ebifami malakamu muca kaku malikini nama adada akuma tae yani namasi aduma ada obolesa kenya namini wani jedhe yajedhu ati waqayo ke gara gau yadi mali waqayo kenyafi yo shubisine inu nufi jedheti namasesa nufu kene jabadhu waqayo siya ebisu barake uduma yamuca kaku
uuuuuffffeeee Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii malkamuu mucaa kakuu dachaa dachaa dirribi 😍😍😍😍☝☝☝☝☝
jechaa nama hin dhaga'in jechaa nama dhaga'un karratti nama hambisaa
warri yaada hin tanee qabattanii comment gottan dhisaa durrusaa hubadhaa of bekuun unuu barbachiissaa
yaada kessaan jijirradhaa sirribatti maltuu firromsee akka isinitti tollee waaqayyoon gamachiissa isaafis gallaattaa galchaa hin jedhuu sagaallen waaqayyoo
oboleesa kenyaa dachaa dachaa ayyaani si haa baayatuu jaalali isa kana qixee hin qabine hin jiruu kana akka yesus ameeee.en ameeee.en 🙌🙌🙌
Waaqayyoo barakee haa Eebbisuu malkeekoo hojjii waaqayyoon gammachisuu waan hojjeteef..
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamii nama waqayyoo eye kan isaatuu nuuf galee haleluyaaa maqa yesusin ebii daga qabanee siratii haa robbuu waqayyoo farfachuun kenyaa soraa lubbuu kenyadhaa
Wooow malkke faarfannaa baayye namatti toludha dhugaa waaqayyo si haa ebbisu ammayyu daddabalee, baayye mmo bareeddu jabaadhaa....
ameeeeeen Gooftaan si haa eebbisu yaadiloo fi faaruun baay'ee namatti tolu garuu haalli sochii fi shubbisa keessanii aadaa ibsa isarrammoo utuu faaruu faarsitun wal fakkaatanii namoota baay'eetu ittiin fayyaa dhugaa
warroonni immoo rifeensa keessaan firizii gootan kun utuu waan macaafni jedhu yaadatanii maal qaba maaloo
Eebbifami Nama Waaqayyoo Aadaa keenyaa Maalalchiisaadha Eebbifami
Ameen ameen addaan keenyaa fi amanatan keenyaa waaliifakata malee shubbisaa mit .....waarii shuubbisa fakkata jetan ....eebbifaamii malakamuu ....
Ameen Ameen Ameen Eebbifama ijoolle waaqayyoo dachaa dachaa bari keessan maqaa yesusin haa eebifamuu
Waaqayyo kana caalaa dachaa godhee isin haa eebbisu! Ameen
Ebbifama gudda farfanna keessan namatti tola garu sochi keessan sirresaa maalifu waan hundanu adda ta'u qabna
Ameeeen Waaqayyo keessa nama fi laphee namati laala malee gubba nama miti ebbifama gooftaan sin haa ebbisu
fudhu galaata fudhu galaata fudhu Ameeeeeen
Sara Rigty jechii kee siriidhaa waaqayyo saheebisuu namaa waqayoo jaabadhuuuuuuuuuu yesus umnaasaa sif,akeenuuu ameeeeeeen
Maloo malifii farfanaa adda kutee dhugaa waqayyoo bayyee sii barbadee sii dhabee debiyii mee akka isaa duritii ❤❤❤❤❤❤
ebbiffaaami malkee ayyani waaqayyoo kan caalaa siif baayyatu haadhoo kooo
dhugadhaa Ani Argee raa batetaa baa koo batee ta Amen Ameni Ameni malke waqayoo isini haa ebisuu Thankyou Jesus kibir laa getaa hihu Ameni Ameni
