Namuu Kan nama biraa arga.malee Kan ofii hin.argu.isini.akka.maraachaa jirtan.akka ummata oromootiin nu qofatu siif beeka.nuhi qofatu siif yaada.waanuma nuhi jenne malee waan biraa lafarratti hin arginaa.hin dhagahinaa akka jechaanii jirtan of hin hubattan😅
jawwee koo iti mudii gotaa oromoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤❤❤Jawawrkoo❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Subahanallah subahanallah thanks
Dhugadhaa
Jawwee haa jajjabeessinu
Jabadhu❤😂❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢
👍👍👍👍👍🥰🥰🥰♥️♥️♥️
Baga dhufte
Ayyiiii
Yaa rabbii jwarii jabeesi
#Fayyisaan wanni Jawariif barruu imimmaan isaa qabdu erggeefif Jawar waan Afrikaa keessaa baheef ammas waan Jawar qabssoo yoo bifa haarawaan Eegale waan injjifatuuf jecha booda Jawar injjifatee Fayyisaan harkka qeerrotti waan kufuuf jecha amma imimmaan isaa bifa barruutin jawariti Erge, imimmaan dhiisee dhiiga isaatin yoo barreese Oromoon isaaf dhiifama hin godhu dhiifama isaa godhuu dhiisatii Fuula ijja hin bananneen isa laala bifa kanaan😊😊😊.
Salamtoota jawar qeequu dhiisa
Baga rabbi araarameefi
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawar nama akka fayyisaa dhisii addunyaanu dhugaa ba'aaf fayyisaa akka namati egdaa!!
Fayisaa ilmaa aba Garaa 😂😂😂😂
Argaa fayisaa haree kanaa😮😮
❤❤❤❤❤❤
Fayisa Lelisa haatudha. Kuni gunitudha. Gaati isa nii arikhata. No no Fayisa
fayyassin samuu akkanti yade bareesstu gonguma hin kuni hojii Abbiyi
𝙹𝚊𝚠𝚠𝚎𝚎 𝚔𝚘𝚘 ❤️❤️❤️
♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚❤❤❤❤🐅🐅🐅🐅🐅🐅
Waalmormu waani jiirra gaaruu arrsuunu woollaluma guudadha naamni huundii daandettii addada qabba waani taa, ef
Farhan mahammad
jawe is king
Fayyisan nama seena balleyse jawarimiti maraata oromootu silaa arrabsu hinqabu ture yosaba jaalata ta,e
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Fayyisaan hattuudha namaa goyoomsaa biraa hindabaree
Namaa dantaa mataa isaa gutachuuf jechaa dhama'uu malee dhugaaf namaa amanamuu miti
Beekaaf nijilbeeffat!
Namaa addunya'a kanara jibuu Jawwarrii mali jiruu
🤫🤫🤫🤫🤭😏😏
A❤❤❤❤❤❤❤❤❤
kan dhuga rabbii Abiyyi Amed barrese scirbti kenefi abbiyi nama dandamu miti
Faayisa Leelissa huduu isaati yaada.
Dhugaa keeeeetii
Hudhami siif hadhufu
Ethiopian hin diggamtu hin ijaraamti malee kaan geeggeessu Ethiopia waqqaayyodha malee namaa mitti hin gogogorrin isiin yaa ummaataa girrisanana
Namnii abiyyi irraa jibbaa qabuu hinjiruu akkaa kiyyatti bayyee isaan dinqisiifadhas bayyee nanjaaladhas garuu qophaa isaa biyyaa kana ceesisaa hinjiruu hattuu isattii duule biyyaa qilee naqaa jiraa
Fayiisaan figuu male siyaasa waan hin begneef Isaac dhisaa namaa sirrii ta,EE iddo Isaac ilalutti gargatmuu barbachiisa
Fayiisan debii hin qabuu hatudhaa
Dhugaa keetii jeettee qalii namaa warra maallaqa nyaatee
Abiy akka gaariitti biyya walitti qanyiitiin hidhamtee jirtu sani sirriitti gargar kutaa jira, kuni immoo Oromoof gaarii dha. WBOn immoo itti saffisiisaa jira qawween.
