ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Diiramma Akka Damma Namati Tollu Laiiki godha ❤❤❤
Dhugaa hirkonii bayee namaa kolfisisa hojinii isaa ❤❤❤❤❤ dandetii adaa qabaa
dhugaa dubachuuf diraamaa hirkoo kanatti baay'een bashannaanaa irraas barachaa jira jabaadha ijoollee oromoo
Har'a lammaaffa Ana ilaale like itti roobsaa mee namni diraaman kuni itti tolu
Ayiiiiiii waaqoooooo... Artistoota keenya baayyuman sin jaaladha. Nuuf jiraadhaa.....
koflaan dhumnee nuf jiraadhaa kessaahu nuti worri biyya ambaa jirruu bayyee ittin bohaarra galatoomaa nuuf jiraadhaa❤
Ayi Waaqoo Imimmaan na fixachiistee dhugaa!!!
Qoosaa Hirkoo bayee namati tolaa dhugaa ❤❤❤❤😂😂
Kkkkkk dhugaa rabbii baaye sii dinqisiifadha waqoo
Hirkoo❤❤😍😍.. Garuu wanti hundu hin darba hirkoodha hin darbu haala kanaan😁😁😁😁😁
😂😂😂
Maa 😂😂😂😂
Wooooow amazing one this is agood talent please continue next one,iam very appropriate when you seen this comedy,thank you very much!! For the future be strong for all
Wayoo qosaa kee yaa irkoo akkm namatii tollaa ❤❤❤❤
Ayi hirkoo atii nama addatii waqoo getachoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eessumaa fiddanii isa 'what a generation ' jedhu kana!!Amazing ❤❤
Hirkoon abbaa lataa tahem😂😂😂😂😂😂baay'ee namaatti toltu jabadhaa ❤❤
Yaa hirkoo maaluma siin jedha eebbifam. What a generation😂😂😂😂😂
Wow Hirkoo Garaa Nama raasa Nuu jabaadha Isin jaalanna❤
Dirama aja'ibaatti wlhi Baay'een jaaladha ani wako ❤
Ayii Hirkoo kolifan nuu fixe jabadha hundumiti kesanu denideti guda qabidu dhugga ❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅
Akkati irkoo jaaladhu dhugaa raabbi ❤❤❤
Hirkoon dandeettii qoosaa isaa na ajaayibsiisa
"Carraa dhumaa 1 naaf kenni 2 godheen siif deebisaa!" Waaqoo begeta sim😂 warshaa kolfaa
Dawwitti tanee Artii oromoo keessatti Akka of ilalluuf ijjolleen kun maddaa Ka'uumsati🥰🥰🥰🥰
It is amazing and entertaining. Edu, Wako and friends you are doing great jobs. keep going forward
wayyoo hirkoo koo gamtaan maltuudha.isatuu tiyyaa si dhabsiisuuf deemaa.Maal inni hammam ogummaa si caalee yeroo hundaa si gowwomsa.yeroo darbees faranjii sitti argisiisee si sobe.garuu torbee isa itti aanuttii "TIYYAA"Faana si arguun barbaada.Waaqayyoo garaa siif haa laffisuu TIYYAA keemmoo.JABAADHAA IJOOLLEE OROMOO.GARUU YEROO HUNDAA QOLA QOLA jettuu akka warri kaan warra abbaa qolaa nuun hin jennee qofa.
Hirkoo jijjiramii beqa Dhisii dhiri hin bo'uu😢😢😢😢❤
bayye namatti toltu.dhuga jabadha ittuma fufa.Koodemo eega jirra
Hiirkoo Hojii kee hedduu naattii tollaa😘😘😘😘
dhugaa keetti❤❤❤
Hay Hirko qosaan kee bayye namati tolaa jabaadhu
Kkkkkkkkkk bayeee nati ijoleeeni tunii bayeee garidhaaaa itti fufaaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Rakkoolee hedduun biyyaa namaa keessatti marfamnus diraamaa kanaan bohaaraa jirra nuuf jiraadhaa
What agreat talent we have got! keep it up brothers🥰
Wow baay'ee namati tola adara sa'atii ittti nuuf Dabala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Diyaasfooraa ta'ikaa atis
Baayyeema nama bohaarsitu dhugaa!Jabaadhaa!