malke Waqayoo sii haa ebisuu dadabalee........warii wa.ee ufanaa kijiibdanita .aa gadii Afuraafi dhugaa dhani kanin waqefachisu Eshi wari yeroo ini waqefachisu hirmatani bektuu Malke Ayanaa isaa sii iraati haa dadabaluu Ameni Ameni Ameni Ameni Ameni
Woo 🙌 Ameeeeeeeen Waqayyoo isiin haa ebbisuu ijoollee waqayyoo yesus 🙌 🙏 🙏 🙏 🙏 yesus koo galatomii
Uuuffeeee ebbiffama bayyee namatti tolaa dhugaa warrii uffata jetaanimoo kun kan sirbaa miti kan addaa ofitti malee odduu mana kayyoo ofiraa namaan debisuu ebbiffama isiin ijjollen waqayyoo wwwwww malkiyeeeeeee
Ameen Amen Ani argeeraa guddumaa Kee👏👏 Auushuuu yesus
Ameen Ameen Ameen eebifama kabajaamoo fi jaalattamoo ijoollee waaqayyo gooftaan kanuman caalaa ayyaana sinniif ha dabaalluuuuuuu
Thankyou Jesus isgaber yaa masganee hiihuni baxami yaa mirachu hulachu Amen Ameni Ameni
Uuuuuuuuffffff ayyanni waqqayyoo issini haa dabalu ebbifama
Ammeeeeeeeeeeen ebbifamii gooftaan ayyanaa saa dabalee dabalee siif haa baay'isuu
Uuuffee ammeen faarfaannaa kanaa dhaageeffaadheee quufuu dadhaabee waqayyoo isiin haa ebisuuu ijoollee gooftaa
Amen amen waaqayyoo goftan Bara jirenya kee yaa ebbisuu
amen ebifamii oboleesa kenyaa ASEFA wakijiraa dachan ebifamii jabadhu waqayyoo jiraa
Ameen Ameen daberakarake
Ameeeeen dachaa dachaa eebbifama waaqayyoo baraaf jireenya keessan haa eebbisuu ijoollee waaqayyoo
ebiifamii atii yaanama waqayoo hinaftuun yoomiiyuutanan hiru namaa lakahu malee gutu dubachuun itii hin baree Dawiti qulaasayu hin salfaneef waqayoodhaf shubiisa enyutu wara sirbaniif kenee??,jabadhu atii yaanama kaku malkau waqayoo sifanaa jiratii
Ebifaama farfatotaa keenyan bay'ee namaa hawataa.warri adaa ibsaa jetanni hin ilalinaatolee:kan harree hin qabnetuu fardaa namaa tuffataa jedhaa oromoonn yoo mamakuu.
Halaa itiin waqeesuu keessan sireesaa
Ebbifamii malakiiyee goftan saaeebiisuu kan farfatmuu sagalee waqqayyootiii 👍🎹🎤🎤
Ameen Ameen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeennn Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffffffffffffffffffff Ebifama
kalleessa sittuu turee borriis sittuu jiraattaa malee kun sirriidhuummaa ameen ebbiisiif haa dabaalammuu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Malke Waan hundaa duraa ebifammii. Namnni akkumma bifa isaa yaada garagaraa qaba Waan ta'eef fedhii nama hundaa eegun ni ni ulfaata haa ta'uu malee clip kana keessatti Waan baay'eetuu nama gammachisa .Amantin ,aadaan,ittin ibsamee jira kun dogogoraa kan jedhu yoo jiratee uf haa ilaaluu eenyumsaa.Atimmoo ammalee gargaarsa waqqayyootin hojii itti fufaa kan kana fakkatuuf caaluu qabadhuu.
Ameeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeen❤❤❤❤❤❤❤Ebbiifamii gudaa
weedduuf sagalee jajanna yesuusiif........
maafaan Afaan qaphaa
danuu odoon qabuu waantoota dubbata barrii sodaa darbaa jechu ke dhaga'ee an sin har'aas goota...
