😱 Dhoksaa Ifa Ba'e | Nama Hundumaa Kan Naasise Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 25 ก.ย. 2022
  • #ARARA_TV_WORLD_WIDE #SUBSCRIBE
    VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
    Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
    𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
    SUBSCRIBE TO
    OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
    UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

ความคิดเห็น • 575

  • @araratvworldwide
    @araratvworldwide  ปีที่แล้ว +55

    Subscribe to our You Tube channel and partake the blessings.
    Share this videos to your friends and families. Hit the bell button and
    follow our newly released videos. Thank you!
    VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
    Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
    ይህንን ዮትዩብ subscribe በማድረግና የህንን ቪዲዮ ለወዳጅ ዘመደው በማጋራት የበረከቱ ተካፋይ ስለ ሆኑ፣
    እናመሰግናለን! ሌሎች አዳዲስ ቪዲዮች በሚለቀቁበት ጊዜ ወዲያውኑ እንዲደርሰዎት፤ የደወል ምልክቷን ይጫኑ! ጌታ ይባርኮ

    • @mariamahmed9924
      @mariamahmed9924 ปีที่แล้ว

      Amen ameeen ameeen ameen ameeen ebifama waaqayyo gofitaan isin haa ebisu darbaa deema baga waaqayyo isin gargaare ameen ameen ebifama ❤❤❤❤👏🙏🙏🙏🌺🌺🌺

    • @meserettaganu5348
      @meserettaganu5348 ปีที่แล้ว

      Uuuuuuuuuuuuifffffffff amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen. Maqaa waqayyoo. Keenya yaa ebbifama ebbifam nama waqayyoo rachii meseret ebbifamaa 💗💓❤️💓💗💓❤️💓💓🙏🙏🙏. Bara fii jireenyaa keessani nafi. Ebbifam ebbifam 💗🥰💯🙏🎻🪕

    • @burtukangudeta4120
      @burtukangudeta4120 ปีที่แล้ว

      iyesus goftadha aleluya🤲🤲🙏🙏💕💕💕💕💕

    • @sifaanmuluneh8947
      @sifaanmuluneh8947 ปีที่แล้ว +1

      Yesuskoo😥😥❤❤

    • @taich2445
      @taich2445 ปีที่แล้ว

      Ameeeeeeeen galaannisa kan Waqayyooti ebbifamaa

  • @nanichaka6697
    @nanichaka6697 ปีที่แล้ว +6

    Raajii Meseret Tayyee Gooftan koo Umrii keessaan haa dheressu, hamtu isin hin ilaaalin Ebbifama anille ....manumatti fayyinni kara keessan naaf ta'a yeroo baay'ee🙏🙏

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube2501 ปีที่แล้ว +13

    Yesuus Goftaadha bara baran haleeluyaaa!!😭😭

  • @seblewengelgebretsadik2283
    @seblewengelgebretsadik2283 ปีที่แล้ว +6

    ጌታ እየሱስ ከዚህ በበለጠ በእጥፍ አገልግሎትህን ይባርከው ። አሜን 🙏🙏🙏

  • @misganaolkaba3951
    @misganaolkaba3951 ปีที่แล้ว +1

    waaqayyoo dachaan dadabalee isiin haa eebbisuu umurii dheeraa isiiniif kennuu

  • @user-gs6wo4wu2d
    @user-gs6wo4wu2d ปีที่แล้ว +1

    Ameeen ameeen ameeen ameeen waqayyo Isa dhoksa xonqaayi diiguf galanni ha gahu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @yadinyadin3493
    @yadinyadin3493 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeen haleluyaa iyesusi goftadha wati sini dhoktu jiruu yesusiko

  • @lattuuchalaa2000
    @lattuuchalaa2000 ปีที่แล้ว +1

    Rajii masarat tayee Waqayoo Goftan isan yaebisuu Ayanii fi jalalii Kiristos isanif ya ayatuu Waqayoo Biyya Kenyaf wan nuf Kenef maqan Isaa yebifamuu imiman namotaa Bayee Akaa Akuf Waqayo nuf Kenee Barii ke Baraa Ebaa Sif Yaa tuu Ebii Abarama isaratii yadhangaluu Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞

  • @chaltu2957
    @chaltu2957 ปีที่แล้ว +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Galaatoomi
    Yesuuse kooo Uuuuuuuuuuuffffffeeeee Yesuuse kooo galaatatu si maala abbaa koo ♥️♥️🙏Raajii waaqayyoo baraa kessan ha eebbisu nuf jiraadha ♥️♥️🙏