Fayisaa ilmaa aba garaa 😂
Fayisaan sammuun osoo hintaane miillaan yaada waan ta'eef tuffadhaati gadi itti dhiisaa warri walee walumaa.
👎👎👎🪦🪦🪦 feysisa
Namuu Kan nama biraa arga.malee Kan ofii hin.argu.isini.akka.maraachaa jirtan.akka ummata oromootiin nu qofatu siif beeka.nuhi qofatu siif yaada.waanuma nuhi jenne malee waan biraa lafarratti hin arginaa.hin dhagahinaa akka jechaanii jirtan of hin hubattan😅
Dhugaketi
Fayisan maratees fayyiitees hommaa hin gadhuu bitamtu pp nama garaaf jiratu jawee hommaa hin godhuu sareen bakka nyatuu dutii oromoon jibitu bitamtudha oso tokkoo tatee dinii nuun salphisu himmiimaa hadhaf dhinii hummata isaan hin gadhisiin
Yeroo juwar hidha jiru langan nyaata laalis waan post godhe irra habistee santilee
Miila mataa gorsu jechumaafi it's F
lakki fayyisan basasummadha male jowwara jalatetimiti ergamtudha male jalala hin sehin jawwe kiya
Dhugaa jette karoora hamaa ergama itti laatame waan fudhate natti fakaata Jawaritti.
Fayisaa Leellisaa nama sammuu akkasitti yaadee barreessu waan qabu natti hin fakkaatu. Sammuu nama biraatu sammuu isaa keessa seenee waan barreessee postii godhe fakkaata.
Silaa itiophiyaa waan jedhamu dhiistanii oromiyaa biyya taate addunyaatti beekamte ijaartu jennee isin abdannee turre .
Nuti Amma Saba kamirraayyuu osoo hin taane oromoodhumarraa abdii kutannee oromoo taanes dhiisnes nama taanee jiraachuufuu abdii dhabnee garbummaa inni Amma keessa jirtu waan ammateef deebinee garbummaa Isa darbe hawwine!
Warra miilan yaadutu .warra baratee xiinxallu gorsa moo? Kun soba qaama biratu keennef beeki.hin amanin goota koo irra of ...
Kan Bitamu Kan bituuti dubbachuun fafaa jiin fayyisan
Soodattee gaa amma Fayyisan obooleessaa Fannoo, harree dhaa.
warra targa lamati fayyadamu inuma hin dubisin
Wantti Fayyisaan Dubate isiniif hin galle jechuudha! Fayyisaan ergama guddaa Mootummaarra qaba kana jechuun Fayyisatu Nama Oromoo Gurguddaa Ajeesisiisaa jira! Gurbaan kun Nama baay'ee Gantuudha HACAALUU waan inni Ajjeese natti fakkaata Jawaaris yoo taa'uu baatte waan Moorummaan itti kenne ni raawata jechuudha Of dura arguuf jirtan akka Gurbaan kuni nama meeqa fixe!!
Dhuga jedhee dhiga ilmaan oromoo titi qabanya orate
Mali gabaa Jawwarrii silaa seexanaa dhiga Qeerroo tabata ofii loluu bekuu biyyaa badhu mal
😂
Fayisaa gantuu gadhee shanyii Gobana dachee kanuma
Gadhee sobduu
Isa itti ergatani sodaatanii
Biyyi diigamaaru hinjiru jawaar maallaqni harkaa irrannaan gargaarsa guurrachuuf kkkkk
Zeeroo
fayisa jiradhu
Afuuftuu
Fayyi Saan Hayyuudha jawaartu hayyummaa dhiisee hinaaffaa seene ,
fayyi Saan fayyaa qaba isintu maraate malee
❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