ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Yaa oromoo dhiisaa qaraa badii abbaa tokkoof miskiina karaa deemu miidhutu rakkoo hamaa nutti fidaa jira dhiisaa maloo dallansuun rabbii gaarii miti 😥😥worruma yakka kana dalagan qabuudha malee miskiina 🙆♀️
Dhisaa jechuu kaanatu ijole kenyaa fixee dhugaa kenyas miskinaa waa hin bekkin kaan qalama jiruu
Isin warii dhisi dhisi jetaan Kun malii isin kenyaa akan qalamee namaa miti kanaa duraayuu disuu kenyaa utu nuu fixee
Arabafi batani mo maalifi woliti qabamtani isini maali oroomo qaalati nuti agarsiisa jeetu
Wolayii yanii kesanii maratuu sirii mitii ijolee boruu senanii isii yadataa lakaa oromonii duruu birii bira hinii taruu jedhamee garuu wayee birii dhisaa maloo guma bafanaa jedha malee yo jiratanii birii nyatanii umataa wanii hini tane kesa gini galachinaa birinii amaraa dhisii oromoyuu wolii qalachifatii
Yaadan dogogoorati
Ijoo qabiirin fuldura keessan jira akkanatti nagenyii hin dhufu
Adaraa biyya Lafaa Agamuu hin jiratanii dhisaa waqayoo waraa isaa qalee waqayoo hin qalaa waqaa adhoo tetii lalii nama xaree buluu hin xuqinaa
Adaraa waqaa Namaa hin qalinaa undii badii hin hojatuu
Qalaa fanisaa nuu agarsisaa Yaa oromoo garanii nuu gubatee maloooooooooo😢😢😢😢
Qee,oromoo,keessaa,buqa,uu,qabdii,fir,1,Osoo,hafanii
Mee biyyaa Nama tesanii waan in tanee in yadinaa rakoo kesaa galtuu😊
Namni waa hojaatu ergaa hojaate ifaati basaa maalee maqa oromoo keenya hin baleesina birrif 😢😢
Abo us waree afaanin odessa hin olin haasaan bua qabu
Wayoo yaa humata koo malii tatani ani sibira jiruuu akums kessa bidena barabaduu biyya ba.ee kanu guba jiruuu isaa biyya ta.ee qufeedha meee
Aboo dhisaa waan akkaana.
Ishee dhiisa jaroo Dubbii kunii siirii miittii mee Demaa biiyya galla
Eeyyen dhiigaa keenya bassa
Ishiishe oromo iyyu dhisa rirumma oromo itti agarsiisa maali sa nama akka keesaniti numaan laalame waan isin goota
gumaatuu gumaa basaa oromon duruu garaa lafaa kanaatuu nuu baaleesse duuraayyu,dhigaa oromoo nuuf basaa,issin qofaa mitii waraa biyyaa jiraanis😢😢😢
Midiyaarrati asooftaan maalee hin tahu maqa iyeesusin gubboo birri malee gumma basun hin tahu oduwwaan tirfiiti miskinii meeqa biyyaa namati midhaama sobduu
Uuuuuuufff malo silaa wanumaa akaa dhisi waqayo badi kenyaa nuti dhekama jiraa uuuuuuufff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢yaaa waqayo araraa busii
waqayyoo sodadha barri jetanii nama hin xuqinna 😢😢
Maallaqa guurtan ummata buqqa'een gargaara
Aboo akkas hin goodhina nama fuduraa namati akkas hin godhina
Obboleewwan koo dubbiiin biyya jiraa dubbiin akka miti miskiina keenyas warra karaa yaa u fi uuf jettaniifi gumaan nama qabbaneessuu warruma Oromo keessa guutee jiru san
Abo miskkina aka ketti dhisi dubiin guddichuma bira yoo dandeesan
Biyati gala biyi Sera qabdi hin salphatani❤❤❤❤
Nagenyaa isaafii maa warbdee atii 😊
Mee nama hin qalinaa yoo danadechani kabii fanoo salalee jiruu sani bobechaa namani muca kana ajesee achii kessa ya gubatuuu
Ijole biyaa bate hin xuqinaa yoo dadesan Wana biraa dema
Nama qaluun maal fayadaa ofii hin bektanii miskinii maal godhee abichaa ajessee soqaa
Ilmo sare isaan maliif nuu qalaan gumaan ba'uu qabdii kanaa hin tanee tanan jarrii nuu biraa hin haftuu aniis isaanan deggara
@@Yerusale kunii sirii nama homaa hin beknee ajesuun gumaa debisuu mitii yoo argatamee namichumaa ajessee saan ajesudhaa malee
Uuuuuffffffffff yaa rabbii nuuf birmadhu
Afaan,hin,iyinaa,
Isitii.yaa.araramuu
Anni Utuun argee gummaa baasu malee maalaqa maalan godhaa
Maalii qaaqara kunii Hoola bobaa kuniini
Waaqayyoon sodadhatti nama miskina hin qalina
Calisii qodaa
Waan fokkisaa hin rawwati mee rabbii sodadha adarbi
Dangaa keenyaa waranaan eggatuu.
namuma misikina karara qabani qalani itini nufixifi demu jarii nuti biya araba kesha amara fi oromo dani mana toko kesha hojana lubu kenani hixabatina
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭☝️
Uuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Itii mudaa oromoo ko
AAfanbichaa
Nama qaluun.mal fayyada ofii hin bektanii miskini mal godhee
😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪
😢😢😢❤
Itti mudaa oromoo ko
1
Roroo nurkisee
😭😭😭😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭
Biriin hadhaa kesanii habaduu birin yom rakanee
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
issayi nuun jechaa turanii bar dhugaa komeentiin isaanii😢😢😢😢😢😢😢😢
Afaan qofa hin ta'inaa qaaliwwanko gumaa kichuu kanaa hamma ba'utti osoo inni nama qale qalamee inni nama rukute rukutamee gumaan ba'ee beeka ta'ee yoona xiqqoo fooyya'eera
Dhuga 😂😂😂😂😂😂
😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