Maaloo gaaraa nanyaatee dhuga😢 Hin siraatu kuni wq kan bira fudhii ishee dhiisi bayyee dhuma quftee gaafa ati dhiiften itti beekama bakki kee am hom isheeti hin dhaagamu ati garuu bayyee bayyee nama jabaadha dhuga good boy ❤❤
Dhugaa dubachufi Ati namaa jabadhaa yani ani sif ibsuu yo amata Kristian Tate abbaa gabi qabadhut ishee gorisis karaa matii Kesi karaa matti ishesi fidii tesisi rakoo ati Bekine yo jirate ha dubat isaa bodee yo yadda ishee hin jijirane hikii Male AMA kanaa ishefi obsite dhisura amasi ijole kefi jedhii obsiif xiqoshee atis WAQAYYOO kadhadhu obolesa ko ishefis waqayo qalibii ishee ha jijiru
Ishee baasiti kan biraa fuudhi obbolessako ati nama gaarii waaqayyo sodaatudha osoo dhiira akkaketi nama kenne ishen siduukaa nama biraa qabdi yoona😢😢😢
Kessaa ko koti dubattem maloo uuuuuufff anileen senichaa xumuree ofiraa ka ee ta ee wan bayye yadaa turee Abba senaa kanaf micayyon dhiyoo kanaa senaa dabarfatee Abba manaa gari sagagaluman irra adda batee amma gabi wan gotuu dhabdee sun bayye na dinqem namni jarsaa gari dhabe waqatti bo.aa olaa kun Kan argatee kununfachuu dadhabee waqatti ol finca.aa olaa hin rakkanee ya hiree ilmaa
Ajibaa woti mana ba i Ji aa tokkof akka milaa bakaraa waree yo yo si bilbilte hadha mana lamafa fudhe jedhi malif yo jette ati malqa malee wani na barabanef malqaa sifanii ergaa jedhe 😊
Dhugaa Rabbii dubachufi dhiirri yero kana hamma kana namafi obsa jeechuni wan yaada miitti Aatti nama jabadha bulti kee diigii naman hin jeedhamu gonkumayuu jalala siifi hinqabadu kanafi Akekachisini yoosini diidee kabirafudhii
Hati mana ke sin kan siti manxante jirutu biri kefi qabenya kefi ishen baketi nama qabdi kanaf obbolesa ishe akkasi gorsile itti hin senu irra adda bahi nama sif ta'u fudhi jedha Ani ati nama jabadha hama kana kan obsitefi kuns Jira nama jechisaa obsi akkana
Ya jaranaa kun dhiraa gari dhabet bo aa kun dhirsaa gari argatee jirenyaa gari akka itti jiratuu dhabaan.hayi biyya lafaa kanaa ya obbolechaa senaa kanaa baresitee an bayye si aja.ibsifadhaa baraa kanaa kan hadhaa manaa qabu irrattti barabachaa badhee kecha zoree sagaagala atti hadhaa manaa ke walin bifaa kanaa of egde waqayyon sodatee jirachun ke oddu hadhaa manaa qabduu wagaa 3 of qabee jirachu ke dhugaa bayye nama diniqisisaa akka obboletti keti wanti si jedhuu hanagaa sif danda.amee iftominaa techisi itti himi namaa itti dhiyatus itti ergi ha gorsanni ishin sirawuu dinaan gayilaa karaa biraa dhabadhu bodaa miri ke garaa wan biratti si gessa wan ta ef gorsaa koti galatommi
ani kani jedhu yo wani ani barbaddu naffi hin gunne tattee waraqa kee siffi kene ykn si hikke tani birra fudhe jirenya kiyya itti fuffa jedhii sodachisi yo kani diddu ta,e demii fudhii abbo malli hin dutta ree 😢😢😢😢❤
Malloo yaa waqayyoo namani akksi in jiraa lafaa Kan irraa oblessaa koo dubarti takaa jechaa kee bira daabartee siti dubanani rakkoo koodha Kan jechaa kee egidi olii jette sin ilalee fudhi Kan manaa ishee qabatu Kan abbaa manaa ishee kunufatuu
