Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 6 ต.ค. 2024
  • Note: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
    TH-cam channel Solomon Alemu Isa sirrii : / @solomonalemuofficial
    facebook page Solomon Alemu Isa sirrii
    / solalem43
    #Maatii_Solomon_Alemuu
    #Solomon_Alemu_Familys
    #Afgaaffii
    #sagantaa_Ayyaanaa
    #faarfannaa_afaan_oromoo
    #faarfannaa_waaqeffannaa
    #faarsaa_haaraa
    #mezmur
    #mezmur
    #faarfannaa
    #Mudannoo
    #Ajaa'iba
    #singer_solomon_Alemu

ความคิดเห็น • 695

  • @የክደንልጅዋሜክፍሌ
    @የክደንልጅዋሜክፍሌ 2 ปีที่แล้ว +5

    ቆንቃን በልችልም እንኳ ስዘምር እሰማሎ ግን ይሔ እቴርብህ በአማርኛ ብሆን እንዴት ደስ በለኝ ነበር ከቻላችሁ በአማርኛም እንቴርብ አድሪጉ

  • @almaaztashoma1086
    @almaaztashoma1086 2 ปีที่แล้ว +9

    Uuuuuuuufffffeee dhagefadhee qufuni dadhabee dhugaa sanee bayyee garaa namaa nyatuu kanii namaa birafii fakenyaa ta udhaa Ebifamaa Maattii jalalaa Ebifamaa 🙏🙏🙏❤❤😭😭😭

  • @seeniitube2395
    @seeniitube2395 2 ปีที่แล้ว +6

    Uuuuuuuufffffff Father solo Keenya Jabaadha Waaqayyoo Ammallee ganaa Isin kiisa Jabaadha Isin Jaallanna 🥰🥰

  • @yeamlakcherinet1563
    @yeamlakcherinet1563 ปีที่แล้ว +8

    ጌታ በነገር ሁሉ ይባርክ እድሜ ስጨምር ኃይል ይጨምር አንተ ግን በክርስቶስ ባለው ፀጋ በርታ በጊዜውም አለጊዜውም ፅና ክብሩ ባንተ ላይ እየጨመረ ይሂድ።

  • @mamitugeleta3752
    @mamitugeleta3752 2 ปีที่แล้ว +2

    Abba jaba waaqayyoo gooftaan maccaa bara fi jireenya keessan haa eebbisu! Maatii eebbifamo eebbifama!

  • @tadessekebede8509
    @tadessekebede8509 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo isin haa eebbisu maatii jaalatamoo fi amanamoo kennata Waaqayyo isinitti kennate jabaattanii itti dadhabuun firii ija kennaa ayyaana isaa irraa akka hirmaanuu fi ittiin eebbifamnu gumaacha ga'ee keessan waan ba'attaniif waaqayyo guddaa isin haa eebbisu umrii dheeraa nuuf jiraadhaa! Faarfataa Sool ati umriin mucaa xiqqaa yoo taate iyyuu nama guddaa yaadni waaqayyoo inni gaariin kan keessa guuteedha. Walumaagalatti jaalatamoo obboloota keenya namoota Waaqayyoo, Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu!♥♥♥♥♥♥🎷🎷🎷🎤🎤🎤🎤🥁🥁🥁🎻🎻🎻🎻🎺🎺🎺🎺🎺🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼...

  • @waaqayyoogudadhamalo6475
    @waaqayyoogudadhamalo6475 2 ปีที่แล้ว +2

    Obbolessaa keenyaa Afuuraa Ayyanniii waaqayyoo siif haa bayyatuu bakka jirtutii darbii haa adeemii omtuu s

  • @dameabaye5422
    @dameabaye5422 2 ปีที่แล้ว +1

    I 😮would like to support Minstry of this physically little, spiritual big boy as much as possible. I like Selemon from heart. Gooftaan mana isaa keessatti sihaguddisu amma dhumaatti.
    Amen amen for the song thank you all. Gooftaan hunda keessan haebbisu keessattu warra sagantaa akkana midhagu qindessitaniif dhugaa nama waaayyoo baasuun Olola diinaa saxeltan fayyaa ta’a . Iyeessuus gooftaa dha!!