Garaa nama nyaattu qaxaleewwan sabaa jabaadhaa barumsa guddaa dabarsaa jirtu warra waa hubatuuf,kolfa qofaan kan darbu miti...!!!
Kolfaan dhumne barana 😂😂😂 i love u really guys
Dhuguma carraa gaariii argannetti fayyadamuu dadhabuun gaabbii guddaa keessa nama galcha!
Ayi hirkoo kolfaan nufixe baranaa 😂😂❤❤
Dhuga,rabbii,bayee,namatii,toolaa
😂😂😂😂😂😂😂 yaa hirkoo hamtumtii sii hin argin malee malan jedha 😢❤
C ishiin debbitee dhufuu ,, 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 nuuf jiradhaa qaqalii koo
Hirkoo qoosaa kee bayye gaaridha ❤❤❤
Qosa kesani baye namati tola kesafu abshalla gamta nati tola😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
What a funny thing. I love oromo ppl from Madagascar 🇲🇬
Madagascar😂😂
Thank you so much , keep it up!!!!
Namaatii tollaa yeroo ittii dabalaa🥰🥰🥰🥰🥰
Wow namatti tola dhugaa dubbachuf garuu wanni an jechuu barbaade diraaman keessan xiqqo walqabachuu irratti nu rakkisaa jira osoo wal qabatee nuu deememe namatti tola
Jabadha dhuga heddu namatti tola garu oso Yaron Isa xiqo dherate Gari
waaqoo na bashannansiisaa kiyya yeroo hundumaa
🤣🤣😁❤️❤️ akati isini jaaladhu dhugaa ❤️❤️😊😍
dhugaa dubbaachuuf hujiin keessan akkasuma tokkoo tokkoon gahee hujii keessani baay'ee cimadha isinilee cicciimoodha baay'ee nama boonsituu jajjaabadha baga sabakoo taatan❤ naaf jiraadha bakka gudaa gahaa.Hir-koo maloo baay'ee namati tolta namas booharsita nuuf jiraadhu❤😅 sanyii ufii ..Malootiyuu hir-koo akkas siif ta'uu dhiiste diyaas poraa filater😂😂 birrii irraa jaalalaatu calaamittii😂 kolfaan dhumane .Hir-koo garuu haati mana keetii akkamuma taati😂 yeroo atii tiyyaa jechaa oolltukana😂 Galatoomaa huundumtii keessanu ..
Wayyoo Wayyoo hojii keessan!!!!!! ❤jabaadhaa 🎉
Ijoolee jabeessa waan keessan❤
ayii tiyaa ofii iyyuu haasa waaqo kolfuu biraa iyyuu diramicha hojjeechun itti cimeera. namati tolaa dhugaa
C //Nawayaa jedhee mucaan jilibefadhenii kolfee waqii😂😂😂
Hirkooo Akka isheen sin dhiifne
Namaatii tollaa yeroo ittii dabalaa🥰🥰🥰🥰
Baayyee irraan Baradhe.Ebbifamaa!!!!
Butii badii Hirkoo😂😂😂😂😂😂
Waay hirkoo bagaa gamtaa qabatee humaa sii malla gamnii kunii😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Istirakter ❤😅😅😅😅😅😅😅😅
Maal malaafibboo 😂😂woma hin taane malaafii abbaan fitinaa kuni😂
@@Gazi896 😅😅😅😅😅😅😅 Nii Ajesee waqaa hojii issa haa nyatuun jedhuu
@@kennadubaro2910 😁😂
Qoosaan ilaalaa ture keessaa qoosaa ergaa guddaa qabu akkasii argee hin beeku. Dhugaan isiniin jedhaa taatonni diraamaa kanaa Oromoo mara biraa galata qabdu.
