Siillaa anii kana dhibee shaamarii yoo onee dhugatiin yoo jalatan namatii maa bonuu garuu bode hojii ishee argatun hin olu atii obsii kana rabbii siif qode amale lafa jirii obsudhuma wan jara rabbii dhisudhuma gubane
Ati hin digne waada ke kan rabbiin sif qoode hin dhabdu erga itti himte dhiisi sammu ke amansisi jiru hara jiraadhu dhiiri akkasi jiraachuun isayyu aja'iba natti ta'e
@@attiehattieh4106 ani garuu nama biyya namaa keessati wal jaalatu kana badaa hin deegarullen yaa ta'uu garuu ega waada qabaatani dhaquu jechuun bar wal qunnamti saala qofaaf miti ega boruuf wal yaadani
Ani yadda sif qabu rakkoo si raa addan basu kuni sababa ishii gafadhu yoo ishiin bilbila si kasu didu ta!e hirriyota ishii waal bektu qabate qoradhu jedha obsu yero kenifi
Siillaa anii kana dhibee shaamarii yoo onee dhugatiin yoo jalatan namatii maa bonuu garuu bode hojii ishee argatun hin olu atii obsii kana rabbii siif qode amale lafa jirii obsudhuma wan jara rabbii dhisudhuma gubane
Wayii God dhirii jalaalaa dhugadhan namaa jalaatuu jirayii anaa gafii natii tayee rabbiin walitii sin yaa ararsuu kan namaa soba kan rabbiitu calaa obasaan rabbii hegaadhu hin ariifatiin .
Ashiir kodee Koo naamani tokko mittii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waa malee hin jibbinee shamarran jalalaa dhugaa dhiraaf qabu haa ta’uu maalee yaada ofii jijjiruun dhiqamaa waan ta’eef dhifamaa akka gotuufin ishin jedhaa akka kootti .
Yaa.waqayyoo.dhirraa.akka.kannattii.nujallattu.nuttii.qabii.nuf.ebbiissii.nuf.kennii.yaa.waaqayyoo❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
Otoo dhirii akakee jiratee oboleesako 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Uuuuuuuuufffff hayyatii.koo wolitii araramii lubbuu tiyyaa dhiraa.akkanatii.namaa jalatuufii.waddaa namaa egguu.hin erginee.ittii yaddii sii cubbisaa
Yeroo ammaa dhirti akkanatti nama jaldhatu jira sila obbolleetti kiyyaa ofitti qosaatta hin qosiin wan namni barbade dhaba jirutti qosa jirta ati obboolleessa Kiya ammas obsiif obsan anaan goromsa dhuga jedhu worii kenyaa rabbiin giddu keessaaniti nagenya hajaru abshir
Waaqayyoo garaa siif lafisee garaa keettii ishee haa debisuu baraa kana keessattii agaa kana kan namaa jalatuu dhabameraa jalalaa haqaa kana osoo dhibuu batee isheef wayyaa
Nuuf Jiradhuu Gammee.wantiin jedhuu Mucayyoof;.dhugaan waan sii jaalatuuf dhifamaa sii gafachaa jiraa waan ta'eef dhisiifiin sin jedhaa akkaa kootii.atiis yaa oboleesaa dhoksattii waan baleesiitee qabdaa yoo ta'ee irraa debi'ii gafuu dhiifamaa
Ani Garuu Jaalaalii Qillesara Maalee Lafaa Jiraa Se'e Hin Yaadu Aja'iba Rabbi Si Yaa Milkesu Kaa
Ani waaee hace maale waaee biraa dhiseeraa🤔🤔😭😭😢
Ayii kan hacee numa hundaa gubee wolahii Waan gonuu dhabanee malee
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😩😩🙉🙈💔💔💔☝😭😭😭😭😭😭
Anilee dhugaa💔😭
Dhugaa jete saanyii too atid akum kee hace male wa'ee biea dhise 😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭☝
Kan naa ajaa'ibee dhiirii akkati nama jaalattu jiramoo 🤔🤔🤔🤔 waaqayyoon jaalalaa kee siif haa deebisuu
