Mee barsiisa keenya sooko isa nuuf himi? Fayyiisan akkaata taayye danda'a ija dununfate mootumma deegara ture boodden sa akkana tahe nama wallaala akka fayyisa argee hin beeku an, caldhisuu ni dandaha bar?? Male mootumma rabbiin qixxeesse mootumman dogoggora wayiitu hojjata hin jiruu jedhee yaadun..... Nama akkami kun
❤❤baga nagaan dhuftee anni akka nama tokkoti waa'ee fayisaa kuni naaf hin gallee namichi duruu milaan malee samuun hin jirruu ammaa garruu waaa hundaanuu hin jirruu
Dhuga jette bobani bayee barbachisa biyya kenati . Asiti USA ti gas ni bayee barbachisa. Fayisani miskina samuni dhise lukani yada , balidhise hin yaduu.
Abdisha ma nuraa fagate torbee tana keessa habibi ganama hunda sagale te isii dhugaa tate gama Kenya nuf lalbdu dhabu hin fenu jaba Kenya umrii nuf dheradhuu
Maaluu jettan Abichu My King
Afan hin baninaa maaltu isin galche kana kessa inaaffa dhumatu isin maraachaa jiraa gadi taa'aa gowwota
Fayyisaan dura miilaan waan Fiigeef gaarii hawwaa!
😂😂😂😂
Abduu qaalii namaa
baga ngy nuf dhufte
Dhugaa keeti
Anadhufu abdu qali namaa🎉🎉🎉❤❤jabadhu 🎉🎉❤
Rabbii haa laafisuuf maalii godhan silaa
Jawwee King Abbaa dhugaa Nuuf haa jiraatu Isa qofa nuf taha wly Rabbi umrii isa ha dheerresu😪❤️🤍💯👌
Amiiiiiiinn Amiiiiiiinn Amiiiiiiinn Amiiiiin Amiiiiiiinn Amiiiiin Amiiiiiiinn
As wr wb ♥️ abdu rabbiin naf ha birmatuu malee wanii birraa hin wallalee 🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝👌✅️
Maraatan yoo horii tisse
Dheedan nidhawaa ,deeman nidhawaa,cissan nidhawaa akkana taatee biyyi teenyaa.
Dhugaa keeti sin jaalladha nuuf jiraadhu❤❤❤
Yoo ujoolleen TikTok irratii fayyisa lukkaa yaada yoo jettu soba seeaa dubbii dhugadha walaalatu waalala bulara mali gonna rabbi fana wayyanne isaa godhe nurra kaasu
Fayyisaan Amma hayyudha janaan Rabin bekumsa male bekamti namaf hin kanin😂😂
Anaa dhufuu abdii koo
Ajaa'iba jiini hangumuu yoo ibse waan halkanii if keeysaa hin dhabu ja'an
Mucaa kana dur mama gam tokko qabu hin seene
Abdu Wellcome jabaadhu
Yooyyaa yooyyaa abdu❤
Fayisaan.gotaa.waqaa.dhugaa.dubataa❤❤❤❤❤
Jabaadhu sanyi
Subaanaa allah namiichii fayiisa jedhaamu sun akkamiitti yaada yoo inni qabeenyaa qabaatte ummaata dhiisii fkn maatii isaa qabeenyaa qabaa jechuudha ??? !!! Garuu kun maal namchii??? , mee kaa makkiina qabuu dhiisaatti ummaan kenna nama meeqaattu kuraasii ibsaatte jiraata ???subaanaa Allah qufaan gabaa gaafa hin bekkuu jedhaa oromoon yoi mammaakuu
Dhugaa dubachufii biyaa kena dura gatin bajaji dura50 ama200😢😢😢😢
Ara ardhaa dhugaa 500 turee dhugaa rabbii
Dhiifama fayyisaan yaada keetiin faallaadha jedhee.dubbiin fayyisaa sorgoo fi sookoodha qabaa.
Mee barsiisa keenya sooko isa nuuf himi? Fayyiisan akkaata taayye danda'a ija dununfate mootumma deegara ture boodden sa akkana tahe nama wallaala akka fayyisa argee hin beeku an, caldhisuu ni dandaha bar?? Male mootumma rabbiin qixxeesse mootumman dogoggora wayiitu hojjata hin jiruu jedhee yaadun..... Nama akkami kun
Fayyisaa leellisaa osoo taane dhibamaa leellisaa jedhaa.
Baga deebite bro garuu viidiyoo maalif akkanati gababsiita ? Xiqqoo dheereysii mee , warra amaaraas fidi waan jawar irraatti jedha jiran waan tokko tokko dhagayaa jira
Dhugaadha.yeroo Amma kana warroon dhuunfaan gurguratan qarshii 600 litiraa 2.