    • @tolesaedeto5182
      @tolesaedeto5182 2 ปีที่แล้ว

      Sinis Nuuf Jiraadhaa Kana caala akka hojjennuuf Gorsaaf Gargaarsa keessan Barbaanna Eebbifamaa.

  • @SammyGetachew
    @SammyGetachew 2 ปีที่แล้ว +2

    Baay'ee garaa nama nyaata dadhabbii Abbaan kee keessa darbaniii gargarsaa waaqayyootiin sadarkaa kanaan sigahaan , ammallee Abbaan kee baay'ee cimoodha ilaalcha dinqii qabu. baay'ee na boqochochiistan waa siniirraa baradheera Naaf Eebbifamaa🙏

  • @mamitugeleta3752
    @mamitugeleta3752 2 ปีที่แล้ว +3

    Obbooleesi gaafii gafacha jirttu harka kee osso walitti rukkuchuu dhiftte baay'ee gaariidha! Eebbifami waaqayyoo ayyaana isa sif haa dabalu!

  • @burtakanoromo9742
    @burtakanoromo9742 ปีที่แล้ว +1

    Kan akka waaqayyoo eessa jira soliye I know you are going to the best may Lord bless ur family. I love you with the love of God ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @boriifanmandesa959
    @boriifanmandesa959 2 ปีที่แล้ว +2

    Wow waqqayuo isiin ha ebbisu maati ebbifamo ayyani waqqayyo kanuman calaa isinirra ha ifuu

  • @obsedhugaa6591
    @obsedhugaa6591 2 ปีที่แล้ว +1

    waqayyoo gooftani bara jireenyaa keessani haa EBBISUU ebbifamaa maatii waqayyoo kaalati maranu sin bukkuu jiraa waqayyoo gadditti hojatoo waqayyoo ebbifamaa sol ayyanni waqayyoo dachaa sifi HAA baay atu ebbifamii

  • @astertesfaye303
    @astertesfaye303 2 ปีที่แล้ว +2

    Maattii irraa bartamuudhaa waqayoo isini haa ebbisuu faani mucaa keesaanisi hin gufatinii

  • @shewetesheti1506
    @shewetesheti1506 2 ปีที่แล้ว +4

    Waan, ajaiba ti,waaqayyo,baara,kessani,haaeebisu, eebifama kanuman caalattiyyu ayyani waaqaayyoo isini f,habayyatu, dhugaa,Sena, ajaiba ti, waaqayyo,aammallee, waaqaayyoo,dabale,dabale,,Amma,isin,yaaddan,gararra,waan,haara,isinif, hadabalu dhugaa baayye nama tti tola ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏👏🤭🤭🤭🤭🤭🤭🌻🌻🌻🌻🌻🌻📖📖📖📖📖☝️☝️☝️☝️☝️💐💐💐💐🎇🎆🏵️🌻🌻🌻💯💯💯💕💓💗🤩✊✊✊✊🎻🎺🎸🎵🎶⛪⛪🎹🎤🎵🥁🎚️🤲🤲🤲🥰🥰😍😍🤩🤭🤭🙏🙏🙏🙏

  • @margemandesa4433
    @margemandesa4433 2 ปีที่แล้ว +4

    Haaahaaaa nasf galeera dubbin anis ayyanaa guddatu narra jira kanaaf jireenyiiko qirumsaan ciqama miti?? Naan mo'adha dhugaa waaqayyoo

  • @Jiitu1234
    @Jiitu1234 2 ปีที่แล้ว +1

    Koo abbaan yoo mana jiraate afuurayyuu baasuun ulfaataadha 😭😭🥺

  • @sinbookootiyesus408
    @sinbookootiyesus408 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuuufffeee Galanisaa waaqayoofi haa ta'u waaqayoo dachan isin haa eebbisu eebbifama
    Nama wangeelafi gatii gudda basani kanaafis bakka ladhu waaqayoo Koo

  • @TubiaFgha
    @TubiaFgha 25 วันที่ผ่านมา

    waqayyoo ammaallee kanaa caala baraaf jireenya keessaan haa ebbisuu seenaa bayy'ee nama barsiisuudha matti jalaala nuuf jiraadha!!!!💞💞💞💞💞💞💞💓💕

