ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Baga itti agarsiiftan goota faarsuun hojii gootati!! Gootatu goota faarsa!!❤❤❤
Dasu keenyaa nujiradhu baye sinajaln rabii sieguu nujiradhu
Tsaggayee Danda'aa ijoollee ta'ee sirba isaa keessaa ,Oromoom horii bobbaasee......baay'een jaladha ture. Akka carraa ta'ee Waaqni gaafa ollaa nu taasisu Yaa Waaqa naaf dhisii jedheen Waaqa kadhadhe . Sababni isaa as irratti ibsamuuf barbaachisaa mit. Waaqni alaa mana keennas haa bareechu. Ameeen🙏🙏🙏🙏🙏
Bagaa Ayyaana Irreecha 2017 Nagaan geessan!Ayyaanni kun kan nagaa, kan quufaa fi bara milkii nuuf haa ta’u. ayyaanni kun kan saba fi sab-lammii hundatti, addumatti immoo ummanni Oromoo, duudhaa fi safuu isa egaate kan ayyaannefataa ture ta’u isa seenaan in dubbata. Sabni Oromoo yeroo amantii adda addaa gara biyya kanatti utuu hin seenin dura amantii waaqeeffataa yeroo ture, ayyaanna Irreecha kana kajabaa fi bifa tokkummaa isa egeen bakka tokkummaa isa ilee itti ibsatu ture. Haa ta’u malee har’aa ummanni kun amantii adda addaa fudhatee jira. Garuu Oromumaan isumaa dura umaan kenneef sanadha. Ammas Oromummaa isa eenyumtuu irraa fudhachuu yookiin immoo jijjiirruu hin dandeenye isumaa jalqaba kaasee ture sana qabatee, utuu amantii fi lagan adda wal hin basin hundumtuu bahe, ayyaanna isaa waliin kabajuu fi Irreeffachuu qaba. Keessummaa hayyoon keenya ummataa keenya kan amantii adda addaan ilaalan utuu hin ta’in kan Oromummaan walitti hidhu ta’u isa irratti dubbachuun barbaachisadha. Garuu darbee, darbee wanti Oromoon malkaa naannoo isaa irraa egaalee Irreeffachuu qaba, asi , achi egaaluu qaba utuu hin taanee ummanni hedduminaan bahe bakka tokkummaa isaa fi walitti dhufeenya isaa ibsatu fi waliin ta’e Irreeffatuu akka ta’uf amantii barbaadee hordofuu fi qabachuu danda’a garuu Irreechi bakka dhimmi amantii itti mul’atuu fi ibsamuu utuu hin ta’in bakka Oromummaan itti calaqisuu fi ibsamuu ta’u qaba. waan xiyyeeffannaa barbaaduu Irreechi hundumaaf Oromoon hundi keessumaa Irreecha hora Finfinnee, kan Oromoon hundi itti aarsaa itt kafaalee fi Irreecha hora harsadee kan ilmaan Oromoon amantii fi lagan utuu gargari hin ta’in itti lubbuu dhaban waan ta’ef ummanni Oromoo hundi walitti dhufee tokkummaa fi jalaala Oromummaa isa jalqaba ibsachuu qaba.Galatooma!🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Gazexanyoota kanatuu nadinqa afuuftuu, fuula ashabootiin dhiqatte sobda, dasuu, ganaqaa
😂😂😂😂 Weelluu Dinqiii Jetee😅😅😅. Aduunyaaa ho'isaaa jiraaaa😅😅😅😅😅😅.
Sayyoon weellisaa gameessa, Umrii dheeraa haa kennuuf.
Dassuu amboo lencaa koo nuuf jiraadhuu
Oromoon jabaanaar taa'ee hin hasaahu.
Afuuftu
@@SuufiyaanHuseen maal
Waan gariidhaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gudda nama gammachiisaa nuf jiraadha isiin Leccaa oromotaati
habtaamuu fi sayyoon wal bira tahanii hasahuu jedhee yaadee hin beeku. humna birriin qabu isaanirrattan arge
😂😂😂😂😂😂Yoo lubbuu Bulan waan cimaa argu.
Baraa baraan jirataa jetee 😢😢😅😅
Baga itti agaesiifte
Namichi kana akka itti jibuu dhugaa rabbii. Yartuu dha maalee kuni jabduu Miti. Ani Nama Dr Abiy deeggaruu keessa tokko Garuu, no no fakkeesituu 💯%100
Osoo waa'ee Sirbaa Irraa hasawu sila waa'ee sirbaa Andualem irraa hasooytuu Warrii huulla😂
Maaloo sax😂😂😂😂😂 waan hin baratamne😊
Kabaja isiniif mala. Kabajnis manaa ka'a waan ta'eef waan ofii faarsuun barbaachisaadha.