Seena kee hedduu gara nama nyaata ati dhiira jabaadha garuu kana hundaa obsu hin qabdu mati keetif maati isi waami mariachisi haa gorsan yoo isin dide harkan dhahi rifachisi dalagoo isilee haa dhabduu yeroodhaaf lali
Isheen dhugumatti dhiira biraa waliin hariiroo waan qabduf gaa'ela isheef kabaja dhorkate kanaafuu yeroo isheen baatus ta'e bakka hojii demtu hordofi dhugaa jiru bari yo ofiif hojin si dhorkele nama biraa qarshiin hordofsisi amma kana obsite waliin jiraachun kee fuula rabbi duratti siif lakka'ama ,dubarti oggeeti fi hubatu kan abbaa warra ishee kabaju waaqatu nama laata garuu rabbin kadhadhu ishemo hordofi dhugaa jiru baru qabda ❤
Tuni gafi takkaa malee dhiraa biraa didaa keessaa qabdii hordofii yoo moo irratii hin arginee akkaa jartii naa wojii jiradhuu yokini si hikaa jedhi ofiraa arihi ijolee hin gudatii❤
ati nama addaati dhugaa rabbii akkuma ati waaqayyoon kabajje waaqayyoo si haa kabaju 🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifami waqayyoon kadhaadhu hojii dinati 😢dhirii akkaake haa baaya'atuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qophiinkee waa heedduu nubarasiisaa jira jabaadhuu
☕
Dhiiri akkasis jira yaa rabbi ❤❤❤
isheen dhiira biraa waliin qunnamtii godha waan jirtuuf yoo ishee dhiiftee dubartii biraa fuute irra sif wayyaadha.
Tunii gaafii maalee dhiraa bira bartee atii nama gaaridhaa waaqayyoon akkanumatii hagaa xumuraa siyaa tursisuuu🙏🥰
Gariin dhirsa dhaba gariin nitti dhaba jedhu mitiiree dhugaa dubbachuuf ati nama gaariidha isheetu sidhaba malee atti ishee hin dhabne waaqayyoo siif nama gaarii siif malu kan akka kee waaqayyoon sodaatu siif laata 🙏garuu ishee sirritti horddofi nama birra qabaachu dandeessi. Osoo ishiin hin beekin nama dukaa kaa'ii yoo humttu hin jiru ta'eef immoo rakkoo fayyaa qabaachuu waan dandeessuf amma siif danda'ame yaalchisi ykn mana amantaa geessi. Ammallee waaqayyoo nama akka keetti nuf haa baay'iisu 🙏
Maaloo gaaraa nanyaatee dhuga😢
Hin siraatu kuni wq kan bira fudhii ishee dhiisi bayyee dhuma quftee gaafa ati dhiiften itti beekama bakki kee am hom isheeti hin dhaagamu ati garuu bayyee bayyee nama jabaadha dhuga good boy ❤❤
Omg Kun Sena ajibati ati dhugumati gota namati dhuga sin jedha
Elamee Nama suta itii bitii hordofsisii biblaa ishee. Sutaa fattashiii. Gafaa badii ishee qabataman irra gesee Garan kee ofimaa irra Sii citaa. Ishen Amma wan itii dhagahuumuu hin jiruuu Gafaa sirra addan batee galafiii. Dubartii silayuu qufaa fi kununsaa addan hin jallatanii. Kun kennadhuma Dubartii quftutii wan mi.fffatee jirtii bakkaraa Kan f kabajaa sif dhabedee. Ofii hin Tuffachinsin Kan bodaa abba of marra jetee boftii jedhii eshiiii
Kadhaadhuu obboleesakoo hojii dinaati kuunni amayuu cimi dhaabadhuu gonfon isadhuumaa irraattii fudhaata ❤❤❤