  • @raihanaliwa2749
    @raihanaliwa2749 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo gudda godhee hunduma keessan haa ebbisu ,dhifaama guddaa wajjiin tollii isiin yeroo asooftan harkaa walitti hin buusina baay'een isiin jaaladha

  • @hawii1034
    @hawii1034 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo baara jiirenyake keessan haa ebbisu baayyen itti booqodhe haammayyu nuf daagaga

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 2 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuuufffeeeeee Abba koo ati eebbifamii waan hunduumaf,ati yeroo qabdaa yeroo keettis waan gaatii goota🔊📢📣📯🎻🎺🥁🎶🎵🎷🎹🎸🎤🎙

  • @shewetesheti1506
    @shewetesheti1506 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo,baayyise, isin,haaeebbisu, baayyee nama ajaiba waaqaayyoo isini haaeebbisu 👏👏👏 ❤️💓❤️❤️❤️✊✊✊✊✊💯🌻🌻🌻🌻🌻🤭🤭🤭📖📖💐🎇🎇🎆🏵️👏👏👏👏👏👏

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffff😭😭😭😭u Waaqayyo isa haa Eebbisu maatii kabajamoo hedduu nama ajaa'ibas Nama Barsiisas ulfaadhaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @forfoforkakuuyesus7223
    @forfoforkakuuyesus7223 2 ปีที่แล้ว +1

    Senaa kana yeroon dhagefaadhee tokkofa fayyiinaa guddan argadhee lamafa boqonna gammachu abdii ammantiifii wan lakofsaa in baqneen argadhee singer Solomon ammayu waqayyo calchiisee nama ebbaa sihaa tasisuu sanyiii kee akuuma ciraachaa galaana habay,isuu gooftaan

  • @tegesttegest330
    @tegesttegest330 2 ปีที่แล้ว +2

    Ammen Ammen waqayoo El.shaadaayidha dhugaa waqayoo guyyaa qaba waqayoo isin haa ebbisu ebifama dacha dachadhani mati Solomon ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 2 ปีที่แล้ว +1

    Maatii jalatommoo ebbifama bayeeeeeee issinni jaladha umuri dheeraa wajjin jiradhaa

  • @zeritutubeolana1064
    @zeritutubeolana1064 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuuufffff 🥰🥰
    Mati eebbiffamodha gooftan bara keessan haa eebbisu
    Sol umurii dheerraa sif haa jiraatan matin kee

  • @mohas8335
    @mohas8335 2 ปีที่แล้ว +1

    waaqayyoo ammalle eeba dachaa isinirraatti haa dhangalaasuu nuuf jiraadhaa

  • @bifitubalina8596
    @bifitubalina8596 2 ปีที่แล้ว +1

    Waqaayoo baraaf jireenya keessa haa ebbisuu
    Dhugaama dubaachuf mati Solomon baayee kan dinqisisadhudha mati akkasi keessa ebbaati ba'ee waqaayoo umuriii dheraa isaanf ha kenu ebbifami hunduu keesanu

  • @fathimaf7855
    @fathimaf7855 2 ปีที่แล้ว +1

    Ameen waaqayyoo waaqi maccaa dachan sii fi maati kee haa eebbiisu Soliyyee hadhokoo.

  • @aniimucaayesus1577
    @aniimucaayesus1577 2 ปีที่แล้ว +2

    Ebbifama nati waaqayyoo goftaan isin haa Ebbisuu dacha dacha Ebbifamaa 🙏🙏🙏💓💓

  • @dirotafa1226
    @dirotafa1226 2 ปีที่แล้ว

    Wow, imimman koo qabachuu hindandeenye! Waaqayyo guddaadha.waaqayyo maatii kana dabale daddabalee haa eebbisu!

  • @gadisaasefa7701
    @gadisaasefa7701 2 ปีที่แล้ว +2

    Waaqayyoo siin haa eebbisuu ammayyuu maatii eebbaa ta'a.
    Toli atis galatoomi waan guddaa hojeechaa jirta jabaadhuu

    • @tolesaedeto5182
      @tolesaedeto5182 2 ปีที่แล้ว

      Naaf jiraadhu Gaaddookoo Sin jaaladha jabaa namaa...