Wow it’s amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ keep up great job
Gamtaan immoo nu jibbisiiseera utuu keessaa nuuf ba'ee natti tolaa 😢😂😂😂😂
What a talent just wonderful
Iddoo ken gubaadhe ,rabbi si dhistee demtee😂 especially when u return back to her,,,& enjoy langano till he back
Baay'ee namatti toltu nuuf jabaadhaa ❤❤❤
Ay waaqoo abba qola good jobs 👏
This episode is hilarious 😂
😢tiyaan namaati toolti❤
Kolfaani nu fiixaani malloo malloo🥰🥰🥰😂😂😂👌👌👌
kiyyaa kanarraa jaalalli na qabuuf yooman t=shirt wayii hojjechiifadhee narraa gale hin beeku maleee🥰
Wayoo garaa koo hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤
Namatti tolaa dhugaa kani jiruu yeroo amaa 😢😢😢
Malo diramaa kanaa qaxaii ngodhaa pilsii🙏🙏🙏🙏🙏
Irkoo jabaadhu baaye hojjata gara duraatti
Isinumti nuuf jiraadhaa ❤❤❤
❤❤❤ its really amazing
Wow what a funny comedy!!
Wayoo garaa nama nyataa malo hirkooo❤❤❤❤❤❤
Wow 1k Nu Jiraadha Hirkoo Keenyaa 😁😁🥰🥰🥰❤️❤️❤️♥️👍👍💪🙏
Wly qoosan hirkoo hedduu nama xabachisa
Hirk.koo bayee gara namadesite garu kutaa ittii anu ilallee yada bareesina
Wako you have amazing talent ❤❤
Kkkkkk diramaa hanganaa nama kofaalchisuu Argee bekku ani
It's very good keep it up
Dhugaa hirkoon kolfan nuu fixee
Waaqoon garage namaste nyaata dhugaaF
Namattii toltuu dhugaa nuu jiradhaa ❤
Hirkoo baayee sii jaladhaa❤❤❤❤
Waw namatii tolaa ❤❤❤ jabadhaa 😂😂😂😂😂😂 kk
sagantaan keessan gaariidha garuu ol guddifttu osoo jennuu daqiiqaa 10 nitti gadi buusaattu foyyessaa
Gowwummaan hirkoo keessuma bahe
Fillaanoo hirkoo C miidhaan na fe'ee olee kkkkkkkkjkk
Uufffff Tiyuu itti herumii maaloo anu sponsar nan ta'aafii😭😭
Araada nutti taatan dhugaa akkasumatti itti fufaa ❤
Kkk milkoo fi waqoo hojjii keessan 😂😂😂😂😂
Jabadhaa jollee biyyaa oromo ❤❤❤❤❤
Ani kadhadhe yaa debitu jedheka wayyo hirkookoo😂😂😂😂❤
😂😂😂❤❤❤Nuuf jiiraadhaa ijolekenya ❣️💓
Diiramma Akka Damma Namati Tollu Laiiki godha ❤❤❤
Dhugaa hirkonii bayee namaa kolfisisa hojinii isaa ❤❤❤❤❤ dandetii adaa qabaa
dhugaa dubachuuf diraamaa hirkoo kanatti baay'een bashannaanaa irraas barachaa jira jabaadha ijoollee oromoo
Har'a lammaaffa Ana ilaale like itti roobsaa mee namni diraaman kuni itti tolu
Ayiiiiiii waaqoooooo... Artistoota keenya baayyuman sin jaaladha. Nuuf jiraadhaa.....
koflaan dhumnee nuf jiraadhaa kessaahu nuti worri biyya ambaa jirruu bayyee ittin bohaarra galatoomaa nuuf jiraadhaa❤
Ayi Waaqoo Imimmaan na fixachiistee dhugaa!!!
Qoosaa Hirkoo bayee namati tolaa dhugaa ❤❤❤❤😂😂
Kkkkkk dhugaa rabbii baaye sii dinqisiifadha waqoo
Hirkoo❤❤😍😍.. Garuu wanti hundu hin darba hirkoodha hin darbu haala kanaan😁😁😁😁😁
😂😂😂
Maa 😂😂😂😂
Wooooow amazing one this is agood talent please continue next one,iam very appropriate when you seen this comedy,thank you very much!! For the future be strong for all
Wayoo qosaa kee yaa irkoo akkm namatii tollaa ❤❤❤❤
Ayi hirkoo atii nama addatii waqoo getachoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eessumaa fiddanii isa 'what a generation ' jedhu kana!!
