ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Nagaa buusuuf cichaa hojjedhaa pls, mootummaa qofa hin komatinaa qaamni hidhate kun badii guddaa uummatarraan gahaa jira
Dhugaa jetee saanyiiko
yooyyaa OMN sagalee ummataa hunda 🎉🎉🎉🎉
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Yooyyaa akkam jirtan
😭😭😭😭😭😭☝️☝️🤲🤲🤲☝️☝️🤲🤲☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
oromoo ajjeessa oromoo dararaa qaama bilisumaa oromoo jechuun kun salphina guddadha.dhugaa dubbachuuf mootumma caalaa warraa bosonaa keessa jiruttu uumata irraa badii gudda gesiisa jira.isin media uumata erga tattan maaf rakkoo uumata hin dubbata
Bara wayyannee OMN dhageeffachuuf namni ulleen reebama ture har'a garuu median OMN kun dinna uumata ta'e warraa oromoo Qa'e isaatti isaa salphissa jiru kan ABO ofiin jedhuu shifttaa bosona keessa jiratuf sagaalee ta"a jarra kun salphinaa guddadha
Bilisummaan ilmaan haramuu (WBO fi OPDO) Oromo ajjeesanii fidan hinjiru. Lachuu dhiiga ilmaan Oromotiin harka isaanii dhiqataniiru.Kanaaf ummanni Oromo ilmaan haraamuu of keessa duguugee ilmaan Oromo dhugaa (OFC) wajjiin qabsoo bilisummaa isa dhugaa gaggeessuu malee carraan biraa hinjiru. Oromon Oromo ajjeeftu hundi ilmaan haraamuu jedhamti.
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Nagaa buusuuf cichaa hojjedhaa pls, mootummaa qofa hin komatinaa qaamni hidhate kun badii guddaa uummatarraan gahaa jira
Dhugaa jetee saanyiiko
yooyyaa OMN sagalee ummataa hunda 🎉🎉🎉🎉
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Yooyyaa akkam jirtan
😭😭😭😭😭😭☝️☝️🤲🤲🤲☝️☝️🤲🤲☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
oromoo ajjeessa oromoo dararaa qaama bilisumaa oromoo jechuun kun salphina guddadha.
dhugaa dubbachuuf mootumma caalaa warraa bosonaa keessa jiruttu uumata irraa badii gudda gesiisa jira.
isin media uumata erga tattan maaf rakkoo uumata hin dubbata
Bara wayyannee OMN dhageeffachuuf namni ulleen reebama ture har'a garuu median OMN kun dinna uumata ta'e warraa oromoo Qa'e isaatti isaa salphissa jiru kan ABO ofiin jedhuu shifttaa bosona keessa jiratuf sagaalee ta"a jarra kun salphinaa guddadha
Bilisummaan ilmaan haramuu (WBO fi OPDO) Oromo ajjeesanii fidan hinjiru. Lachuu dhiiga ilmaan Oromotiin harka isaanii dhiqataniiru.
Kanaaf ummanni Oromo ilmaan haraamuu of keessa duguugee ilmaan Oromo dhugaa (OFC) wajjiin qabsoo bilisummaa isa dhugaa gaggeessuu malee carraan biraa hinjiru. Oromon Oromo ajjeeftu hundi ilmaan haraamuu jedhamti.
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