  • @fayerachali8823
    @fayerachali8823 ปีที่แล้ว

    Wow. waaqayyo dhaloota kanaaf isin dibe ! Eebbifamaa !!! RaaJii Masarat

  • @dasitakoot5426
    @dasitakoot5426 ปีที่แล้ว +2

    Maqaa waqaayyoo haa ulfatuu ebbifamaa R.M.🙏🙏🙏🥰🥰🥰

  • @asterbirhanu5101
    @asterbirhanu5101 ปีที่แล้ว +5

    Woow EBBIFFAMAA EBBIFFAMAA thank you jesus 🙏🙏🙏♥️♥️🇱🇧

  • @seenaafayisa6828
    @seenaafayisa6828 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen Ameeen isa dhoksa namati argee hidha namara hiku yesusif galanni guuddan haa ta'uu ameeen ebbifama nama waaqayoo Rajii koo bayyeen sin jaladha bayyeen sin kabaja iddoo guddaan isinif qaba gooftaan umri kessaan nuf haa dheressuu anis abbaa manaa kootin wali hin galuu dhibbaa guddaatu nu gidduu jiraa bayyeen cinqama jiraa nama waaqayoo naaf karadha adaraa maaloo

  • @BiliseHundesa
    @BiliseHundesa 2 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuuuuuf yaa raajii waaqayyoo abbaan koo isin haa eebbisuuu uuuuuuf❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ijjji keessan ammalle haa banamuu

  • @zxczxc3083
    @zxczxc3083 ปีที่แล้ว

    Waqayooo haa ebbifamuu
    Rajii Kenyaa waqayooo umurii dheraa isinif haa kenuu ebbifamaa❤

  • @chaltudiriba871
    @chaltudiriba871 ปีที่แล้ว +1

    Abba rakkatoota waqayyooo umurii dheeraa isin nuuf haa jiraachisuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

    • @deborajesus3593
      @deborajesus3593 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf ta'i hadhoko

    • @chaltudiriba871
      @chaltudiriba871 ปีที่แล้ว

      @@deborajesus3593 egadaa sif ta'eraa mitimoo ani moo Nama biradha lataa

  • @kmlakumale2967
    @kmlakumale2967 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuffffeeeee yesusikoo Ulifadhuu gofitaa faayisa biyaa lafa mootii mototaa AMEEEN AMEEEN Ebbiffamaa ebbiffamaa ayyani waqayyoo sinif haa dabalamuu ebbiffamaa nama waqayyoo waqayyoo haa ulifaatuu maqaani isaa bara haama bara barati

  • @nimonamesgebu
    @nimonamesgebu ปีที่แล้ว

    Eebbifamaa Raajii!
    Waaqayyo gooftaan bara keessan, jireenya keessan, tajaajila keessan yaa eebbisu!

  • @tigisttakele6575
    @tigisttakele6575 ปีที่แล้ว

    Ijii afuraa keessaanii kanaa calattii dhuggaa isinifii haa banamuu namaa waqayyoo ❤️❤️❤️

  • @gadisera5518
    @gadisera5518 ปีที่แล้ว

    Galanni Kan waaqayyooti ameen nama waaqayyoo ayyaanni dachaa isiniif haa baay'atu amma dhumaatti

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k ปีที่แล้ว

    Bagaa nagaa dhuftaan
    🙋🙇😍🌹🌹🌹🌷🌷🌷
    Maatii Waldaa💒 araara Waaqayyoo Addunyaa🌏🌹🌹🌷🌷👏👏👏!
    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen! Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa

  • @melkamuwaktola5472
    @melkamuwaktola5472 ปีที่แล้ว

    Bara kana keessa nama akkasii qabaachuun anaaf gammachuu Guddaadha! Takkaa si eebbisehoo maal si eebbifmna! Raajii bara jireenya kee hundumaa haa eebbisu Waaqayyo! Waaqayyo isa karaa kee dhaloota furuuf ulfinni bara baraan haa ta’uuf ❤!