Amazing ❤❤
Hirkoon abbaa lataa tahem😂😂😂😂😂😂baay'ee namaatti toltu jabadhaa ❤❤
Yaa hirkoo maaluma siin jedha eebbifam. What a generation😂😂😂😂😂
Wow Hirkoo Garaa Nama raasa Nuu jabaadha Isin jaalanna❤
Dirama aja'ibaatti wlhi Baay'een jaaladha ani wako ❤
Ayii Hirkoo kolifan nuu fixe jabadha hundumiti kesanu denideti guda qabidu dhugga ❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅
Akkati irkoo jaaladhu dhugaa raabbi ❤❤❤
Hirkoon dandeettii qoosaa isaa na ajaayibsiisa
"Carraa dhumaa 1 naaf kenni 2 godheen siif deebisaa!" Waaqoo begeta sim😂 warshaa kolfaa
Dawwitti tanee Artii oromoo keessatti Akka of ilalluuf ijjolleen kun maddaa Ka'uumsati🥰🥰🥰🥰
It is amazing and entertaining. Edu, Wako and friends you are doing great jobs. keep going forward
wayyoo hirkoo koo gamtaan maltuudha.isatuu tiyyaa si dhabsiisuuf deemaa.Maal inni hammam ogummaa si caalee yeroo hundaa si gowwomsa.yeroo darbees faranjii sitti argisiisee si sobe.garuu torbee isa itti aanuttii "TIYYAA"Faana si arguun barbaada.Waaqayyoo garaa siif haa laffisuu TIYYAA keemmoo.JABAADHAA IJOOLLEE OROMOO.GARUU YEROO HUNDAA QOLA QOLA jettuu akka warri kaan warra abbaa qolaa nuun hin jennee qofa.
Hirkoo jijjiramii beqa
Dhisii dhiri hin bo'uu😢😢😢😢❤
bayye namatti toltu.dhuga jabadha ittuma fufa.Koodemo eega jirra
Hiirkoo Hojii kee hedduu naattii tollaa😘😘😘😘
dhugaa keetti❤❤❤
Hay Hirko qosaan kee bayye namati tolaa jabaadhu
Kkkkkkkkkk bayeee nati ijoleeeni tunii bayeee garidhaaaa itti fufaaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Rakkoolee hedduun biyyaa namaa keessatti marfamnus diraamaa kanaan bohaaraa jirra nuuf jiraadhaa
What agreat talent we have got! keep it up brothers🥰
Wow baay'ee namati tola adara sa'atii ittti nuuf Dabala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Diyaasfooraa ta'ikaa atis
Baayyeema nama bohaarsitu dhugaa!Jabaadhaa!
Garaa nama nyaattu qaxaleewwan sabaa jabaadhaa barumsa guddaa dabarsaa jirtu warra waa hubatuuf,kolfa qofaan kan darbu miti...!!!
Kolfaan dhumne barana 😂😂😂 i love u really guys
Dhuguma carraa gaariii argannetti fayyadamuu dadhabuun gaabbii guddaa keessa nama galcha!
Ayi hirkoo kolfaan nufixe baranaa 😂😂❤❤
Dhuga,rabbii,bayee,namatii,toolaa
😂😂😂😂😂😂😂 yaa hirkoo hamtumtii sii hin argin malee malan jedha 😢❤
C ishiin debbitee dhufuu ,, 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 nuuf jiradhaa qaqalii koo
Hirkoo qoosaa kee bayye gaaridha ❤❤❤
Qosa kesani baye namati tola kesafu abshalla gamta nati tola😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
What a funny thing. I love oromo ppl from Madagascar 🇲🇬
Madagascar😂😂
Thank you so much , keep it up!!!!