Abduu sagaleen hin jirttuu
Yadaa fayisaa bayee jalaa qanofinee dhugaa
Guddaa galatoomi Abdii 🎉🎉🎉
Baga nagaan dhufte
Waan hojannu dhabne abduu 😭 misoma egalle kunoo boba'aa dhabne gogogaa jira 210 binne letira tokko ama sunuu hin jiru jedhan suuqi yeroo malee gibira nu gaafatan kunoo cifne teenye mee akkati jiraana mee maal goonu keenya rabbii guddaan yaa dubbatu warra abichuu jechaa olu kana yoo wallaalaf ta'e rabbi sihaa qajelchu yoo beeka jallate ija kee yaa ballesu wallahi qaala'insa jireenyatirraa obbolessa kiyya qabxin dhufee father mucaa koo feetu baradhu feetu taa'i hojadhu ani waanan siin gargaaru hin qabuu waan qabu fixadhe jolle kaanu waan nyaachisu rabbitu beeka jedhe kunoo teenye mee essa deemna maal hojata dhalli namaa of jibbine baay'e jiruu keessa hin jirru musiiba bu'e walaalle abiyyi seena konkolaata beta mangisti dawwachisa sibilaa walitti guure ahaaaaaaa
Feyisa milaaa figee malee wayii sammuu figeee nama beekumsaa qabuu waa'eee dinaagdee beekaa
❤❤baga nagaan dhuftee anni akka nama tokkoti waa'ee fayisaa kuni naaf hin gallee namichi duruu milaan malee samuun hin jirruu ammaa garruu waaa hundaanuu hin jirruu
Ani kanan jedhu dhugaa dubbanna yoo ta'e kadiree isaanii yoo ta'e malee mee nam tokko kondoomineemii kennineera haa jedhan. Komdoominiyeemiin kaadiree ppf malee hojjetaa mootummaaf kennamee hin beeku.
dhugaa jetee ❤️❤️
Akkaam
Fayyiisaan milaan figuu sammuu miti yaroo tokko hayileen malasiin anii mumeminister ta'uu qabaa jedhee jenaa milaan figuu samuu sette jedheen
Fayyisaan dura miilan figaa ama matan fiigutii jiraa 😅😅😅
fayisan marata dhisaa
Yaanni fayyisaa yaada dheedhiidha😂
Welcome Abdu❤
Galattoomaa
Galatoomi 🎉❤jabaadhu
Gazini litiriini taka 300 sadihi❤❤❤
Fayisaan miilaan yaaduu jalqabeeyii?
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Ati kijiba hin haasawin
Fayyisaa leellisaa qeequun siif hin malu
Namittin kun miila dheerate malee sammuun gabaadudha
😂😂😂😂😂❤❤❤❤abdu
Jaabadhu abduu❤❤❤❤😂
Yooyaa gootoota Oromo 🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪🥰🥰🥰🥰💕💕💕💞💞💞💯💯💯💯🌹🌹🌹🌹🌹
Waan siirri duubata gaaltoomii
Baga nagayaan dhufte
Fayyisaan ija nama garaa ofii guuttachuu malee rakkina namaa arguu hin dandeenyeetiin ilaalee haasawa natti fakkaata🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓
Garuu inni silaa fayyaadha qabaa?🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Akkam 8:30
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kan na dhibe warri badhaadhinnaa kufaatii biyyaaf miidhama ummataa irraa maal argataa?
Rabbiin isaan haa fixu!
Nanoo kenyaa kaa bajaj 500 jedhaan
Matti na ta,aa❤❤❤
Atile juwarile balanamatii tagarafi jiratani tiamo nabiyi
Yoya❤❤❤❤
Fayissaa kotedhan figaa malee sammuu hin qabu.
❤❤❤❤yoo ❤❤
Badiya gazii faydam barii fayis haree tokko gadhe samuu duwatii kun
Dhuga jette bobani bayee barbachisa biyya kenati . Asiti USA ti gas ni bayee barbachisa. Fayisani miskina samuni dhise lukani yada , balidhise hin yaduu.
Jabaadhu
Sagaleen hin jirttui
Mobile kee ykn gurra kee irraa yoo tahe malee ni dhagahama
@@Bakkalcha-Bahaadhuga ketii 😅
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagan dhufte na beekta ati?
Mataafi miila walii dorgoomsiftuure JM hayyuu dha, fL miilan figee malee sammuun qullaadha garuu Rabbiin isaan haa laafisuu mal godhure ummataa Itiyoophiyaatiifi
Wel come
Galatoomo abdu kiya
Muccan gowwa fayissa jedhamu Kuni jirru Kenya hin bekku mo malinii malif maqaa oromo salphisisaa
lafaa magaalaa badiyyaa karee 200 gibiràa Kuma sadee 8000 gafatanii😢😢
Bro💔💔💔🥰
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mili samu hintauu.
Like godhe mucaa saboona kanaa❤like godhi rakko hi qabu
❤❤❤❤🎉🎉
Galatoomii
Fayyoon itti cabse
😢😢😢❤
Bilbila Kee argachuu dandaya
Baga jedhe
Feyisa marate😂😂😂😂
As Wr Wb
🎉👍🎉👍🎉👍🎉👍🎉👍🎉👍🎉😍👍😍🎉👍😍🎉👍😍😍👍😍
th-cam.com/video/j6aQcPNhpxg/w-d-xo.htmlsi=KF8QsPwlFQcoOxqr
😂😂😂😂😂😂😂😂 😊
Irraanuhaabararuuqalleuiinsaajireenyaakanirraa
Giriisaan chaleenjii godhuu hinqabu kana boodaa oromoon isaa wajiin giriisuu hinjiru
Badi wosak
አፉፍቱ
❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