❤❤❤❤❤❤Galatoomaa
Good job
bukkoo sirbaa jedhaa issayu dhugaa dubachuuf ani sirbaa akkas jibbisisuu argee hin bekku yoo dandessee karaa sibaa hin ba'iin i feel bad for habtamu lamu
Silaa oromoo gaafa namni Jiruu nama Cabsuu Malee wanni gaarii hojattee jedhee si Faarsuu dassuu amboo jaalatuu si jibbitus inni lencaa fakki namaatii
@@galene-ux3lp atis gowwa akka issatti namaa akka kee fi akka namitti gowwaa kana kan oromoo arrabsisuu jidhaa gowwaa namaa
wskii dafqaa jiranii.....yaa Waqqa OROMO
Habtaamuu lafuu yoo Duraan ijjoolleen arrabsitu mucaa kana maaf arrabsu jedhee mufaachaa Ture edaa jarri waa irratti Argite arrabsu
Wayyoo machaanii jiruu kijiba
Sirba dinqii jettee intalli wasakni kuni
😅😅😅
Sirba dinqii. Moo sirba faarsee bultootaa sirba mana farsoo
INUMAA HIN WAFATANII
Sagee dandaanaa yoomii qabsee
Aschekebech!!
B❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayii ilmaan oduu
Mana keessaa jirtum manatsirin ofiraa Basàka
nami nama calu guddan rabi toko
Tsegaye menetsiru ayamrbikim debiqew
❤❤❤❤❤
😂😂sareen iddo nyaate duutii jedha oromon
Maaltu dafqisisee
🎉🎉🎉🎉
😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
OBN hin ashkabaxiinaa sirbi kun jara irraa hin egamu ture
sirba dinqii 😀😃😃😃😃😃😃😃
yaa obn jara sobduu kana maaf nuti fiduu uuuuuuuuuuuuuuuu
bukkeen qaqqabiinaa amma hundi jeessanuu saantimaaf jettaniituu🤣🤣
Kkk dirbaa aduu fi Biree farsuu sirbamoo 😂 afuuftuu hin qanoftani jedheem
Ashqabacii...
Fasee bulaaa
intala afaan ballaa kanammoo maaltu hiike gadi nutti dhiise? sirba dinqii jetti kun. waliin dhooftuu akka keetu uummata kana madaalaa hamma.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojii kaani moo badhadhin
Jotanii dha isiin Warra farankaa malee hin sochoonne.
ay kabtamuu
Qajeelchaa hin qabuuyii obn
saffudha Abbo😂😂😂😂😂
Osoon carraa argadhee hatamu yero tokko qofaaf dubbisee natti tola
Asimaari machooftee ultaatuu
😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂❤❤❤🎉🎉🎉
Kara sirbaa hin darbuu....😅😅
😂😂😂 Kunis sirbaa ga amma
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Wow wow wow wow Balaa Geezzaaaaaaa kkkkkkkkkk
Farsee bultoota sirnaa bilginaa
Gurbaan Dasu jedhamun kun akka Abiyyi dha. Of hin beeku 😂
😅😅😅😅
😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐬𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐱𝐮𝐮 𝐧𝐮𝐭𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐚𝐠𝐞𝐞𝐟𝐚𝐧𝐧𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐛𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧🤧🤧🤧🤧
😂😂😂😂😂
Namni akkati afaanin waa farsu kun hojjin isa zero
Weelistoota osoo hin taane Faarsitoota Sirnaa 😮
😂😂😂🤸🤸
Shalloota hxrw faarsee bultoota sirba dinqii jetti isaanuu😡😡
😂😂😂😂 !!!
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Itti cabsan sii miti haccedha
Weelluu Dinqii jettee ? Safuudha 😂😂
Machooftoota farsee bulaa
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤
Please isn’t big deal at all?!.
Rakkoo qaba kamera
Machooftaniirtu
Dhalli namaa akkamiin akkas fakkeessuu danda’a?Gaazzexeessitoonni hunduu in sobu,warri gaafatamaa jiraanis fakkeessadhuma jiru.Kun kan ibsu tuffii sabichaaf qabdan callaqisiisaa jirtu!
faarsee bultoota sirnaa! Harroota haadha keessan!!