Woow dhugaa dhaggeffadhee quufun dadhaabe (dhugumaan guddummaakee ofirratti arge gooftaakoo ulfaadhu fudhu Galata abbaakoo) iiiiiiilllllll
Ameeeeeeeen Aleluuyyaaaa baayyee baayyee eebbifamaa Ijoollee Gooftaa! uuuuuuuuuuuufff dhageeffadhee quufuu dadhabe!!!
AMEEN galaanni waaqayyof haata'u ebbifamaa dachaan
fudhuu ililee fudhuu wwwwwooo ebifama
Waan bareedaa hojjechaa jirtu cimsaa itti fufaa.
Ameeeeen waqaayyoo siha ebisu itti fufi nama kakuu dhaltu motumaa waqaayyoo ta.i
Aberash
👍👍👍👍👍👍👍👍☎️
uuuuuuuufffeee galata kee yesus eebbifaamaa❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifaamaaa dachaa dachaa
Warri sirba jettanni osoo sirbaa ta'ees gooftaf sirbamee malee akka warra kaani foonif sirbamee miti hamilee nama buusuf hin yaalina waqqayyoo warraa kansaa ta'aan ni beekaa malummaa isani jijiruu ykn qannessuf hin yaalina
#wow it is amazing sing God bless you more previously!!!
Ebifamii mucaa kakuu📖📖📖📖📖🙏🙏🙏
aadaa.kamise.beye.namatii.oltuu💟💞
Eebbifami Malkee!!
Ameen Ameen Ameen An argeraa gudumakee Ebbifaama dacha
Gooftan koo si yaa eebbisu! Nama Waaqayyoo
Ameen Ameen Ameen fudhugalata fudhu iliili fudhu Ameen
ameen ameen ameen ameen ameen daarbi deemi baara baarani!!!!
wawwwwoo goftaan si'aa ebbissuu abbifamaa llllliiiiiillllliiii
M /waqayo sii ebbisuu Ameeeeeeen mucaa kaakuu darbii demii tufun sin dhahiin
darbera ameen elelelelelele waqayyoo goftan sa ebisu
ameeeeeeeen galatan sif fide yesu namati tola malkee ebifami
Ameen Ameen Eebbifamaa Sabaa kakuu
uuuffffeee hashu halhuya ammmmmmmen tebarrrku
wow Ameeeen Ebbifama Dacha Dacha
Ameen Ameen gooftaako galatake ...!!!
dachaa dachaa ebbifam
ayanichii sirrat ha afuu!
Darbeeraa maqaa waqqaayyootin Ameeeeeeen Haleeluya
Ebbifami Biro 😍😍
AmmmmeeennnAmmmeennn ebbifami muca kakuu ammeennn
amen amen ebifamii ebifamii oboleesa kenyaa dachan dachan ayyanasa sif habayatu
waahoo maalkii waqayoo dibataa isaa sii siraati haa daabalu Biqilee beruti iraa Thankyou Jesus
+Mobile Plus Maaloo uffatichi fi maa ibsa Iyyesuus dannasaa jedhemoo ??Hunda keenya nuhaa qajeelchu Ameeeeeeeeen n
+Mobile Plus uffatinni, Mataaan, daansin maal ibsa?? Sagalee Waaqayyoo Qofaaf Garuu Ameen
Ebifami.
ebbifama garu sochifi rifensa keessaan sirefadha dhalooni duba keessan dhufan. wanta gari akka sinira barataniti
Ebbifamii galnnii rabiif haa gutuu
May god bless you!!!!
