HAASAA JAAL DAAWUD IBSAA 05 01 2011

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 28 พ.ย. 2024

ความคิดเห็น • 77

  • @promw864
    @promw864 6 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuffffff alhamdulillah yaa rabbi galanni keeti☝
    Baga ngyn nuu galtan #ABO/WBO💔💔💔💔💪💪💪💪💪💪💪
    #Galanni qabsaa'otaa fi #wareegamtootaaf haa ta'u
    Kan jiru homa arga woy gammachuu koo😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💘💘💘💘💘💘😍😍😍😍😍
    Lammii koo ijji diinaa isin hin danda'in💪💪💪💪💪💪💪💪💪✊✊✊✊💪💪💪💪💪👌

  • @kadirgoosaa7976
    @kadirgoosaa7976 6 ปีที่แล้ว +1

    haayyuu Jaal Dawwdi ibsaa umuri Nuf deeradhuu dinaaf haarkaa hiilannee Yoomuu siin boonaa uummàii oromo Rabin Bilisuma hundaa keenyaa Nuu agarsisuu

  • @lalistuwallaga5050
    @lalistuwallaga5050 6 ปีที่แล้ว

    Uuu obbo dawid ibisa waqayoo umuri era isnfaa kenuu galatoma hundi kessaanu ABO💪💪💪💪💪💪

  • @private2074
    @private2074 6 ปีที่แล้ว +1

    dura ta'aa jaal Dawid seenaan yoomuu isin yaa data. garaa na nyaatu baay'ee. osoo qananii jiraachuu danda'anii saba isaaniif jecha osoo qasa'anii. haarrii biqilchan😭😭😭😭😭. umuri keessan haa dheeressu jaallee Jeneral Dawid obsaa. isin jaallanna. qeerroonis galata safara hin qabne keessan💪💪💪💪💪💪💪💪💪💓💓💓💓. pr/Dr Abiyi Ahmed. team lammaa magarsaa😘😘😘😘😘. Durataa'ota dhaaba siyaasaa oromoo hunda. hundumti keessan galata qabdu. har'as boris irra aanaa qomoo koo. gammachuu kiyyaa daangaa darbe yaa rabbi alhamdulillaah. 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @waktoladinsa2277
    @waktoladinsa2277 6 ปีที่แล้ว

    glory to God! This day is special day in Oromo historical background after 27 years.

  • @godanahalake7674
    @godanahalake7674 6 ปีที่แล้ว +2

    Aabba Daawud Ibsaa, nama cimaa, nama biyya ijaaruu danda'u, nama seenaa Oromoo guutuu beeku, seenaa duraan qonyate deebisu haaromsuuf kitaaba dubbisuun isa hin barbaachisu, saammuun isaa ga'aadha.
    Seenaa kana yo dhaga'uu imimmaan qabachuu hin dandeenne....Jiraadhu, jiraadhu...jiraadhu.

  • @hayatyeemamenafqiihawwiink4743
    @hayatyeemamenafqiihawwiink4743 6 ปีที่แล้ว +4

    Alhamdulilah yaa rabbii galani kee hin badin Yaa Allah baga rabbiin nagaya gara biyyaa keeessani isn deebiser

  • @hsnnshsjhah4456
    @hsnnshsjhah4456 6 ปีที่แล้ว +3

    Ilililililililili
    Baga nagaan gara biyyaa abbaa keessanii galtan galanni rabbiif haa gahu
    Ergasii dr.abiy ahmediif haa gahu

  • @AbbaaBooratube
    @AbbaaBooratube 6 ปีที่แล้ว

    Baga gammaddan baga gammannee Oromonii hundi. Garuu Jawar Mohammed galateffamuu qaba ture!

