Wallaay Abduu Wanni kun waanuma biyyaa nubaase ani Rakkoo kanaafiin biyyaa bahee amma Amma Jabuutiidhaan jira Isin saba keenyaaf Sagalee nuuf tahaa😢 plays
Walahi kun wanuma jiru biyya kessa anayu abba mana ko erga fudhani waggaf dema du'ef jira isa hin beku hadha garan dadhabe sanu isan bira halkan fudhan mana 😢😢😢😢 pls sagale tafi umata kenya kan dararama jiru hadha meqatu boya jira biyya kessati hanga rakkon kun furmata argatut isin waroni midiya sagale nuf ta,a 😥😥😥
Wallaahi sagalee nuuf tahaa😢😢 Godina Arsii Asallaa Aanaa Sirkaa keessatti rakkoo hamaa keessa jirra. Dargaggoonni bahanii galuum ulfaataa tahee jira. Dubbii dhugaa kan soba hin jenne ilmi Abbeeraa kiyyaa qaama mootummaatin butamee mallaqa guddaa gaafatame jira. Haga ammaatti maatin mallaqa argachuu hin dandeenye. Maatin isaa haati dhukkubsattuudha. Erga waggaa 1 fi ji'a 7tii siree irra ciisti. Abbaan isaa xiqqeennan irraa du'e. Biyyi keessa jirru kun biyyuma abbaa keenyaati moo nu baqattoota bakka biraa irraa dhufee as qubatee haga jennu geenne. Jireenya jibbine walumaa galatti😢😢😢😢😢😢😢
Maqaa rabbiitin isin gaafadha ergaan kun akka nama dhageettii hawaasa qabu bira naaf gayu isin gaafadha.Akkuma jedhama jiru anas abboo koo waggaa tokko guutuf deema erga fudhatamee qarshii kuma dhibba lama gaafatanii mucaa biyya alaati qabda jechuun doirsisan ani biyya yaman jira jireenyi biyya yaman nu baqattootafii miti warruma abbaa biyyaatifuu baayyee ulfaatadha.Tole ani qarshii kana muluu eessaa fuudhen kaffala.Yoo hin kafalle akka ajjeefamuu jedhanii maatii doorsisu Godina arsii aana sirkaatti kuni kan ta'e 😢😢😢😢 GALATOOMAA
Natuu duraa lalee pini naa godhii abduu ❤❤❤Maatii naaf taha warii asjalaa jirtaan oboleyaan koo hunduu 🎉🎉🎉
❤❤
jawenis caliseetuma nu ilaalem😂😂😢
Humnan reeba jiru jarsoori fi hadhooli bayyee reeba jiru nama itti iyyaattan dhabaani bayyee dhiphaata jiru 😢😢 sagalee haa tanuf
Wallaay Abduu Wanni kun waanuma biyyaa nubaase ani Rakkoo kanaafiin biyyaa bahee amma Amma Jabuutiidhaan jira Isin saba keenyaaf Sagalee nuuf tahaa😢 plays
Walahi kun wanuma jiru biyya kessa anayu abba mana ko erga fudhani waggaf dema du'ef jira isa hin beku hadha garan dadhabe sanu isan bira halkan fudhan mana 😢😢😢😢 pls sagale tafi umata kenya kan dararama jiru hadha meqatu boya jira biyya kessati hanga rakkon kun furmata argatut isin waroni midiya sagale nuf ta,a 😥😥😥
Ka amakuniidubiitiitolu naanawaa Arbaguuguu kanatii. Manafatashanii siireejalale siibasubarii hiindubatiin wanii umaaniikeesajiru rabii hadubatu 😭😭😭😭😭maasan umata osoqotamiini bayee barana jiirumiitii wanii Arsii Arbaguuguu itiiijiirtuu rabiiqoftiihadubatuu😭😭
Abdul Kuni dhibbaan dhibbatti dubbii dhugaati
Keessumaa as Magaalaa Adaamaa keessa gadi bahanii dhimma Ufii Raawwachuun Baay'ee Ulfaataa tahee jira ani akka dhuunfaa kiyyatti kanin ani beeku Tokko Mucaan barataadha utuu mana barumsaatii gara manaa deemuu qabanii iddoon itti ukkaamsaniin hin beekamne hanga ammaan tanaa
Hiriyaan koo tokko ammoo Baajaaj namaa dalagee maatii isaa jiraachisa akka tasaa baajaajii dhaabee ATM irra mallaqa baafachuuf osoo inni deemu qabanii dabarsan...