Waaaw eebbifami malkeee
Ameeeeeeeeeeeeen haleluyyaa yesus galanni haata'u
Yesuus ko Ifaa koti yaa firaakoo yaa goftaako
ebifami malakamu muca kaku malikini nama adada akuma tae yani namasi aduma ada obolesa kenya namini wani jedhe yajedhu ati waqayo ke gara gau yadi mali waqayo kenyafi yo shubisine inu nufi jedheti namasesa nufu kene jabadhu waqayo siya ebisu barake uduma yamuca kaku
Ammmen ebbifami 🙋🙋🙋🙋🙋
AmenAmenAmenAmenAmen,Wawawa,Tebareku,amenAmenAmenAmenAmen
Eebbifamaa dachaa dachaan
Anii argeraa gudumaa kee malkamuu akka farfanaa haran akka debituu abdii qabaa
I love you bro❤
My dear
Sila gofatta ameeeeen garu sochif ufanan kesam siri miti
FarfatooniiHundinuuEbbifama
ebbifamii faarsaan kee heeduu namatti tola garuu action gara sirba fakkatuu osoo hiristanii
warri suusii sirbbaa qaban haa dhufan gara keessan kana
tamagn new Egziabiher waqayoo siif haa dhisuu
tamagn new Egziabiher
dhugaakee jette kunii sirbaa malee faarfanna mitti waalin makaa baricha
warqee Olkeba issin warra sexaanafi siribuu iraa nuyyi warra waqayoof siiribu wayyam ...siribuuttu isiin dhiibee isiin maali rakko qaaba waqayoofi yoo siribaani iniyuu lubbu isaa nuuf keenehootti
Ammeen Eebbifamaa dachaan
Amen.amen.zemen.begeta.beyesusim.yetabareki.yihun.woganoche.hulacju.tebareku.
Wow wow bayyee namati tola goftan siha ebisuu
ulfiinii kun hanga dhumaati sirra haaturu
Ajaa'iba kiristoos❤
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen goftaa haa ebbifamuu dachaa ufeeeeee
An Argera gudumakee goftan siha ebisu iiiiiiiiiiiiiiiiiiiliiili ufe ulfadhu goftakoo
Ameen ameen ameen ameen ameen ebbifama Saba waqayyo dacha torba nama kaakuu isnf ha t'u ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen👏👏👏👏👏🙌🙌🙌☝️☝️👈❤❤❤👈
Ameeeeeeeeeeeen
Eebbifamma hayysnisaa
Dabalee isiinf habayyatuu
Malkifarfanagariibafte🥰💓
Bless you God! This place looks Galeessa?
ebbifam mucha kakuu!!!!!★★★★★♡
Farfan duriii Nama bochisaa ayan gofta keeesaaa nam gallacha hara garuuu. Cifaraaa ta'ee jiraaa adaa farfaacha jirtuu woyaa orom calaqasistu
waraa duu.aa demii yoo buu barbade omtuu sii dhowuu jiituu
Wawawu bayee namati tola
ameeen aleluyaa darberaaa fudhuu galataa eleleleelleleeleeleeeleeeeeeeee
EEBBIFAMI NAMA WAAQAYYOO BAAY'EE NAMATTI TOLA.
Jijiraaaa uftaaa piles sirbaa akasii dhissaaaaa
Zafani male farafan hin fakatuu
Yonas T maaltu.si.galche.afan.kee.qabii.kunii.farfannadha
qabii afanii kee sii falachu
Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💓💓💓💓💓💓💓
amen amen ebbiffama❣❣❣❣❣❣❣❣❣
maalo.aadaa.essati?.ebbiifama.saba.kaku.ammeen.elelelelelele.maqan.waqayoo.haa.ebbiifamuu!!
Dhugaa dhugaa phexee jechun sarotaa marate jechuudhaa sabaa waqayyoo kanaraa ofegaa
mar kani jedhamtu dubifadhu biyya. lafafii saree taa.uu raa maratanii waqayoo gallate fachuu wayyaa !!!dabiiloosiii neeshii hayyyaa okkee🚷jiituu jedhama ommaa Unni fiduu orrii farfatotaraa duu ii
+Amine Fadel gaangalatanii yoo waqeessanii siraa sexxanatuu gubataa kanafii miittii jiituu jedhamma maqa iyyesusii n sii agadhisuu ammen. jedhi
Mary Mary yeeyee maali maali jetee sareeni sidhaa