Dhugaa dubachufi Ati namaa jabadhaa yani ani sif ibsuu yo amata Kristian Tate abbaa gabi qabadhut ishee gorisis karaa matii Kesi karaa matti ishesi fidii tesisi rakoo ati Bekine yo jirate ha dubat isaa bodee yo yadda ishee hin jijirane hikii Male AMA kanaa ishefi obsite dhisura amasi ijole kefi jedhii obsiif xiqoshee atis WAQAYYOO kadhadhu obolesa ko ishefis waqayo qalibii ishee ha jijiru
Malii obsaa jiruun du amoo kanaa calaa
Isiin kan biraa shakashataa jirti isani du,I jetta .o
Jirenyi obsa jiratan kana miti want ishin si godha jirtu wagga 3 akkamitin akka ati dandese obsite gafi nat ta'e 😢😢😢
Waaqayyoon lapheeshee haa deebisuufi tsabalaa kana
Ati dhiiraa garidha cimaa namati shamaran kaamiyuu siifedhu isheen garuu dhiiraa biiraa walin jirachu dandeesi kanaf sii walin saalqunamiti hin rawatuu dhoqsadhan hordof irraa gahu dandesa
Atii Nama waaqa sodaatu waantaatef sexanni Gammachuke ballessuf kara hadha warraketi siigadajiraa waanta'ef Afurri haaman Kadhatan mo'amati Ariifatte Hadha ijoolleketii dhiisuke hin waayyuti Guyyaa 3 f Soomi waaqayyoon kadhadhu waqayyoo Bakkatijaallattettisiif debisaa.Atiinama jabadha.waaqayyo kan Jallate siifaa sirressu jabadhu.
Yaa rabbii garaa mana amatati fudhat demutu fumatadh waqayyoo is haa qajechu
Ati anama jabaadha garuu obsi daangaa qabaa waan kanaduubaa bu’ii hordofi dubartiin barakanaa hin amanamtuu .yoo waanbiraa duubasheetii dhabdemmo gattaa’ii ifaafibilisaan hasofsiisi gorfadhu yooshee airraa’uu diddde bara dhalaan gutte kana waa isheegabbartuuf hinqabdu hiree biraa barbaaddadhu!
Ati nama aja'ibati dhugaa ❤❤❤
Gamee malif nura turte garu😢😢😢😢😢
Inii wanii hawasaa fi tahuu fi hin tanee wanii beku kessaa muree dhisee irraa lalalnii❤❤
Ishee baasiti kan biraa fuudhi obbolessako ati nama gaarii waaqayyo sodaatudha osoo dhiira akkaketi nama kenne ishen siduukaa nama biraa qabdi yoona😢😢😢
Ayi addunyaa kanaa! Wal jala darba jireenyi kunis yeroo baayyee, ykn immoo addunyaadhumti kun namoota sirriif hin ta'u, dubartoonni tokko tokko maatii bareedaa keessatti dhalatanii bu'aa ba'ii jireenya utuu hin argin abbaa manaa waaqayyoon sodaatu, yaadaan nama guddaa maatii irraa dhalateef bultii isaaf kan yaadu argatanii quufa dadhabu, waaqayyo isa haala hundumaa wal qixxeesseef illee gaddisiisu!
Dubartoonni tokko tokko immoo gaafuma dhalatanii ofi baran jireenyi dugda itti garagalchiti, dubartoonni akkasii ijoollummaadhaa kaasanii ofii jaraatiif ofitti gaafatamummaa fudhatanii waan ofi guddisaniif bultii yoo dhaabbatan akkamittin haadha manaa ogeettii mana ishee, abbaa warraa isheef ijoollee isheetiif ta'uu akka dandeessu haalaan kan beektuf rakkinni kan waan hundumaa leenjiseenidha, garuu dubartoonni akkasii tasuma dhiira gaarii utubaa mana isaa ta'uu danda'uuf waaqayyoon sodaatu hin argatan!(Seenaa kana gaafan dhaggeeffadhu waanin callisee yaadee na dhibeefan)
Ani yaada dheera siif laachuu hin danda'u garuu waggaa hanga kana hunda isa iyyuu dhiira taatee miira kee qabdee amanamtee turuu keetiif utuun sin raajeffatin darbuu hin barbaadu!
