ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Hojjin kessan bayye bareda dirama oromiffan hojataman kessa anaf tokkofadha nuf jajabadha🙏❤
Yeroo hundumaa cimina keessantu natti mul'ata garuu yeroon sin iraanfadhetti dhuftu maalo daddafaa nuuf kootta!❤️❤️❤️
Good
Yeroo hundumaa cimina keessantu natti mu,ata garuu yeroon sin iraanfadhetti dhuftu maalo daddafaa nuuf kootta?❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromo ko jajabesaa oso ka jaraa Amaraa tayee walahii like sa.aa takka kesatii kumaa digdamaa galaa garuu oromon kun malifii
Dhugaa keeti
Dhugaa keedha
Woww qulqulina camera ,sagalee ,acting wantti hundduu bayyee bareda malo dafa dafati nuf gadhisa 🙏❤❤❤❤
Baayee baredaa jabbadha dhugaa ❤❤❤❤❤❤jaaldheraa
Pls akka isa kanaatti kutaa 7ffaa saa nurraa addaan hin tursiisinaa adaraaDabalataanimmoo xiqqooshee nuuf dheereessaa! 🙏
Dhugaa dubbachuuf, fiilmiin kun hanga yaade oli namatti tola. Osoo fiilmii akkana nuu dalagdanii maaf fiilmii qomcee laalla. Aartiii oromoos nuu guddisaa.. torbetti yoo dandeettan yeroo lama gad nuu dhiisaa yoo isinitti jabaate immo dirqamaan al tokko akka nuuf dhiistan barbaanna...yaadni keenya nurraa haa fuudhamuu..please please...fiilmii bareedaadha.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow beautiful dirama malo wal torbee torbee nuuf gadi dhisa
Wow 🎬🔥🔥🔥🥰🥰
Hojiin keessan baayyee namatti tola maaloo nurraa hin turinaa torbaan torbaaniin nuuf gadhiisaa.maaloo maaloo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwww bayee namaati tolaa dhugaa dafaa gadi nu dhisaa maloo ❤❤❤ jabadhaa bareduwwaan oromoo ❤❤❤🎉🎉
Wow dhugaa baa'yee namati tolaa jabadhaa ❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaa dubbachuuf fiilmi baayyee namattii toludha adaraa keessan jabaadha itti fufaa.dhugumatti egereen aarti oromo isin keessan mullata addaan hin kukutiinanplc🙏💯💯💯🥰🥰🥰🥰🥰
Malo adara ijole kaa jabesa adara dirama bayee namati tola 😢❤❤
Hadaraa akka nurraa hin tursiifne
Jabaadhaa gaarii jirtuu❤❤❤
Jabaadhaa hojii bareedaadha.garuu akka kanatti tursitanii qalbii nun rarraasinaa
Bay ee bay eee bay eee namati tolaa daaffffffff daaffffffff daaffffffff nu gaadi dhisaa pals palse jabaadha
Torban torbanin nuuf gadhisaa maloo😢😢❤❤❤
Dhugaadha diraamaa afaan oromoo keessaa elaati anee kanin baayisee jaaladhe is kana maaloo itti nuuf fufa dafaatii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hin turtaan garuu dhufuu keessaniif natti toltaan part 7 hin turinaa 😊😊
Baga nagaan nuuf deebitanIsinan jalladha Nu jabaadhaa❤❤❤
Diiramaa Afaan oromoo bayeen jaladhaa jabadhaa isiin dubaa jiiraa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow wow dhugaa maalo bayyee namatti tola dhugaa maalo jabadha garúu hi tursíina dafa nuuf gadi dhiisa
Ana maaliif na jibbisiise beektanii dafee maaliif gadi lakkisuu didani
Diraamaan Kun baay'ee Natti toleera ijoolllee QAALII JABAADHAA ❤🎉❤
Jabaadha ijoollee keenya sin jaalanna adaraa immoo nu jala hin badina
