I'm from south Africa but I'm touched by the way he sings I'm blessed even though I don't know wat he says u are talented bro ur voice calms everything
By far the best Oromo cover music with a beautiful vocal. Next to Ali Birra, Abitow Kebede is my favorite greatest Oromo artist of all time and he nailed them.
The LOVE OF HIS LANGUAGE IS VISIBLE LIKE MAUNTAIN !!! Cover Afaan oromoo hanga Hardha arge keessa kun 1ffaadha. Filannoo Sirbaa, flow sirbootaa , sagalee , vidiyoo, act kee ! Hunduu baayyee bareeda THANK YOU WE LOVW YOU!
am from somalia i whose heard before 8 years may friend who whose understood what the meaning of this song this is for mom song and its the best oromiya sirbaa ❤❤❤❤❤❤
I'm from south Africa but I'm touched by the way he sings I'm blessed even though I don't know wat he says u are talented bro ur voice calms everything
Woowwwww
as u know its about love.10u for your surp.
Am from Indian i love Ethiopian musich old cover one only lol
Send me u number
SAGALEENKEE NI MIIDHAGA.JABAADHU.RABBI SIYAA GARGAARU.CIMINA HEDDUU QABDA.AMMAS KANA CAALAATTI SIRRAA EEGNA.MAASHAAPPIIN AFAAN OROMOON ARGE KEESSAA KUN 1FFAADHA.ANATU TOKKOFFAARRA KAA'E.CIMII KANA CAALAATTI HOJJEDHU JECHUU CAALA MAALAN SIIF GODHAREE HAADHOOKO.SAGALEEKEE HEDDUU JAALLADHEERA,IRRA DEDDEEBIIN NAN DHAGGEEFFADHAS.CIMII ITTI FUFI GOOTAKO.NAGAATTI.
Cover Afaan oromoo hanga Hardha arge keessa kun 1ffaadha. Filannoo Sirbaa, flow sirbootaa , sagalee , vidiyoo, act kee ! Hunduu baayyee bareeda✌️
❤️❤️
👍👍👍
🙏🙏🙏🙏🙏🙏
th-cam.com/video/z0rTtsJdv14/w-d-xo.html pls mark show share naaf godhii channel koo maya channel osuman
Pp
Hundi kessanu guddaa galatoma yaanii kessan anaaf jajabinaa guddaa dha lammii koo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Sirba kana Yeroo Heddun irra Deddeebi'ee Dhaggeeffadha. Dandeettiin mucaa kana Nama Ajaa'iba. Jabaadhaa Hojii Qawxiidha Gay's ... 💯% 🏅🏅🏅🏅🏅🏅 Hojii Broo hedduu sirraa Egna Bro
hoji qawxiidha 🤣
@@tesfayearedo740 ⁰
@@maharat_7160 qawax 🤙
ሌላም cover music ልቀቅልን በጣም ነው ሚያምረው🤩😍🙄
Jabaadhu itti fufii sirba anii yeroo cinqamee fi yanii natii baayyatee dhagefadhuu dha Love it ❤️
Ani erguman sirba caqasuu eegalee nama akkana sagalee bareedu argee hin beeku.maaloo guddisa lammiiwwan koo❤
Sagalee bareedaa qaba!
Just INCREDIBLE !!!!!!!!!
Guddadhu !!!!!!
Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe !!
Ni dandeessa, sirraas bareeda !
🙏🙏🙏🙏
Add
Dhugaa dubachuuf sagalen kee bayye bareda jabadhuu ijjollen ormoo lake godhaa
By far the best Oromo cover music with a beautiful vocal. Next to Ali Birra, Abitow Kebede is my favorite greatest Oromo artist of all time and he nailed them.