  • @MemeMeme-lc3ci
    @MemeMeme-lc3ci ปีที่แล้ว

    Hulfadhuu yesuu waqa bilisaa nama bastuu dhoksanamaa kaan bektuu hulfadhuu heeeeeeeeelllllleeeeeeee🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @kiyyaaoromoo1374
    @kiyyaaoromoo1374 ปีที่แล้ว

    Ameen namaa Waaqayyoo raajii maasrti Waaqayyoo ammayyuu ijaa keessaan siinf yaa banamu ebbifamaa ebbifamaa

  • @waaqayyogaariidha3907
    @waaqayyogaariidha3907 ปีที่แล้ว

    Safuudha waaqayyof maqaansaa ha'eebbifamu ijji waaqayyo waan hunduma arga hojiin diinaaf xaxaan seexanaa hin diigama hadiigamu hammayyuu

  • @FatumaKh
    @FatumaKh หลายเดือนก่อน

    Ebbiifamii yaa Abba koo Ulfadhuu Abba koo baraa baraan

  • @johntalila9854
    @johntalila9854 ปีที่แล้ว +2

    Amazing testimony

  • @mariamahmed9924
    @mariamahmed9924 ปีที่แล้ว

    Ameeen ameen ameeen ameeen hujjin waaqayyo finqiidha ameen ameen ameen ebifama waaqayyo gofitan baraf jirenya keessan haa ebisu darbaa deema ameen ameen ❤❤❤👏👏🙏🙏🙏🌺🌺🌺🌺

  • @adisyarus3464
    @adisyarus3464 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeeeeeni ameeeeeeeni ameeeeee ebifama ebifama nama waqayoo waqayo si haa ebifama uuuuuuuuuu fu iyasisu getano ameeeeee ameeee 🤲🤲🤲🤲🙏🙏❤❤❤👍👍👍

  • @elsaa8024
    @elsaa8024 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen Ameeen Ameeen gooftani galataa yaa Argatu🙏👏💕💕

  • @sabboontuuwalisoo1286
    @sabboontuuwalisoo1286 ปีที่แล้ว

    Ammmeeeen Waqaayyoon baraaf jirrenya kessan haa ebbisu rajji masarat 1000 nuuf tura Uuuuuuuf waqayyoo galanni guddan siif haa ta'u

  • @deborajesus3593
    @deborajesus3593 ปีที่แล้ว

    Woww wowww uuuffeee maloo ajaba'adha 😭😭 maqasaa haa kabajamuu hin hojii dinnaa diguu! Ebbifaammaa nama waqaayyoo!

  • @birkealex3304
    @birkealex3304 ปีที่แล้ว +3

    ነቢይ መሠረት ጌታ ኢየሱስ በእጥፍ ይባርክ ይቀድስ 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo9715 ปีที่แล้ว

    Amen amen ameeeen ebifamaa namaa waqaayoo gooftaa sii ebbisuu

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 ปีที่แล้ว +1

    Waqayoo koo galanii siif haa ta,uu.hojini kee dinqidhaa 👏👏👏😭😭😭👍

  • @abwbashar7133
    @abwbashar7133 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo ayyaana isiniif haa dabalu raajii nuu jiraadhaa❤️❤️❤️🙏🙏🙏

  • @burtedabela4028
    @burtedabela4028 ปีที่แล้ว

    Uuuuuufffffeeee iyesuusi abbaa ulfaadhuu Miichuu dhugaa waabii gafaduumaa ulfaadhuu abbaa koo 😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭🌾🌾

  • @KenoDeresa
    @KenoDeresa 9 หลายเดือนก่อน

    uuuuuuuuuuuuuuffffffffeeeeeeeeeeeeeeeee waaqayyo bara jireenya keessanii nuuf haa eebbisu Raajii Masarat

  • @shewayekuma6868
    @shewayekuma6868 ปีที่แล้ว

    Haleeluyaa yesuus inni biyya lafaaf dhoksaa waaqayyoo gooftaa maccaaf ifaadha💕🙏💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @user-xs3zc8ow7m
    @user-xs3zc8ow7m ปีที่แล้ว

    Ammmeen waaqayyoo siin haa Eebbiisuuu 📖📖📖📖📖👈👈👈👈💯💯💯💯😍😍😍🥰🥰🥰🥰

  • @metii5816
    @metii5816 ปีที่แล้ว +1

    Waqaa dhosaa garaa nama agartuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuu dhugaa waqyoo osoon hin bonye ilalu hin danda'u maalif jenan gochan waqaayoo nama dhibaa

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay3980 ปีที่แล้ว +1

    Ammeeeeeeeen ammeeeeeeeen ammeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa namaa waqaayyo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @seeniitube2395
    @seeniitube2395 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuufff baguma Ijji Keessan Banamaa Ta'ee Dhugaa Waan dinqiidha Waaqayyoo Inni Dhoksaatti arguu🙏🙏🙏

