Wly situ badii qaba malif yoo jetan wahen mati keti. Ishes ni lalata kansis si ilalata wol dhoksu maltu fide oso hati koo na jala dhukuba demen ilale dhufa jete demte siti hin mufatan turan iti ansites yero biya debitu mana oso senin hojii sente wani kamu yoo afe matin ishe waan guda sif olan kun Mali hadha ijole keti sif woya dhifama wolif godha❤😢😮
Yaa gamee wly sena atii gada lakistuu hundaa nin hordaf chanal o Gamachis jedhuu kana gafa attii banatura dhagefachuu turee garuu sena kee wan bayee jaladhuf wly guyyuu chanala oromia 24 jedhuu jala sene dhagefacha olla guyya gutuu sanumafuu nura hin turin inshallaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Obbolessa koo gaa'ela maatin giddu gale haasa'u baredina hin qabu garuu yoo isheen biyyati debite si waliin jiraatti ta'e dhiifama godhifi waliin jiraadha,kana yoo ta'u baate garuu ati achi demte itti hin deebi'in yoma isheen debite si waliin jiraachu tole jettelle maatin ishee jirenya kesan kesa harka fudhachu qaba ❤
Waliin hin jiraatin gantuu kana atis jiruu ijoollee keef jedhii jabaadhu hojjeedhu caalii argaami 😊
🙆🙆🙆🙆🙆🙆anuma qofatu qormaata kesa jira se mee Obolessaa koo yeroo tokko tokko dogoggoruni wanuma jiruu garuu namnii dogogoraa isaa beke dhifama gafachun isaa wani garidha waqayoo yuu balesaa dhala namatiif dhifamaa late jira kanafi adha mana keti debiyi ijollee kee gudifadhuu sababni isaa matin kiya gargari ban nun nu facasani turani ijooleen jaalala adhafi aba argite hin gudatuu tanan jirenyi bay'ee ulfata ijollee kefi jedhi ergaa jalala sifi qabatee dhifama si gafate dhiifama godhifi Waaqayyo balesaa kee isaa dura ishiti dhufuun duraa balesitef kanan si kafalchisa ta olitti bun wanuma jiruu dhifamni wan undaa cale argama namnii yoo lubbu base kan lubbu base jarsa bafate ararfataa miti itti yadi si cala fedha kee hin beeku aka koti odo hararamtan nati tola
Isin si jalatii matti biraa fagadhuu dhifama gidhifii wolin jiradhuu my bor hiren tama ganamatii😢❤❤❤
Nama sii caala mallaqaa jaalattu itti hin deebi'in dhugaa akkamitti abbaa ijoollee ishee mana hidha galchitti borus waan akkana sirraatti dalaguu hin dhiistu kanaaf dhiifama godhiif garuu wajjin jiraachun sitti haa hafu
Yoo isin gara biyaa debitee itti debi'i wolin jiradhu maatin jireenya keesan keesa bahu qabu😢❤ ilmaan yatima hin godhini
hojadhu isan calii. argamii Rabii Sii haa gargaru. ijolee Kee yeroo hunda dubisi isii. akas Sii gote iraa fagadhu.
Goonkumaa maqaa isheeyuu hin waamin jireenya ishee waliin jiraates dagadhu yaadachuu hin barbaadin hojii hojjachuu beektummoo itti deebii itti chimii hojjatadhu 🎉❤
Wly situ badii qaba malif yoo jetan wahen mati keti. Ishes ni lalata kansis si ilalata wol dhoksu maltu fide oso hati koo na jala dhukuba demen ilale dhufa jete demte siti hin mufatan turan iti ansites yero biya debitu mana oso senin hojii sente wani kamu yoo afe matin ishe waan guda sif olan kun Mali hadha ijole keti sif woya dhifama wolif godha❤😢😮
Woraa soddati galuni gagalii akkanumaa😢😢 atti ijolee tee hin harcasini yoo isnii garaa biyyati debitee bultii teessani keessaa mattin isii harkaa fudhatee dhifamaa godhifii ijolee tee wojjini oromiyaa keessaa jiruu yoo akkaa fetee tisi woratiee matii isii jirenyaa keessani keessaa harkaa fudhachuu qabaa amaa bodaa
Yaadaa keetuu nattii tolee!!🥰👍
Namoonnii komeentii kennaa Jiraan gongumaa akka innii gara jabaatuu godhaa jiranii!
