Jaalee Amantee /KABBITOO/-Abbaa Boottii- New Ethiopian Afan Oromo Music Video ( Official Video 2022)
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 4 ก.พ. 2025
- #Abbaa Boottii New Afaan Oromo Music 2022
YAADANNOONSAA
Abbaa koo, abbaa Oromoo, kan haala sukkanneessaatiin qe'eesaarratti Wareegame, Obbo Amantee Gaarradoof,
Abbootii Gadaa Karrayyuu kan dhiigasaaniin waadaa Oromummaa barreessanii wareegaman, wareegamanii tarree gootota taa'aniif
Lammiilee Oromummaasaanii qofaaf lubbuun isaanii darbeefii darbaa jiru, kan lafee ta'anii foon keenya jiraachisaniif
Akkasumas Oromoota yakka tokko malee lafa isaaniirraa buqqa'anii, lafuma isaaniirratti Waggoota hedduuf tuffatamaa jiraataniif naaf yaa ta'u.
Director: Biruuk Girmaa
Producer: Isheetuu Lammaa
Music Arrangement,
Mixing & Mastering: Suraafel Chaalachoo
Lyrics: Taammiraat Tolaa fi Jaalee Amantee /Kabbitoo/
Melody: Jaalee Amantee /Kabbitoo/ fi kan Uummataa
Choir: Eedan Yohaannis, Takkee Tasfaa, Tazee Raastaa, Taammiraat Tolaa
Ajaa’iba
ምንም ሳይኖር Keetiin ormi shallalaa oolti 😎
Ergaa jabaa qabaa!!
Thanks Kabbee!
Wooooow 👌👌👌👌👌
What a meaningful music Wowwwwwwww Abbooo nuf jiraadha Ani gaaru Gonderii irrayyu naa simatuu Afaan Oromoo siritti bekkaa Akaakakyyu kiyyaa oromodha.
@@ማዕዶት-ሐ3ፈ achumaa ta.i waraa kanuu galchaa jirra biyaa abbaa saati 🤨🤨🤨Finffinneen kaan oromoo qulqulluuti ♥️♥️♥️
@@fayyoooromootubee4443 😅😅😅😅😅😅😅❤️💚❤️💚❤️✌️✌️✌️
@@bontuuambo3424 maal Kolfitaa Lubbuu 🤣🤣 waraa afaan oromoo dubachaa nu nyachaa jiruu kanaa ofiraa dhowuu qabnaa amaa dandenyee🤗🤗
ቦቲሻ እግር ሲኖር እኮ ነው የምትደረገው እዎን ክብር ለቦቲሻ በጣም እወድሻለሁ ❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾 ቦቲሻን የሚለብስው ጥቅሟን ያወቀ ነው😍👏🏽ቦቲሻ እውሮፖ እና እሜሬካ በይሮ እና በዶላር ነው የምትሽጠው😍🥰
🤣🤣🤣🤣🤣
Ewenet new Eger senor becha yemederegew
🙏🙏🙏✌🏽✌🏽✌🏽
😍😍mati na tahame
@@blentube3002 Jabadhuu Oromoo Koo ♥️🌳♥️👍
Kabbitoo (abbaa booti) sirba erga guddaa qabuu hojjaje galatoomi.kabbe!
WOWWWW wowwww Wowwww What What Wha OMG Oromo Music Is ውስጤ ነው አባ ቦቲ በእውነት ዘፈን ብቻ ሳይሆን መልዕክቱ የአንድ ሰዓት ከምናምን ደቂቃ ፊልም ይወጠዋል በዚህ ሥራ ላይ የተሳተፋችሁ በሙሉ አቦቦቦ ጥበብ ዉለታዋን ትክፈላችሁ ኑሩልን እወዳችኋለሁ የአባ ቦቲ ልጆች በእውነት ሁሌም በማንነት መኩራት እንደት ደስ ይላል ያ አባ ቦቲ hahhahah Meaningfull Music Woww
አቦ ከቢቲ ያበደ ሙዚቃና ለየት ያለ ክሊፕ ነዉ ። ያማል ቅኔዉ ብያለሁ።
WHAT A MUSIC VIDEO 🙌🏾💯🔥
Kana kinoo waan hojeetan dhigsaani hojechun!!!
