ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Please share godhaa obbolotaa naannoo maqaan armaan gadiiti waamee keessaa jira bira gaha carraa kanati haa fayyadaman🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🙏Warri afaan hin beekne adaraa share godhaafii hiriyoota keessaanif!Ethiopian consulate in Beirut, Lebanon maxxansedha !itti fayyadamaa waliif share godhaa warri naannoo kana jiraatan hadaraaRakkoon nageenyaa libaanos keessatuu kibbaa fi baha biyyatti keessaati cimee Jira.Sababa kanaan lammiilee keenya naannolee kanneeiin yeroof beekamtii kennuun barbaachisaa ta'eera Kanaaf maqaa (passport irraatti barreeffamne ) lakkoofsa paaspoorti fi lakkoofsa bilbilaa Akka armaan gadiiti ibsametti galmeessitan isin gaafanna .1) lammiileen keenya kibba libaanos (Tayer,sur,Bint,jebel,marjayoun,Nebetye,Saida,fi naannoo ishee ) lakkoofsa bilbilaa 03-73-54-51ykn 03-87-10-892) lammiileen keenya baha libaanos (Al Bekah gammoojjii fi naannoo ishee (bilbilaa 81_77-62-51081-63-07-98
Baga nagaa dhufte bareduu koo Jira Galata iyeesuus borusi in jiranna lubbu waqayoo olchadha ofkalchadha kotu mana Koo ❤❤❤
Siid deebiseera bareedduukoo
Waaqayyoo sin yaa eguu obbolotaa koo
😍😍😍😍❤️
Rabii sin haa eguuka😢😢 uttu duran biyicha kesa batan turti
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
.waqayoo sinaa.eguu
Nuuf jiraadhu sistuu koo❤
Waqaayyo. Sii. Eguu. Jedha.
❤❤❤❤
Please share godhaa obbolotaa naannoo maqaan armaan gadiiti waamee keessaa jira bira gaha carraa kanati haa fayyadaman🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🇱🇧🙏
Warri afaan hin beekne adaraa share godhaafii hiriyoota keessaanif!
Ethiopian consulate in Beirut, Lebanon maxxansedha !
itti fayyadamaa waliif share godhaa warri naannoo kana jiraatan hadaraa
Rakkoon nageenyaa libaanos keessatuu kibbaa fi baha biyyatti keessaati cimee Jira.
Sababa kanaan lammiilee keenya naannolee kanneeiin yeroof beekamtii kennuun barbaachisaa ta'eera
Kanaaf maqaa (passport irraatti barreeffamne ) lakkoofsa paaspoorti fi lakkoofsa bilbilaa Akka armaan gadiiti ibsametti galmeessitan isin gaafanna .
1) lammiileen keenya kibba libaanos (Tayer,sur,Bint,jebel,marjayoun,Nebetye,Saida,fi naannoo ishee ) lakkoofsa bilbilaa 03-73-54-51ykn 03-87-10-89
2) lammiileen keenya baha libaanos (Al Bekah gammoojjii fi naannoo ishee (bilbilaa 81_77-62-51081-63-07-98
Baga nagaa dhufte bareduu koo Jira Galata iyeesuus borusi in jiranna lubbu waqayoo olchadha ofkalchadha kotu mana Koo ❤❤❤
Siid deebiseera bareedduukoo
Waaqayyoo sin yaa eguu obbolotaa koo
😍😍😍😍❤️
Rabii sin haa eguuka😢😢 uttu duran biyicha kesa batan turti
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
.waqayoo sinaa.eguu
Nuuf jiraadhu sistuu koo❤
Waqaayyo. Sii. Eguu. Jedha.
❤❤❤❤