Rabiin sii haa lafisuu dhiraa bara kana Amanani wajiin demuni nii ulfataa kesatuu kani jalatani oso wani isaa hin beynee wajiin tarani kunii muskilaa 😢😢😢
Abshir bone koo Gubaa isaa nama Jarsaa qabutuu sif bekaa silayyuu dhirrii amma hundii sobduu qofaa Ati obsaa qabadhuu rabbiin sii woliin ha jiratuu😭😭😭😭
Obsii obsii obsii inni isi hin barbaduu mucaati subahana allah rabbii obsaa sifi haa keenuu inni sin barbadu sin hin jetee sifuu jedhee roozaa ofiraa didaa jiraa inni ati abba mana kee Amanuu qabdaa
Dhugaa kee jette qalii qa'ilii qoosa miti osoo jaalallee ta'a yoo inni kan of jaju ta'e ofirra dhifte Kun imoo bultidha kanfuu obsuman dabarsi wan dhufee hundayyuu inni keetuma
Ati ofsii Isa darbee dhisii. Isa fulduraa wadaa wolii galatii jiruu kesan itti fufaa asa nama idhagahiin nami yaro kana shexanaa. Bultii kesati ofsatuu barbachisaa. An awinko jalalii kesan bakkati debinan isin argudhaa.
Obsii obsatu furmata jirenyii qormata😢😭 Uuuuuuffff 😭 gada ke ka dura san yadadha boya wly nutiilene gafa san imiman miyo tana si ha qabu jene ture 😢B to Situ iraa ana❤️🩹
Oboletii tiyaa obsii midiyaa iraatii hin boyinii worii midiyaa sii maracha malee homaa sinii fayaduu
Buniyee obsi wan hundaafu obosatu callaa rabbin nama obse walin jiraa hamenyaa abba mana keti hin dubati midiyaa irrati keesuman sirefadhuu amshiri Rabbiin siif haa Lafisuu 😢😢😢
Bunii obsii oboletti tiyyaa qalii osheni bayyee sii jalata video akka atii amantuuf worabaa malee waan biratifii miti habibti qalii bakka isaa bu'ii yaadi ishii intalti sheyxana yoo durallee hiriyyaa ta'anii ammaa ergaa fudhee maal biraa gotii isiin addaa diguuf dhuftee ishiin ati jabachuu qabda achii baldhisii yadii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshiir jabadhuu mucaatii sanii rabbiin sihii irraa habaleessu. Ijii ishii hajamatu. Inii. Malii achii dalaga osheen
Abshiir lubuu amaluma dhirati amarcii yoo argate namati jijirmti😢😢
Amshirii qaalii tiyaa Rabbiin Walitii isinii haa debisuu Ilmii nama inumaa dogogoraa hundafu jabadhu obsii ❤
Obsii bunee Ayyutuu karaa basee sumayanuu hin obsitee hatii ijolee lamaa obsii atisi hin kadhatin yaa demuu obsii jabadhuu lubbuu tiyyaa
Sistuu koo dhisii kan rabbii ketii jedhee ketumaa wantii hundii garumadhafii😢😢😢😢😢😢
Jajabadhuu buni to abshiir dhiirii amaa cufumaatuu akkanaa jabadhuu
Abishirii abishirii qalii obsii amalii dhiraa tokko tokko gadhedhaa hin yadaani😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshiir abshiir rabbiin siifi jira lubbu too qalii tiyya obsii ❤❤❤yaa rabbii koo sumaa kaa 😢😢😢
OSHEE rabbiin sitii haa ariguu wly gafaa futee demituunuu bekkatee isiinii badhetii naa gatee demitaa sin jetee hayyii dhiraa ,ammaa abshir 😭😭😭😭
Homaa miitii Obsii yaa bunee too ishumaa sumaaya qabatee sii qaabatee waaqayoo Obsaa siifii Haa keenuu maalee bunee too. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayii Namaa garuu jabadhuu hadhoo Rabii Sif jiraa ☝️☝️☝️😭😭😭😭😭
Abshiir habibtii cakanii
Obsii oboletii koo samu kee taasgabesii wani fedhee osoo umame samu kee hin ciqin atuu bareduu tana mafi ofii ciqitaa ❤❤❤😢😢
Abshirii wanitii hundii kerumaafi rabbii kerumaa haa godhuu ishaa Alha
Abashiri Lubbuu Ijjoolle oromoo maatii naaf tahaa Pls❤😢