እጅግ በጣም ተጠበህ የሰራሀ ስራ መሆኑን አስመስከረኃል ወንድሜ መባዘንህ እና መተጋትህ ለሚያመር ውጤት ነበር
Kabiitoo keenya ulfaadhuu kun Ergaa wagaa 150 oliitti jabadhuu
ይሄ ነው የሚያስፈልገው ራስን መሆን በጣም ድንቅ ነው !!! ባለ ቦቴ የአይር ንብረትን ማወቅ ነው።
ይህ ዘፈን መልእክቱ ታሪካዊ አስደሳች ነገር ግን ለአንዳንድ ህመም ነው ፊንፊኔ ተደሰቺ
♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾
I am from sudan Khartoum 🇸🇩🇸🇩🇸🇩
Long love you oromo music 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
I am oromo first 💪💪💪💪
Obbollessa ko Me erga sudaan jiraatte waa tokko Na gargaari pls🙏🙏🙏
🤔🤔😁🙄
@@zamotube5162 mal si gargaaruu????
@@ጀማነሽየእናቷልጅ long love you oromo people because l am oromo first
Pass my greetings to Suk al-Arabi & Suk Afaranji. I left Sudan many many years ago. Galatoomi !
አፍህ በጣም ይጣፍጣል በስማም...10× አየሁት🤝 Culture is everything🙏
MUSIC 100%
CLIP 100%
DIRECTING AND PERFORMANCE 100%
KEEP GOING MY BROTHER THIS OUTSTANDING WORK AM PROUD OF YOU
jajjabaadhu,yaa jabaattuu akka sibiilaa.yaadannoon kee kan haqaati.
This is Answer of century long Question! The idea arrived timely!! Jaalee has just paved new way of Art !!
Dhooee dhooee dhowwaan hin jiru
Biyya keenya dhowwaan hin jiru
Baayyee baayyee gaariidha kun sirba ajaaibaati dhugaa SEBISCIBE godhaa oromoon hundi keessanuu jabaadhu kabboo waan ajaaibaa fiddee👏👏
Garam garami dubbiin kabbitoo 😁
Kormee dhiiraati ati dhugaa rabbii
"Abbaa boottii yaa kabbittii
Sigaheera tuffiin biyyakeetiirratti"!!
🔥 🔥
NUU JIRAADHU JAALLEE
DIRECTING . KEEROGRAFII.CAMERAA. EDITING...... WAA HUNDU TOKKOFFAA
"Deebi'i Finfinneettii..." ajaayiba sirbaa❤❤❤❤
Ar kabbito bay,eee dandessa dhuguma kana bodde nu sirbi goota kenya afaan kenya nu tateta🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow wow🔥🔥🔥 Marvelous Kabbitookoo
Hojii Bareedadha Jabaadhu🔥🔥🔥🔥🔥
Please Mattii naf tai
Jarrii bottiif Farsoon mataa gadii nuu qabdii atti mo ittiin sirbittee waan qabanuun bonnuu nuu argisfiittee naaf tatteerttaa Jabaa ko oromtichaa warraa Tuulaama❤️🌳❤️
አረ ምን ጉድ ነው ይሄን ዘፈን አይቼ መጥገብ አልቻልኩም በስራ ምክንያት የኖርኩበትን የኦሮሞ አካባቢዎች ከነ ወርቅ ባህላቸው የትዝታ ባህር ውስጥ እየከተተኝ ነው አባ ቦቲ እናመሰግናለን
🥰
Muuziqaan kun kan akka AJAA'IBAATTI Dalagameedha dhugaa dubbachuudhaaf taatonni video kana keessatti waan addaa nu agarsiisanii jiru yoo beekta ta'e
JABAADHU KABBEE KOO
Nice Song Salaale teenya I loved it 😍👌
Baay'ee si jaalanna! Abbaa biyya koo
Abbaan Kee abbaa nu hundaati Abshir leenca Koo......❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Sirba egaa jabaa lafee nama seentu qaba sirbi kun.