  • @mohamedslah1172
    @mohamedslah1172 6 ปีที่แล้ว

    Alhamdulillah baga nagan biyya keesaniti deebitan ilmaan Abba gadaa umrii nuuf dheeradha

  • @براعمالمستقبلبراعمالرحبة

    Mashaa Allah baga rabbiin biyaa kesanit isin gachee alhamdulillah rabbiin alaminaa

  • @neimailyas6056
    @neimailyas6056 3 ปีที่แล้ว +1

    🌄

  • @bertadegu2412
    @bertadegu2412 6 ปีที่แล้ว

    we thankyou tagay and leader of o romo liberation fronet jaal dawud ibssa he gave all of his life for the people he love oromo people ,, merhaba ,, merhaba ,, welcome our father our brother our hero tagay fredomfighter dawud ibssa ,,

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 6 ปีที่แล้ว +2

    በርቱ፣ የኢትዮጵያ የቁርጥ ቀን ልጆች ፣ በቻልነው ሁሉ፣ ሁሌም ከናንተ ጋ ነን!!!!

    • @mk-jg7rl
      @mk-jg7rl 6 ปีที่แล้ว

      Thank you my sis

  • @keenyamaallaatadhiiro6843
    @keenyamaallaatadhiiro6843 6 ปีที่แล้ว

    Guyyaan kun guyyaa sena qabeesa duwwaa ottoo hintaane, guyyaa dhoqsaan jibbiinsiif sodaan sabni biroos haa ta'u dhaabni oromoo garaa isaaniif bullan maaliif akka adda bilisummaa oromoo sodaatan dhugaan isaa jaalala sabni oromoo ABO dhaaf qabu iffati mul'suudhaan iccitii bara dheeraa iffati mul'ise waan ta'eef nuuf guyyaa gammachuutiff dhugaan ni qallati malee hincitu akkuma jedhamu dhugaan oromoo ottoo hincitin turtee iffatti baateedha. Kanaafiyyuu baga ittiin nu ga'e.
    ++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++
    This date is so historical and it is a day on which the fact why other non oromos and those oromo organizations lived to fill their stomach hate OLF/OLF’s army is clearly disclosed through the mass based oromo support for the OLF leaders led by Mr. Dawud Ibsa. It is, thus, a great day for us!! This date proved the oromo saying, ‘Truth may get so slim but not cut’ --- ‘Dhugaan ni qallatti malee hincittu’ --- “እውነት ትቀጥናለች እንጂ አትቆረጥም” የሚባለውን ገሐድ አወጣ ይህ ቀን፡፡
    ++++++++++++
    ይህ ቀን ሌሎች አንዳንድ ኦሮሞ ያልሆኑና ለሆዳቸው ብቻ ያደሩ የኦሮሞ ፖለቲካ ድርጅቶች ለምን ኦነግን ሁሌ እንደ አውሬ እንደሚፈሩና ስሙንም ሊያጎድፉ እንደሚጥሩ ኦነግ ባለው ሰፊ የህዝብ ድጋፍ የቆየ ሚስጥር ገሐድ የወጣበት ቀን ብቻም ሳይሆን እውነት ትቀጥናለች እንጂ አትቆረጥም የሚባለው አባባል ትክክል መሆኑን ጭምር ያሳየን ቀን በመሆኑ ደስ ብሎናል፤ እንኳን አደረሰን፡፡

  • @diribadaba2132
    @diribadaba2132 6 ปีที่แล้ว

    Baga nagaan gara biyyaa abaabilii fi akakilii keessanitti nagaan deebitani barri hafe bara bilisummaa nuuf haata'u

  • @kadijakadir3702
    @kadijakadir3702 6 ปีที่แล้ว +2

    Alhamadil Alhamadil Alhamadil rabbi galin haa gahuu oroomo koo

  • @oromooromo9609
    @oromooromo9609 6 ปีที่แล้ว

    Aye Tahu Qaba Oromon Hakanati Yohasa A Irabareda

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 6 ปีที่แล้ว +5

    እግዛቤር ላብራም ዘርህን እደምድር አሸዋ እደሰማይ ኮከብ አበዛለሀለዉ እዳለዉ ይሄዉ ዛሬ በዛን ያምላካችን ስሙ ካጥናፍ አጥናፍ ይብዛ። offff Oromo Koo mall gemeshun kun nuu jeradhaa

  • @aofkolaa
    @aofkolaa 4 ปีที่แล้ว +1

    haasaa goota

  • @susuujimmayarabbiharmeekko6921
    @susuujimmayarabbiharmeekko6921 6 ปีที่แล้ว

