Wa,ee kenya rabbumman guddan haa dubbatu nuti hin dandenyu yaa rabbii nuu haa birmatu abduu ati moo wllh sii cimsu kana caala jaba nama amma dhugaa si haa dubbisu
Waanuma saba saba oromoo rabbumti haa dubbatu😭😭😭😭😭😭erga dhalannee saba oromoo qalamuu fi fannifadhu osoo arginuu dulloomaa jirra hasbunallah woni'imal wokil
❤❤❤😢😢😢😢 Rabbiin isaa haa biramtuu
Bagaa naghaa dhuftee Abdul❤❤ Rabbi Isaa haa eguu wly umataa rakkateef sagalee ta’e rabbi hamtuu Isaa iraa haa qabu karaa deemaa Rabbii sii wolin haa demuu😭😭😭
Wa,ee kenya rabbumman guddan haa dubbatu nuti hin dandenyu yaa rabbii nuu haa birmatu abduu ati moo wllh sii cimsu kana caala jaba nama amma dhugaa si haa dubbisu
Waqayoo isaa haa eguu umataa kenyasii🤲🤲
Atis dhugaa jirtu lafa keette kara deemaaf sihis rabbi isiin haa eguu
Abduu warra hayyoota keenna maqa balleesa irra kaa'u kana nurraa itti himi rabbi jedhii koomantii siif barreesan laali mee
Rabbiin sii Yaa eguu miskina koo maal Abba koo siif ta'u 😢😢😢😢
Gochi oromoorratti raawwatamaa jiru kuni siyaasa tortortuu qaallittiin mootummaadha ofiin jattuuti maqaa Fannootiin ummata oromoorratti gocha dhalli namaa namarratti hin rawwanne raawwachuun ummata oromoo cabsanii mataa gadqabachiisanii cabinsa dandamachuun hin dandayamne cabsuufi gochi arra salaaleerratti raawwatamaa jiru kuni oromiyaa guuturratti akka raawwatamuuf karoorfame shakkii hinqabu
Karoorri isaanii oromiyaa guutuu maqaa Fannootiin faalanii, laaqanii Akka ofiin fadhanitti irraa dhiichisuufi hin dandahan malee fannoon oromoo lafarraa fixaa jirtu tuni fannoo fannoodhaa san osoo hintaane fannoo mootummaati
Oromoon ammumarraa waan kana tokkummaadhan yoo dura hindhaabbatu tahe wanni kuni oromiyaa guutuu walgeeyseeti ati eenyu yoo siin jedhan hanga ani oromoodha jechuun hafee ani fannoodha jechuutti tarkaanfachuuf deema kanaafuu ammumarraa dura dhaabbachuutu furmaata oromoo dammaqii
Uuuuuuuuuuufi yaa rabbii nuu biramadhuu yaa Allãããh 😭😭😭😭😭😭🤦🤲🤲🤲🤲🤲
Yarabii atii egii Kara deemaa koo,🤲🤲🤲🤲🤲
Mootummaa mormaa muramuu kan harkaa akka keessa qabu beekneera osoo harkaa keessa hin qabnee karaa deemaan maali godhee dorsifaamaa waaqayyoo Mootummaa kan nuuraa kaasii😭😭😭😭😭😭
Dhugadha rabbi ❤❤❤
Nagayaan rabbi baasee isin haa galcu ❤maatii naatahaa❤🎉❤oliin rabbi isin haa deemu
Karaa demaa waqayoo sihaa eguu hadhoo koi😢😢❤❤🙌🙌
Yaarabbi kara deemaa fi oromoo hunda nuuf tiksi
Abduu Kiyyaa Dhugaa dubbachuuf Ati Nama Dhugaa ti Karaa Deemaa Waaqii Baasinnaa
Rabbii Guddan Bakka inni jiruutti isaa haa Tisuu Karaa Deemaa koo Sagalee Misikkana garuu Ummanni Oromo waan bekku qabu Fannoon Oromoo Morma muraa jiru Mootumma Ta,u Nama hubachiisa Maafii dubbata jedhanii Mucaa kaana Ajeesufii barbaacha jiru 😢😢😢😢😢😢
Guyya Rakoo Nama Qabaa tuu ree waqayyoo gofotaani sii wajiini hata uu hadho kiyaa wanii badii Rabbi sii raa haqabuu
