Doktar New Funny Drama||Diraamaa Afaan Oromoo 😅😅Doktar 😅😅Kutaa 2
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 29 ต.ค. 2024
- Please Subscribe
Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #LikeDoktar# Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna
Jaalloowwan Keenya Qaqqaalii Chaanaala Kanaaf Haaraya Yoo Taatan #Subscribe Godhaa
Vedio Kanatti Akka Buhaartan Abdii Guddaan Isinirraa Qaba #Like #Share #Comment Godhuudhaan Akka Na Cinaa Dhaabbattan Gamanumaan Isin .gafaan
wan nuu hordoftaniif Galatoomaa Isiniin Jaalanna
Kolfaa kan qanasaa xiqoo
In sha Allah we normally do.....
Wallyyi bayye Namatti Tolla dhugaa Raabbi jabadhaa Qalliwan Tenyaa
Waaaaaaw bayye namatti tola dhugaa rabbi jabaadha jajjabee koo isin wajjin jirra hayii shaarmarkee Adaam umriin kee nuuf haa dheeratu gaafa biyya ambaati galee awwala dirree dawaa dhufaa oromiyaa kessa waan bayye jaaladhuuf ok
Jabadha jabadha ga itti buhare jiraa itti fufaa nuuf
Wowowowo bayyee namati tola jabadha ijollee qaqaliwwan koo
Direwod jabadhaa garuu akaa yadaa Kiyatii osso adan kutuu batanii walitii dhabdanii baftanii mayee namatii tolaa jabadha walitii dhabaa dalagaa akaa yadaa kiyatii
Hhhhhhh dhugaa bayyee namaa toollaa barumsaa bayyee qabaallee jabdhaa itii fuffaa😍😍
Wooòoow wooòoow baayee namatti toltu sanyiiwwankooo jabaadhaa
Waawwwwwoo bayee baredaa Itii nufufaa👍👍👍👍🌷🌷🌻🌷🌻🌾🌷🌻🌷🌾🌷🌻🌾🌷🌻👈
I am from welo i love you oromiya bareda ejolle oromo
jabadhaa namatii toltuu ojii baredaa ra jirtanii😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😙😙😙😙😙😙
Kkkk hedu nama tola jabadha 😍😍😍😍
Hedduu namatti tola jabaadhaa!
Ijjolee qalii jabadhaa
Kkkkkkkkkk wly baayee namaati tola jabaadha dirama from Direwood 👌👌👌👌👌
Hhhhhh baayee.garidhaa jabadhaa
Kkkkkk baye.ee namatti tolaa jabadhaa ijolee diree Wood
Woww dirmaa baayee namti toltuu jabadha
We love dire wood very funny keep on going shirmake👍👍👍😆😆😆
Kkkkkkkkkkk abboo ijoollee dirreedhaa hedduu namatti toltii akkam
Mashaallaah mashaallaah bay'ee namati tolta jabbadha
Walahii bayee namaa kolfisisaa
Kkkkkkkkkkk wayii sharmarke hojii tee moo jabaadha dire wood isiin cinaa jirraa nuttis itti fufaa
Jabadhaa sanyii Koo
Anni haa dhufuu shamarmake kkkkkkkkkkkkkkkkkk
Malaqa lakka jirra
Jajabdhaa jolee tenyaa isiin jalanaa
😀😁😁 ayi dokotor
Kkk wayyii hojjii ke sharmarke ♥️👌❤️♥️
Heddu namati toola jabadha ilman biyya tiyya
Imiss you dirre tiyya biyya jalala😘😘😘😘😘
Kkkkkkkk bayyee nama buhaarsa fedhii koo malee naa kofalchiisee!!, jabaadha maddii keessaan hin cittin....