    Mashaallah guriikee nagaa hadhaga'uu abbo Wob ABO

  • @استغفرالله-ذ5ث8و
    @استغفرالله-ذ5ث8و 6 ปีที่แล้ว +1

    bagaa nagayan nuuf dhuftan umrii dheeradhaa

  • @fozfoz6889
    @fozfoz6889 6 ปีที่แล้ว

    Elelelelele Elelelelele Elelelelele bagaa gammadee oromoo kooo❤❤

  • @adam.somaliadam.somali9917
    @adam.somaliadam.somali9917 6 ปีที่แล้ว +1

    Baga kanaan isin gahee alhamdulillah

  • @hlfokawo217
    @hlfokawo217 6 ปีที่แล้ว +1

    Bagaa nagaayan galaatan 👍👍👍👍👍👍nuuf jiraadha

  • @aamm1648
    @aamm1648 6 ปีที่แล้ว +3

    ilililililililililililililililili Galatomaa baagaa nagaan galtaan sabakoo isiin jalanaa

  • @mohamedroba8621
    @mohamedroba8621 6 ปีที่แล้ว +1

    Bagaa gammaddan ilmaan oromoo hundii

  • @falmattuudinaaobsiriqichaj1579
    @falmattuudinaaobsiriqichaj1579 6 ปีที่แล้ว

    iiiiiiiliiiiiiliiiiiiii qeransoo keenyaa baguma nagaaya biyya abba keesanitti lubbuun jiratani bilsumaannuf galta.kaneen injifanoo kanaf jecha lubbu isani dhaban seenan haa yaadatu qeerransoo koo.

  • @aamm1648
    @aamm1648 6 ปีที่แล้ว +1

    uuuuuuffffffff seenaan isiin yaadaataa qomoo koo

  • @fatumafatuma4408
    @fatumafatuma4408 6 ปีที่แล้ว +1

    Ahaa yaa Raabbii gammachuu hardhaa

  • @urjjiisabaa4044
    @urjjiisabaa4044 6 ปีที่แล้ว +5

    Iiiiiiiilllllliiiiiiiillllllll baga gamadan oromoo hundii uuuuuffff guyaa kana arguu kiyaafii shukurii rabbitii haagayuu

    • @farhiyaabdalla250
      @farhiyaabdalla250 6 ปีที่แล้ว

      yaa rabbiikoo fiinxan nuufii baasii ya Allha

  • @lensagamee8177
    @lensagamee8177 6 ปีที่แล้ว +2

    😢😓😓😓😓😓😓😓😓😓 ramatni rabbi isaani wooji haa ta'uu. They sacrificed their lives for us to see today.

    • @misraasultaansultaan6228
      @misraasultaansultaan6228 6 ปีที่แล้ว

      😢😢😢😢😢😢😢😢😢sanyii koo bagaa rabbii waliitti isiin qabee😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

    • @lensagamee8177
      @lensagamee8177 6 ปีที่แล้ว

      @@misraasultaansultaan6228 Amiini wojinuu Adee koo.

    • @gadesamolato3914
      @gadesamolato3914 6 ปีที่แล้ว

      Lensa Gamee vvgghbfsxxf

  • @promw864
    @promw864 6 ปีที่แล้ว +1

    Ana haa nyaatu lammii koo😢😢😢😢😢

  • @kiiyyaannutiisiifjiraaorom1077
    @kiiyyaannutiisiifjiraaorom1077 6 ปีที่แล้ว

    bagaa nagan gaatanii biyaa abba kesanitii WBO koooooooo ABO koooooooo

  • @ramycell6694
    @ramycell6694 6 ปีที่แล้ว +2

    😍😍😍😍💖💖💖💖💖

  • @qeerroomooyyaallee8175
    @qeerroomooyyaallee8175 6 ปีที่แล้ว

    Jasii kunni maliff jawar jibaa maali irraa balesee namnii Awallaa galatefachuu qabuu issaa

