Wabbii koo bags sitting haftte ayyun sif hin tatu qalqalla wayitii ishen😢😢 si immoo maltuu si galchee adabii marafuu of egadhu wabbii waqayyon baga si base ❤❤❤❤❤
Yassu dhifama ati garuu siirrii hin goone wlh ani mubellee hin beeku akkan video kantti mubeen badii takkallee hin qabu wlh dhugaa isaati garuu ati hoggaa hoggaa dubbattu sirreessi dhugaa ani sin jaaladha
Aboo dhabadhuu walahi ATI dubii hin beytu mucan kunii misikina walahi garu Rabin si ha qacelchuu walahi Yasiin Auzubiillha siti are walahi ❌badii obolesa Ayuu gowa santu qaba balage dha ini misikina oso jalatutu ishen Seyiido jaladhe janan dhise taha jiraa bar 🥹😭☝️🤲
Youtubi wabii linki jalaa kanaan irra galaati dawwadha 👇
th-cam.com/video/Sdf_bhRa42c/w-d-xo.htmlsi=Txno0WwVdxV5fjjn
❤❤❤❤❤🙏👍👍👍👍👍
Yasuu dhifama Naafi Godhi Ati Dubii Hin Bekktuu Wlh Namni Jiduu Nama Nagaya Ykn Arara Busuu Barbaduu Akka Atti Hasoftuu Kana Hin Hasayuu Heduu Na Ajibee Hasofni Kee !!!!!! Wobii Biroo Abshir Rabbii Sii Ha Tiksuu❤😢
Dhugaa ketii wallyi
Dhuga jetee yadaa degaraa
Wabbii koo bags sitting haftte ayyun sif hin tatu qalqalla wayitii ishen😢😢 si immoo maltuu si galchee adabii marafuu of egadhu wabbii waqayyon baga si base ❤❤❤❤❤
Atii dubai hin betuu wollaah wobin womaa balesinee jaltulee waan darbee amafi irra dedebitee dubatini dhifamaa wojji atii anaa dubartituu getuu dubai borcini wobin womaa balesinee dhugaa dubatufi ♥️♥️wobin nama garidhaa dhugaa rabbi 🫰🫰🤍🤍
Yasuu ati dubbuma takkaahu hin beektu maal jaarsummaa taata dhugaa rabbii gurbaan kun baayyee tasgabba'aadha yaasuun garuu baayyee gawwaadha dhugaa
Namichii kuni akkaam akkaam dubattaa majinuna waan dubatuu hin beekku maali Jêdhââ sagaxeedhaa wollaayi wobii koo atti hommaa balleesine my brother
Mubee Wallaahi garaa nama nyaattaa rabbiin Ta Jireenya kee guutuu si Jaalattu siif haa Hiruu. Yaassu ati dubbii hin laaqinii
Atin homaa hin balleesine. Dhugaa dubbachuuf waan gaarii hojjatte. Nama jaalatan waan inni jaalatuuf dhiisan. Sirriidha. Galateffamuu qabda ture.
ayyuun garuu namumaasheen mo bineensa naan gallee dhugaa tuning dhalaa miti silaa du.utti wayyaafi ture akkuma summii dhugde sanatti
Dhugaadha baana muben wlh rabbiin umrii nuuf haa dheerasu
Bagaa batee wobbii ok bagaa rabbinii siraa qabbee tanaa shalee
Mube ati nama taasabai qabu Rabin Intala akhlaqa qabdu sif haakenu
Mube ko ossoma dhesitu si nyatani wolahi osso jarsa qabachu badhe simati heruma muca miskina namiti jini bate demti rabbi isi ha balesu atti ammo yasuni dubi hin cabini wataka dubi hin bektu dhama,a homa balesine mobini❤❤❤
Anis Wly 😢😢😢
Namitin shalee usi malaqaa fii sayidoo jalatee malee jalalalafii mitii Dhalan sumii dhaa anan dabalee bodee sayidoo egutii jiraa 🙄🙏
Ayyuu miskina mitii shexanna malee😅😅😅
Eyyaan
Rabbii dhugaa siihaa dubbisuu ❤❤❤❤❤❤
Sah😂😂😂😂
Uskutii shexani wobii kaanaa😂😂😂😂😂😂
Ayuu sheexana 100 irraa jiraa
Baadi qabdaa marraa 100 irraa debi'aa oltaa baadi hin Qabuu dhalaa gudisaa baadi waan taatef ilmaa dhiraa harkaa itti fudhaati ishaa allaa shamaarraan nikaayaa maalee dhiraati maramtuu ishaa allaa bultin isituu bultii hin taatuu
