Namatu sin je'ee male wahi rabbin siin je'ee sanifu ati Abdi hin muratin bar rabbin yoo siin fedhe siif keenna atuman fedhi ilmo Argachu yoo qabate siif Kena Yoo wan kessa bate 1faa wan Ama kessa jirtu tana kessa bahudhaf tatafachudha 2faa tan dur kessa turte san tobadhu ykn Rabin dhifama gafadhu yoo rabbin siin fedhe gafa tokko wal agara
Osoo wanuma fedhes rakkatani kan haadha kee fudhe waaliin ciiftuu ture ha ta'uu dogograa kee f ani si waqasuu rabbii akka namati mitti sif araramu mala Amma qalbii tee qulqulluun rabbiiti debi'ii ilmas inuma aragata herumii
Kan darbe hin darbatani jedhee Oromoonni yoo mamaku obolletii. Too gara mana Ammanta debii gabii galii silattii godhii tsabala fayadamii kan Qulqulluu Rufel
Ma himati akka wanii garii goote tuni maratuudha malee fayya mitii fayya otoo tatee badii kana huddaa hin gootuu Namni huddinu hin dhabasi hin argatas qabeenya Mana Nama galtee hadhaa ishii jirachisuu qabdii malee mali kana huda ishiin susi sa qabdii malee Dhugaa Dhugaa Nama arsiti🤔
Baraa darbufii jenee Rakoo darbufi jeneee maa goyomnaa wly rabbitii irkananii rakoo fetee kesaa si basaa Alhni Alhahamdulilhaa kanii dinii musilimaa rabbinii naa kenee 🕋🕌😘❤️
Heduu ulfaata seenan kee ati jalqabuma nama abba siif Ta'u waliin waan akkasi dalagu hin qabdu turte rakkini yerof Male wanni hin darbine hin jiruu hundafu rabbi kee dhiifama gaafadhu sii araaramutu malaa😢😢😢😢😢😢😢
Garaa mana waqayyoo demii wanta waqayyoo jalatuu hundaa godhii wanta gotee hundafuu gabbii galtee waqayootti yoo bosee waqayoo abba dhifamatii wan ta,eefi guyyaa tokko wanta ati barbaduu sif kenaa ta,aa wantii guddaan ati badiike bekudha waqayoomo laphee cabdee sif gadii ofi qabdee hin tufatuu waqayoo si yaa gargaruu😢❤
Dhugaa rabii sennaa kee bayee turidhaa 😢😢 garuu jirenyi wani namaa gonee hin qabduu 😢 kanii kaleessaa dabarsitee hin yadahini wonii darabee debiyuu hin dadahamuu wotii atti gotuu yoo jirtee aradaa keessaa bayi abdii hin kutatani garaa rabii debiyii namaa garii tahii badi kaleessa daldee fi rabii dhifamaa gafadhuu garaa amnataa ketii debiyii herumii rabii arjjaadhaa ilmoo hin argataa herumii rabii sifi haa kenuu tarii akkaa hatii tee hin denee qorichii atii kennetee fi sunii safuu tahee sifi debiyuu dadahaa rabii dhifamaa gafadhuu❤❤😢😢
Jalqaba waqayyo goofta sif haa araranu lama immo abba afuura yokin abba gabii qabadhu cubbu kee hunduma kan iti himadhu waqayyo isi nii ararama tole akkamu hiriyaa kee du'a isi oso egdam ishi garuu kattee kan deemtee ati immo jirenya bareeda waqayyo sif nii kenya abdi hin kutin waqayoo keti araramii guyya gamaduu kee arguu kee hin olii abba gabbii qabachuu gabbi galii dhuga dhugaa ishin jedha rakkin kee hunduu nii bada jirenya bareda waqayoo sif nii kenaa obboleettii koo hadha koo❤❤❤❤
1,laphee guutudhaan rabbii araarama kadhadhu
2,sanuu hin dhiisttee ammas suusii irraa walaba ta'ii jiraadhu shiishafi kkkf gonkumaa dhiisi.
3,abshir ni eerumta ilmaanis ni argatta rabbiif hanga seel-qeenxee hin geessu si biratta guddaa fakkaata malee obboleettiikoo jabaadhu.