Love you&proud of you.Abbaa boottii.
Still watching 👀 😌 you from Qatar 🇶🇦
Biyya keenya dhoowwaan in jiru.
Most meaningful ✨️ 😌
Jaalee Amantee Jabaa ilmaa!
''Abbaa Boottii, fuulan gara abbaa keetii'' jettaan!
jabaadhu! hedduu namatti tola.
Ni hojjetteeree dhukkee irraa kaaste yetaabbaatu dhiira tiyya jabaadhu Abbaa boottii❤
Namako mee maati .aa tai siif haa tolu abban tola
Irraa basnaan bara baasoo sii wallaalan yaa badhaasoo 🥰🥰🥰💪❤🙏🙏🙏
Wow 😮 Abbaa Bootti ❤
Dhugaa dubbachuuf oromoo music 2022 keessaa sadarkaa 1ffaa irratti yoon jedhe sitti xiqaata jabaadhu jabaa keenya ❤
Kabbitoo Mucaa Aartiif dhalatte mucaa sabaa! Umrii dheertuu nuuf jiraadhu Abbaa Boottii ! Baay'ee sijaallanna!
Vedio quality 100%
Clip 100%
Creativity 100%
Directing & Performance 100% and also has such powerfull for Oromo especailly those who fled from their land meaning keep it up
እንዲህ ነው በጥበብ መልስ መስጠት እራስንም መግለፅ ሁላቹንም እናመሰግናለን
Acting heddu duubbata ka atii sagalen jette cinaatti!
Welcome lenccakoo🥰
Abbaa kenya waaqayyo jannataan haaqanansiisu❤️💚❤️
I'm from Madagascar I love oromo music 🎶
At least this 'bot' song is my best songs favorite 🙏
Wwwww hojii ajayjbaa kabee kenyaa nuf bullii qalii 🥰🥰🥰🥰
Welcome sanyii koo qalii nama ❤️💚❤️ Kabbtii kenyaa Jabba nama jabadhuu ❤️🌳❤️⚫🔴⚪
Akasi Aboo nufi jiradhu jebaa kenyaa❤💚❤🥰🥰🥰🥰✋
Ani kolfeen duee shawiicha ko Ilmaa Tullaama naaf jiraadhu Gltm Abaa Bottii🥰😘❤️
It's amazing music, I don't know how many times I've listened to it
PmocncDDF4GFQ6EG
♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾✌🏽👏🏽😁
Dhugaa sirbaa kee yeroo 100 dhagefaadhe qufuu dadhabbee akkàamii sirbii akkanaa Nama hawwatu rajiidha 😘😘
What an amazing music! Abboo sitti haa tolu.
Abbaa boottii... baayyee barsiisaa fi bashannansiidha kabbittoo keenya... Kana oli jecha itti isin ibsu dhabeef... You're amazing and talented person
Abbee koo dhugaa rabbii umrii nuuf dheeradh ammas kanaa ol waan gaari sirraa eegna 🥰🥰🥰🥰🥰👌👌👌
Oromoo kan koos asuman subscribe naa godhaa😍😍😍😍
Oromoon finfinnee. Summaa keessaa jira❤dhugaa rabbii. Ergaa. Cimaa of keessaa qaba
Baga ani Oromoo ta'ee.