Mubee jabaadhaa atii hudii kesanuu❤❤❤
WobiiAtiiBagaaRabiin.SiiBasee
Ofili.Eegadhuu😢😢❤❤
Yasuu khiijiibaa. Atii. Hatuu. khoo
Mal miskinaa kun sikinaa kun seyidoo fi sumayyaa addaa baftee sumayyaa Rabbii obsaa haa kenufi
Siihiiyyuu kan wobii tumsiisee tortooraa afaan ballaa duwaa dinqiidhaa dhalan rukuutaamun ergaamtuu wohii tish
Haree ganmaa baddee galgalii kurkurii jedha oromoo like fi sherii gurachuu dhiisan ammi ijoollee tana falaa dhumaa ittii godhaa
Yasuu maalitu si gahee hayuuni baalagedha duriyee DHA seid biriifi jaalate
Wobiiin hayyudhuu intalli balageen birriif gantee sayidoo jalatee
Yasuu ati maratadha ,gaffii akkamii nama gafata
Wabin misikana wali mucani kuni baye gara namanyata wabiko jabadhu dubartin shexxana
Wabii koo waqayoo sii gargaruu nama kamirayu of egadhuu wabii hadhoo koo
Yassu dhifama ati garuu siirrii hin goone wlh ani mubellee hin beeku akkan video kantti mubeen badii takkallee hin qabu wlh dhugaa isaati garuu ati hoggaa hoggaa dubbattu sirreessi dhugaa ani sin jaaladha
dhuga rabbi atti dubi hin beytuu
Abshir rabin siwajin hajirattuu rabi sihaegguu
Mubee Abbaa dhiifamaa ❤❤❤
anilee shamra garuu gizee danga dabrtee dhahunu garidha
yasuu malii badini isa malii badii qabd badii qabda muca badii malii qab wabiin badii qabuu abdan
Bayii jiduu darotaa kanatii atii rizqi tee adumaa rabii sif haa basuu
Yasuu atiii ofifuu hasaa bektuu dhoqeeee
Miskiina kiyya garaa nanyaatte yeroo du'aaii naaf godhaa jedhu uuuuufffffeee imimmaanko qabadhuu dadhabe kunoo yoom irraa hafe caccabse😭😭😭😭😭😭
Yasuu ati of ege cubbuu of hin mi'essiin
Bagaa tumee iti xiqatayuu tana shafafaa
Yuutubi mubee guddidnaafi oromoo yalaa❤
Eee Siridhaa Bagaa Kaballee Isiin dhirra Ofo Tese Qubaa Isii Mirmirsa Ati Wan Akkas Yo Gotte dhugumaa Dhirra Jettee Sagallee Isii Ol Futee Lalaba Turtee Itti Xiqatee dhugaa Ayuun Balagedhaa dhugaa
Abotana itaala baala Nama meeqa waaliti Naaxee Oso Amayu Haagafete Midamte Naama Maarartu
Aboo dhabadhuu walahi ATI dubii hin beytu mucan kunii misikina walahi garu Rabin si ha qacelchuu walahi Yasiin Auzubiillha siti are walahi ❌badii obolesa Ayuu gowa santu qaba balage dha ini misikina oso jalatutu ishen Seyiido jaladhe janan dhise taha jiraa bar 🥹😭☝️🤲
Yaa waaqayyoo wabiin nati tolteeta
Isin tii bagaa😎😎
Abshir wabi kiyya miskinnaa kiyyaa
Bagaa tumtee itii gaabiin mubii maali shamaarii ilamaa dhiraa qubaa ijaa kayuu demtuu ciraash atii obsaa qabadayuu maali isiin tanaatuu buultii namaa ta.aa amaa galaamotaa hin talaa ufiin bulaa midiyaa iraa lafaa dhituu wasakaa bagaa tumamtee ayuun
Yasuu dhisii akaa namaa isiin badii qabnee mucaa iraatii qubaa qabiin
Yasuun dubbii hin beekuu
Yasu kijibaa usii jedhi
Bagaa mubee itti xiqeesite badii wayiiyyuu hin qabduu mubee namittin kabajaa hin qabduu
baga dhayee iti xiqatee
Nami ayuni misikina jedhu baye balagedha isin akkamiti miskina jata
atti yassuu nama walittii ararsuu hin beyttuu
Gowaa kanaa hasawa bekuu wobii abshir bro
Yasu wabii disii uma hinghdina
Baga Rabbiin sibaase wabii
Maali baalesee
yasuu mataa quulafii. yaa Fuurrii