Anafis gafidha isha dhugaaa
eyyee kaa
@@footballcontents4255 jiranaan gaariidha
@@sifendebela5548 bektaa bassene hammaa akka jalaanuu himmachuu dadhabeene maale onee keenyaa keessati utu hafee dhukkuba ta'a taheeti anatu kansarii naa qabmaa ture
@@footballcontents4255 bayasusim 🤷♀️🤷♀️🙊🙊🙊🙊
Rabbii sii haa gargaruu
Nuuf jirdhuu Gammee laamii kenya ❤❤dandii dhuga in qalati male in cituu jedhuu miti waqayoo sin haa arasuuu
Ati hin digne waada ke kan rabbiin sif qoode hin dhabdu erga itti himte dhiisi sammu ke amansisi jiru hara jiraadhu dhiiri akkasi jiraachuun isayyu aja'iba natti ta'e
Fedhii shii malee waayi waa irraati raawate ballesan kee guyyuma sanaan hanga wal qunnamti saala wajin raawate osoo guyyaa lamaaf sadi fedhii shii gagafacha itti deemte sirraa hin fagaattu na amani ballesan kee isuma sana hubadhu ani jaallle koo wanan jaalladhuf beektu of miidha anaaf waan yaaduf kana jechuun yoo wal arginaa nan jedhu gaa'ilaan dura waaye fedhii fooni hin yaadin waan feete mirga qabaa yoon jedhuun ati kootu malee foon koo nan abboma malee inni nan abbomu jedha bakka fedhes walin turre walin bulle galla kuni moo isaaf akkan bakka adda qabaadhu na taasisa wagga tokko boodas fedha waaqatin isaaf fira saa gammachise waliin jiraachuf jirra / hundaafu siif yaa laafisu
Ishito dhaqee maligodharee😁😁😁😁😁😁
@@attiehattieh4106 ani garuu nama biyya namaa keessati wal jaalatu kana badaa hin deegarullen yaa ta'uu garuu ega waada qabaatani dhaquu jechuun bar wal qunnamti saala qofaaf miti ega boruuf wal yaadani
@@zinapf6656 dhugakeeti tiruuko
@@attiehattieh4106 galatoomi sanyii koo
😭😭😭😢😢😢😢🙉rabii waliti isin ha debisuu inshallah 😥😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔
Jalalii kesan yo dhuga tahef adda hin batanu rabbi adda isin hin basiin obolewan kenya
Baga nagan dhufte game keenya ❤❤❤dhirii akkana jira bara kana hundafuu badii kee beeku dhabde male rakkon jirachu mala dubarti tokko sababa male namara hin fagatu tarii guyya jalqaba ishii waliin bulte fedhii ishii male ta'a sanaf sitti qabamu (sin jibuu)dandesi hundafuu waqayyoo waliti isin haa debisu ati garuu obsa qabadhu
Waqayoon Walitii Sinahaa debisuu Waqayoon karadhaa Obbolotankoo Waqayoon Waliif keneraa tanaan esaayuu demtuu♥️♥️♥️❤️❤️😭😭😭
Anis akasumaa taee jiraa obolleessaa koo hayii jiruu jalallaa uuuuuuuuufffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Well come 24 oromia ana dhufu jabadhu game kenya ani yada hace male yado bira qabu ya rabbi jabina nufi jene hace nufi galu ama boda😭😭😭😭
Anilee muddannoo kana walii fakkatuu qaba otoo karaan ittiin sii Argadhuu qabatee Anilee yadaa keessaani Akka na garagrataan ni fedhaa😭😭 waaqayyoon.walitii isanii yaa debi'suu😍😍
Senaa baay.ee namati toludhaa dhugaa eebbifami barnoota gudda qaba warra hubatufi🌹🌹🌹✔️✔️❤️❤️❤️✍️✍️✍️💯💯
Uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir raabi jiraa obolesaa koo obsii sif debiti obsii obsatu furmataa obolesaa koo ❤🙏🙏🙏😭🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Rabbii walitti siin haa ararsuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Yaa obboletiko hin dogogorin jalalli qaldii mitii nama jalala dhugaa sii jaal atus dhabduu dandessa laphesa hin maddesin yoo inni balesse gorfadhuu atimoo obsuman rakko she hubadhuf
Yes
Abishii Rabbii garaa isii sii haa lafisuu
Bayyee namaa gadisisaa
Jalala waq ha balessuu Jalala Nadho male wani biz nu godhe jiruu
Bayyee namaa gadisisaa dhugaa rabbii malookaa jalalii akkaamini sisinuu dadaa lataa ananoo kanatuu naa dhibee dadeeti sanii dhabee
Rabiin siif haa laafisu
Anaa dhuufuu gammee 💚💚💚
Baaye nama gaadisisa anan gaaru kan naa dhiibu namni onne dhuugan nama jaalate maalif dhaaba Sila dhuugan jaalachutu cuubudhamo 🙄🤔🤔
Annafi gafidha
Rabituu siif jiraa
Atti akka balleessa hin qabne ofiti ni amanta tanan ishen kan birra jalate akkas siin jetti gaaru akka yadda koti uttu waliti debitani gaaridha namatti tola jalale yero jalqaba❤❤❤❤😘😘rabbin rakko jiru furre waalitti issin haa debisu
Rabbin waalitti issin haa debisu🙏🙏🙏
Anaadhufuu gaammee💖💖💖💖💖raabbii waliin isaan yaa debisuu
Uuuffff akkumaa kiyyaa 😭😭😭😭
Gamee welcomee🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Game baga nagan dhufte ana dhufu sin jedhe mee anas jalalti na qabuuf jedha mala naaf dhaha lamiin lammif jedhumii ree oromo koo 🥰🥰🥰🥰
Rabbiin nagyyan wolitii sini haa debiisuu jalala dh barda kan rabbiin isinif haa milkesuu jedhaa💕🌺
@@jawahernasri110 ameeen galatomii 😘😘😘🥰🥰🥰
Obsiifii Amala shamarranii yeroo durbuma ishee fudhattu jijjiramu dandeessii
Aniis waggaa 2 jibbee garuu obsaan na eegee na argaate
Ani garuu waggaa 2 sana ija kootiin arguu hin fedhuun turee arraba lafee namaa cabsuu jedheen arrabsa turees
Kanaafuu obsiif
Rabbiin wolitii isiin haa debisuu oboleeti too garaa lafiifii
Baga Nagaan dhufatee
Uuuuuuuuuuuuffffff. Yaa. Jalalaa
Welcome Dhirra akka nama jalattu hin jirra Dhifama osso sifi gotte natti tola akka yadda kiyatti
Anaa dhufuu gamee😍😍😍
Ayiii
Welcome to gamee Anii haa dhufuu bagaa nagayaan dhuftee
Ana dhufuu irraa debi'ii dhifamaa jedhiin
Kottuu matii atanuu
Wel came oromia24❤️💚💓
Hi Bayee namati tola jabadhu Garuu mee lakobasa keke naha erigi
aaa selaa koo fakataa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝☝
Baga nagan dhufte💓💓💓💓💓
Rabii sif ha debusu jalale ke dhugaa sena baay'ee nam barsisu ishens imoo yo rakin jirate rakina saniti himte wali rakina furani jalala isani dura santi debi'anti hawokoti
bagaa nagaan dhuftee Gaamee❤💚❤
Namni marte jammaa raabbiin waliti si haa deebisu
Anaa dhufu qoomoko gaame💞💞😍
Anaa dhufuu gamme koo jirtaa bagaa waaqayyoon sii egee qomoo.
Baga nagaan dhufatee
Wataa hundaa calatii waqaayoo waliiti sinii haa deebisuu
Waqayyoo walitti siin haa deebisuu
Rabii waliti sina ararsuu
Ufe😔😢
Jaalala dhuga qabatulle kabaja issi irra fudhatule bilasha hin jiibine mucatin waanuma irra jibbitee qabdi dubaratin jaalala dhuga nama jaalati
Raabbiin waliti isiin haa deebisu
😭😭😭😭
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Ananis waayee jaalala na idayi
Baga Nagaan Dhuftee 🙌
Bagaa nagaa dhufte gammachs.