  • @dameelikkisaa5767
    @dameelikkisaa5767 ปีที่แล้ว

    Maqaan Guddaa kootii gaa Ebbifamuu kan akkaa waaqayyoo keenyaa hin jiruu maqaan saa haa ulfatuu isaa kana godhee

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 ปีที่แล้ว

    Maqaa yesuusiin yesuus gooftaa dhaa dhugaa baraa baraan💘💘💘💯💯🙏🙏🤌🤌 😭😭😭🙈🙈🙈🙈🙈💔💔

  • @senaa2350
    @senaa2350 ปีที่แล้ว

    Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee Elelele Haleeluyaa ulfadhuu Iyeesuus Koo 😭😭😭😭😭 Rajii Masiikoo Waqnii Umurii keessaan Nufaa dhereesuu❤️❤️❤️❤️

  • @jamilajaman8696
    @jamilajaman8696 ปีที่แล้ว

    Namaa waqaayo goftako bara keessan haa ebbiisuu umuri keessan haa dheereesu ebbiifama

  • @wardawarda3201
    @wardawarda3201 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuufffffffff ulfadhuu yasus ko galanii waqayoo atauu inii dhokosatii aragee ojii dinaa diguu lecichii yudaa galataa aragatu ebifamaa ebifamaa ebifamaa nama waqayoo R masarat ayani waqayoo kanumaa calaa sifii adabalamuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😍😍😍😍😍😍

  • @geteangasu3681
    @geteangasu3681 ปีที่แล้ว

    Amen Amen eebbifamaa dachaa 🙏🏻 🙏🏻🙏🏻♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️📖📖📖

  • @buzuneshbeegii6236
    @buzuneshbeegii6236 ปีที่แล้ว

    Iyyesuus guddaa dha. Eebbifamaa nama waaqayyoo 👏👏👏👏👏👏👏❤❤

  • @sifurgesa9014
    @sifurgesa9014 ปีที่แล้ว +1

    Eyesus goftaa dhaa ameeen😭😭😭😭

  • @Abonesh835
    @Abonesh835 ปีที่แล้ว

    Hojiin waqayyoo adda silaa haleluya galanii kan waqayyootii

  • @yadanigetachoo8230
    @yadanigetachoo8230 ปีที่แล้ว

    Ameeeen Ameeeeen Ameeeen Ameeeeen UuuuuuuufffffeeeeeeekkkkkyyyyyiiiiiWaqayyoo innii ija kesan banee maqasaa haa Ebbifamuu Ebbfamaa Nama waqayyo Aneeen Ameeen🤲🤲🤲🤲👏👏👏💖💖

  • @rehauthreha4367
    @rehauthreha4367 ปีที่แล้ว

    Haleluuyaa yesusii goftaadha ulfadhuu abaakoo nama waqaayoo kan nufii kenukenukeeti yesusii

  • @abozaid413
    @abozaid413 ปีที่แล้ว +1

    Abbaa koo Ayyanichaa sinifii haa dabaluu

  • @hannatolamareyam5531
    @hannatolamareyam5531 ปีที่แล้ว

    Ebbifamaa gooftaan baaraf jireenyaa keessan haa ebbisuu 🙏😭💔

  • @user-py3jj5mw4w
    @user-py3jj5mw4w 10 หลายเดือนก่อน

    Ebbifamaa Rajiikoo umurii dheeraa nuf jiradha.

  • @alawalawalaw3943
    @alawalawalaw3943 ปีที่แล้ว

    Wangeelakaa rajjinii guddan isatuu qaba humnaa akka Abidaa dhoksaa dinna gadii yaasee qoree kan ilaluu goftaa keenyaa iyesusin maqansaa Haa caaluu!!!aleeluuyyaa ulfaadhuu yesus

  • @siifanfekadusiifanfekadu423
    @siifanfekadusiifanfekadu423 ปีที่แล้ว

    Wàaqayyo Isa iddoo dhoksaati arguuf safuu! Ulfaadhu Abbaa koo!🙏🙏

  • @gannathusseen4597
    @gannathusseen4597 ปีที่แล้ว

    AMEEN AMEEN galata kee yaa waqayyoo ebifama nama waqayyoo 🥰🥰🙇‍♂️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♂️🙇‍♀️🙇‍♂️🙇‍♂️🙏🙏🙏🙏

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 ปีที่แล้ว

    Uuuuuufffeeee gooftaa koo galani sif haata'u
    Waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa nama waaqayyoo ❤

  • @warqituguluma5208
    @warqituguluma5208 ปีที่แล้ว

    Elelelelele
    Elelelelele
    Goftaa yesuus ulfadhuu ati karaa umama keeti ati waan haraa goota!!!!!

