Waaqumtuu waaqarra si haa eebbisu Girmaayee koo 😍😍😍 utuun Adventist hin Taa'iin duraa faaruu ke Isa " erga yesuus gara ko ta'e" Isa jedhu dhaggeeffachaan Ture yeroo sana Adventist jecha hin jedhuyyu hin beeku Ture . Faaruun ati baastu hundinuu Kan abdii namatti hiraniifi kanneem nama barsiisaanidha . Kanaaf waaqa Isa siin nuuf kenne maqaansaa haa ulfaatu nuu jiraadhu jabaa keenya Waaqayyo mootummaa isaa keessaa qooda si haa qabaachisu, daddabalee ogummaa kanarra caaluu siif haa kennuun jedha Ammaa Albeema 6 faa keetin Abdiinan si eega jabaadhu Maatii keef bara ke hafe siif haa eebbisu 😍😍😍😍😍😍😘😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Sammuu namoomaatiin yaada siif kennuun nutti cimaa, nama akkake kana filanna jechaa beekuu akkamiin comment goonaa. jecha situ fayyadamee nu jalaa fixee !!!! si ajaa'ibsiifadhe, si jaalladhee, si dhaggeeffadhee quufaa hin jiruu; waaqayyoo inni ayyaana jabaa akkasii si badhaase amma illee daddabalee eebba daangaa hin qabne samiidha sirratti haa roobsuu siin jechuun alatti nutti cimeera waa baay'ee siin jechuufi.
Faarfannaa nama boqochiisu
Galatoomi Girmiish
dr eebbifama isiinillen
Waaqumtuu waaqarra si haa eebbisu Girmaayee koo 😍😍😍 utuun Adventist hin Taa'iin duraa faaruu ke Isa " erga yesuus gara ko ta'e" Isa jedhu dhaggeeffachaan Ture yeroo sana Adventist jecha hin jedhuyyu hin beeku Ture . Faaruun ati baastu hundinuu Kan abdii namatti hiraniifi kanneem nama barsiisaanidha . Kanaaf waaqa Isa siin nuuf kenne maqaansaa haa ulfaatu nuu jiraadhu jabaa keenya Waaqayyo mootummaa isaa keessaa qooda si haa qabaachisu, daddabalee ogummaa kanarra caaluu siif haa kennuun jedha
Ammaa Albeema 6 faa keetin Abdiinan si eega jabaadhu
Maatii keef bara ke hafe siif haa eebbisu 😍😍😍😍😍😍😘😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Faaruu hin quufamne!🥰
Eebbiifamii gooftaan dachaa sii ha eebbisu Giriish
Ani maal jedhe si eebbisu Girmee koo ayyaanni waaqayyoo dachaa dachaa sif haa bayyatuu malee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo Gooftaa Isa siin nuuf kennef gaalani haa ta'u.
Nama waqayo Ebbise Ebifami Obolesa ko❤❤🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jecha hin qabu waa'ee faarfannaa kanaatiif waanan jedhun dhabe dhugaa waaqayyoo.ammayyuu eebbifami Girmooko!
Waaqayyoo dabalee ayyaanasaa siif haabaayyisuu. Blessings!!
Waqayyoo barafii jirenyaa kee Haa ebbifeee dhugaa farfana namaa boqachisuu❤❤❤❤❤
Gooftaan ammas dachaa si haa eebbisu! Faaruu baay'ee nama eebbisuudha!
Eebbifami dachaa jabaako
Eebbifami...hin dandeenye beka an dhaggeefachu dhaabu
Waaqayyoo Guddaa si haa Eebbisuu🙏🙏
Uff dusaa gotaa galtsa. Kee girmyee baraakee jireenyaa kee haa ebbisuu❤❤❤❤❤❤
Waqayoo dachaa si haa ebbisuu Ebbbifamii 🙏
Ebifamii eshii dhugaa waqayo ❤❤❤❤❤❤
Faarfannaa hin qufamne❤❤❤ girmish Waaqnii si haa eebbisu❤
Gooftaan barakee hafaan haa ebbisu ebbifamakoo❤❤
Waqayyo si haa eebbisu 😘🥰
Waaqni eebba kanaan si goonfee sin nuuf Kenne ammallee nuf ha kabajamuu girmoo ❤️❤️❤️❤️
Gooftaan si haa eebbisu Girmaye
Wow faarsaa hin quufamne Waaqayyo dachaa si haa eebbisu girmish❤
Waaqayyoo dachaa sihaa eebbisu❤❤❤❤
Faruu Onnee Namaa Boqochiisuudha EEbbifami Girmish.