Ammoo kan si dhibu Milishaanis Uffata Seeraa jijjiiratee Nama kaan fakkaatanii Qabuu eegalan waan taheef namnuu baay'ema walshakkaa Jira
Harargee keessatti haala hamaa ta'een dargaggoota irraati seenaa fokkotaan hojjatama jirra. Qotee bulaan angoota hedduun nyaatama jira. Qabeenyi ummata Yeroo baayyee maqaa gibbiira jedhamun sammama jira. #Ol iiyyannon karaa Kaliqatti
Yaa umataa kenyaa salalefi sagalee haatanuu maalloo😢😢😢
*Walitti Bu'iinsa Sammuu: Kitaabota Qulqulluu Jijjiiramanii, Maaliif Amantii Ergaa Of Jilatu Hordofna?*
*Waggaa 41 jiraachuu koo keessatti, namni Musliima, Buudistii yookiin Hinduu tokko illee amantii isaa natti lallabuuf balbala koo hin dhaqqabe. Biyyoota ani keessa jiraadhe keessatti, amantii jijjiiruu yookiin homaa hin hordofne yoo filadhe, namaan adabbii sodaachuu malee filannoo koo gochuu ni danda'a. Warri waa'ee kitaabota qulqulluu isaaniitii na barsiisuuf dhufanis adabamanii yookiin dhorkamanii hin beekan.*
Gareen kubbaa miilaa jaallattuu kee garee mormituu harka isaa hidhamee fi qorraa taphachuu qabu wajjin akka wal-mormu ni deggerta? Dhugaan soba irratti mo'achuu qaba mitii ree?
Fiilmii "Gladiador" keessatti, bakka gootni inni guddaan Maaksiimus lolli isaa dura hidhamee utuu jiruu diinota isaatiin billaan madaa'amu, fakkeenya "Lallaba Amantii Humnaan" jedhamuuf isa sirriidha. Gootni sun haala wal-qixxummaatiin wal-mormuu hin danda'u, sababiin isaas warri isa to'atan, lolli haqa qabeessa akka ta'e jechuun utuu jiranii, lolli isaa dura isa madaauun miidhaa isa geessisaniiru. Kun walitti bu'iinsa sammuu agarsiisa: sodaa yookiin shakkii yoo wanti hundi dhuguma haqa qabeessa ta'e, bu'aan isaa adda ta'uu akka danda'u. Kanaafuu, injifannoo shakkii irraa bilisa akka ta'uuf tooftaalee gowwoomsaa fayyadamu. Kun kan ta'u amantii dhugaa waan dhabameef, soba fi gowwoomsaa amantiiwwan tokko tokko fudhachuuf bu'uura ta'an of-beekkamuun jira.
Hordoftoota Yesus ta'uun waan ifatti beekamuu qabu yookiin namoota biroo duratti labsamuu qabu miti; dhimma dhuunfaa namaati, sababiin isaas Waaqayyo bakka hundatti waan argamuuf nama giddu-galeessa yookiin eegduu godhatee hin barbaadu.
Jaarraawwan duraa Kiristinnaa keessatti, mootoleen Roomaa guddina amantii haaraa kanaa sodaatu turan. Kiristaanonni yeroo baay'ee ari'atamaniiru, dararamaniiru, fi amantii isaanii dhoksuuf dirqamaniiru. Kun yaada "goota lolli isaa dura madaauu" wajjin wal-fakkaata. Gochaa fi bilisummaa Kiristaanonni dhorkeetin, Roomonni dhiibbaa isaanii hir'isuu yaalaa turan. Haata'u malee, Kiristinnaan billaa fayyadamuu malee jiraatee guddate, kunis yeroo tokko tokko tooftaaleen to'annaa humna WAAQAYYOO dhaabsisuu akka hin dandeenye agarsiisa.