  • @muluu5187
    @muluu5187 2 ปีที่แล้ว +1

    Maatti ebbiifamoo ebbiifamaa dachaa dachaa waaqayyoo barafi jireenyaa keesan haa ebbiisuu ebbiifamaa

  • @betig8170
    @betig8170 ปีที่แล้ว +1

    Heduu Namat Tola Yeroo Abban Sol Hassawn Dhugaa dubbin Isan Hin Qufaamu Heduu Nama Aja'iba Dhugaa ❤❤❤

  • @mariamaria3151
    @mariamaria3151 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuufffffffffeeeeeee uuuuuuuufffffffffeeeeeee waaqayyoo baraa,kesani haa ebbisuu Ebbifamaa maqaa iyeessuni bay,ee isin jalaln matii jalatamo fii,kabajimo bagaa gamadii jiradhaa Ebbifamaa Ayanii goftaa koo udumaa kesani haa dachaa dachaa haa baaya,atuu 💒📖✝️❤🌻📖❤🌻✝️💔🥰📖❤📖💖🌻🌻🌻🌸🌼🌸🌼🌸🌼🌸💐💐💐💐⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌻🌻🌻🌻🌻

  • @tiguestmail329
    @tiguestmail329 2 ปีที่แล้ว +4

    Maatii Eebbifamoo waaqayyoo baraaf jireenyaa keessan haa Eebbisuu Eebbifamaa ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 2 ปีที่แล้ว +1

    Ebbiifamaa maatii waqaayyoo .solee ayyannaa isaa sif.haa dabaluu waqaayyoo

  • @mastuforjesus8567
    @mastuforjesus8567 2 ปีที่แล้ว +1

    Matii ebbaa waaqayyoo kanumaa caala dacha godhee siin haa ebbisuu soloo mukaa kakkuu ebbifamii waaqayyoo dachaa sii haa ebbisuu ebbifamii ❤❤❤❤

  • @waqayoofurmatahundaatii167
    @waqayoofurmatahundaatii167 2 ปีที่แล้ว +1

    Wwwwwwwwwwooow soliyee mucaa kaakuu jabadhuu ittii fuufii hadhoo koo siinboo qabeessaa mucaa kaakuu 📚📚📖📖🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎚️🎚️🎚️🎚️💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  • @قاقتلا
    @قاقتلا 2 ปีที่แล้ว +3

    Ammmmmmeeen Eebbiifaamaa matii waqayyoon soodatuu Eebbiifaamaa uuuuuuuufffff eee Eebiifaamii saaloo koo waqayyoo amaleee karaa siif haabanuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👌👌👌👌💖❤️💖❤️💖❤️💖❤️💖❤️💖❤️❤️💖❤️💖💖❤️❤️💖❤️💖

  • @howiikw5081
    @howiikw5081 2 ปีที่แล้ว +1

    ebiifama ebaa dacha dachaa waqayoo gofatn isiin yaa ebiisuu bara fi jirenya kesaanii ebiifama

  • @geregerc109
    @geregerc109 9 หลายเดือนก่อน +1

    ሰለሞን ቤተሰቦችህን አንተንም ጌታ ይባርካችሁ አሜን

  • @deborajesus3593
    @deborajesus3593 2 ปีที่แล้ว +1

    Busaayoo dhugaadha jabadhuu kana callati maatii keef fakkeenyaa biyyaa keef ta'i ayyaanii waqaayyoo siif gargaruu!!

  • @YeersobetBet
    @YeersobetBet 10 หลายเดือนก่อน +1

    I am ortodoks I love solom end blessed❤❤❤❤

  • @Melanie-ob3fk
    @Melanie-ob3fk 3 หลายเดือนก่อน

    Ufffffffff eebbifama dhugaa baay'ee namatti tola barnoota guddadha kun sol ammallee darbii nuuf jiraadhu ❤❤❤

  • @caaltuubaanchee8552
    @caaltuubaanchee8552 2 ปีที่แล้ว +1

    Uffu dhageffadhee osoo hin quufin xummurame kaa seenan maatii sol uffu hafaa jiraadha maatii ebbifamoo ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️sool damma afaan dammaa

  • @fikrubeyene445
    @fikrubeyene445 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifamaa,,,,mana yesuus itti gale ol adeema!