Onnee namaa raaset waan baay'ee nama yaachiisa ❤❤
Ano jechaa hin qabuu miindaankee isa hin dhumnee mana samii haa ta'u malee Girmaye😘❤
Waaqayyo kana caalaa ayyaanasaa siif haa baay'isu❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jaaltaam fi kabjjama nama ayyaanni siif haa baay.atu dachaa
Faaruu gaarii kanaaf isa ayyana kana siikenneef galanni waaqayyoof hatahu siinimmoo daddabaleesihaa eebbisu girmo
faaruun baay'ee ittiin eebbifameedha, ammallee waaqni dabalee daddabalee ayyaana isaa siif haa baay'isu
Ebbiifama farfaata Girmaayee Baayisa nuuy hordooftootni W A G T isaa cina dhaabachu qabna
Dibata waaqayyo sirraa qabuuf maqaan waaqayyoo dachaa haa galateeffamu
Faarfannaa nama boqochiisu
Galatoomi Girmiish❤🩹❤🩹
Faarfannaa ajaayibaati Waaqayyoo dachaa sihaa eebbisuu Girme keenyaa!! 🥰🥰🥰🥰
Uffee yesuus maal kennaanke kunii, Ebbifami baraan
Waaqni ogummaa guddaa kana sitti kenneef galanni haa tahu! Atillee guddaa eebbifami
Faaruu ajaa'iba jechi hin ibsine! gooftaan ammas caalaatti afuura faarfannaa sitti ha roobsu.
Welcome,beloved singer Girmaye
Faarfannichi ajaa'iba
Eebbifami Girmoo koo
Faarfannaa ajaaibaa waaqayyo si haa eebbisu ❤️❤️❤️
Dachaadhaan Eebbifam Girmish. Proud to be SDA
God bless you 🙏 ❤️
Eebbifami nama Waaqa
Thanks gimaye
GOD BLESSED FOREVER
Waaqayyoo si haa Eebbisu.
Eebifami Jabaakoo
Eebbifamii❤❤
Ebbifamii dachaa
Wel come girmooko ❤❤
eebbifamii Girmish
💞💞💕💕💕🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Eebbifamii hadhokoo
Ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ebbifami qaxalee mucaa iyeesusi ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
faarsaa hin quufamne!
Eebbifami Girmishaa
Yesuus❤
Ebbifami waqqaayyoo si haa ebbisuu ebbifami ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
Girmaye anaa dhuufu
Eebbifami 🙏
Ebbifami❤️❤️❤️❤️❤️
Waw si ha eebbisi
Eebbifam Girmish
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ eebbifami Girmish
Eebbifami
Amen🙏🙏🙏
Ebbifamii
Waaqayyo si haa eebbisu Girmish!
Galatoomi Girmish
God bless you
❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤AMNE
Welcome
Amen
❤❤❤❤❤❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Galaatomi girmish
Sammuu namoomaatiin yaada siif kennuun nutti cimaa, nama akkake kana filanna jechaa beekuu akkamiin comment goonaa. jecha situ fayyadamee nu jalaa fixee !!!! si ajaa'ibsiifadhe, si jaalladhee, si dhaggeeffadhee quufaa hin jiruu; waaqayyoo inni ayyaana jabaa akkasii si badhaase amma illee daddabalee eebba daangaa hin qabne samiidha sirratti haa roobsuu siin jechuun alatti nutti cimeera waa baay'ee siin jechuufi.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qaali ko
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami
Ebbifamii
❤❤❤
Welcome
❤❤❤❤
Ebbifamii
Eebbifami
❤❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
❤❤❤❤