Ani barsiisota afaan oroomoo as gubbaa jiran keessaa sin dinqisiifadhe Maaliif jennan heddunsaani wantoota akasii kana akka itti banamu malee fayyadama isaa nama hin barsiisan erga itti hin fayyadamnee banuu qofti faayidaa maal qaba PayPal banee baankii link gochuu walallee hanga amma rakkataa jira Mee natti himi maaloo PayPal baankiidhaan akkatti link godhan adaraa Oromoo isinin immoo nama akkasii jajjabeesaa🌻🌻👏👏👍
❤❤❤yes yes
Ani garuu aouthrize naaf tahuu didee bro rakkoon isaa maali❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Garuu waan baayyee nufayyadu nubarsiiftee jirtaa galatoomi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu bro , Atin ❤❤waan dhugaa barsiisaa jirtaa
Waan tokkolee sirra hin hubane
Asalaamu aleeykum habiobii
Maashaa allahb jabaadhu
jabaa namaa dhugaa
Ani barsiisota afaan oroomoo as gubbaa jiran keessaa sin dinqisiifadhe
Maaliif jennan heddunsaani wantoota akasii kana akka itti banamu malee fayyadama isaa nama hin barsiisan erga itti hin fayyadamnee banuu qofti faayidaa maal qaba
PayPal banee baankii link gochuu walallee hanga amma rakkataa jira
Mee natti himi maaloo PayPal baankiidhaan akkatti link godhan adaraa
Oromoo isinin immoo nama akkasii jajjabeesaa🌻🌻👏👏👍
Nubira dhaabadhu
Akkaataa itti gurguran gadi fageenyaan nuuf ibsi
Prtee 3ffaa fidi
Saahiba kiyyaa riyaala su,uudii akkamitti ethiopia account irratti dabarfadhaa
የአሜሪካ ዶለር እንዴት ወደ ኢትዮጵያ አካውቲ ገቢ ማድራግ ይችለላሁ ?
Binance fi Telegram wallet akkamiti waliti hina????
Kiyyaas nadidee jira authenticaton suni verfiy tahuu didee mee maal godhuun qaba????????????
Step jiru Sirriitti hordofi yoo si dide karaa telegram na dubbisi t.me/samueldegefa
As wr wb nadidee Authentication app bro
t.me/+Om-wxVO1pbFiMzJk
Asiin Waan gaafachuu Barbaade na gaafadhu
Akamii obolesaa kiyaa dollar bayee qabaa garuu bafachuu hin dandenyee nanoo kamitti argamtta mee nafii himi naa gargartta dhifamaa wojiin
Telegramn Naaf Barreessi
t.me/samueldegefa
Binance koodii isaa dagadhee maal godhaaa
t.me/+Om-wxVO1pbFiMzJk
Contact me
bro bitcoin Email irra akkamitt bank itt darbarfanna
Telegramiin na dubbisi
t.me/samueldegefa
❤❤❤❤