  • @harmeetoonanyaade302
    @harmeetoonanyaade302 6 ปีที่แล้ว +1

    Very nice

  • @amantanjirenyaajirenyaa7992
    @amantanjirenyaajirenyaa7992 6 ปีที่แล้ว

    Woooooooooooo sanyii koo jabaadhaa

  • @SalamSalam-cx4sc
    @SalamSalam-cx4sc 6 ปีที่แล้ว

    wowwwwww

  • @gutecom1979
    @gutecom1979 6 ปีที่แล้ว +1

    alahmdullah

  • @mehedi693
    @mehedi693 6 ปีที่แล้ว +1

    Wawe jirdhaa

  • @caaltuuambo5172
    @caaltuuambo5172 6 ปีที่แล้ว +1

    bagaa gammanee Oromo koo❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fatumakadir6008
    @fatumakadir6008 6 ปีที่แล้ว +1

    Bilisumma ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

    • @galmazadow6823
      @galmazadow6823 6 ปีที่แล้ว

      Baga galtani Amo gotowani aka jarso waqo qetto

  • @hundebayisa3028
    @hundebayisa3028 6 ปีที่แล้ว

    abba biyyaa ABO dha

  • @muhammadziyadhasan652
    @muhammadziyadhasan652 6 ปีที่แล้ว +1

    ati goota qabsoo quba qabuudha baga nagaan galte

  • @kennaaraggaasaa9587
    @kennaaraggaasaa9587 6 ปีที่แล้ว +2

    lamii koo naagan galaa ❤❤❤💚💚💚❤❤❤🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @bakriabde8689
    @bakriabde8689 6 ปีที่แล้ว

    Taatu akkana sabbona keenya

  • @oromooromo9609
    @oromooromo9609 6 ปีที่แล้ว +1

    yes

  • @promw864
    @promw864 6 ปีที่แล้ว

    Dhugaa keessan wollaahi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👍👍👍☝Uuuuuuufffffff Lammii koo 💔💔💔💔💔💔💔😍😍😍😍💔💔💔

  • @amd8413
    @amd8413 6 ปีที่แล้ว +2

    ❤️💚❤️💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽

  • @fatoumaadam453
    @fatoumaadam453 6 ปีที่แล้ว +1

    Bagaa nagaa galtee jall dawud ibsaa

  • @eshetuwaktoli542
    @eshetuwaktoli542 6 ปีที่แล้ว

    Baga geessan

  • @hawanooru2978
    @hawanooru2978 6 ปีที่แล้ว +1

    Illiiiiliiiiiiiìiiiiiilll

  • @oromotokkoo6970
    @oromotokkoo6970 6 ปีที่แล้ว +1

    bagaa nagayan galtaan

  • @abeyhaila7664
    @abeyhaila7664 6 ปีที่แล้ว +2

    Ethiopian bandara yelem yekelel bandara ethiopian ayweklem

  • @mergatudamta8132
    @mergatudamta8132 6 ปีที่แล้ว +1

    BAGAA gamadaani

  • @jadams5318
    @jadams5318 6 ปีที่แล้ว +1

    Oromoon Takka.

  • @hsnnshsjhah4456
    @hsnnshsjhah4456 6 ปีที่แล้ว +1

    Eegasii qeerroof haa gahu

  • @oromooromo9609
    @oromooromo9609 6 ปีที่แล้ว +1

    አዎ

  • @samirabeauty6059
    @samirabeauty6059 6 ปีที่แล้ว +1

    bagaa gamdani

  • @mominaawotichaa5714
    @mominaawotichaa5714 6 ปีที่แล้ว

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂dhugaa kesanii uuuuu lamii koo 😂

  • @bashduy6419
    @bashduy6419 6 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuuuuuuu malooo gammaachuu na bochisaaa qommoo.koo

  • @taadaluu7981
    @taadaluu7981 6 ปีที่แล้ว +1

    👍👍👍👍

  • @adanubayisa8011
    @adanubayisa8011 6 ปีที่แล้ว

    Www

    • @shamsiyaatube2358
      @shamsiyaatube2358 6 ปีที่แล้ว

      woyi sanyii koo Oromo 😢😢

    • @mariyamseenaa9981
      @mariyamseenaa9981 6 ปีที่แล้ว

      galatomaa kabajamo obo ahbii amedi akasum obo lamaa magarsa isini galtefana

    • @hawasayang6956
      @hawasayang6956 6 ปีที่แล้ว

      Wwww yaa rabbi galan si hagayuu