  • @genetkuwait3894
    @genetkuwait3894 2 ปีที่แล้ว +1

    Anu gaaf Tokko nama kessa arguu dhabe mukaa kuree ialalee bekka uuufff Ammayuu Waaqayyoo Ayyannasa sif haa baayeesu Solkoo

  • @mesitamiru3486
    @mesitamiru3486 2 ปีที่แล้ว

    waaqayyo isina tikisuu mucaa ajayibatii nu fii kenne iyasus ya'uulifatuu Amen bayyeen jaladhaa

  • @tsehayatomsa5913
    @tsehayatomsa5913 2 ปีที่แล้ว +6

    May Lord Jesus blesses this family 🤚 off lord Christ upon them
    Hallelujah ❤️ Amennnnnnnnn Jesus 🙏

  • @BurteeKumela
    @BurteeKumela 7 วันที่ผ่านมา

    Uuuufffff maloo wani bayye bayye garaa koo naaa nyatee dhugaa waqayoo na bochise wayyoo wayoo garaa koo naa rasani dhugaa 😢😢

  • @PeoplesTube
    @PeoplesTube 2 ปีที่แล้ว +1

    Maatii waaqayyoof hojjetu kana waaqayyo haa eebbisu.

  • @workineshfikadu8934
    @workineshfikadu8934 2 ปีที่แล้ว +1

    Ameen Ameen 🙏🙏 waqayyo SI ebbisuu dhugaa baay'ee namatti tolituu

  • @alemituterefa5113
    @alemituterefa5113 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo isiin haa ebbisu ayyaani waaqayyo isiinif haa baay,atu

  • @charayetesfaye8022
    @charayetesfaye8022 2 ปีที่แล้ว +1

    Ufeee dhugaa bayee namaati tolaa umurri dheeraa nu jiraadhaa

  • @nugusedesseejeta8880
    @nugusedesseejeta8880 2 ปีที่แล้ว +4

    Ebbifaami Ebbifaami dachaaa matti waqayyoo

  • @tube-mo2hy
    @tube-mo2hy 2 ปีที่แล้ว +6

    በአማርኛ ብሆን እገባኝ ነበር 😪😪
    ብቻ እግዚአብሔር ይባርካችው

  • @caaltuuararsa1313
    @caaltuuararsa1313 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo baraaf jireenya keessan haa ebbisu Ebbifamaa maatii waaqayyoo ebbi keessan kanuma caala dachaa yaa baayyatu Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa

  • @aniimucaayesus1577
    @aniimucaayesus1577 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow uuuuuuuuuufffffffeeeee waaqayyoo goftaan isnfi haa Ebbisuu Amma iyyuu 🙏🙏🙏😭😭😭😭😭

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile9289 2 ปีที่แล้ว +4

    Eebbii keessan dachaa yaa daddabamu ammaayyu maatii waaqayyoo Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin
    Eebbifamii Soolookoo mucaa kakuu darbii deemii, hundumti keessan Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa ✝️💕🎤🙏🙏🙏🙏

  • @tarikutesfaye447
    @tarikutesfaye447 2 ปีที่แล้ว +5

    Maal maatii akkas eebbifamaan! Ammayyuu Gooftaan isin haa eebbisu! Waan yaaddan hundatti milkaa'aa! Mul'anni keessan karaatti hin hafin! @Sol nuuf guddadhuu mul'adhu! Isa si guddise mul'isi!❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤

    • @dinkeygerma7290
      @dinkeygerma7290 2 ปีที่แล้ว

      💌❣️❣️❣️❣️❣️❣️💒💒💒💒 gooftaani isni haa eebbisu!!!!!