Ati waqayyoo kadhadhu dhifamaa gaaffadhu waqayyoo itti deebie waldaa Arara dhaqi sif kaadhata Nami waqaayyoo cubbuu kes waqayyoo sif dhisaa Nami cubbuu hin qabne hin jiruu hundaa yakkaniiru Ayyannii waqayyoo itti jirate jeedhama sagalee waqayyoo iddoo tokkoti immo cubbuu keessani Akka dhugaa Yoo isinii dimeeseille Akka jirbii hin Adaatu kottuu jeedha goftaa kanaafii Ati yada garaa ke gedderuu mana waqayyoo Dhaqi inni sin qulleessa sif Ammayyuu Abdii jiraa obboolleetti KO waqayyoo Abbam dhifamaa ishii dafii garaa waqayyootti deebie utu guyyaa qabdu waqayyoo si jalata ilmo hin argata ishii Nama jedhe male waqatu jeedhe miti
Obboleti ko jalate miti rakkotu kana sii barsise kanafi gocha kee hundumafi gabbi Gali karaa amnti keti debi'i waqayon dhifama kadhadhu waqayofi wanti hundumtu salphadha amanti keti jabbadhu dhabadhu da'immasi ni argata jirenyasi Kara rabbi ke Debi dafii😢
Aatii Gababuumatii sagagluumaa Gudda Rawaateta kanartis waqqayoo qofaa Gadisistee Aboomi 10 waqayoo kessa tokko hojii atii hojete kan hin rawatiin jedha waqayoo kamifuu.namnii kamuu qulquluu miti waqayoo imoo Abba dhifama fulduraa isatii bo'iii dhifama Gafadhuu Gabii Galii Gara waqa deb'ii macafa qulqulu Dubisii charchii demii namonii waqayoo siif ya kadhatanii lubuu keef yadii boruu yoo dutee jirenyaa bara barat dhabda kunii Hafuuri haman sitti Galeera wan ta'ef hojii sexnatii kun maqaa yesuusin waan fookisaa kanara bilisaa ba'uun siif yaa ta'uu😢
Cherchii araraa deemii dhugaa waaqa waan kana hundaa iraa bilisaa si basaa waan goote hundaa dhiifamaa sif goodha gailaas ni godhataa dhugaa pls cherchi araraa deemii kadhana godhuu
Namatu sin je'ee male wahi rabbin siin je'ee sanifu ati Abdi hin muratin bar rabbin yoo siin fedhe siif keenna atuman fedhi ilmo Argachu yoo qabate siif Kena Yoo wan kessa bate 1faa wan Ama kessa jirtu tana kessa bahudhaf tatafachudha 2faa tan dur kessa turte san tobadhu ykn Rabin dhifama gafadhu yoo rabbin siin fedhe gafa tokko wal agara
Hin beytaa maa
Subban Allaa☝️gammaa Rabbii kettii sebi.ii😭☝️
Rabiira abdii hin muriin aradda kessa jirtuu kessa bahi rabi kee kadhadhuu rabiiti waan ulufatuu hin jiruu ilmoleen rabii si milkessa ishaallha atumti waan duraan dabarssite yaduu dhisii rabitii bo'ii
Dhugumatti nama gaddisiisaa gizee tokko tokko jireenya garabiraa sirreessutti jireenya ofii dhaaboolees numa jira haa ta'u malee obboleettii koo waaqayyoon cubbuu kee siif haa dheessu ammas abdiin kutiin waaqa kadhadhu araada keessa jirtuu ba'uu yaali fuula waaqatti deebi'i waaqayyoon si yaadat❤❤😢😢
Waqayyoon arara kadhadhu waqayyo hundumaa isayyuu cf dhiisa daa'imaas siif kennaa obbolettiko🙏
Dhuga dubachuf ati bayee baalagedha hundaafuu carraan kee Ararama rabbiin gaafadhu osso Lubbuun jirtuu
😂😂😂😂😂
Waldaa araara daqii waaqayyoo araara isaa siit agarsiisa
Obboleettii Koo waqayyoof wanti dadhabame hin ilmoo kan namaaf kennu Isa qofaadha balleessaa kee darbeef garaa qulqulluudhaa dhiifama kadhadhu inni siif dhiisa jireenyi keessi ni sirreessa waqayyoo 😢😢😢😢😢
Guutumaan guututti Amantitti deebi‘i Rabbitti Towbaa deebi‘ii
Keessattuu yon nama amantii islaamaa hordofu taate Hulaagaa atowbaa siif himuu qaba
1 waan duraan balleessaa turte sana guutumatti dhiisuu
2 waan dalagaa turteef seenahuu qabda
3 deebitee akka hin hojjanne Rabbiif uriifis waadaa galuu
Achi boodaa obsaan Rabbii kee kadhu siif Awwaata
😢😢😢bayyee ulfaata waaqayyoo siiyaa gargaruu
Fula waaqayyoo durati kufi arara kadhadhu fonif miti lubu ketifiyu arara kesa wanta baayetu Jira 😢
Subanalhaa yarabi nusatarii
Rabbiin sii haa QAJEELCHUU abdii hin kuutin heerumii laalli ammalle
Waqayyoon hararaa kadhadhuu obbolletiikoo waqayyoo keenadhaa
Dhugaa hedu gara nama nyata 😢😢😢😢😢😢😢
Subanallah namnii akkanale jiraa moo
Waa Rabbiin ilmo hin de'eetu sin jedhe namatu sin jedhe😢😢