Kuni gowwani waani hasahau hin bekku 😊😊😊
Abo baaga rukute mucatin adaba qabduum😮shamaran dhirati sagale ol kaastu 😢baye fookudham mubbe bagaa Raabbiin sibase mucatin sif hin taatu Dhugaa turn Amanu Umata wol fiicisifte😂
Mubee homaa balechinee mubee dhugaa qabaa kanafi mubeet hin faradun malif ishen ossoo isaa jalatee jirtuu malifi namaa birraa jalat mubee dhugaa qabaa kanafi azokii obolessaa koo waqayoo kan ishee jaluu sifi qophesee jirraa rabitii kenadhuu osaa godhadhu rabii jiraa sifii ☝️ishen amoo amaafi itii fakatee bidaa imiman bustee bochii
Mucaati sanara fagadha Wal sin ajessisti dhugaa
Wobiii baga jirattee vidiyoo kalesaa sobaa???😢😢😢 Alahmdulillah baga jiratteee
Mucayo misikina jadha isayu mucayo sakina hin jetuu kkkkkkk nama wal nyachifte dhiga busa jirti guddisa baden
Waabi video kuni Amma miti woabin kaalesa heedu midhaame jiraa rabbin isaa haa fayyisu insha Allah 🤲😭hundi keesani du'aayi godhaafi haadara 😢😢
nama giduuu nagaa busaan malee akkaanattii hin dubbaatamu tortooraa
Yasuu ati sayido sibitatee?
Wobii ati yasullee hin amaniin
Mali kun waan dubbatufii waan dhisullee hin bekuu
Ati badii hin qabdu intala guddisa badde kan ija hin fuune maalsheetu jalattee balaa kana
Sirtii dhanu didee wobii tanaa sharmuta itasuni dubi akka namaa gudaa hasayi
Bagaa batee saree ko qalii ufii
Mubeen basii hin qabu us jedhii
Mubee.ofii
Eegadhuu.Atii.😢😢😢😢❤❤❤
Wabiin miskinaa Abshirra W koo😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Mee Yaa Iyasu Lakofsa Mubee As Jalati Naaf Baresime Lakofsa Inni Imo Fatadamu As Jala Naaf Kaa ii Dubisun Barbada Mubedhan
Malifii dhifamaa gafataa isin malif harakaa ilimaa dhiraa tokotii harakaa olii futii
Atii guriba bareda kana taan isiira calitu rabiin siif hakanu jalahaf
Yasuu ayii rako guda qabdaa dhugaa??? wobiin miskinaa abshiir kan ira fagadhuu dhugaa❤😢😢😢😢
Safuu.waan.jedhumu.hinumaa.hin.teytuuuu.malii.dhirra.harkaa.ol.kasunii
bga kalee isn balagedha dhuga rabii
Duratisiinjaaladha dhugaa atigowaadha yasuuati tish
Baga tumte intala baalagee tana qabeenya qaba jetteti isa San kan jaalatte hin sobdi jaalalala miti birriidhaafi
Hayuu raabbiin isi ha baleessuu saree tana mube abshiirii raabbiittuu jiraa ❤❤❤❤
Interviewiin beekha jattee waanuma takka irra daddeebita mucaa khanatti dubbii fe'uuf
Dhisi yaa wabii kun ilmi hasawu hin beeku
Yasuu dubi hinlaqiii dubihinbeytuumoo yo dandese ararsi
Isi gafatu male Isa gafata dhifama akkam Tau jirta Isa ati
Dubaritin tokoo dhirati malifi dhadati
Mucaan Kuni yaa'ii godha muccattin isa hin jaalanne hin dhiisu
Yoomaatii sitii dhufaani fiigii
Yasuu dhifamaa wojinii atii dubii ohifta dubii hin ohisinii wan sii galchinii kesaa galtee
Baga rabbi sibaase
yasuu atii kesaa bayii bubii jaraa kanaa wobii tumanii amaa sillee hin tumanii
Ayyuuun miskina miti sakinaa
Dhugaa kee jeetee 😁😁😁😁😁
Wobii tumamee turemii😢😢😢
Yasi atii hasawa hin beytuu doma wan arkite waliti laqinii
Ayiii nyachifitee Ayun 😭😭😭😭😭😭😭😭
Baga dhayee mucaati martuu kana
Yasuu atii yomuma amalaa gadhee kana dhifta oduu wayii
Baga Rabbi si base mubee❤❤