waqaa nu jiradhuu waan kenyaa eshi 🙏❤❤❤❤❤❤
Woow sagalee akkanatti na hawwatu kana wellisaa Afaan oromoo irraa dhagahuu kootiif baayyee itti gammade
Ashe yoo attii assii laltuu waan naa laltuu natii faktee ijaan lafaa iliillaa uuufff jalalaan qabamee fakadhaa sirraa 😍😍😘💋😉
🙏🙏🙏🙏🙏🙏
It's the first time I've heard of it! Even though I don't know the meaning, it's a very nice song! Wow bro you have the best voice.🇪🇹
Andeyaye selek bemikiniyat new jegna berta gobez 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌🙏
Woww Woww Baayy,ee Baayy,ee Baredaa sabon sabaa jabadhuu kaa
Wow namati tola muziqaa nama hin sirbini kan ke yalii ashanafi koo
Wowwwwwww segaleen eduu midhagaa qabdaa jabadhuu Oromo kiyyaa jajabesaa woli malee Oromoon firaa hin qabuu
ወይኔ ድምፅክ ገዳይ ነው eskahun kayewit oromic cover 1gna new miyakilki yelam jegina 💪💪 ye oromic music endemtasadgew alixeraxerm bertaln u r hero ❤❤❤💋💋
😍🙏🙏🙏🙏😍
Wow jabaadhu sagaleen kee 1ffaadha akkanumatti itti fufi
Baayi'e hojii nama boonsuudha sirboonni durii dhamaafi dhandhama qabu 💚❤💚♥️💚💯
Whaa Bayee Baree dhugaa jabadhuu lecaa oromoo
Uuuf goofta koo baayee bareeda sagalee n kee ashe! Waw! Jabadhu
Whwww sagaleen kee akamaa bareeda jabadhuu qomoo koo
Ayiiiii ayiiii yaa mucaa ija budaa rabbiin sirraa nuuf haa qabu!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Wwwooowwwwww sagale baredaa qabidaa jabadhu baredu oromoo koo
Waaaw bayyee baayye namatti hala garin hojjatte jabadhu itti fufiii
Sagalee kiloole qabdaa Jabadhu baayyee gaariidha
Baayyee sagaalee bareedaa qabda, Filannoo sirbaa ati filatele Stylekesi bareedha jabbadhuu❤💚❤👍👍👍
በጣም ትመሳሰላላችሁ ከዳዊት መኮነን ጋር ምንህ ነው ❤
Wow heduu namati tolaa akkanumati jabadhuu itti …….fufi
Dhugaa Sagalee bareedaa qabda hojji biraatiin akka debituu abdii qabnaa bro 👌👌
Bayy'ee namatti tola jabadhuu leenca koo
Galatooma
I AM FROM SOMALILAN I DONT UNDRESTAND THE MEANING OF THIS SON BUT I LISTENED EVRY DAY MORE THEN 2 TIMES ❤❤❤❤❤❤❤
JAALALTII TIYAA WHAT MEANING OF THAT WORDS
Waaw!! I wish you knew the message you’ll cry listening 😢
@@BARMUUDA-F4KMeans My love
Fisisssss yemin dimtse wawuu yet neber sanakewu 👍👍👍
Wow sagalee bareeda qabda, itti fufi ,sirba itti aanuun nu dhaqabi , wonderful
🙏🙏🙏
Woooooow 👏 👏 👏 👏 Jabadhu itti fufii heddu namatii tola ❤️ ❤️ ❤️ ❤️
🙏🙏🙏
Amazing remix of collection of music. By far the most beautifully done!!
Took me back
Wwwww sagaleee kee bayee baredaa osso siribaa tokko walii hojenee natii tolaaa
wow አሼ ገራሚ ድምፅ ነው በርታ❤❤❤❣️❣️❣️
🙏🙏🙏🙏🙏🙏
th-cam.com/video/QQ9GN4i4ebs/w-d-xo.html
Jabadhuu bareddaa
Jabaadhu baayye natti tolee jira
Bay'ee baredaa sagaleen kee jabadhu
bayeee bareda jabadhu
abboo ashuukoo jabadhuuu
Wawaw sagalen kee heduu namtii tollaa jabadhuu 💔💔💔👍👍👍👍
Woow sagalee ajaayibaadha jabaadhu jabaa Namaa😍
Wow gerami sra new berta gena bzu entebkalen
Jabadhu sagalee kee bardaa
Wwwww si'aaa 5 olii caqafadhe baye baredaa jabadhu naf tatetaa jajabesaa maloo ijole oromo like iti robasa💔💔💔💔💔💔💔💔✌
Wow bayee
Baredaa sirbichi koo ❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️
Sagale bayye namati jabadhu .......kana caalla sirba keettin si egina❤❤❤❤
ገራሚ ድምፅ ነው ያለክ የእውነት 1ኛ ነው እስካሁን kalut cover music yanten yamiyakel yelam berta gena kante bzu entebkalen balela sra tolo temelas my hero 💋💋❤❤❤❤💓💓💓💓💪💪👍👍👍
Baga nagaan dhufte Ashee mucaa biyyakoo!!
Namni hanga har'aatti "Cover" Afaan Oromoo akkatti qulqulleessee hojjate hin jiru!!
Go a head bro!!