Rabbii hamtuu jidduu teesaan hin fiidini ammaa boodaa❤❤❤❤
Amshii damaa tiyaa 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bunee Abshiri namaa bultii namaa diguu rabbinuu isaa digaa insha alah jazaan rabbini biraa atii garuu obsaa godhuu 😢😢😢😢
mee lakofsaa kee nafi ergii lubuuu
Buni tiyyaa hubbii wly an hedduu hedduu takkan sii jaaladhaa jabaadhuu inshaa Allah hundinuu nii dabraa
Uffi.lubbu.matanii.naa.dhukubee.imimanii.kee.lalee.lubbu.koo.jabadhuu.rabbii.si.jiraa.ati.amalee.mudaa.takalee.hin.qabduu.kaa.amalee.da.imaa.bareduu.tiyyaaa
Rabiin sii haa lafisuu dhiraa bara kana Amanani wajiin demuni nii ulfataa kesatuu kani jalatani oso wani isaa hin beynee wajiin tarani kunii muskilaa 😢😢😢
Atii.abaa.fedhee.caltaa.bareduu.tiyaa.❤❤❤😢😢😢😢
Abshir bone koo Gubaa isaa nama Jarsaa qabutuu sif bekaa silayyuu dhirrii amma hundii sobduu qofaa Ati obsaa qabadhuu rabbiin sii woliin ha jiratuu😭😭😭😭
Buni yee ko abshir baredu hih daarrba jabduu tahii 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
Abshirii❤❤❤❤😢😢😢
Adabaan Akka dubartittii haasahii hin menneqatiinii tasgabbiin haasahii dhamsaa obbolummatii
Osii hiboyinii rabumanii fumataa sii hagodhuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢Abashirii b😢😢
Ashriii qallii ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Amshiri bunii hin jar jarin innille isii hin fedhu jedha hin jiru
Rabbii obsa siifaa kennuu
Bunnii atii jarsaa kee hubachuu qabdaa namnii ammaa addaan namaa fageessaa malee walittii namaa hin araarsuu😢
Bunni koo 😢😢😢barreddu hin yadin inshallah 😍 rabbiitu jira
Uuuuufffffeee bareduu koo hin bohiin Buniiyee kabajamatuu koo obsii 🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️🥺🥺🥺🥺
Obosiii botee ofiii in gamachisin qaliti maratu sana gobozii ta.ii lubuu I'm form wallaga ❤
Obsii obsii obsii inni isi hin barbaduu mucaati subahana allah rabbii obsaa sifi haa keenuu inni sin barbadu sin hin jetee sifuu jedhee roozaa ofiraa didaa jiraa inni ati abba mana kee Amanuu qabdaa
Abshiir rabbii jiraa😢😢😢atii asiratii hin bohiin isii fi ininuu situfatanii
Wayii caraa dubaratii😢😢😢
Obsi furmaata waan si yaachiseeti akkuma guyyaan guyyaan bakka bu'u obsa obsaan bakka buusi akka durri kee bareeduuf karaa sobaa namni imalte xumurri halayaadha yoo jaalatte irraa hanbifadhu
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sihidoof bibilii gafaadhu wan hundreds ❤
Anii dhiraa oromo kana ilallaa herumuu sodadhee wlh😢😢😢me ji. aa meqa walin jiratan😮😢😢
Homaa mitii lubu ko hin bohinii jabadhu obosii😢😢😢
Miskina too abshir😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa kee jette qalii qa'ilii qoosa miti osoo jaalallee ta'a yoo inni kan of jaju ta'e ofirra dhifte Kun imoo bultidha kanfuu obsuman dabarsi wan dhufee hundayyuu inni keetuma
Wly mudanno na mudate muca kana mudate ayii ya rabbiko ati nuf argi 😢😢😢😢😢abshir bunee kunille hin darba
Buniyad yee ko Abshir 🎉❤❤️ Dhugaa 💞 keeti ❤️
Mucaa boosisaa fuutee galte Isin maatii isiirra si filattee boo, aa baddaa keessa si woliin fiigde Ayiii dhiiraa Wly Dhiirri ammaa Sareedha 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Walayishmaramarateamshirii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amshirii my sister 😢😢
