ati garuu gaaffiin kee baay'ee nama dabbara, mucaan garuu jabduudha gara fuulduraatti sirreeffadhu, thanks liiduu we love you so much 2) maqaa kee duratti faarfataa jettee jirta kanshee garuu akkusumaaan barreesiteef. maalif
Lido ani dur sin beekun ture Afaan oromoo sirrii kan dandesu nati fakkata ture!baayyee namati tola jabaadhu Afaan kamuu barachuu ni dandama baayyee si jaalana sabnike!ati immoo interview kee sirrise bro gaaffiinke nama dabara.
Jabaadhu barreessuus in bartaa. Inni guddaan fedhii keessa kee jiru sana dha waan ta’eef kan keessa kee jirummoo alattis in baha yeroosaa eegee. Eebbifamaa atis Isheenis!
❤❤❤❤❤❤❤
ati garuu gaaffiin kee baay'ee nama dabbara, mucaan garuu jabduudha
gara fuulduraatti sirreeffadhu, thanks liiduu we love you so much
2) maqaa kee duratti faarfataa jettee jirta kanshee garuu akkusumaaan barreesiteef. maalif
Sirrii jette ethics journalist miti kun gaaffii hin mijanneedha.. Dhugaa sirreeffachuu qaba
Muchatin bayyee chimitudha waqayoo siyaebisu jabadhu gifitiko gafin obolesa keegna garu Nama hinijajabesu
baaya'ee namati tola nama afaan isaa ittiin kooruu namati tola lidi❤❤❤❤
interviewer, please arrange your questions
Nuuf jiraadhu jabaadhu giiftiitoo
Waaqayyo ammayyuu si haa Eebbisu 💔😍
Burtee maatii nafii ta'ii
Burtee Koottu maatii naaf ta'imee LAMMII💗❣
@@sanyii8781 Ok
@@AbdiiGoofta Tolee
Interviewer ???? Hin jaallattaa,hin jibbitaa, afaan oromoo hin tuffattaa, Faayidaa( beekamtii barbaachaa) afaan oromoo faarfattaa, faarfachuu ta'uu barbaadda turtee,komii ( fashion quullaa hojjettuu)?????? Maali gaaffiin akkasii??🤔🤔 Honestly am little confused with his question !! Gaaffii yeroo qopheessitu waan mataa keessa jiru duwwaa hin barreessin!!! Please!
Yes
Anafis gaffi
Professionalismn kan barbaachisu warra akkas xibaaraniifi dha.
Kkkkkkkkkkkk gurbichi nama dhibaa dhugaa esssa dhufe kuni gowaa wayii gaafi wara maali nama gafataa
Eebbifamaa
Dubartiin surrii dhiiraa uffattu tajajiluu nii fandeessimo? rifeensi mataa ishee qullaa yoo taheho macafni Q, Q, L'n maal jedha? Atoo hamma tokko garidhayyu kanuma caalaa waan gaarii ta'e tokko akka goonuf ayyaanni Gofta Keenyaa Fayyisaa keenya Iyesuus nu haa gargaaru 🌹
Eebbifamtuu koo💚❤️💚
Liiduu jabaadhu. wanti hunduu fedhii fi shaakallii irraan dhufa. dandeettii barreeffamaa kee shaakaluun ni guddifatta ,ni barta. dubbiin kees ni fooyya'a. ati dhuguma sabboontuu dha. eenyummaa keetti boonta.
OMG. Namni kun jajjabeessuu irra gaaffii hin barbaafne gaafata.
Lidiyaan nama jabduu dha. Waaqayyo si ha eebbisu
Gara fuula duraatti gaaffii media madaalu qopheesaa! Galatoomaa . Im confused with your question🤔🤔🤔
She is doing her best. Maaf gaaffii afaan jaallachuuf jibbuu deddeebitee gaaffatta. You are making it politics than encouraging her.
Dhugaa keeti.
Sure!
Liduu bareedduukoo Akkam akkan si jaalladhu nuu jiraadhu simboo qabeeti mucaa waqayyoo❤❤❤❤❤
Soolan kebede mati nafi tayi
please way done repetion your qustion singer galo
Lidiyaa Kun Suma Kan afaan oromoo caccabsuu yeroon farsa Kee dhaga'uu akkas hinsee'u jabdu nama jabadhuu
Lidiyaa jabaadhu! Waaqayyo fiixan bayyinsa siif ha kennu!