jabadhuu.siya.gargaruu
as wr wb ❤❤🎉🎉rabbii nii danda'aa nuraa Haa kaassuu🎉🎉maatii naf tahaa oboleyaan koo ❤❤
Maashaa allaah baga isin qabaannee umrii nuuf dheeraadhaa 🎉🎉🎉🎉
Yaa rabbi ijjoollema daa,imaa kana lali birmaadhuf
Waanuma saba saba oromoo rabbumti haa dubbatu😭😭😭😭😭😭erga dhalannee saba oromoo qalamuu fi fannifadhu osoo arginuu dulloomaa jirra hasbunallah woni'imal wokil
Rabbiin isa haa eegu😢😢
Rabbiin isa tiksuu dandeetti isaatiin ganda keessatti ummata wolgahii yaasanii sodaachisu jiru bar ibsa maali kennama
Yaa rabbii nuf eggii ati kara demma yaa rabbii sittii kenine😭😭😭😭😭
Justice for salalee justice for salalee
Dugaa abduu walahi ani salalee ana dharra biyi kiyaa bayee ulfata walahi jecan dabee wanuma umata kena dharra kesa jiruu anii Mata kotiti muca abera iti Dabe lolaa hamakesajiraa dharran amamo motuman hidaa jiraa umata miskina omahibyne duguga sanyii nuratii demaa jiraa hidatii guree fixee shamare esonafin
Yeroo baay'ee yaanni kee naaf taha❤❤
Abdu koo mootummatu nuuf falamata jedhee ummani yoo eguu ta'ee ejju'uudha Ummata oromoo wogga 4 kana mootumma oromootu angoo irra Jira jedhaniti malee oromoon kana mulluu sodaa mittii!! Furman jiruu oromoon Kuta 11 tokkuman falamachu qofa. Fkn Namni tokko hadhaa mana of osoo ijaan Lalluu osoo arguu hadhaaf Abba ishii hin arasuu mootumman Kunis akkas isiin gala jedhee yada hikiin isa kanaf ummani bahe falamachu qofa kan du'ee du'ee kan hafe Akka hin garbomne urga dhalane mootumma mata jabbeessa Akka hin agree Yaa carraa Ummata oromoo 😭😭😭😭😭
Ya Rabbin
Karaa Demaa koo rabbii sii haa tissuu
yaa rabbii atii nuuf egii karaa demaa ko rabbii sibira haajiratuu😢😢
Baogaana Ohaadhuftee Abdul😢😢Rabbi
😢😢😢😢😢😢😢😢😢yaa Rabbii koo hayyuu Qaroo sabaa kana nuuf tiksi😢😢yaa Saba kooo😢😢😢😢
*Please 🙏 stop 🛑 Oromo genocide* 😢
Jiraadhu umrii dheeradhu rabbii gudaan sihaa eegu
Ani yoo rabiin ramataa nu godhee malee bulchitotaa biyaa kesaa iraa kayoo isani malee umataa oromoo hin fayanee duruu hubadhee jiraa yaa rabii atii umataa kenaaf birmadhuu
Qabameera polisi dhan jedhe odeesa jiraa masfiin afaan jaraatiin odeesa jiraa rabbi isaa haaegu
Amiiin amiiin amiiiin
Yaa rabii biira jiradhuu
Rabbumaan nu tisuu isaalee ama nyatanii garaan nu gubatee jiranee jirenyaa akka nama jirataa hin jiruu dune waa arguu dhabaa hin jiruu 😭
Rabbii isaa haa eguu
Kara demaan qabamee jedhuu midian amaraa iraatti dhugaa moo soba??😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤ebifamii atii
Yaa rabii mucaa sanii Wly galtaa isaa hi dubanuu rabumtii isaa haa eguu 😢😢😢😢😢😢😢😢
Good abdu
😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭
kan ummata keenyaf yaadu inuma rakkata me laala kara deeman dhiira dhiirri silayyu abdii rabbii jiraata rabbiin nuuf ha egu malee oromoon oso jirtuu jawwaar mahammad hidhamee bahe hidhame bahu qofa mitti biyya bahee ni callifte oromon hacaalu fa battee urgessa fa kannen birallee meqa dhabne oromon rabbiin bakka jirtanittii sin ha egu oromottan dhugaan oromo taatan galatima
Yarabii Atii nuf Argii😢😢😢😢😢😢
Rabbiin Haa Eguu 😢😢😢
Yarabbii🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
icciti salaalee kessa jiru jaala duubate ka kaanafi rabbi Isa eegu 😢😢😢😢
Abdu jabaadhu ❤❤❤❤
yaa umataa kenaa abiyii oromoon iyuu mitti osso adunyaan gutuun iyee hangaa xirii qesaati hin laluu
Akamitii achii dhaqee waraabuu dandahee warabee hoo akamitii gadii dhisan isaa hoo akamitii isaa qaluu olan
Rabbiin bira haadhaabbatu
Dhugaa keeti abdo keenya ani odeefano qabun walwarasa guddatu achiti deema jira
As wr wb oboleewan ko akkaa yadha koti osso egamti gonefi ho garree ijjaraa wan barbachisu gonefi osso achi si qee damsa koti abduu Rabi jedhi furmata ha barbanu oromoo ko gadhen hacalu nyate isale nyatuf uf duba jettuu oromoo ko sagale tayufi qabnaa
eeggachuu qabna jabaa akka kara deemaa kana gurbaan kun nama baayyee cimaa dha
Rabbiin isaa haa eguu😢😢😢
Ummanni Oromoo hiriira mormii hiriira bahuun furmaata hin fidu oromo wanin sin sin baasu hidhadhu bakkuma jirutti ulee qabatee bohaa hin jiraatin yaa ummattaa Oromiyaa lakkisa diina nutti kofalee ummatta Oromoo lubbuun kankee bahuun ishee hin oolu
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤😢😢😢
Rabbiin is haa bimaatuu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
❤🎉🎉🎉🎉🎉❤
❤❤❤❤❤
Waqaqayyo isaa eguu
Ayii😢😢
❤❤❤❤
DANII LENCAA KIYYAA NUUF JIRAADHUU RAPPII SII HAA TIKSUU
😢😢😢❤❤
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Yaa Rabbii Lubbuu isaa hagee 🤲🤲🤲
Translate to English
❤❤❤❤❤❤❤❤
Yooyaa gootoota Oromo 💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
Very.good.oduu.dhuga.ta.e.nuf.fidii.abdu.siwaalin.jira.ok.sobnii.hin.fayadu.sile.nule.ok
Dhugan jiru kanuma😢😢
yarabii nufi birimadhu😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢
Anii qaama siyaasa kamu hin deggaruu garuu akka naannoo keenyati mootuummanis ta'ee wbo ykn shanen dabaree itti wal darbaanii giddira hedduu ummata keenya argisisaa jiruu. qaamni ummata oromoo fayyaduu tokkolee hin jiruu.gamanis gamananis hundii isaaniyyuu bu'aa siyaasa argachuu fiiguu malee qaamni tokkolee daantaa ummata oromoo hin qabu.
Abduu atuu
Baayee galatoomi
😭😭😭😭☝️
😢😢😢😢😢😢😢
#Justiceforselale
💔💔💔💔
Dhuga keeti😢
❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤😢😢
dhugaa keti 😢😢😢
😢😢😢🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Oromoo kunii miskinaa hacee dhabee mucaa kana argaatee😢
Yaa oromo akka shinbiraa waccuu malee fayida hin qabdu
😭😭😭😭😭😭😭😭
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭
Dĥugaa ìsàti