Welcome galmee eessatti nu jalaa badde❤❤❤❤❤
Gammer galatomii ijoollee oromoo please maatii naaf taha anis dhufee isinii taha warri you tube hojjetaan❤❤❤
Abshir siif ranna
waqaayyoo haararaa siifi haa godhuu fulaa isaa duuratii dhiyyaadhuu😢😢
Omg Kun Safudha Birif Jete safu Cabsite Nama hadhaa Kee Wajin Cise Wajin Akkamiti cistaa ati
Dhalaa kan namafii kenuu waqaayyoodhaa garaa waqaayyootii boyii
Waqayyon sii haa gargaru dhifama kadhadhu atii😢🤲🥲🤍
Osoo sii tahee garaa waaqayyootti deebi'a
Bagaa nagaha dhuftee game ❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaan dhuuftee gamee maati nafi ta'a oromoo kiyyaa subiscira na goodhaa mee pelse
😢😢😢😢u uufee 🥺🥺🥺
Obboleti koo abdii hin kutatiin jireenyi ittii fufaa waaqayyoon dhifamaa kadhadhuu ga'ilaa biraa dhabadhu
Waqaayon kadhadhuu annafuu nadhiisetaa waqwayo
Raabin badi kee haa dhisu wan biraa malan jedha oromo dubin bara kana jabdudha 😢
Osuma beeloftaani aftaani hin wayyu😢
Anii Gababatii miyacon Tuunii wahudaa waqayoo iraaa hin Aragattii waqayoo waqaa araa wantaa tayefi karaa charchii Akaa demituu yokin phexe Akka tatu, uu
Waaqayyoon araaraa kadhadhuu callisii gaa'elatti gali, akka da'uu hin dandeenye dursitee hin dubbatin, ati balleessaa kee kaleessaatti gaabbitee deebinaan waaqayyo waaqa araaraati, kana ofi amaansiisii gaa'ela dhaabbadhun jedha ani akka yaada kootti
Garaa waqayo tetitii bohii lubuu😢 isafi wanti dadhabamee hin jiruu badii kee kana durasii waqayo kee dhifama gafadhuu🥰😥
Osoo wanuma fedhes rakkatani kan haadha kee fudhe waaliin ciiftuu ture ha ta'uu dogograa kee f ani si waqasuu rabbii akka namati mitti sif araramu mala
Amma qalbii tee qulqulluun rabbiiti debi'ii ilmas inuma aragata herumii
Kan darbe hin darbatani jedhee Oromoonni yoo mamaku obolletii. Too gara mana Ammanta debii gabii galii silattii godhii tsabala fayadamii kan Qulqulluu Rufel
Rakkina darbuuf jecha eelaa hamaa jireenya ufi irratti fidu😢
Akkam faayya bultanii yaa obboleeyan koo
Malifi daftee daftee hin gadisi ni ani Bayee sii egaa😢❤❤❤❤😊
❤
Uuuufffff 😢😭💔seenaa gara nama nyaatu
Welcome Gamme kenya ❤
Balesa ketifi waqayon dhifamaa gafadhu jirenya kee gara boru ilee sif siresu dandaha kanafu fula kee garaa waqayo azori sin jedha akaa kotii
Ma himati akka wanii garii goote tuni maratuudha malee fayya mitii fayya otoo tatee badii kana huddaa hin gootuu Namni huddinu hin dhabasi hin argatas qabeenya Mana Nama galtee hadhaa ishii jirachisuu qabdii malee mali kana huda ishiin susi sa qabdii malee Dhugaa Dhugaa Nama arsiti🤔
😢😢😢😢😢☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Namaa laphee isaa cabetii waqayoo dhihodhaa
Yaada gara kee gedaradhuu gara waqayootti debii hadhoo koo
Dhugaa rabii senaa kee bayee xuridhaa garuu jirenyii wanii namaa igonee iqabuu kanii kalesaa darberaa kanii fuduraa ketii moo karaa rabiti debii araramaa ofiratii kadhuu rabinii dhisadhaa badii kee dabasitee
😢😢😢😢😢😢💔💔💔
Badiin kee guddaadhs ammas rabbin dhifama gaafadhu dalagaa homaa irraa fagadhu wanta ammaa irraa jirtuu dhiisi bultii ijaaradhu ilmoo ni argatta duraa of sillessi
Subahanallah
Wel come gamee
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😲😟😭😭💔💔
😢😢😢😢
Garaa waqayyotii debiyii
Naaf bilbili furmaanni isaa jira
😢😢😢😢😢
😢😢😢
😢😢
Uufff 🥹 🥹
Har'aa tokkoffa lallee😂😑
Gamme koo nuuf jiraadhu
Astogurlaa 🤔🤔🤔
Itiyu dhukuba kanbira hindabalatin oboleti
Ani Waan Jedhu Hin Qabu Waaqayyoo gooftaa Macaa Si haa yaadatuu Gifti Koo💔💔😭😭
Waqaayyoo sii haa gargaruu
Kadhadhuu sif kenna da'iima ilee 😢
Noruu
Sorry 😢
Rabbii jedhaa umattaa mee lakkosaa game na kenna kaa duran hin dalaguu 😢
𝙺𝚞𝚗 𝚜𝚊𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊 𝙶𝚊𝚖𝚖𝚎𝚎 𝚑𝚊𝚊𝚍𝚑𝚊𝚊 𝚏𝚒𝚒 𝙸𝚗𝚝𝚊𝚕𝚊 𝚠𝚊𝚕 𝚋𝚒𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚐𝚘𝚍𝚑𝚞𝚗🤣🤣🙊
Gamme koo nuuf jiraadhu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