Ayantu maatii nafii ta'ii
Jabadhu barte jirta
Eebbifamii Liduuyyee keenya!!!
Ebbifama ijoolee kakuuuuuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌳🌳🌳🌳🌳🌳
what's wrong with namicha she's totally confused
hin maraateeyii?
Koottu maatii naaf ta'imee LAMMII💗❣
Lidiyaa ebbifamii mucaa kakuu dhugaa jettee ebbifamii ebbifamii waqayyoo gooftaani si haa ebbisuu ebbaf ta'i
Gete maatii nafii ta'ii
👍
Wow wow anni mucaankun ormifaa wan bektuun sem homaa mitti jabadhuu hin bartaa ormifaasi
Gaaffii kee otuu sirreeffattee Obboleessoo! Nama hin hawwatu.
Ledo love🥰❤️
Bayyee jarjarsita yeroo gaaffii gaafattu suutaa jedhi xiqqoo , yaada kooti dhiifama
Feeneet maatii nafii ta'ii
Bayyee si jalanaa ebbifammatuukoo
Jabaadhu Qaxaleekoo
Waaw Liidookoo Akkatti namarartu Eebbifamtuukooo ❤❤
Margee maatii nafii ta'ii
Jabadhu Liddu tenyaa waqaayyoo sihaa Ebbiisuu ❤️❤
Wawa
Wow Liduu koo akkatin si jaalladhu nuuf jiraadhu ❤🙏
Galatoomi
Obsee maatii nafii ta'ii
Wwwwwoooo ebbifamii baayyee namati toltaa jabadhuu 😘😘😘
Dawit maatii nafii ta'ii
Ebifama ❤❤❤❤❤❤
Liidoo guddaa Eebbifami baay'ee natti tolte dhugaa ❤
Akkamitti gaafataa polite Kan hin beekne kun maali ogummaa gaazeexessummaa osoo hin baratiin cal jedhee ba'uun isaa baayee nama jibbisiisaa
Obolesakoo gafii akasi ijolee Waqayoo irraa in egamuu nuti undumti kenyaa tokkooo waqayyoo affan hunduma gosaa hunduma kessa nu filateraa kanf
Liduyee goftan barkee aebisuuuu
Afaan kamiinuu tajajiilii 10:26
Lido ani dur sin beekun ture Afaan oromoo sirrii kan dandesu nati fakkata ture!baayyee namati tola jabaadhu Afaan kamuu barachuu ni dandama baayyee si jaalana sabnike!ati immoo interview kee sirrise bro gaaffiinke nama dabara.
🎉🎉
Kkkk ufe lidu tenya akuman ani amarifa godhu oromifa gotà atile hundu hin baratam dhuga fedhi jiranani jabadhu jabdu tenya farfan kee garu wanum oromifa serani dadesu fakata❤❤❤
eebbifama
Liduu Koo ogeetti nama nu jabaadhu qaxalee Yesuus
Eebbiifamaa ijjoollee waqayyoo abbaan koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Lidiyan kun hoggaa farfattu baay,ee sirreeffatti afaan kana,haasa,utu irra rakkisa, galatomi jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gaaffii gaafachuu barii brother 😮😮😮😮😮
ምን አስጨነቀሽ እህቴ amarifaan hojadhuu
Tebarkii ❤️❤️❤️❤️❤️
Gaaffii akkami gaafataa? Maal ta'e?
Bayyee namatii tola oromumaatii bonun❤❤❤❤❤❤
Liduu ko Bayyee namatti Tolta jabadhuu
Uuuuuufffeeee bareedu koo ati afaan oromoo hin beektu sila ,homa miti ni barta baay'ee sin jaalladha obbolletti koo❤
waaqayyoo sii haa Ebbisuu dhaloota qube
Ebbifami haadhoo too 🙏🙏🙏😍😍😍❤❤❤❤❤
Lubu mati nafi tayi
❤
ሊዱ እኔም እንዳንቺው ነኝ ካንቺ ምሻለው በደንብ እናገራለሁ አነባለሁ መፃፍ አልችልም ጥላቻ ወይም ንቀት ይመስላቸዋል ምንም ማድረግ አይቻልም
Jabaadhu barreessuus in bartaa. Inni guddaan fedhii keessa kee jiru sana dha waan ta’eef kan keessa kee jirummoo alattis in baha yeroosaa eegee. Eebbifamaa atis Isheenis!
