Keessumaa Mo'aa - Faar.Kabaa Fidoo Waliin
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 29 ม.ค. 2025
- #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Eebbifami
Malkaamuu waaqshumaas dhiheessaa
Ebbifama
Far Roobaa Aman nuf fidaa
Waqayyoo baraf jireenyaa keessan ha ebbisuu
Uuuufffffeeee Kabaa koo Dhugaa Afaani kee natti mi'aa 💓💓❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😘😘😘😘😘😘😘
Uuuuuuuuf kanaa koo Abba Koo akkam itti sii jaldhuu nuuf jiradhu umurii dheraa
Eebbifamaa Waaqayyo isin haa eebbisuu ☝️🤲
Waqayyoo isiniin haa Ebbisuu Ebbifamaa Ulfadhaa maalo dhugaa dhageefatamee hin qufamuu.
Uuuuuuuufffffffffff yaa waqayyoo sif maltuu dadhabama😭😭
Uuuuufuuu Nuu Jiradhaa umurii dheraa Bayee isin jalanaa 👌👌👌💪💪💪💪
Uuuuufffffffffeeeee Eyesus koo❤❤❤❤
Wayyoo baga waqayyoo sii olchee jaba nama
Aja'ibaa hojii waqaayyoo uufffeee yesus koo sia galatu
Ameeeeen Haleluyyaaaa❤️❤️❤️❤️😭
Wawwa hojii waqayo diinqii dhaa Ameeeen Ameeeen Ameeeen ayyaaniichi dachaa siinf haa bayatu 📚📚👏👏👏arra arra dhaga'eyu
Baay'ee nama gammachiisa eebbifamaa!
Uuuuufffffeee ebifama dacha farfataa kaaba fodoo nufjiraadhaa Qaaqaliwaanko hojii wqy diqiidhaa!!
Wowow waqayoo baraaf jirenyaa kee gutuu haa ebisuu kabaa kenyaa🙏🙏❤❤❤❤
Ebifami ❤❤❤❤❤🙏
Waaqayyoo galata guddaa haa argatuu inni ulfina ofisaaf sii foohatee galata guddaa haa argatuu
Ajaibbaa guddaa dhaa
Abboommii kurnan hin dagatiinaa. Faarfataa Kabaa eebbifami. Abboommiin Waaqayyoo ifatti irra ejjetameera. Warri Mo'aas mee dhimma kana itti yaadaa!
Baga haasofsiiftan faarfataa Kabaa galatoomaa baayheen jaalladha Kabaa
Baay'ee Baay'een sii jaalladha baraa jireenyaa kee haa eebbisuu gooftaan koo kaba fidoo..........baay'ee kolfeen du'ee isaa isinii konkolataa 15 all dhabachistanii toftaa kuni all isifii dhifee jedheen yaada........
ALLEELEYYAAAAAAAAAAA AMEEEEEN Galaannii WAAQAYYOOF HAA TA'U NA DIINQEE HOJIIN WAAQAYYOO KEENYA UUFFEEE NAAN BOQODHEEE
Waqayyoo kanu caalaa dachaa sii ebisuu
Waaqayyoof galanni haatau Isa haala gararra taeef.
Waaqayyoo karaasa
Yesuus gooftaadha
Galanni kan waaqati
Ufffff afuura namaa haaressa🥰
Ebbiiffammaa 🙏
wwwwwwUuuuuffff ebbifamaa jalatamaa kabaa fidoo ba'ee sii jalanaa ❤️❤️❤️❤️
Ammee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee eebiifamiaaa
Uuuyyyiii uuuyyyiieeeeeeeeeeee ebbifaamaa waqqayyoon gaariidha ebbifaamaa 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
Ameeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebbifamaa ebbifamaa
Ammmmeen Ammmeen Ammeen waqqayyoo siin haa ebbisuu
Ameen ameen ameen amèèñ Àmèèñ amen ameen amèèñ Àmèèñ amen ameen amèèñ
Ebbifamaa
Some thing crucial
Thanks a lots
Uffee kabaakoo waaqayyoo siha ebbisuu
Woow!!!! Dinqiidha hojiin Waaqayyo!!!! Nama Waaqayyo Faarfataa Kabaa Fidoo nuuf jiraadhu!!!! Baay'ee si jaallanna!!! Efoo ati illee nuuf jiraadhu!!! Eebbifama!!!
Dhuguma sample dhaaf kaa'e. Aniyyuu dur Kabaan akka giingee ta'e faarfannaasaa yeroon dhaggeeffadhu gaaffii natti ta'a. Amma garuu sample charraa hubachuu danda'eera.
farfaataa kabaa dhugaa dubbachuudhaf farfannotakee warra durii yeroon dhaggeffadhuu baay'een ebbifama ittumaa ille ijollumma koo naa yadachisaa amma har'attille youtube irra barbadee dhaggefadhaa humnaa gudda ofi kessa qaba waqaayyo o sin haa ebbisuu baay'ee si jallanna nuuf jiradhuu
❤❤❤❤❤
Farfanii isani bayee jaladhaa waqayyo bara isanii Haa ebisuu
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯bayee isin jalanaa
Eebbifamaa
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
𝚆𝚘𝚠𝚠𝚠 𝚍𝚊𝚌𝚑 𝙴𝚎𝚋𝚋𝚒𝚏𝚊𝚖𝚊☦️📚🍇🕎👑🙏🙏🎶🎶🎼🎸🎷
Ajaibbaa guddaa dhaa