Maleekaan Jibriil karaa Nabiyyii Muhammad akkana jedha: "Amantii keessatti dirqii hin jiru" (2:256), fi Nabiyyiin akeekkachiisaa qofa malee dirqisiisaa amantii miti (88:21-22). Seera nama tokko amantii tokko keessa akka turu dirqisiisu yookiin barumsa amantiiwwan biroo dhorku yoo jiraate, kun amantii lallabamtu irratti amanannaa dhabuu agarsiisa mitii ree? Yoo dhugaan ofumaan cimaa fi dirqisiisuu hin barbaachifne, maaliif warri kaan amantii isaanii akka barsiisan yookiin amantii ofii bilisaan akka gadhiisan dhorkuu qabna?
Hinduu keessatti, Bhagavad Gita (18:63) barbaachisummaa filannoo bilisaa hafuuraa keessatti cimsee ibsa, namni tokko hubannoo fi sammuu ofii isaatiin, dirqisiisuu malee, akka hojjetu agarsiisa. Kun bilisummaa Kiristaanonni Hindiyaa keessatti amantii isaanii shaakaluu fi qooduu dhorkeettiin wal-faallesa.
Buudismii keessatti, Dhammapada (183) seerri namni tokko barumsa tokko hordofuuf dirqamuu akka hin qabne cimsee ibsa, shaakalli dhugaan hubannoo keessaa ba'uu qaba malee dirqii alaa irraa miti. Dhorkii lallaba Kiristinnaa irratti godhamuun ilaalcha Buudismii bilisummaa amantii wajjin wal-faallesa.
Siiqismii keessatti, Guru Granth Sahib (1350) akkana jedha: "Amantiiwwan gidduutti adda hin godhin," amantiiwwan hundaaf kabajaan jiraachuu akka qabu agarsiisa. Dabalataanis, seeroli Seva (tajaajila) fi Simran (maqaa Waaqayyoo yaadachuu) amantii dirqisiisuu malee qooduu jajjabeessa. Dhorkii lallaba irratti godhamuun seeroli bilisummaa amantii fi kabajaa waloo jajjabeessan kana wajjin wal-faallesa.
Miseensa amantiiwwan kanaa keessaa tokko yoo ta'e, geggeessitoonni barumsa bu'uura kitaabota qulqulluu isaanii, keessattuu waa'ee bilisummaa amantii fi dhorkii dirqii ilaalchisee, akka hin hordofne yoo arge, amantii san gadhiisuu mirga guutuu qaba. Shaakalli isaanii barumsa jalqabaa akka hin agarsiisne fi seeroli kana dagachuun ergaa dhugaa akka jeeqan hubachuu qaba. Kanaafuu, amantiin tokko yoo seera bu'uura isaa irraa fagaate, hordofuun isaa hojii jeeqama isaa wajjin ta'uu dha.
Seenaa keessatti, aadaawwan fi sirnoota siyaasaa hedduun gochaa mormii yookiin gara amantii biraa deemuu adabuuuf tarkaanfiiwwan cimaa fudhataniiru, kan akka Kaatolikoota durii yookiin bulchiinsa ammayyaa kan akka Paartii Koominiistii Chaayinaa fi Kooriyaa Kaabaa, bakka gannaan siyaasaa cimaan itti adabamu. Biyyoota Musliimaa 18 keessatti, warri Islaama gadhiisuu filatan adabbii cimaa isaan mudata, kunis isaan geggeessitoota Kaatolikoota durii fi Qorannaa Qulqulluu isaanii yookiin geggeessitoota koominiistii Chaayinaa fi Kooriyaa Kaabaa wajjin wal-fakkaatu godha.