Diramaa dalagaa jiraa obsii buni
Abshiir qalii tiyyaa obsii Attuu da.imaa wolhii garaa naa nyatee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshir lubbuu Rabbiin isa hin milkeessin😢😢😢
Maluma goonakaa nuti 😢😢😢
Abbaa mana ketiti jabessii qabadhuu isiin wol hin lolinii habibtiii❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🤦
B ❤❤ Abshirii inshaa Allah kerumaafii ❤❤❤❤❤
Abashir buni tiyya rabi jira mee namani akka koo wani hunda jibe jirra mee wly ilama nama kanna lale jalali nama dhufatii qabu jibbe wly 😢😢😢
Amshirii obaletii too dhirii akanumaa yosuujijiramtii obbiisi
Bune nabse abshir wan ofi😢😢😢
Abshiri rabini sii walini jiraa Amalumaa dhiratii😢😢😢
Abshiir lubbuu tiyyaa😢😢😢😢😢wlhi hedduu na marartaa buniyyee qaalii abshir rabbiin sif ha laaffissu hunddu ni darbbaa uuuffff😢😢😢😢😢
Uuuuuuufff obssi ruhi too😭😭😭😭😭😭😭😭
Buni ashiri rabisagaragaruu ❤❤❤❤😢😢😢😢
Abshir 😢😢😢😢❤❤❤❤️
Abshir habibiti 😢😢😢😢😢😢
Miskina wollahi rabiin siif haa lafisu wan jabate hunda 😢
Inatalii adabanii haswii hidhii hin micirinii
Anii warii midirayaa kaa dhugaa raabii bultii isaani taphaa natii fakatiiyuu amishirii hudufuu raabinii jiraa
Amshir amshir baredu koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bareeduu koo abshirri situu calaa intalati ijituu sanii 😢😢😢😢😢
Obsii obsuun furmaata hadhoo koo😢
Abshirruu maa habibtii Koo Qaallii 😭 Abshiri Qaallii 😭💔💔💔💔💔
Abboo dhiraa biyaa keenya kan amanun dadhabben😢😢
Buni inii sidhisule rabbiin lafatii sin dhisu obsii sister 😂😂😂
Hin bohiini adawaa keeti sihiiti gamaadni❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wonit kuni Parkdha😅😅😅
Abshirii obboleetii beekachuu kee hin olee😂😂😂
Ee woolhii 😢😢😢😢😢
Atii gaafii qabaa dubartii zabanaa midiyatuu isin fudhee moo isitiuu midiyaa fudge tuuuuu wolahii isin Abbaa mana kee manatii mallee midiyaa iraa mitii faraa maraa wolahii ballahii Nama jibisiftanatii kijibbaa dhisii butii keessaati hasayadhuu gowaa maraa
Abshiir ruhii tiyaa 😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Ati ofsii Isa darbee dhisii. Isa fulduraa wadaa wolii galatii jiruu kesan itti fufaa asa nama idhagahiin nami yaro kana shexanaa. Bultii kesati ofsatuu barbachisaa. An awinko jalalii kesan bakkati debinan isin argudhaa.
Dhugaa osheniyu sii jalataa,sii kabajalee.inii ni didaa intalii ni maratertii dhisii atii halalii isatii.morkadhuu hin dhisin
😢😢😢😢😢Amalumaa muktarii qabaa
As wr wb buniyee garaa itti hin jabatin rabbiifi jedhii irraa tafi innii isii sani hin barbaduu❤❤❤❤❤ buniyee yaa bareeduu teenaa obboleeti teenaa qaali sin jalannaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Obsii obsatu furmata jirenyii qormata😢😭 Uuuuuuffff 😭 gada ke ka dura san yadadha boya wly nutiilene gafa san imiman miyo tana si ha qabu jene ture 😢B to Situ iraa ana❤️🩹
Amshii sanyii 😢❤
Buni koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amshiir habibtii ❤❤❤😢
Obsii😢😢🎉🎉😢😢
Abashira buniibko😢😢😢
Abishirii baredu too rabii sifii jirra 😢😢😢
💔💔💔😭😭😭😭😭
Amshiiri buni yaa rabbii
Maal godhu lubbu Abbaa gaarirraa dhalachurra caarra gaarii dhalachuu wayyaa jedhe oromoon yoo makmaku
haay dhiiraa tanaa😢😢😢😢 gantuu
Ashirii lubuu koo
Umata kijiba😔
Boniyee dhugaa raabii tasumaa hin gadii ati abbaa fedha calta