  • @faniandsif3401
    @faniandsif3401 2 ปีที่แล้ว +1

    Mattii jaalalaf ebbaa waaqayyo siin wajiin haa tahu ammayyu ayyani waaqayyo siniif ha bayyatu Solliiyee koo farfaana kee yoo dhageefadhu imimaan qabadhuu caxallee koo waaqayyo mana isaa keessa cimsee sihaa dhabuu kichuu koo Nama kakku

  • @shibire7870
    @shibire7870 2 ปีที่แล้ว

    Abba Akka singer soloman Argachun Ebbaa Gudaadha Maatii Addaa Uuuffff Bay'ee Issin Jaalanna Waaqayyon Ebba Addatin Issin Ha Ebbisu

  • @genetbelete9303
    @genetbelete9303 ปีที่แล้ว +1

    ስሎመን እንዴት እንዴ ምወድህ ልነግራው አልችልም ስላም ይብዛ ❤❤❤❤

  • @simboofayera3675
    @simboofayera3675 2 ปีที่แล้ว +2

    ayyaannii Waaqayyoo Dachaa isiinif haa bayyatuu

  • @eebbiseewaaqaayyoogariidha413
    @eebbiseewaaqaayyoogariidha413 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifaami eebbifaami 😭😭😭🙏🙏🙏🙏❣️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❣️🌻🌻🌻💖🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰📖📖📖📖📖📖💯💯💯👍👍👍👍

  • @tashaletariku9866
    @tashaletariku9866 ปีที่แล้ว

    Faarfataa Solomon baay'ee isa jaalanna,isa kabajna,maatii akkasitti isa guddise Gooftaan hafaa bara isaanii,kennaa isaanii dachaa dachaan haa eebbisu,umurii dheeraa haa jiraatani.

  • @danielbekuma8580
    @danielbekuma8580 ปีที่แล้ว +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤MAATII EEBBIFAMOO ISINAN JAALLADHA!!! DHUMA KEESSAN HAA BAREECHU WAAQAYYO

  • @saqxuusaqxuu2938
    @saqxuusaqxuu2938 2 ปีที่แล้ว +3

    Ebifaama dachaa waqayyoo isnii ha ebisuu

  • @burtukan952
    @burtukan952 2 ปีที่แล้ว +2

    Ebbifama waqayyoo bara keesan haa eebisu matti goftaa ❤❤❤

  • @ephremayele1
    @ephremayele1 2 ปีที่แล้ว +1

    Ilaa hammallee waaqayyo Ayyaana isaa siniif haa baay'isu

  • @FanosChali
    @FanosChali ปีที่แล้ว

    Maatii Nana ebbifama sagantan keessan Kun barumsa guddaadha dachaa isin ha ebbisu dhageefatame hin quufamu ebbifama

  • @kifilumulatu7557
    @kifilumulatu7557 2 ปีที่แล้ว +1

    Baga gammaddan maatii waaqayyoo!! Solee waaqayyo dhumakee ha bareechu!

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuuffeee waaqayyoo barakeessan haa eebbisuu
    Aabba solomon baay'een isin dinqisifadhaa 😘😘😭😭

  • @BirhaneSanbeta
    @BirhaneSanbeta 4 หลายเดือนก่อน

    Ammasilee ebiifamii kabajamii maatii biraa teesee haasahunkee nama gammachisaa umuurii isanini sif haadheresuu ❤❤❤

  • @almazamante6008
    @almazamante6008 2 ปีที่แล้ว +1

    Dhalootaa Waaqayyo nuu kaase kanaaaf Waaqayyoon haa galatuu. Jajjabeesuun hunduma keenyarraa eegama.

  • @senaa2350
    @senaa2350 2 ปีที่แล้ว +1

    Wowowow Maatii Jalalaa Nuf jiradhaa Qaliiwan Koo ❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️💓💓💓💓💓📖📖📖📚📚📚📚📚😢😢😢

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 2 ปีที่แล้ว +1

    Maatii minyaawaa kanaa ummurii dheraa nuuf jiradhaa

  • @gadisegadise3935
    @gadisegadise3935 ปีที่แล้ว +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ammeen Ammeen ebbifama Ebbifama Ebbifama galani waqayoofi haa ta'uu

  • @mosisahordofa488
    @mosisahordofa488 ปีที่แล้ว +1

    FAARFANNAA jalqabaa irra deebi'amee sin haa eebbisu gooftaan

  • @seeniitube2395
    @seeniitube2395 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuffffeeee Warroonni Gatii Baastani Maatii Salomon gidduutti Argamuu Keessaniif Waaqayyoo Guddaa Isin Haa Eebbisu Eebbifama Akkasumallee Maatii Solo Nuuf jiraadha 🥰🥰🥰
    Solo kichuuu Keenya ija Hamtuurra Nuuf Hafi Hedduu Si Jaallanna Si Kabajnaa Nuuf jiraadhu Eebbifama 💓💓💓

    • @tolesaedeto5182
      @tolesaedeto5182 2 ปีที่แล้ว +1

      Ameeeeen atis nuuf jiraadhu haadhoo keenya.