Hundumtuu isaanii tooftaalee kanatti kan fayyadaman too'annaa dhabuu waan sodaataniif, kunis amantiiwwan isaan dirqisiisan irratti amanannaa dhabuu agarsiisa. Shaakalli kun bifa namaa agarsiisa: amantiin yookiin ilaalchi dirqamaan yoo dirqisiifame, uumama isaa jijjiiramee meeshaa too'annaa ta'a malee karaa dhugaa miti.
Dirqii akkasii kun yaalii caasaa siyaasaa yookiin gosaa eeguuf godhamu caalaa ibsa hafuuraa dhugaa fakkaata. Amantiin dhugaan hidhaa hin barbaadu, sababiin isaas amanannaan bilisummaa amantii irraa dhalata. Waaqayyo namoonni warri kaan akka isa amanan dirqisiisuu hin barbaadu, akka Quraanni yaadachiisutti: "Yoo Gooftaan kee fedhe, warri dachii irra jiran hundi ni amantu turan. Ati nama amanuuf ni dirqisiistaa ree?"
Tokko jechuu: "Nuti saba Waaqayyo jaallatu yookiin saba Waaqayyo filate" waan biraa garuu Waaqayyo ofumaan isaa mirkaneessuu fi agarsiisuu dha.
Maleekonnis ta'e namoonni Waaqayyo miti.
Seexannii fi hordoftoonni isaa yeroo hunda Waaqayyo fi uumama isaa gidduutti gargar ba'uu barbaadu.
.
Waan isin yaaddan rabbin isinii haa tahuu maatii naa tahaa❤❤
Uuuuuuufffffffi gubbanee dhadhabnee mali gonnaa😢😢😢😢😢
Bayyee nama gadiisisa hojni opdo oromoni tokkumani jabate ofira qolachuni amma
kun dhuga jiru walahi ana abba mana ko fudhan waggaf dema jira hin jiru isa hin beku 😢😢umata kenyaf sagale ta'a pls
Tasgabbaa'a nama jabaadhuu abdu keenya
Welcome back Abduu ❤❤❤❤❤
Jabadhu 💪💪❤❤❤👌
Dhugaa obolssa kiyyas butameejiraa😭😭😭😭😭
Subahana allah 😢
Bagaa naghaa dhuftee ❤
أسلام عليكم
wallahi ethiopian ummaata keenya fixxee bar 😢😢😢
Karaa wallaga bahaa nitti gubaanne jirra uummanni akka itti mana isaani tayuu hin dandeenye galgaalaf ganama birri jedhuu nyaata jechuuni jedhaani warra milishaan bayyee qeyee jeeqa jiru dargaagoon bayyee qeyee gad dhisaani bahaa jiru 😢
dhugaadha akkati jiraanudhabneraa
Jabadhu
Ijolen nano kena taka refun woga 16 woranati darbani hatii fi aban boyaa jiranii 😢😢
😢😢😢😢😢yes
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaadhaa umani kenyaa kesa jirudhaa
Abdiyee heduu sijaladhaa vidiyoo kee yoo maxansituu guyaa wojin nuu kayii dubadhu galtom❤❤❤❤❤
Mashallaa jawee keena kameraa kenaa
Things going crazy
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢😢
Abdu keegna ❤
e wly gibiratu qale jira hwasa jiracu dadhabe
❤❤❤
Abdu dhugaa rabbii rakko gudda jiraa keessatugara shawwa kana
Abduu obbolesa kiyyayyas 400,000 kanfalee
😭😭😭🤲🤲
Kuni dhuguma akka G/HB tti irra hamaataadha malee
Rabuman nagaa nuf haa busu 😢
😢😢😢dhugaa keeti 2:48
Waan Nama yaachisiu kuni
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢
❤❤❤❤
Odeeffannoowwan kee baay'ee namatti tolu❤❤❤. Sirriitti maamiloota (subscriber) baay'ifachuuf viidiyoo qoosaa fi bashannanaa garaagaraa otoo itti dabalte gaariidha jedheen yaada.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😢😢