Diramaa direewod heduu dasii namaa jedhaa
Jabadhaa barumasaa gudaa qabaa
Jabaadhaa
Wowowo😂😂😂
Baga ngy dhuftan oso malaqa lakahu liqi gafata sharmarkeeko hhhhhhaahhh wayiiiiiiii cara kee konjo konjo
Bayye namatti tollaan ijooleen jajabadha
Hhhhhhh adda.dhiirti uffaata hin ergiifati🤔ani baqa ddiiraa uffaata hin laalu🙄🤣
Hirribaa laakayaa jira malli mallaqaa
Mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla
Woooow ijolee dire jabadha baye das nama jatan kkkkkk
Sila nama jijirtani hojatani bareda kesafu dhalale yaro Toko tokos nama haraw caera kenaf akka Lalu yobarbadan laki
Kkkkkk wly koflan duae
Kkkkkkkkkkk bayyee naama toola jabadha
Eddus jedha garuu sharmarkke gaaftokko dureessa tai hojjadhu kkkkkkk
Woow heddu namatii tollaaa nuuf galtomaa heddu issiin jalaanaa
kkkkkkk malaqaa lakayaa jiraa moo hiribaa lakaftaa
nice work direwood
Kkkkk dhugaa Bayee Namati totaa
Garuuu hasayaa sharmadhee caqasee hin qufuu doktora jalalatii atti
Jabadha
Wowowowwow
Kkkkk wow bayye namati tola jabadha itti fufa❤❤❤❤❤❤
Wwwwooo dhuufneee Like anatuu duratuuqee
Si duraa anaatu godhee
Heduu bareda👏👏👏
Wow bay'ee namati Tola galatooma ijoole qaqliwaan kenya
Oromoo koo linki kana gadii xuqa Subscribe godha 👉 m.th-cam.com/channels/uIdmQLNMdqpASStNwgyBLA.htmlvideos
Sharmarke hhhh
Jabadhu shamarakee Aadam heeddu namati tooltta
Rifeensi nama 70mii koota tokko bituu eegalee kkkkkkkk
bayee jaladha diramaa kesani laki godhaa oromoni hundi Aratii haa gudifinuu❤❤❤❤❤💪
Wawo 👍🌷🌷
Anaafile godhaa
Hhhhhh koflan nu fixan hedduu takka nuf galatooma qaqaaliwan joollee dire baay’ee nu boharsa jirtan
Yaa shaarmaker maaltuu akkaanti sii ciinqee atti 😁😁😁
wayii hujii kessan
Kkkkkkkk hedu baredhan 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💙💙💙💙💙👍👍👍👍
Kkkkkkkk
Ani waahiin dhaabbata keyriiti lool#isku
Wow diram baredu nama bashanasistu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ijoolee direwood jabaadha❤
woooow heddu das ja
Wooooooow I love you ijoole Diree
Wayyoo garaa koo yaa doctor maal ajajjeef sii🤣🤣🤣🤣🤣 sibrii. sanaamakkii . roqaa fii k.k f jetteeni 🤣🤣🤣🤣🤣 arrumaan kofle boo
Jabaadha itti fufaa ilmaan biyya
Hy
@@queensayojibril8179
Hayyee
@@takkittiiharamayaa2590 habibttii nagayaa
@@queensayojibril8179
💘💘💘💘💘💘
Waay garaa koo jollee koflaa hedduu namattii toltaan waly nuuf galatomaa lammiwwaan koo jajabadhaa isiin cinaa jirraa anii silaa akkaa kiyyaan naaf tahee marraa 2 lamaan subscribes isiniif godhaa ✅ diramaan kessaan hedduu hedduu namattii tolaa halumaa kanaan ittii fufaan isinii n ja'aa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sharmarken bidiri inuma guura
Yoom kafala 😂
Kkkkkkkk yaa magaalaa koflaa
The best
Maalo lamikiyaa beruti rakkachaa jiraa sagallenuutai marisaa 10 akabiyaanugalichaan f😭😭😭🤲☝👉😭😭😭😭
Haha kolfan dhumnee jollee diree
Sharmarkee koo bayy'ee sijaaladha
kkkkkkkkkkk jabadha qashtiwan ko
Ana dhufuu sanyiiwwan too
Wwwwwww Heddu namati Toolla kessattu doctor I like it from England
Waa'e baayee gaaridha
Guyumaa toko aftamii taii ojadhuu sharmakee
❤❤❤
💚👍❤💚👍👍
Garuu soba kanna dhissa malle kkkkkkk
Bayee namatii toltaan akkanumatii sillaa movie dhedhertuu bifaa handarii tanaa duraa sanitii sillaa itii fuftanii
itti nuuf muddaa
Kkkkkkkkkk warii dhiraa ciiqii kanaa hundaa maltu siin galchee yoo dhugaa namati himtaani nama jaalataani 🤔🤔
Shermarke. Yadhan qabaa. Yaroo. Interview gotee. Bilblaa itin qunmanis baysisuu qabdhas.
Sharuukaan yeroo hunda liquma funanta
Hhhhhhhhhhhhhh direwood
Maallaqa laakawaara
Kkkkk❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯
Waoaoaoaoao ijolee dirre yutb issin jalanaa
Kkkkkkkkkkkkk
Hedu namatii tolaa barumsa heedu iraa argne
Yomumaa biyaa Oromatii Galee Diree Dawaa Demaa Yaa Rabii kiyaa Achuma Na gesii me
Hhhhhhh 😂😂😂😂😂
Wayo.shermarkee.kkkkkkkkkk
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🤣🤣🤣🤣
🤘🤪🤪🤪😁😁😁😁
😂😂😂😂👏👏👍💪
Kkkkkk