  • @ayinalem1226
    @ayinalem1226 ปีที่แล้ว

    Ulifadhuu abbaa koo uuuuuuuuuuffffffiii yaa abbaa iyessaa Ulifadhuu

  • @comcell2517
    @comcell2517 ปีที่แล้ว

    Galaani waqayyoof hata.uu hunduu isa hindhokaatuu YESUS ko bagan kankee tahe🥰🥰🥰🥰

  • @emebet9976
    @emebet9976 ปีที่แล้ว +1

    Iiiiiillllllllllllliiiiiiiillllllll Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamaa Nama waqayyoo ayyaan waqayyoo kanuma calaa dacha 7 sinifi ha bayatu 🙏🏼🙏🏼❤❤❤❤❤❤❤❤📚📚

    • @najatiitube4352
      @najatiitube4352 ปีที่แล้ว

      Emebet subscribe naf godhii anisi sifaa ta'aa qaallii tiyaa

  • @ganniijesus451
    @ganniijesus451 ปีที่แล้ว

    Iyesus iyesus iyesus iyesus iyesus iyesus halleluyaa Halleluyaa ammmmmmmeeen

  • @maireghailu5987
    @maireghailu5987 ปีที่แล้ว +1

    nama bayyee jalenuu masoo❤❤❤

  • @lensaterefa8255
    @lensaterefa8255 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo ha ulfaatu. Umuriin keessan nuuf ha dheeressu

  • @yonasoljirra3146
    @yonasoljirra3146 ปีที่แล้ว

    Ani baayyeen sinitti boqodha gaafan waldaa keessan dhufu nagaa guddaan argadha eebba waaqaaf lafarratti dachaan ebbifamaa jireenya waaqayyoon dhalootatti argisistani mama guddaaf jaallatamaadha isin

  • @bontuiyeesus5755
    @bontuiyeesus5755 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifama dacha dachaani

  • @shawuuads9890
    @shawuuads9890 ปีที่แล้ว

    Haleluyyaa yoomilee ijii keessan banadha nama waqayyoo ebifamaa

  • @mamimamiyo8004
    @mamimamiyo8004 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuffffeeee waaqumtti bara jireenya keessani haa eebbisu ebbifama dachaa

  • @hirkisayadeta9835
    @hirkisayadeta9835 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifami Man of God

  • @devadebala4375
    @devadebala4375 ปีที่แล้ว +2

    Oh my God! dhugaa dubbaachuf waaqayyo dhooksa gaad faago baakke baasa. gaalata waaqa Raaji isiin nuuf keennef haa ta'uu

    • @deborajesus3593
      @deborajesus3593 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf ta'i hadhokoo

    • @devadebala4375
      @devadebala4375 ปีที่แล้ว +1

      @@deborajesus3593 Tolee an maati keeti

    • @deborajesus3593
      @deborajesus3593 ปีที่แล้ว

      @@devadebala4375 eyni nuuti maatii waaliiti beri karra kiritosiiti😍😍

    • @devadebala4375
      @devadebala4375 ปีที่แล้ว +1

      @@deborajesus3593 Dhugaa dha namaa koo

    • @deborajesus3593
      @deborajesus3593 ปีที่แล้ว

      @@devadebala4375 dhugaa kee akkaa Aduu safaa bakketi siif haa mul'atuu kaarraa ilmaa waqaayyooti hadhokoo 😍😍

  • @jituutube7160
    @jituutube7160 ปีที่แล้ว +1

    Waqayoo is haa ebisuu namaa waqayoo uuuuuuffffffffiiiiiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @InnocentBacon-yu5jm
    @InnocentBacon-yu5jm 4 หลายเดือนก่อน

    Nuf jiradha nama waqayyoo umuriin kessan nuf haa dhertuu ebbifama hojin waqayyoo dinqidha

  • @bayisebayesa4232
    @bayisebayesa4232 ปีที่แล้ว

    Eeebii faa maa daachaa iisaa baarii keesaa nii aabbiiffaa muu Ammeenne mmeenii

  • @qimamgirma2733
    @qimamgirma2733 ปีที่แล้ว

    Oh waqqayyo ati harki kee waan hundaa danda.a iyasus jiratadha Ameen🙏🙏

  • @waqayooabdikotii4966
    @waqayooabdikotii4966 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeen ebifamaa namaa waqayoo 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jamilajaman8696
    @jamilajaman8696 ปีที่แล้ว

