaa baay’een isin dinqisiifadha.Addatti immoo Asoosama keessan Hawwii jedhu,Asoosama dorgomun dhabe.Af-gaaffii(Interview )har’aa irraatiis barataa gaazexeessummaa(Journalism and Mass Communication) ta'uu kootif anaaf galaa/madda beekumsaa guddaadha.
Big respect🙏
Nuuf maxansaa filmiittis Nuuf jijiraa heeduu jalaana❤
Studio Ke bayee bareda Gamee and Halii qophii kes bayee garidha ❤❤❤jabadhu jaba Kenya
You deserve much respect Obbo Iyaasas 🫡🫡
Gammadaa show dalaga bareeda dalaga jirtaa, garuu nama umri keetii oli yeroo keessumesituu si ati hin jedhiiniin isiin jedhiin.sababnis isiin jechuun adeemsa kabaaja ofii keessa qaba waan tayeef::
Ayii hawwii si'ii sadii irraa debi'ee dubbisii hiriyyoota Koo 11 irraa nannooftee dubbifamaa turtee Amma essaa akka jirtuu hin bekuu yoona gadii hin tessuu dubbifamatuma jirtii ❤❤❤❤
Keessummaa guddaa nuuf fiddee harrha❤❤❤❤
Much respect Obbo Isaayyaas Hordofaa!❤
Umurin keessan haa dheeratu ❤
Nama seena qabeessa nuuf dhiheessuu keetiif galatoomi Gammadaa keenyaa.
Much respect obbo Isaayyaas, matumti keessanuu seenaa dha. Gummaachi isin guddina Afaan Oromoo keessatti qabdan fakkaattii hin qabu.
Nama jabaa guddas xiqqas kabajuu ,bay'ee isiin kabajina umrii dheeraa nuuf jiradha
Wawuuu namatti tolaa jajabadha jajabee ko yaa Oromoo😢🥰🥰🙏
Maaloo Gammada Hedduu galatoomi...Naman Ittiin gara addunyaa asoosamaa seeneef sammuukoo keessatti yeroo hundaa yaadadhu... Asoosama jechuun yeroon define godhu Isaayaas Hordofaa Miijanaa jechuudh. Namoo Daandii osoo argannee gaafuma tokko.....
❤❤❤❤❤
Ajaa'iba
Wow ❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi gammee dhugaa naman jalladhuufi waa'ee isaa dhaga'uu barbaduu har'aa Wal nu barsiftee guddaa galatoomi ❤❤
❤❤❤❤❤Gazex. Esayas Hordofa
Gamee❤❤❤❤❤❤❤
Abdiin eegaa jirra nagaan nuuf koottaa😊
Welcome ( Galatoma🙏)
Rabbi Nagaa si ha godhu! Nama seenaa gudaa!!.
Namaa bayee umattii jalaatuu nuuf fidee haraa
❤❤❤❤❤ Risa kenya
Anii kana booda hammaa atii Dr.Gammachuu Magarsaa waamtutti show kee hin ilaaluu
Wel come ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
1967😢
Gammeekoo har’a nama guddaa nuuf dhiyeessite galatoomi. Dhugaa dubbachuuf nama kana baay’een jaaladha. Nama ajaa’ibaati!
Ani kan jedhuu Gamme atii Abba sab-guddaati seene ummata Oromoo keessattii namoota qodaa guddaa qabaa iyyaafatee nuuf dhiyeessu keetii guddaa sii galateefadha dhugaa.Barreessa keenya hayyuu Oromoon immo umurii dheera nuuf jiraadha maloo .
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Wel come
Interview nama hawwatu dha. Kitaaba Hawwii eessatti argachuun danda'ama?
kuun waan dhiyaachuu qaabuu goowaa aban feedhe duubachuu daanidaa yoo haayamaa arigate
Haasaan obbo Isaayaas daran namatti tola.muuxannoo jireenyaa hedduutu isaan irraa baratama.Muxannoon isaaniiyyuu kitaaba.warri dhiheessitanis galatoomaa.
Atis, jechoota kee akkasii nuu sirressii nama umurii sii caalu isaani
🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤😅😅😅😅🎉🎉🎉🎉🎉
Hayyee
Galatooma Kabajaamo Obboo Isaayas
Kun Radiiyoo Itiyoophiyaati jecha jedhu saana natti tola dhugaa
Anii kana booda hamma atii Dr.Gammachuu Magarsaa waamtutti showkee hin ilaalu
Minda gafaadhu
የአጫሉ ምስት ቦቱ ዳሙሶ ትቅረብ
Obbo Gamada here is some feedback/ constructive criticism
I've noticed that during your interviews, your gusts responses is frequently interrupted by you before they could fully express their thoughts after being asked a question. It can be quite frustrating/ annoying and it gives the impression that their reply is not being valued. You become so inpatient. You try to put words in their mouth. Allowing someone to complete their thoughts/ reply fully before commenting or going to the next question,not only respectful but, can significantly enhance communication and foster a more professional atmosphere and of course respect for your gusts and audiences.
Ani angafa kee tahuu hin oolu natti fakkaata yaa obbo ISAAYYAAS HORDOFAA .
Guddoo galatoomi
baddee turte