Waaqayyo inni ati sodaattee ofi qabde bultii kee karaadhuma fedha isaa ta'een siif haa sirreessu!
Kessaa ko koti dubattem maloo uuuuuufff anileen senichaa xumuree ofiraa ka ee ta ee wan bayye yadaa turee Abba senaa kanaf micayyon dhiyoo kanaa senaa dabarfatee Abba manaa gari sagagaluman irra adda batee amma gabi wan gotuu dhabdee sun bayye na dinqem namni jarsaa gari dhabe waqatti bo.aa olaa kun Kan argatee kununfachuu dadhabee waqatti ol finca.aa olaa hin rakkanee ya hiree ilmaa
obboleeyan akkam nagumaa jirtuu
Nagaa galataa waqayyoo❤
@@ሀናየጌታልጅ🥰😊
Obboleessa koo mee hordofuu maal akka isheen gotuu addan bafadhuu jalaqabaa ati garuu nama cimadhaa amaleen rabii jirenyaa kee hafee si haa milkessuu
Waaqayyoo ogumaa fi hubbaan isaa namatii hin hirisiin obbolesaa koo atii cimaa namatii waaqayyoo hadhaa manaa ketii haa araramuuu dhugaa
ishinee.gafaa mana batuu hordofiini Mala akishenee gotuu ilalaii👍
Yaa Rabbii koo malumaa dhageenyaa kunis jirra eddaa 😢😢Obsii Obboleessakoo Waaqayyoo kadhadhuu ati guyyaa isheen itti gabiitee dhiifama si gaafatuu hin argiitaa waaqayyoo qaalbii ishee haa baanuf🥺
Namni akasisi jiraa lakaa . Ati nama aja'ibatii
Arii kan birraa fuudhii yaa gubaatu ijoolee kee irraa fudhuu guddufadhuu dhirraa akka keetii nuuf haa baayyisu 🥰🥰🥰🥰🥰
dhiraa akanaa rabii nufii haa bayisuu garuu hadhaa manaa kelee rakoo harakaa namaa tayuu dadayaa obosaa gudaa qadaa rabii wanii tayuu sifii haa latuu namaa dhibaa 😢😢😢😢
Mee amantama kee jirtanitti jabadha wali galati kadhadhaa😢🙌🥹🤍🤍
Seenaa bayee nama gadisisaa ani garuu hiikii jedha yoo ofi sisrete imoo waali jiraadhu maati nafi ta'a oromoo kiyyaa ❤
ijolee keefii rakodha malee akka isheen sii hinaaftee sitii deebituuf dubartii biraa fidii argisiisii
Hikii natu siti eruma ❤❤❤😮😮😊
Ajibaa woti mana ba i Ji aa tokkof akka milaa bakaraa waree yo yo si bilbilte hadha mana lamafa fudhe jedhi malif yo jette ati malqa malee wani na barabanef malqaa sifanii ergaa jedhe 😊
Obbolsaa koo atii namaa bayee cimadhaa waqayoo bakaa yadee sii Haa garuu garuu atii manaa kee sifii tatuu eshii dhisii kanii biraa fudhii jirenyaa akanaa jiratinii waqayoo kaa garaa ketii sifii yaa yaduu jabadhuu ❤❤❤❤
yaa waqaayyookoo waan akkaasis ni jiraa silaa ya obooleesaakoo duraa rakoo ishii namaa waamiiti gafaachisi malee waggaa hamaa kaan osbitee waan ta ,eef duraa rakoo is ii gafaachisi yoo dideemoo namaa birraa barteeti