Dhugaadha qabeenyii warraa soddaa halaaluumattii bareedaa!
Amma inniif isheen walii galanii biyyattii deebi'anii of danda'anii gaa'iilaa isaanii ittii fufuu qabuu ijoolleedhaafiis yaaduun hundaa caalaa!!!!
Biyee haa nyatuu anuu sitii herummaa itii debiyeniii qalii namaa dhuganii hini turtii malee inumaa batiii 😢😢😢
Adha natu dura like godhee like godhamee orro too
Maati nafi ta'ii mee
@@Gureetube23 tole guree to
Dhifamaa godhif dogoggorteti wan sii jalattufi bro
Dhiifama isani fudhadhu ijolle keetiif jedhi 🙏
Amashirii rabini sii haa milekesuu amale hini dhaqabada abadii hinii kutatini ani aka mataa kiyatii ijolle te e horodofii ishee kokumaa dagadhu akumaa isini gafa ati rakoo kesaa jirituu sii dagatee sanitii hadha taka duba sagalatuu jira hinii dhippatini
Dhifamaaa dhifamaa Dhifamaa Dhifamaa Dhifamaa Dhifamaa Dhifamaa Dhifamaa ❤❤😢😢
Ati hadhaa Mana mucaa kanaati?
kanati hin debin kan bira jaladhu maal akkamiti gara jabate wagaa lama si hisisti kun isaa iyuu wagaa tokko boda dhufte si ilalte kun nama gari miti
Ishee dhisi jirenya harawa bulti harawa egali jiradhu hoji keetis soqadhu hojedhu waqayo Uma kee haa ebisu obolesa Kenya jirenyi akanuma buha bahin qabdi jabadhu inni darbe muddanno inni hafe muxano jedhama mitire 🎉🎉🎉
Bagaa nagaan dhuuftee gamee Maati nafi ta'a oromoo koo ❤❤❤❤
Yaa gamee wly sena atii gada lakistuu hundaa nin hordaf chanal o
Gamachis jedhuu kana gafa attii banatura dhagefachuu turee garuu sena kee wan bayee jaladhuf wly guyyuu chanala oromia 24 jedhuu jala sene dhagefacha olla guyya gutuu sanumafuu nura hin turin inshallaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Anis kasuma
Maati nafi ta'ii mee
@@Gureetube23 hy
Bagaa nagaa dhufitani ❤❤❤
Ati duraa jirenyaa kee akka waarra waqqayoo inni beknee jiracha turtee fula waqqayooti debiy qalabi jijiradhuu amma jirenyaa ara jalaqabi ijoole kee ofiti fudhu guddisi maale biyya orma inni demin Ethiopian kesa hoji kee jalaqabi ati gana Daraggagesa jirenya kee jabadhuu ati mana kee yoo gara biya dhufte ijoole kee fi jedhi waalin jiradhu Gaaruu biyya orama sanati inni debiyin!??? Waaqqayo jajabina sifa kenuu maale abba kee wani gaarii siif inni Awine namni badiya cubbu maali akka tahe baaye isa wani bekaniin inni qabani maalee dubar waali ejuni cubbu Gudadha waqqayoo sifa dhisu maale yeero baratu cubbu gudda gote gaaru dhifama brother 😢
Saree tanaa itii debiyiniii bultii biraa ijaradhuu dubartii badiyaa fudhii ishetuu bultifii sii ta.aa dubartii magallaa bandaa safuufii dudhaa benee ittii hini debiyiniii biyee haa nyatuu shallee tannaa usuu si jalatii ta.ee wagaa 2 gutuu si hini hisiftuuu gadhee hadhaa ishee matii Safufii dudhaa oromo hini benee wayee ishee irafadhuu ijollee karaa seraa qabesanii iraa fudhadhuu kanii biraa fudhiii woyiniii anuu sitii herumaaa oromtichaakoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ I miss you ❤ wly namnii dhuganii jallaa awalamntuu garaa maa nyataa dhukubiii gudaa qabaa so I'm sorry to
Dhugawoliye ❤❤❤
Dhifamaa godhiif hadhaa mana keet debi'ii ulfatusii😢
Jabadhuu
Kan si hisiste ishiif jeete biyaa baate dhifama mal gootaf amma lubbuu ke baftu egda mo argaa ishii
Waa’ii sheedagadhu ilmaankeetiifimmoo yaadi .akkawaan si ajjeefeeti kun!