Farse bultota.habtamunimo mal hojeta gardidha
Nan garfadhasii????!🤦♂️ uno farfatota baay'ee qabna farsa irraa nu gad nuf buhii of tultu bicha
All of false
Farsee bultotaa jedhaani maalo 👎👎👎
Donkey team 😂😂
𝐖𝐞𝐞𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐚𝐣𝐚𝐚'𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐛𝐛𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮 𝐬𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐧𝐭𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐦𝐞𝐝𝐢𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐲𝐲𝐮 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
😂😂😂
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga itti agarsiiftan goota faarsuun hojii gootati!! Gootatu goota faarsa!!❤❤❤
Dasu keenyaa nujiradhu baye sinajaln rabii sieguu nujiradhu
Tsaggayee Danda'aa ijoollee ta'ee sirba isaa keessaa ,Oromoom horii bobbaasee......baay'een jaladha ture. Akka carraa ta'ee Waaqni gaafa ollaa nu taasisu Yaa Waaqa naaf dhisii jedheen Waaqa kadhadhe . Sababni isaa as irratti ibsamuuf barbaachisaa mit. Waaqni alaa mana keennas haa bareechu. Ameeen🙏🙏🙏🙏🙏
Bagaa Ayyaana Irreecha 2017 Nagaan geessan!
Ayyaanni kun kan nagaa, kan quufaa fi bara milkii nuuf haa ta’u. ayyaanni kun kan saba fi sab-lammii hundatti, addumatti immoo ummanni Oromoo, duudhaa fi safuu isa egaate kan ayyaannefataa ture ta’u isa seenaan in dubbata. Sabni Oromoo yeroo amantii adda addaa gara biyya kanatti utuu hin seenin dura amantii waaqeeffataa yeroo ture, ayyaanna Irreecha kana kajabaa fi bifa tokkummaa isa egeen bakka tokkummaa isa ilee itti ibsatu ture. Haa ta’u malee har’aa ummanni kun amantii adda addaa fudhatee jira. Garuu Oromumaan isumaa dura umaan kenneef sanadha. Ammas Oromummaa isa eenyumtuu irraa fudhachuu yookiin immoo jijjiirruu hin dandeenye isumaa jalqaba kaasee ture sana qabatee, utuu amantii fi lagan adda wal hin basin hundumtuu bahe, ayyaanna isaa waliin kabajuu fi Irreeffachuu qaba. Keessummaa hayyoon keenya ummataa keenya kan amantii adda addaan ilaalan utuu hin ta’in kan Oromummaan walitti hidhu ta’u isa irratti dubbachuun barbaachisadha. Garuu darbee, darbee wanti Oromoon malkaa naannoo isaa irraa egaalee Irreeffachuu qaba, asi , achi egaaluu qaba utuu hin taanee ummanni hedduminaan bahe bakka tokkummaa isaa fi walitti dhufeenya isaa ibsatu fi waliin ta’e Irreeffatuu akka ta’uf amantii barbaadee hordofuu fi qabachuu danda’a garuu Irreechi bakka dhimmi amantii itti mul’atuu fi ibsamuu utuu hin ta’in bakka Oromummaan itti calaqisuu fi ibsamuu ta’u qaba. waan xiyyeeffannaa barbaaduu Irreechi hundumaaf Oromoon hundi keessumaa Irreecha hora Finfinnee, kan Oromoon hundi itti aarsaa itt kafaalee fi Irreecha hora harsadee kan ilmaan Oromoon amantii fi lagan utuu gargari hin ta’in itti lubbuu dhaban waan ta’ef ummanni Oromoo hundi walitti dhufee tokkummaa fi jalaala Oromummaa isa jalqaba ibsachuu qaba.
Galatooma!🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Gazexanyoota kanatuu nadinqa afuuftuu, fuula ashabootiin dhiqatte sobda, dasuu, ganaqaa
😂😂😂😂 Weelluu Dinqiii Jetee😅😅😅. Aduunyaaa ho'isaaa jiraaaa😅😅😅😅😅😅.
Sayyoon weellisaa gameessa, Umrii dheeraa haa kennuuf.
Dassuu amboo lencaa koo nuuf jiraadhuu
Oromoon jabaanaar taa'ee hin hasaahu.
Afuuftu
@@SuufiyaanHuseen maal
Waan gariidhaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gudda nama gammachiisaa nuf jiraadha isiin Leccaa oromotaati
habtaamuu fi sayyoon wal bira tahanii hasahuu jedhee yaadee hin beeku. humna birriin qabu isaanirrattan arge
😂😂😂😂😂😂
Yoo lubbuu Bulan waan cimaa argu.