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😢😢😢
dhugadha walhii dubin kuni maati ko irrtaas gaye jirraa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Jawweer Jawweer ❤❤❤❤❤❤❤Jawweer ❤❤❤❤❤❤Jawweer ❤❤❤❤❤Jawweer ❤❤❤❤❤Jawweer Oromoo1 ❤❤❤❤❤
,❤❤❤❤
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢😢 6:49
Kun ergaa jalqabee waggaa sadii olii kessatu gudina arsii anaa bayee keessati argamaa akasumas magala adama keessati ijoolle bayee qabani mati irraa birrii nyatan kan basuu didan bayeetu jiraa
Dhugaa
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Kan qabu irraa kafalee baafataa kan hin qabnee hoo? Allah yaa rabbii
Welcome
Obolessa kiyya barudin Addi Mahammad jadhamuu haragee baha Aana dadar magalaa qobboo yoo taa,uu hojiif jacha jijiga garaa Adama dema jiruu guya 15 dhabnee Amma sagale isaa waaranan àkka butamee dhaggenye namuu duu,i godhaaf obooleyyan kiyya
❤❤❤❤❤❤🎉
😢😢😢
Sobduu afuuftu
yarabi,nuf,birmadhu
🤲🏿🤲🏿🤲🏿☝️☝️☝️🥰🥰🥰🥰😘😘
Kunii dhugaa jiruu rakoo comaa hojatama jiraa 🎉
Ok
😥😥😥😥🤲🤲🤲
Qama motumma tahu namni hin beyne hin jiru
Kun dhuga jiru walahi
Hadhaa tiyyaa kumaa400000 gafatee woranii bilisummaa Oromoo Abaa kiyaa Amoo hin Ajesanii
Frist one view like me
Magala Adama kesati fa'a akka male bayy'ete jirraa
Ya abdokeenyaa godina harargee irhinn sibaresaa millishuma aradatuu waly firradadhabnee biyyafa lolttan jadhaanii hedduu nudararjiran halkkan allagabahun hinjirtuu makkribaratii hayylandii itti fincanuu mana ollnaqanee hulladanqarana
Maltuu,dawwaa,kaan,himtee,sila,dhiibbeeedha
🔴⚫️⚪️🔷😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Obolessa kiyyas butamee jiraa
😭😭😭😭😭😭😭😭
Nama barate dhabuun miidhaa guddaa geessisaa 😏
Xiqqeenna oromoon biyya san Keessatti Wal xiqqeesse sabni tokkollee Wal hin xiqqeessine
Ormi Maal nu godhe keennumatu keenna fixee
abadan oromoon gabrummaa jalaa hin baatu 😏😏😏
Unsubscribe unlike 👎👎
❤❤❤❤𝘫𝘢𝘣𝘢𝘥𝘩𝘶𝘶 𝘨𝘰𝘵𝘢 𝘬𝘰𝘰
𝘼𝙨 𝙬𝙧 𝙬𝙗 𝙒𝙚𝙡𝙘𝙤𝙢𝙚
kun dhuga jiru walahi ana abba mana ko fudhan waggaf dema jira hin jiru isa hin beku 😢😢umata kenyaf sagale ta'a pls
❤❤❤❤
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢
❤❤❤❤𝘫𝘢𝘣𝘢𝘥𝘩𝘶𝘶 𝘨𝘰𝘵𝘢 𝘬𝘰𝘰
kun dhuga jiru walahi ana abba mana ko fudhan waggaf dema jira hin jiru isa hin beku 😢😢umata kenyaf sagale ta'a pls
❤❤❤❤❤❤❤
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢
kun dhuga jiru walahi ana abba mana ko fudhan waggaf dema jira hin jiru isa hin beku 😢😢umata kenyaf sagale ta'a pls
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢
Wlh rakkon oromoo wala duties birrii kumota haga miliontii wala gaafatu kunii bayyee rakkoo guda umee jiraa keessahuu warra nutii waraan WBO ofiin jedhuu sanaanna 😢