    Wwwwwwww baayee dinqiidha hojiin iyeesusi🇦🇪❤

  • @koketabdisa1717
    @koketabdisa1717 ปีที่แล้ว

    Raajii Meseret Tayyee Gooftan koo Umrii keessaan haa dheressu

  • @gizubabiy6614
    @gizubabiy6614 ปีที่แล้ว

    Uuffuu 😭😭😭😭waqayoo inni hicii jaltoo digee gara ulfina isaa nama wamuu haa jajjamuu

  • @mesiiitube1313
    @mesiiitube1313 ปีที่แล้ว

    Iyesuus goftaadha waantii hundii isaaf salphaadha🙏🙏🙏

  • @urjiioro8110
    @urjiioro8110 ปีที่แล้ว

    Maqaa yesus bara barani haa Ebbifamuu 🙏

  • @hanatilahun3277
    @hanatilahun3277 ปีที่แล้ว +2

    Bless you man of God🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹

  • @nigussalemessa
    @nigussalemessa 10 หลายเดือนก่อน

    thank you Jusus for the man of God!

  • @wedujambare6461
    @wedujambare6461 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo Guddaa dha ... RAAJII MASARAT WAAQAYYO IJA KEE BANEEEF GALATNI HAA TAHU

  • @leilseleilese346
    @leilseleilese346 ปีที่แล้ว

    Uuuffffeee iyeesus guddaadha ameeen ameeen ebbifaama nama waqaayyoo 📚📚📚📖📖🙏🙏🙏

  • @gifiitiiwallaga4830
    @gifiitiiwallaga4830 ปีที่แล้ว

    Masiiyee uuuuuuuuffffeee ebbifamii ebbifamaa keenya ❤❤💋💋

  • @ayantuayantudegefa7804
    @ayantuayantudegefa7804 ปีที่แล้ว +1

    Guddaa ebbifama nama waqayyoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-gs1lw6fc5p
    @user-gs1lw6fc5p 10 หลายเดือนก่อน

    Raajjii masirtii Waqayyoo Sii haa Ebbiissii dacadaca sini haa Ebbiissuu

  • @user-pb6fi8vi1n
    @user-pb6fi8vi1n ปีที่แล้ว

    ነብይ መሰረት እጅግ አብዝቶ ይባርክህ እጅግ እወድሀለሁ የእዚአብሔርን ሥራ የገረመኝን ልንገርህ እኔ አማራ ነኝ ትውልዴም አማራ ክልልነው ።የተሞላሁት ልሣን ኦሮምኛ ነው በኦሮምኛ እናገራለሁ እዘምራለሁ ገሬሚነው በፀጋም አገለግላለሁ የተወደድህ ወድሜ ፀልይልኘ

  • @chalaurgea1544
    @chalaurgea1544 ปีที่แล้ว

    Taajajjillii sin taajajjilaa jitan bayyee guddaa naa gammachisee jira . waaqayyoo sin haa eebbisu . Kaadhatan Amman daanda'ee sin faanan jira.

  • @bontushawaa515
    @bontushawaa515 ปีที่แล้ว

    hallelujah ilililililililililil ulfadhu iyasusi ilililililililililil hallelujah amen ameen uuuufffee hallelujah amen ameen amen

  • @andualembogale359
    @andualembogale359 ปีที่แล้ว +2

    THANK YOU JESUS.AMEN.

  • @masarettesuwara1451
    @masarettesuwara1451 ปีที่แล้ว

    Ameen ebbiifam dachaa dachaa 💕💕💗❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @BurtukanDadi-m2c
    @BurtukanDadi-m2c 7 วันที่ผ่านมา

    Kanumaa calatii ijaa keessan habanu ebiifami❤❤❤❤

  • @masaretmasfin5913
    @masaretmasfin5913 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeee ameeeeee Ameeeee Ameeee Ebbiifaamaa Ameeeeeee ameeeeee Ameeeee Ameeee Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa 📖📖📖🙏🙏🙏🙏

  • @michuudhugaaiyesus2826
    @michuudhugaaiyesus2826 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeen Ameeeen🙏🙏🙏 yesus gooftadha haleluya haleluya👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @EliasLemu
    @EliasLemu ปีที่แล้ว +1

    Thank you GOD