Why is it that Obbo Shimallis sends out two opposing messages? What comes out of his mouth is different from what his body language radiates.. What do you observe from the body language of Obbo Shimallis Abdiisa?. I see fear, hopelessness, loneliness, weakness, ..... 7:30
Waan kadhattan rabbirraa hin dhaninaa❤maatii naa tahaa❤
Dhugaan jirtu tanuma. Furmaani Oromoo fi Oromiyaa ABO WBO qofa ❤❤❤
Yaa Kaabutaa Barri Atii Dhugaa Jetee
dhugaa rabii gurrabaa kanaa hi tufaatain oromo dubii in jedhuu dhugaa
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Wonderful 👍👍👍💯
dhiiga oromoottu mataa tuqe. Ni maraataayyu eegaa!!!
❤Kaab buttan oso qubee afaan oromoo brreessuu barate silaa minstera tokko tayuu danadaya.
Haasaya akka gaaritti dandaya.
Maraatticha qubee baradhu si jala deemna.
Nuuf jiraadhu ❤
Dhugaa keeti anuu Na'a ibeeture
100%🙏💖dhugaa dhaa
Dhugaa keeti wllh
Kaleessaas isaanuma kanaatu ergamee oromoo ajjeesaa ture buqqaasaa ture saamee saamsisaa, reebaa, hidhaa, biyyarraa bachiisaa ture Arraas sanuma fooyyeeysanii cimsanii nu godhaa jira Akkasiin Amannee Jijjiirama wareegama meeqaan finne isaan harka keenye tanaaf nu fixuu tanaaf kijibaa fi fakkeeysuudhaan nutti qoosuu
Oromoon jara kana firraa kaasuutu furmaata
Nahammii
Dhugaa keeti yaa ka'ab
Dubbii ka'ab kana laaftutti hin laalina
95% haasofni kee dhugaadha😍
😂 BAAY'EE namati tolaa 95+5=------100
Dhugaa❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Yaa Kaabutaa Hojii Kee 🤣🤣🤣
Laal Dhugaa yoo afaan qaban funyaanin dubataa jedhee oromoon dursee kanaaf .....shi....funyanii !!!!
Haaluma kanaan itti fuufi.
Why is it that Obbo Shimallis sends out two opposing messages? What comes out of his mouth is different from what his body language radiates..
What do you observe from the body language of Obbo Shimallis Abdiisa?. I see fear, hopelessness, loneliness, weakness, ..... 7:30
😂😂😂😂 qiliixoo jeette kaa
We know who’s most evil 👿
Afaaniin udaan agaa jirtaa? Jaldeessa nama fakkaatu seeraan dubbadhu !garter garter oguma jettu waan ati sibeeke.
Afufii kijibduu kanaa
Itti muddii
😂😂😂😂
Kkkkkkk kaab
Irraaa kaasi dhukkee akkasitti dhiira too!
Rabbiin biyya keenyaa nagaya haa tasisuu😢😢😢
PPn diina ykn Nyapha Oromoo tokkoffa dha. TPLF gaafa FDG ishii muddu Abdii Illee nutti bobaafte. PPn immoo yeroo QBO itti cimu Faannoo nurratti bobbafte. Oromoon gaafa Abii illee hummata keenya Harargee fi Naanno Somalee buqistu Oromoon bakka jiru hundaa waliif birmate. Yero sanattii dhugaa dubbachuf OPDOn gufuu nutti hintaanee.
Mee Oromoon bakka jiruu hummata keenya Salaaleef hin birmannaa PPn eyyaamtii ree? Hineeyyamtu!.
Nutii guffu kan nutii ta e warrana motumma qofaa nutii ijoolee sallalle yom soddanne nutu warrii dharra bakka shanii buqusnee jiirayu nuttii debisse motumman iddegenaa fanoon dhuffe nannu nuttii senan lamafa goxii 7buqisnerra amma garru mal godhan ammas hin debisanii ummatti hin dhumnaa malle nuttii hin debi anu jedhaniru motumman diderra garru 😢😢😢😢😢😢
𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤 𝐡𝐚𝐲𝐢 𝐩𝐩𝐩 𝐫𝐚𝐚𝐲𝐲𝐚𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚 𝐜𝐚𝐬𝐚 𝐮𝐟 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐨𝐟𝐞 𝐝𝐞𝐦𝐚 𝐨𝐥𝐞 𝐠𝐚𝐥𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐝𝐚𝐥𝐥𝐚𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐥𝐞 𝐜𝐮𝐟𝐚𝐭𝐞 𝐛𝐮𝐥𝐭𝐢 𝐬𝐚𝐫𝐢𝐢𝐧 😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