Dubarti rabii sodatuu sifii hakanuu ❤❤❤❤❤
Uuuuufffff edaa dubin akanas jiraa dhugaa dubachuf bakkaa isaa busanii yoo madalan baayyee cimaa eddaa bultii ijaratanii ijoollee horatanii garuu walii galteen yoo jidudha bade oson bultii ijarachu badhe jedhanii nii gabuu yaa rabii annii kabajmtudha duartii dubartumaa ofii bektudha bultii ijarachu diden biiyaa bahe jalale wanta jedhamu horadhes horachufis hin tahu mata ko off danade dhirii kabaja namuma ko jalate naa fudhe wagota mursan boda qophidha garuu bultii keessaa yon galee yoo inni amanamuma qabchu bate malan godha jedhen sidacha jiraa yaa rabii dhiraa amanamuma akka qabu naaf keenii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏obolleesaa koo abashir jalaqaba aga dhumaa dogogora hin qabduu yadumaa waliin bultii ijaratan malee gatii kee fi itti gafatamuma fi maluma dirqama hadha wara bahachun ishe walalumadha rabii siif yaa siresuu ykn rabii wan garii siif yaa murtesuu attii amala kee warqii kana hin gatiin wan facafatan. Amatu jredhe oromoo gaddii techisii siritii itti imii yoo dide xifi itti cucufii gotaa jalalatii attii abba ijoollee 3😭😭😭😭💔💔💔🙏🙏🙏🙏
Dhugaa Rabbii dubachufi dhiirri yero kana hamma kana namafi obsa jeechuni wan yaada miitti Aatti nama jabadha bulti kee diigii naman hin jeedhamu gonkumayuu jalala siifi hinqabadu kanafi Akekachisini yoosini diidee kabirafudhii
obboleessa koo isheen nama biraa qabdii maale goonkuma dubartiin abba mana ishee dhistee waggaa 3mitti jia'a 1 iyyuu turuun iyyuu hin yaadamuu. Garuu dursaa asoofsiisi gaa'ela diguun akka afaanin asa'amu kana mittii 😢 jaalalli danda'a dha garuu nama gaatti jaalala hin beknee danda'un bayyee ulfataa
Ayii carraa dhalaa akka qaneetu dhiira gaari argata rabbin siihaa milkeesu
Waaqayyoo obsaa sifahaa kennuu kuun faardamtuudha dhugaa
Obbolesaa koo duraa gorsii maatii isheti hiriyotaa ishetis himii ofi kee yeroo ishen mana batuu dubaan hordofii akka amantaa keesaaniti moo waldaa demaa kun hojii sexanaati waqaayoo isiniraa haa ifatuu jabadhuu ati na jabadhaa 🙏
Dhugaa atii nama gardha waqayyoo dhugaa kee hin gating ishiin dhiraa bira qabdii
Reenfa firaa sagal garagalchu jedhama mitiiree, Maatii isheef keetis itti waamii rakkinashee gaafadhu . Hanqinoota gidduu keessan jirus baasii sababa isaa gaafadhuun. Deebii isheerra dhaabbatte murteessuf sin rakkisu.