Hojii dansaadha bayee. Galaatomii
Waw jallee Koo heedun siin boonee waan Qabatee umataa keef dhuftee galatoomi jabadhuu saanyii tadde birruu
Bagaa milkoftee sanyii koo like ittii robisii Oromoo ❤💚❤🙏
Oromoo kan koos asuman subscribe naa godhaa😍😍😍😍
@@Beckyinfo th-cam.com/channels/WjKWER5sPMFLwF-3C_ur8Q.html
TH-cam channel Koo subscribe gochuun maati naaf ta'ime sanyii
Gooftaan sii haa eebbisuu
Abbaa Boottii🙌 wallee ajaa'ibaati erggaan isaas adda👌
Sirraa baafnna Baara-baasoo
Si-wallaalan yaa badhaasoo👌
Mnm saynor ormi keetiin shallalaa oolttii...👊
Yes
Kiyyuu anas subscribe na godhi walitti michoomnaa....th-cam.com/video/ohK2cz9IhR4/w-d-xo.html
Abbaa Boottii!...Woow👏👏
Walaloon. Yeedaloon. Ergaa fi qaulityn ittiin qindaa'ee hundumtuu jabaadha. Kabbittii jabaadhu Abbaa Boottii! 👢😁🤜🤛
Please Mattii naf tai
Yooyyaa Jajjabee keenya umuri arrageessa siif hawwina Kabbee keenya.100%
😍😍😍😍😍Well come abbaa boottiikoo .
Watching you from Qatar 🇶🇦 😊
Kabbe gotaa kenyaa baga itti cabissitter 🙏🏼👌❤️
Kabbiti
jabaadhu jabaa namaa. hojii kanaa oliittin akka dhuftu deebitee shakkii hin qabu. jabaadhu, waaqayyoon si haa gargaaru bakkaa jirtutti.
ኣባ ቦቲ፤ ዶዋ እንጂሩ! ቢያ ኬኛ ዶዋ እንጂሩ! ብራቮ! ኢንኦልኔ ያጆሌ! በርቱ።
Wowowow abbaa bootii baay'eet nama toolaa jabadhuu kaabitoo koo❤❤❤❤❤
Amazing!!!Abbaa Boottii deebi'aa gara Finfinneetti yes yes100% Ergaa guddaa galatoomi sanyii koo jajjabaadhu 🌹🌹🌹🌹✌✌✌✌
Dhugumtti ergaa guddan daqiqa murasa kana kestii halla kanan nuuf qophesuu ketti heddun gamadera🎉🎉🎉🎉
Boooooommmm, it is incredible JAKO. What amazing music with a deep message and Video quality.
Please Mattii naf tai
Abbaa Boottii jaabadhuu bayyee namattii tolaa ammas kan kana caaluu qabattee akkaa dhuftuu abdii qabna. 👈👈
Barabasoo si wallalan yaa baadhaasoo!!!
Best Directing & great concept
Kan kabbito oluma kantiiba keenya!!!
No words can explain 👌 jabaa ilmaa Waaqayyoo abbaan uumaaf uumaamaa gaaddiisa isaa jalatti sii haa tiksu qarookoo ❤️💚❤️
ምንም ሳይኖር Keetiin ormi shallalaa oolti 😎 Wow Amazing job Kabbitti koo Love it !
Hojiin ammana gahu ojjeetamee hin beeku. Bravo !!!!!!!!!