  • @kiyatube7546
    @kiyatube7546 2 ปีที่แล้ว +1

    Tolasaa, Caalaa, Saamu'eel, Tamasgeen fi kanneen maqaa keessan hin caqasamne hundi Waaqayyo bara keessan haa eebbisu, hojii gaarii hojjattan.

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo9715 2 ปีที่แล้ว +1

    Ebifamaa ebifamaa waqaayoo baraa keessaanii haa ebbisuu ebifamaa ebifamaa

  • @tarikeegamulee5528
    @tarikeegamulee5528 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuufffffffeeeee maatii eebbifamoo gooftaan isiin haa eebbiisuu eebbifama dhugaa baay'ee namatti toltuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @SaraSara-me7uk
    @SaraSara-me7uk 2 ปีที่แล้ว +1

    Waqayyoo isin haa eebbisuu maati sol eebbifama ammayuu

  • @FanousJo
    @FanousJo 10 หลายเดือนก่อน

    asasa nama utu hin ta'i kanatti waqayyoo dhageeffadhu soli darbii demii ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉haafa nuf jiradhu mati walinu

  • @waqayyoolchadhaan9209
    @waqayyoolchadhaan9209 2 ปีที่แล้ว +1

    Waqayyoo waqa irraa isani haa ebisuu Matii Ebbifamoo

  • @forfoforkakuuyesus7223
    @forfoforkakuuyesus7223 2 ปีที่แล้ว +1

    Ebbiifama matii waqayyo ammas kanaa calaa ebbiifama

  • @elishajoshua7056
    @elishajoshua7056 2 ปีที่แล้ว +3

    God bless you. I yearn visiting this family some day. I love Solomon Alemu. Waaqayoon umurii sii hadheeresuu.
    From Kenya

    • @Memememe-gm3bz
      @Memememe-gm3bz 2 ปีที่แล้ว

      ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲

  • @AB-vj9oz
    @AB-vj9oz 2 ปีที่แล้ว +7

    Inspiring testimony! Thanks

  • @atsadubuzuna1172
    @atsadubuzuna1172 2 ปีที่แล้ว +2

    Waqayyoof galanii. Ata'uu. Gatin kesaan guddaadha

  • @Alam-bg9xf
    @Alam-bg9xf 2 ปีที่แล้ว +1

    Matii ebifamoi Ebifama Waqaayoo Goftan SiiN eaebisuu Farfataa Bayee Jalanuuu Gofta Sii Haa Dhabaluu

  • @tashaletariku9866
    @tashaletariku9866 ปีที่แล้ว

    Haalleelluyyaan kan Waaqayyooti Faarfataa Solomonii fi maatii isaaf!!!!!!

  • @tamiratgirma1950
    @tamiratgirma1950 ปีที่แล้ว +1

    Matii jallatamoo waaqayyo isin haa ebbisuu

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 2 ปีที่แล้ว +1

    Maatii baayee siin jalajalltuu waqqayyoo bara jireenyaa keessan siin haa ebbisuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏

  • @misomisoo451
    @misomisoo451 2 ปีที่แล้ว +2

    Maatii ogumma qabuu ogummaanis maatiisaanii guddisaanii Ebbiifamaa🙌🤲🤲💔💔💔💔💔🌹🌹🌹

  • @pashdupashdu959
    @pashdupashdu959 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifamaa so fi matiinisaa huddumituu

  • @dejenerebuma5841
    @dejenerebuma5841 2 ปีที่แล้ว +1

    ammaa iyyuu kan irraa caalaa waaqayyoo Aayyana isaa dachaa siniif haa dabaluu
    💗💖💓💞💕💟❤❤❤❤❤❤