Dubaan garuu nama kan biraa qabdii malee kun akkasumaan jedhee hin yaaduu anii akka kooti
Akka ilaalcha kiyyatti intalli dhiraa biraa qabdu si kan sibiraa jirattuf jalala kee osoo hin taanee mallaqaaf kana booda waan sirrooftu hin qabdu hunda dursaa maatii ishiitin gayii waa,ee ishii tokko laman itti kana caalaa obsitee akka woliin jiraachuu hin dandenne itti himi ijolle yoo tate ni guddatti duraas yoo tahe itti gafatamumman isiin ijoole ofitif qabu waan jiru natti hin fakkatu
Waaqayyo sammuti ishee haa deebisuu dhugaa bayyee nama gadisiisaa tokko jireenyaa dhaba tokko immo itti jiraachuu waalala atii garuu yoo darbitee fuute iyyu cubbu sitti hin ta'uu obboleessa koo isheetu baleessa qaba wan ta'eef😢😢
Midhaaginaa isaa kamif mana tessiree gadii haryadhuukaa 😂😂
Ati nama garii dha ammala ke hin dhisiin ❤❤ishe hikii fudhi garra biraa
Gorsi Yoo ishiin gorsaan didde hiikiitii nama gaarii barbaaddadhuu fuudhi
Baga nagaan nuf dhuftee gamee
Obboleessa ko sumatu rakkoo qaba dubartii baalagee akkanaa haadha manaan qaba jettee wojiin jiraattaa mormasii qabii gad darbii wontii ati balleessitee baalagee akkanaa wojiin jiraachuudha yoo dhirummaa Kee ofitt amntee hikiin dubartii xurii akkanaa kabaja bultii hin qabnef obsii hin barbaachisuu dhugaa baayyee nama aarssaa 😢
Bagaa nagaan dhuftee sanyii koo ❤❤❤❤❤
Nagaani siifii yaa ta'uu ilaa tokkofaa towadhuu . Lammafaa akka ammalaa ishee akkaa siireessiitufii irryootaa ishee walin gadii ta'aattii ykn wamiittii gadii techissii irratii maridha duraa garuuu akkaa isheen dhirootaa biroo biraa hin genyee tolfadhu towachiissii.
ijoollee oromoo koo ❤❤
dubaa ishee qoraadhuu kunii bay'ee ulfaata dhugaa
Mana kadhata gesii ❤
Gammee akkam nagaha keeti dhihoo kana maalif badde maaltu si mudate?
Yanii anii sii qabuu akaa dhufaa kotii 1ffaa olmaa ishii hordofii maltuu aka dubaa ishii jiraa 2ffaaa matiii lamanuu wolii biratii fidii rakoo ishii gafadhuu yoo kophaa ishitii rokoo ishii sii ibsuu batee qormataa biraa keessaa utuu hin galinii waaqayyoo ishii haa qajelachuu
Yoo ofiikeef amantaa qabatee ykn kiristanaa tatee abbaa gabii bukee gesitii haa gorsaanii dhugaa atii bayee obsaa qabdaa
Rabin sifaa Lafisuu male Hati woraa mana kesaa jalanan jirenyaa maltuu tollaa
Hiki kan biraa fudhi isituu si dhaba malee sihi miti
Hati mana ke sin kan siti manxante jirutu biri kefi qabenya kefi ishen baketi nama qabdi kanaf obbolesa ishe akkasi gorsile itti hin senu irra adda bahi nama sif ta'u fudhi jedha Ani ati nama jabadha hama kana kan obsitefi kuns Jira nama jechisaa obsi akkana
Rabbi haa qajelchuu yo dide mo anii jiraa naa deebisi😢
😮😅😅😅
Uuuuuuuufff 😭 bayyee ulfaata
Dubarti akasi kabalatin dhahani lafa busudha dhuga rabi Kan bira fudhi
Matii isii waamii biratiii gafadhu Rakoosi ishee
Ya jaranaa kun dhiraa gari dhabet bo aa kun dhirsaa gari argatee jirenyaa gari akka itti jiratuu dhabaan.hayi biyya lafaa kanaa ya obbolechaa senaa kanaa baresitee an bayye si aja.ibsifadhaa baraa kanaa kan hadhaa manaa qabu irrattti barabachaa badhee kecha zoree sagaagala atti hadhaa manaa ke walin bifaa kanaa of egde waqayyon sodatee jirachun ke oddu hadhaa manaa qabduu wagaa 3 of qabee jirachu ke dhugaa bayye nama diniqisisaa akka obboletti keti wanti si jedhuu hanagaa sif danda.amee iftominaa techisi itti himi namaa itti dhiyatus itti ergi ha gorsanni ishin sirawuu dinaan gayilaa karaa biraa dhabadhu bodaa miri ke garaa wan biratti si gessa wan ta ef gorsaa koti galatommi