Namaatii tollaa yeroo ittii dabalaa🥰🥰🥰🥰🥰
Wow namatti tola dhugaa dubbachuf garuu wanni an jechuu barbaade diraaman keessan xiqqo walqabachuu irratti nu rakkisaa jira osoo wal qabatee nuu deememe namatti tola
Jabadha dhuga heddu namatti tola garu oso Yaron Isa xiqo dherate Gari
waaqoo na bashannansiisaa kiyya yeroo hundumaa
🤣🤣😁❤️❤️ akati isini jaaladhu dhugaa ❤️❤️😊😍
dhugaa dubbaachuuf hujiin keessan akkasuma tokkoo tokkoon gahee hujii keessani baay'ee cimadha isinilee cicciimoodha baay'ee nama boonsituu jajjaabadha baga sabakoo taatan❤ naaf jiraadha bakka gudaa gahaa.
Hir-koo maloo baay'ee namati tolta namas booharsita nuuf jiraadhu❤😅 sanyii ufii ..
Malootiyuu hir-koo akkas siif ta'uu dhiiste diyaas poraa filater😂😂 birrii irraa jaalalaatu calaamittii😂 kolfaan dhumane .
Hir-koo garuu haati mana keetii akkamuma taati😂 yeroo atii tiyyaa jechaa oolltukana😂
Galatoomaa huundumtii keessanu ..
Wayyoo Wayyoo hojii keessan!!!!!!
❤jabaadhaa 🎉
Ijoolee jabeessa waan keessan❤
ayii tiyaa ofii iyyuu haasa waaqo kolfuu biraa iyyuu diramicha hojjeechun itti cimeera. namati tolaa dhugaa
C //Nawayaa jedhee mucaan jilibefadhenii kolfee waqii😂😂😂
Hirkooo Akka isheen sin dhiifne
Namaatii tollaa yeroo ittii dabalaa🥰🥰🥰🥰
Baayyee irraan Baradhe.Ebbifamaa!!!!
Butii badii Hirkoo😂😂😂😂😂😂
Waay hirkoo bagaa gamtaa qabatee humaa sii malla gamnii kunii😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Istirakter ❤😅😅😅😅😅😅😅😅
Maal malaafibboo 😂😂woma hin taane malaafii abbaan fitinaa kuni😂
@@Gazi896 😅😅😅😅😅😅😅 Nii Ajesee waqaa hojii issa haa nyatuun jedhuu
@@kennadubaro2910 😁😂
Qoosaan ilaalaa ture keessaa qoosaa ergaa guddaa qabu akkasii argee hin beeku. Dhugaan isiniin jedhaa taatonni diraamaa kanaa Oromoo mara biraa galata qabdu.
Wow it’s amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ keep up great job
Gamtaan immoo nu jibbisiiseera utuu keessaa nuuf ba'ee natti tolaa 😢😂😂😂😂
What a talent just wonderful
Iddoo ken gubaadhe ,rabbi si dhistee demtee😂 especially when u return back to her,,,& enjoy langano till he back
Baay'ee namatti toltu nuuf jabaadhaa ❤❤❤
Ay waaqoo abba qola good jobs 👏
This episode is hilarious 😂
😢tiyaan namaati toolti❤
Kolfaani nu fiixaani malloo malloo🥰🥰🥰😂😂😂👌👌👌
kiyyaa kanarraa jaalalli na qabuuf yooman t=shirt wayii hojjechiifadhee narraa gale hin beeku maleee🥰
Wayoo garaa koo hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤
Namatti tolaa dhugaa kani jiruu yeroo amaa 😢😢😢
Malo diramaa kanaa qaxaii ngodhaa pilsii🙏🙏🙏🙏🙏
Irkoo jabaadhu baaye hojjata gara duraatti
Isinumti nuuf jiraadhaa ❤❤❤
❤❤❤ its really amazing
Wow what a funny comedy!!
Wayoo garaa nama nyataa malo hirkooo❤❤❤❤❤❤
Wow 1k Nu Jiraadha Hirkoo Keenyaa 😁😁🥰🥰🥰❤️❤️❤️♥️👍👍💪🙏
Wly qoosan hirkoo hedduu nama xabachisa
Hirk.koo bayee gara namadesite garu kutaa ittii anu ilallee yada bareesina
Wako you have amazing talent ❤❤
Kkkkkk diramaa hanganaa nama kofaalchisuu Argee bekku ani
It's very good keep it up
Dhugaa hirkoon kolfan nuu fixee
Waaqoon garage namaste nyaata dhugaa
F