Abshir yene konjo
Luudookooo ebbifamiii
Liidoo koo waaqayyoo sii haa eebbisuu saree koo!
Farfatu lidi ani afan oromo wan dhibu hin se'uyu farfana ishee hunduma nan jaaladha goftaan koo ishi haa ebisu amale kana caala
Eebbifamtuu koo ❤❤
Luubbukoodham lidiaan
lidiyaa jabaadhu ❤❤❤❤
Wwwoow lidiyaa bayee si jalanaa😍😍😍😍😍
Waaqayyoo maatii nafii ta'ii mee
Koottu maatii naaf ta'imee LAMMII💗❣
Liidoo koo yeroo faarfattuu akkanatti si rakkisuu afaan oromoon har'a maaliif ?☺
Warqii maatii nafii ta'ii lubbiyyee
obboleettiikoo baayyeen si kabaja
atimmoo obboleessakoo ishee hin dhiphisiin baayyee ishee dhiphisteem
Am I only one who confused with this interviewer🙄🤯 may God forgive you!🤦♀️
Ati God bless you lido
Wayii Galataa nuu jiraadhu dhugaa❤❤❤
gaaffii gaafachuun kee sirrii tahaati garuu akka gowwaa gaaffii tokko si kudhan gaafate maaliifi takka gaafachuun gahaa dha mitii
Baay'ee eebbifamii Waaqayyo si haa eebbisu.
Afaan Oromoorrattis Waaqayyo si gargaaruu
Wowowow Ebifamiii JalduuuKoo nuu sin jaalanaa 🥰🥰🥰🥰😘😘😘
Namichoo ati gaaffii sirrii hin gaafanne isheen garuu cimtuudha
Lidookoo jabaadhu akkatan si jaalladhu
Gaffii gaafii sirriidha
Lido ati Nama cimtudha❤❤❤❤❤❤❤❤ namnichi gaafi Issa haa sirreffatu
Waqayyo sii yaa ebbisuu afaan Oromoo baruuf yaaluun kee namatti tola.
Wellcom
Malii gaffin akkas?
Eebbifami galoo jaba nama Eebbifami
❤❤
Liiduukoo uuuumphaaa bareedduko Jabaadhu
Galatoomi Liiduu❤
Liduu koo jaabaadhu waqayyoo sihaa ebiisu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Liidoo jabduu namaa jabaadhu!
Gaaffiin namicha kana koma keessa nama dhabbata garu liduuko wqyo si,a gargaaru❤❤❤❤
Lidoo mucaa Waaqayyoo eebbifami
Waaqayyoo waanti hundinuu
Liidiyaa jabaadhu baay'ee jabduu namaa ti.
gaafikee qulquleessi
liidooo oromoo akka taate dhugaadha sirraa beekama. baay'inaan amhariffa waan fayyadamteef oromiffa hirranfatte malee dhugaadha ati sanbootuu oromoodha. kan nu dagatan garuuu baay'eetu jiru
❣️❣️❣️❣️❣️❤❤❤❤
Gaaffii Keesirreessi Galoo
Maatii nafii ta'ii mee
Lidii🥰🥰🥰
Liduu koo ebifamtukoo 🙏
Biqiltuu mucaa kakuu maatii nafii ta'ii
@@AbdiiGoofta tole sif godhera
Qophin ke garidha garu gaffi ke sirressi akkatan gaffi keti sirri miti bro
Ebbifammii ebbifammii ebbifammii ❤❤❤❤
Eibbfami 🙏❤️❤️❤️
Ebbifamii ❤️❤️❤️
Maatii nafii ta'ii
Afaan Oromoo barachu qabda afaani oromoo barreesuufi baradhu
Lidiyaa 💟💟💟
Uuuuuuuufffff. Jabduukoo. Farfana ratii moo. Bayee. Bektaa❤️❤️❤️❤️❤️
Gootitii koo jabaadhu