Woooo jaalee keenyaa nuuf jiraadhu sanyii taddee biruu💐💪💪👍👍👊👊👊💔💔💔🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷sijaalan sanyii leenca leencuma🌷🌷💓💓💓💓💪
wwooow goota keenyaa jabbadhu borule sirba kan caaluu sirra egana💝💝💝💝💝💝💖
Really!!! Amizing Music and Message "Minim sayinor Ormii kan keettin shalaltti"
Wwwaauu bayye namatii tolaa jabadhu sanyii kenyaa nuuf jiraadhu qomoo koo jabadhu ✅✅✅✅
Kabbitoo you're back, I missed your show, your work always entertaining and have very important messages for generations
Please Mattii naf tai
Nama beekuuf erga guddaa qaba 😍
Hojii ajaa'ibaati dhugaa❤ Kabbitti koo❤
Oromoo kan koos asuman subscribe naa godhaa😍😍😍😍
It is not music, it is school of mind
Perfect song at right time. Proud OROMO
Wowo heddu muziqa nama hawwatu gaafan biyyakotti gale anille muzaqa adda tokko qofa isinif dhieessa itti boqottu asumaanu maati na ta,ame ilman abba gada wal bira ha dhaabbannu gama kamiinu galatooma
Hojii gaaridha👌jabaadhu kabbittii😍
wawodha abbo mal akkam namitii tolaa jabadhuu wan ofii ijji amtuun sii nuduraa hinargiin insha allah
Abbaa Boottii ❤️🌳❤️ Deebi'i Finfinneetti✍️✊💖💖💖💖💖💖
Wooow Baga Milkooftee
Baga bara haaraa Geessan kunoo Maatii siif ta'eera atis nu simadhu Nooruu seenii Maatii keenya ta'i
,አማራ ነኝ ግን በጣም የወደድኩት ሙዚቃ ነው
😳😳😳😳😳😳adis fetret
Komta boda zer go
@@lensaabdurahman3982 😳😳😳🤮🤮🤮🤮🤮መን አረገህ
Wello Oromo new
@@Oromambo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂ሁሉ ኬኛ 😂
jabaadhuu Qomoo koo sirbi ke heddu nma hawwata. Ergaa guddaas of keessaa qaba.
This is not just a video clip but a masterpiece motion picture with a great message. Afaan Oromo music production is improving greatly by the day.
Madagascar.....ha ha
Baga milkoofte hiriyee hojii dansaadha nuuf jabaadhu!
Abbaa boottii, what a breathtaking video clip and organic music. Oromo music is on fire 🔥 qabi irratti 💪
Dhiraa koo jabaa koo ijaa dinara haafi qalii kenyaa🌹🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀🥀😘😘😘😘😘😘✌✌✌✌
በጣም ነው የወደድኩት ወዳጃችሁ ኔኝ ከወላይታ።
🥰🥰🥰
walayita ❤❤❤❤❤thanks
mati natahame😍
ERGAA CIMA QABA KABBE KEENYA JABAADHU LAALE QUUFUUN DADHABE ABBAA BOOTTII😍😍😍😍
Dhugaa Waaqaa Eergaa fi humna guddaa qaba❤️
Oromoo kan koos asuman subscribe naa godhaa😍😍😍😍
Kabbitoo waan gaariidhaan akka deebitu sin eegganna
I am from Madagascar,🥰🥰😁😁😁 i really love the song.
Best! Aboo kabee! Sirraa jaalannee jirra! Nuuf jabaadhu!
Sirba baayyee namatti toludha.!!!
Very interesting idea. Amazing video. Mee lyrics post nuuf godhaa
የቡርቃ ዝምታ in music .loved it dude 😆🥰🥰🥰🥰
Comera100/⚫
Sounds 100/🔴
Edit 100/⚪
⚫️🔴⚪️
Sanyii koo Jabadhuu ♥️♥️
Bareddu ko kottume maati na tai manako kottu
@@jaaloromiyamore74k36 🙏🙏🙏
mati walif taname😍😘
Tafarii salaalee itti dhiyaatee ture, Kabbittoon ammon taargeetii rukkuteeraa galatoomi Aboo! Woow
Just it's unique. 👏👏👏
Thank you for the incredible work.
The next step will be the one you narrated...
Biyya keenya dhoowwaan hin jiru...!
Kabbeee keenyaa Waan Ofii nuufi jiradhuu 🥰🥰
Amazing work I am always proud to be Oromo
Wow abbaa boottii Jaallee Amante (Kabbito) sin jaalanna nu boonsite dhugaa 💪💪
This piece is like a book!! Proud of you ma people!!
Guddee koottu michuu koo ta'i@ th-cam.com/video/ohK2cz9IhR4/w-d-xo.html
Kqoropnqnbid9ffc8ehf
Wow akkam nama hawata nuuf jiraadhu qaalii keenya sanyii hacee💯🥰👌