Gamme malif badee maloo waly susii natii ta'e 😢
ani kani jedhu yo wani ani barbaddu naffi hin gunne tattee waraqa kee siffi kene ykn si hikke tani birra fudhe jirenya kiyya itti fuffa jedhii sodachisi yo kani diddu ta,e demii fudhii abbo malli hin dutta ree 😢😢😢😢❤
Are offii ni shaqalati Tun damaqi koodee
😢😢😢 ayii maali dubartin akkan? Ati dhugumatti nama ajaa'ibatti garuu akka isin wal gallu dadhabadn maati isiti himi gorsani
Brother attii lubbuu ni jirta garuu
Ani gamaa kotiin oso iktee garidhan jedhaa 😢
Yaa Waaqa koo nu basii Dubarttii Akkaas icci Ofirraa Basii bro
Malloo yaa waqayyoo namani akksi in jiraa lafaa Kan irraa oblessaa koo dubarti takaa jechaa kee bira daabartee siti dubanani rakkoo koodha Kan jechaa kee egidi olii jette sin ilalee fudhi Kan manaa ishee qabatu Kan abbaa manaa ishee kunufatuu
Umaataa isi mafi lakkosaa gamee na kenna jedhee isin kadhadhee dhabdee Oromoo naa garagaraa maloo
Uuuuyii gaari miti kuun itti himii fudhii jarti biraa
Nama biraa walin jalala jalqabide kun wantaa bekamadha
Isheen nama biraa jaalatee jirtii kanaaf is in barbaduu garuu dursii ordofii waan undaa hubadhuu gafadhuu akka walin gabbisisneti murtesii dhisii nama gadisisaa😢
Hikii kan biraa fidhii ijoolee kee moo guddisii 😢😢
OMG bayyee ulfataa dhugaa waqayoo 😢
Akka ammantaa keeesanitii isin lachuu jabeessaa kadhadhaa
Kunii gababumatii hojii sexanatii!
Tarii Jaalalee birasi qabachuu dandesii Kaanafuu kalatii garagaran hordoofii godhii 👌
Dhuga jetee
Dhugaa bayee nama garidhaa dubartin qufaa hin dandasuu waqayoo obsa si kenuu ijolee kee nama gadisisaa mali sijedhuu murtesu nama dhibaa🤔
Kunii senaa ajabibatiidhugaa❤
Basii kana ofirraa qorqoduu kana😢
Rabbi sii haa lafisu 😢
Seena kee hedduu gara nama nyaata ati dhiira jabaadha garuu kana hundaa obsu hin qabdu mati keetif maati isi waami mariachisi haa gorsan yoo isin dide harkan dhahi rifachisi dalagoo isilee haa dhabduu yeroodhaaf lali
Firota ishetti imadhu ijolle keef jedhi obsi mati kee hin bittinsin ati nama jabadha abba ketinis mari,adhu waqayyonis kadhadhu
Sii irati fudhaa jedhin alasi sirati dubarti kana sodati😂😂😂😂
Obboleessa keenya haati manaa kee nama biroo/hiriyyaa dhiiraa qabaachuu dandeessi shakkamtuudha jala dalagii karaa garagaraan qoradhu irraa adda bahi
Kun hirriyyaa jalala bakkeedha qabdii kan isheen wajiin jiraatu si kan jalatu sababa birriketi
Ati nama cimadha obboolleesa koo hadha takka jala kudhan jedhu obboolle hikkii kan qabeeye kee jalatu oso hin tane kan sii jalatu fidhi
Waqayyon kadhadhuu
Namaa biraa qabdii hikii
Mashalla fudhii
Nama bira qabdi isheen hordoofii ati moo gaa'ela keessa osoo jirtu sagagalu manaa bultii bira dhabadhu
Warri gaa'ela hin dhabiin garuu dubartii nama dura jaalatte dhiiste sin sardakaa gaarii irraa waan jirtaanif gara keessanii dhufte wajjin bultii hin dhabbina dubartii sirrii dhiiri isheen jaalattu kutaa 12 mitii 2yyuu osoo baraate isaa dhiiste garaa kee hin dhuftu durayyuu dubartii hin taane akka taate as irraa baruu in dandeessaa