ganatuu tanaa itii hinii debinii borulee sii gatii😢
Hadha ijole keef dhifama godhi
😢😢 yaa nama garaa jabinaaa wani sii jedhuu hin qabbuu yaa obbolesaa koo
Dhugaa💘💘🌼👏💘🌼
Dhugaa maqaa ishi hin shindhayiin bultii arraa
First dawaadha jedhen dursaame😮
Jabadhu bro garuu gara hojii kettii debii'i jijjiramii itti agaarsiisi ishettiimmo hin debii'in
Daa'imaa kees hin dagaatiin
Dhagefachaa jiraa
Dhuga dubachufi isan dogogora sii hubatan dhisifi iman ketii jedhii isima defadhu hamenya sifi hin qaban
kan keetimoo kan nama biraatii gammee
Gammee welcome ❤❤❤❤🎉🎉
Hojii hojjadhu abdii hinkutin sammuu gaarii qabdawaanta’eef barnootas ittifufuuqabada.
Obbolleeso qormanii jiireenya woma jiiruudha Aatti moo jiirachiifachuu niidandeesa fuudhii dubaratii dhugadhan siifi dhabbatu
Walitii araramma
Mana Soddaati galuun durumaa rakkoodha
Naamani dogogorru homa jiruu haadha maana keehtiti deebi gaarruu uuffii eganno goodhii
Hidhamuu keetti gammadeera
Seenaa baay'ee garaa nama nyaatuu ilmi nama ni dogograa caraa 2ffaa kenifi haadhaa warra tetti yoo Jaalala kee dhugaan qabatee garaa biyya demite akkuma duritti si waaliin haa jirattu
kunii bor lubbuu kee baasufi dubaati debituu maatii ishee waajin ittii debi'iin dhugaa waqaa
Welcome
❤❤❤
obsii lami ko ❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊
Gammee will come
Laakii itii hindebi,inii argashii
Hiyesa akka ke wajin osso naga jirate samu gari qabda demi dorgomi hoji hojedhu hoji ke ykn nagadaa sana hojedhu osso yero qabdu ofiti debiuu qabda
Tokko mali gotif 😂😂😂😂 yaa walaluma dukkana jedhan 😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢
Well come G 🎉🎉🎉
Maati nafi ta'ii mee
Uufff 😢😢😢😢😢
itii hin debi.in. jarti bira fudhi. jirenyaa Kee jiradhu itii debinan Sii tufati. anatu asin Sii gayee jetii bodaa matarati sii bati. dalagaa itii debi.ii biyiuma kesati hojadhu taa biraa fudhi isii itii hin Debi in
Gammee Isanii Telegramanii Sii Eragee Laalatee Mafii Califtee Qoyii Mafii Hojirranii Olachinee🤔
😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Telegram kee hin hojjeettu gammee
❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Yaa obollesaa kiya yoo woni atti jettu kuni mari dhuga tahe qillee sennii jedhini
Itii hin debin kani hardhaa manaa siresa sii galchite boruu lubbuu ke bafti
Safuudhobbo😮😮😮😮😮😮
♥️♥️♥️♥️🎉🎉🎉
Obbalesaa koo durumaa soddafi i fi ibbidaa halatii baredaa jedhaa oromoo
Obboleessa koo otoo namaa beektuu taatee kana hin gotuu turtee malqinii amaa barbadee taayyee jireenyaa mataa kee jiradhu
Wel come
Itti hin debi,in
Dhifamaa godhifii debii baleessaa kanumaa keetii oso itii hinimni demuu hin qabduu turtee
Ofi kee hojii kee humadhuu kanan booda
Wel come game
Ani isaa Abbaan kee takka maal gootif jedhe baay'een kolfe😂
Itti hin. debi in boruu akka kanaa ol si mittu kun shaki hin qabu
😂😂😂🤗🥰
😂😮
Anatu sin durse😂🫣🥰
Duraa akkmiti yero fudhatee hadhaa manaa keef matshee hin marisisini demitaa ati
❤️🫶😭😘
Akka itti hin debine gadhera sodhani ke kani bira fudhi
Fudhii hojii kee seeraan hojadhuu gudadhuu issaan caalii argamii
Isii fudhu warra iraa fagaa dhu jiraadhu Oromo akka maltu ajjaawan jennaan sodaa😂 soda ra tuu,u warra dhiisi jartii yee deefadhu
❤❤❤