Maali sagaleen akkana tolu ❤
Garuu sirbii kun anaf yadanno nattii ta.ee harruuma kana wly😭😭
Wow thanks Aniii yeroo maraa deebiyanii dha Mee akka koo kantii itii dedebitu jirtuu ❤❤❤❤
Jabaadhu asheeee baayyee bareedaadha
Waww jabadhu lencaa kenyaa ijolee oromo koo pls jajjabessaa like itti robsa me ❤🌳🙏
Guddaa galatomi hadhoo koo
@@ashenafibekeleofficial4453 Oromo comenti kanaan jirtaani jajabesaa you tube isaa sebuscrbi godhaatii sirbaa haraa akkaana you tube Saraa akkaa gadhifamtuu Oromon woli malee firaa hin qabuu::
Wow 😳😲😲 bayyee Bareeda qaalii koo jabadhu
Bayye bareda jabadhau
ባላገሩ ላይ ሳጣክ አሳስበከኝ ነበር wow amazing good job 👏🏽 👏🏽👏🏽❤️❤️❤️
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow! You really have a great voice I can’t wait to listen your next song. Thank for given us more than two song in one.
Tnx
🙏🙏🙏🙏🙏
The name of the first song plz?
The LOVE OF HIS LANGUAGE IS VISIBLE LIKE MAUNTAIN !!! Cover Afaan oromoo hanga Hardha arge keessa kun 1ffaadha. Filannoo Sirbaa, flow sirbootaa , sagalee , vidiyoo, act kee ! Hunduu baayyee bareeda THANK YOU WE LOVW YOU!
🙏🙏🙏
am from somalia i whose heard before 8 years may friend who whose understood what the meaning of this song this is for mom song and its the best oromiya sirbaa ❤❤❤❤❤❤
I watched this song over over again. More than five times. Beautiful voice. WOW wow
sagaleen kee bay.ee baredaa ijaraa afii sabonaa oromo ❤💚❤💚❤💚❤💚🙏🙏💚💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤
Lovely voice 😍 can't stop listening over and over 😍 💕 best remixed oromo music👌❤
Bayyee namaa tolaa oromoo maafi like hin goneefi
Woow dandetii adda qabda dhuga anaf cover 1fa
Wow baayee barreedaa jabaadhuu laamii koo
Wowowwwee
sagleenke akuma ijakee breda jabadhu hoji dhunfaaketii si egna😘
1ffaa Jabaadhu cover kanneen biraa illee hojjechuun nu biraan gahi. Sirbootaa cover baayyen jaaladha.
garaa nama gubaa ……keep fire burning 🔥
Wowo sagalee bayee dasa jedhaa qerofi qaree matii naf ta’aa 👍
🙏🙏🙏
ዋውውው አሼ አንደኛ በጣም ምርጥ አድርገክ ሰርተካል 😍😍😍😍😍😍😍😍
Bilbilaa saa naaf barbadaa namni bilbilaasa naf argee kafaltii ji,aa lamaa nabiraa qabaa dhugaa💔💔
Abishir nii darba yeroo dhafii malee 💘💘💘💘💘👍👍👍👍
Galatomii Qomoo koo❤️💚❤️💯✅
Ere Ashe meketachin bertalin
Fetari hoy dimtsih gin unbelievable nw yeiwunet be strong and keep it up 💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Tnx
Jabadhuu Saboonaoromoo ❤💚❤👍👫
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
WOW baayee bareda lenca Nama 💕💕💕💕💕💕💕💕💕
🙏🙏🙏
wow Sagalen kee hedduu namatti tola jabaadhu
waan ofii jabaadhu sanyii
It’s ice to to hear a difference voice from new generation and nice collaborations.
WOW!!!! wow! Lovely! ....This is on a different level, Man!
Garridha abee jabadhu
Wow baay'ee bareeda❤❤❤❤❤❤❤
Wow bayyee na gammachiise dhugaa sagaleen tee
በቅርቡ የራስክን ሙዚቃ እንጠብቃለን❤
sagalee kee bareedaa 😍😍
🙏🙏🙏
Dhugaa bayyn jaladhe I like it so gude
Waw wan baareda jabaadhu sagalee kee bayyee baareda dhugaa
Wooooo sagalen isaa hedduu namatti tola# I love it
Sagalen kee hedduu baredda ❤️🌳❤️😍😍
🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow baayyee bareedda sagleenke jabaadhu bro
Waanuma addaati. Jabaadhu
Ashuyee bahi baateertaa am speechless 👍👍👍
Excellent...ashakiliti abba wayesa...someone please write the full lyrics...
Is very worderful mushup! Jabaadhu sagalee ba'eessa qabda.