Waan rakkate isimatu bekka garuu osoo itti debite bareeda
Wel come gamee
Ani Mucayoo dhaa Yaddaa qabaa 1 Duraa Mucaa kan wajjin ciftee 2 Namii biraa iillee Akkam Mucaa kanatii Si jaalalchuu dhisuu dadaa Kan Osoo itii Deebitee
Dhiifama gaafadhu obboleessa koo hin nuffiin yoo didde moo ati hamaa itti hin yaadiin malee rabbi kan kee si hin dhowwatu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhirri akkan nama jalatuu hin jiraa moo nama ishee bekkuuti ergi gaafadhu yookn dhirraa biraa jalqaabdee ta.a kanafi sitti tabati. Yoo sii jala kasstee rakkoo ishee gaafadhuu waani sirraa fagachuu murtesitefi yoo didesi dhisi maali rakkate hadha takka jala 9 booru ofumafuu sii barbadii
Itaa xabatuu dhiratuu kanamalee jilanee
Attieh Attieh huundaa mitti kaa isaan keessaa fayyan hin jiraa waari saamun isaan furin guutame essati argamuu
@@roozaaraggasaa9736 dhuga jetee anayuu wani furii wayituu naciqaa jira
Attieh Attieh 😁😁😁😁😁🤣🤣🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Qo.ii jalalalumuti kuni kan hundaa nama ciqaa mo ya rabbii ko hooooo jalalali nama marchaa yo jedhani gafii natii ta .aa dhugaa rabbii 🤷♂️🤔
Waaqni jaalala isiin haa ararsu
😘😘😍😍😍😘😘😍😍😍😘
Well Come Gammee Ana dhufu 💚♥️💚
lmlmkkoo
Omaa mittii kaa waqayyoo waliiti sin haa debisuu
Oromo 24 anaa dhufuu isinin jechaa mee lakofsaa telegram kessan isinin ittin qunnamuu barbada
Wel come Gamee
Garaa isii aboo
Raabini issiini haa garagaruu woolitii issinni haa deebiisuu
Wayyo ati ishiif jalala dhugaa qabadhu amanama ta.i malee guyya tokko harkaa keeti deebiti obsi yeroo murasa
Jalalii dhugaa ergaa du.ee bubulee Jedhee Abdii kuteraa garuu jiramoo dhirii dhugaa Anafii gafidhaa?
😍😍😍❤❤❤💪💪💪
Ani yadda sif qabu rakkoo si raa addan basu kuni sababa ishii gafadhu yoo ishiin bilbila si kasu didu ta!e hirriyota ishii waal bektu qabate qoradhu jedha obsu yero kenifi
Well come
Gamee ♥️♥️♥️♥️♥️
Gamee☝❤💌❣💟
💐❤❤❤❤❤
Jilbiinfate👉jilgiinfate
Garaa garummaa qubee yookaan jecha natti fakkaata 🏦
Uuuuufffff
Anis.dhukubaa.akanani.qabaa.malii.godhuun.qabaa
Obsiii kaan rabii sif qabe egadhuu
Akkam jirtuu ijoolee oromoo you Tube kenyaa subscribe gatanii matii kenyaa ta'uu dadesuu warii fuli keessan guracha'uu warii fuli keessan bugurin iratii ba'uu warii qulqulinaa fula keessanf ta'uu barbadan mati nuf ta'aa
Ok
💪💪💪💪💪💪💪💪
Obsi
𝑵𝒐𝒐𝒓𝒊𝒊 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒆𝒆𝒆𝒆𝒆𝒆𝒆
Kottuu matii atanuu
Gamme Ergaa Xalaya Jaalala Sagaledhan Sif Erguu Ni Dandenyayi Telegram irran Barressuf Sahati Dheeraa Wanin Hin Argannef
Fedhi ishee male waliin qonamtii salaa rawatee akka hin tanee