Baraa baraan jirataa jetee 😢😢😅😅
Baga itti agaesiifte
Namichi kana akka itti jibuu dhugaa rabbii. Yartuu dha maalee kuni jabduu Miti. Ani Nama Dr Abiy deeggaruu keessa tokko Garuu, no no fakkeesituu 💯%100
Osoo waa'ee Sirbaa Irraa hasawu sila waa'ee sirbaa Andualem irraa hasooytuu Warrii huulla😂
Maaloo sax😂😂😂😂😂 waan hin baratamne😊
Kabaja isiniif mala. Kabajnis manaa ka'a waan ta'eef waan ofii faarsuun barbaachisaadha.
❤❤❤❤❤❤Galatoomaa
Good job
bukkoo sirbaa jedhaa issayu dhugaa dubachuuf ani sirbaa akkas jibbisisuu argee hin bekku yoo dandessee karaa sibaa hin ba'iin i feel bad for habtamu lamu
Silaa oromoo gaafa namni Jiruu nama Cabsuu Malee wanni gaarii hojattee jedhee si Faarsuu dassuu amboo jaalatuu si jibbitus inni lencaa fakki namaatii
@@galene-ux3lp atis gowwa akka issatti namaa akka kee fi akka namitti gowwaa kana kan oromoo arrabsisuu jidhaa gowwaa namaa
wskii dafqaa jiranii.....yaa Waqqa OROMO
Habtaamuu lafuu yoo Duraan ijjoolleen arrabsitu mucaa kana maaf arrabsu jedhee mufaachaa Ture edaa jarri waa irratti Argite arrabsu
Wayyoo machaanii jiruu kijiba
Sirba dinqii jettee intalli wasakni kuni
😅😅😅
Sirba dinqii. Moo sirba faarsee bultootaa sirba mana farsoo
INUMAA HIN WAFATANII
Sagee dandaanaa yoomii qabsee
Aschekebech!!
B❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayii ilmaan oduu
Mana keessaa jirtum manatsirin ofiraa Basàka
nami nama calu guddan rabi toko
Tsegaye menetsiru ayamrbikim debiqew
❤❤❤❤❤
😂😂sareen iddo nyaate duutii jedha oromon
Maaltu dafqisisee
🎉🎉🎉🎉
😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
OBN hin ashkabaxiinaa sirbi kun jara irraa hin egamu ture
sirba dinqii 😀😃😃😃😃😃😃😃
yaa obn jara sobduu kana maaf nuti fiduu uuuuuuuuuuuuuuuu
bukkeen qaqqabiinaa amma hundi jeessanuu saantimaaf jettaniituu🤣🤣
Kkk dirbaa aduu fi Biree farsuu sirbamoo 😂 afuuftuu hin qanoftani jedheem
Ashqabacii...
Fasee bulaaa
intala afaan ballaa kanammoo maaltu hiike gadi nutti dhiise? sirba dinqii jetti kun. waliin dhooftuu akka keetu uummata kana madaalaa hamma.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojii kaani moo badhadhin
Jotanii dha isiin Warra farankaa malee hin sochoonne.
ay kabtamuu
Qajeelchaa hin qabuuyii obn
saffudha Abbo😂😂😂😂😂
Osoon carraa argadhee hatamu yero tokko qofaaf dubbisee natti tola
Asimaari machooftee ultaatuu
😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂❤❤❤🎉🎉🎉
Kara sirbaa hin darbuu....😅😅
😂😂😂 Kunis sirbaa ga amma
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Wow wow wow wow Balaa Geezzaaaaaaa kkkkkkkkkk
Farsee bultoota sirnaa bilginaa
Gurbaan Dasu jedhamun kun akka Abiyyi dha. Of hin beeku 😂
😅😅😅😅
😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐬𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐱𝐮𝐮 𝐧𝐮𝐭𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐚𝐠𝐞𝐞𝐟𝐚𝐧𝐧𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐛𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧🤧🤧🤧🤧
😂😂😂😂😂
Namni akkati afaanin waa farsu kun hojjin isa zero
Weelistoota osoo hin taane Faarsitoota Sirnaa 😮
😂😂😂🤸🤸
Shalloota hxrw faarsee bultoota sirba dinqii jetti isaanuu😡😡
😂😂😂😂 !!!
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Itti cabsan sii miti haccedha
Weelluu Dinqii jettee ? Safuudha 😂😂
Machooftoota farsee bulaa
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤
Please isn’t big deal at all?!.
Rakkoo qaba kamera
Machooftaniirtu
Dhalli namaa akkamiin akkas fakkeessuu danda’a?
Gaazzexeessitoonni hunduu in sobu,warri gaafatamaa jiraanis fakkeessadhuma jiru.
Kun kan ibsu tuffii sabichaaf qabdan callaqisiisaa jirtu!