Jabaadhaa!! Qaaliwwan koo 🥰🥰🥰🥰
Bagaa nagayaan nufii dhufitaan maa hanganaa turtaan garuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwwwoooowwwww diiramaa Addaatii Oromoo koo jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waa Oroo koo baay'ee namattii toltu garuu Hawwii fi Beekiin tokko ta'uu qabu❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤😂❤❤❤❤❤❤❤😂
Wow baay'ee bareedaa jabadhaa ❤
Wwwoo bayy'ee namati tolaa jabadhaa ❤🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉
Hojjii bareedadha ❤❤ garuu addaan fagataa maliif
Torbe torbeen nuf gadhisa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkaattii ittii nuf fufaa galaatomaa ❤❤❤
Wowww amezing 🎉❤❤❤❤❤
Hinturtaan male hojjiin kessan bayye bareda 🥰🥰🥰
wel come hawii drama jabaadhaa namatti tola itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaan debbitaan weel came ❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 namatti tolaa wan addatii garuu yeroo isaa osoo adda fagesuu battanii
Baga naga debbitaan🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa nagayan nuf dhuftan jecha maf akkati nura turta isn eyyen isn dadhabne isnu irrafane ganaf akkati nura turin❤❤❤❤❤❤❤ hawiye
Baga nagaan nuuf deebitan. Anaa dhufu!🎉🎉
Waaaw 😊😊😊😊😊
Hojiin kesssaan bayye baredaa jabadhaa itti fufaa❤❤
Wowo maaloo addaan hindhaabinaa itti nuufufaa galatoomaa
Wowww wowww Amezing 🎉🎉❤
Baay'ee namatti tola jabaadha.
🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤😊😊Wooow jabaadhaa ❤❤❤
Baay'ee baay'ee jaabadha gaaru toorbaniti gad nu dhissaa
Jabadhaa garuu nurraa hin turinaa
Maloo Diraama kessan kana Torbe Torbeti Akka nuu birra gahuu Tasisaa❤❤❤❤❤❤🎉
Baga nagaan nuf dhufttaan ❤❤❤
Jabaaadha dhuksen bayyee na tola
jabadhaa bayee nama tolaa 👍💪❤💯
Hin turre dadaafaa dalagaa
Adaraa Waaqaa akkana hin badinaa! Jajjabaadhaa
Jabadhaa ittii fufaa adara akka isaa kanaa nurraa hin turinaa
Wow namatti tola dhugaa jabaadhaa
maaloo maaloo maalooo filmiin baayyee jaalladhuu yoom deebiitaanii dhugaa filmichaa bayyeman jaalladha hin tutturinaka dadafati hojjeedha bayyee namatti tolaa dhugaa waaqa
Bayee baredaa jabadhaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Hojiin keessan baayyee bareedadha garuu kutaa tokkorra gara kutaa itti aanuuti darbuuf yeroo dheeraa kana fayyadamuun keessan nama jibisiisa dhiifama bakka kana nuuf sirreessaa
Wow🎉Hawaii bayebaredaa hiryootaa kee naf qudaa Maloof hawwii😅😅😅😅😅
Hawwiin miskina dhugaa rabbii qulqulluu❤
Oromoo ❤❤❤ koo naaf jiraadhuu
Malo torbeen nuf gadhisa❤❤❤
Jabaadha edduu namatti tola dhugaa
Egaa turee yeeroo dheraa miraa turtanii dhugaa 😊
Baga nagaan dhuftan nuuf jabaadhaa
Maalo diraamaan kun torbaniin nu bira gahuu qaba❤🎉🎉🎉🎉
Wow galatooma Baay'ee isin Eega turree hin turina 7ffaa
Baga nagaan dhuftan baay'ee yaadamtanii bar
Baga nagaan dhuftaan❤❤❤❤❤❤❤❤dhuftaa
Fiilmii Ani baayee jaaladhu keessaa inni Kun Isa jalqabaati maaloo yeroo dheeraa nurraa hin turinaa dafaa nuuf gadi dhiisaa!!
Wello wow👍👍👍
maa badaan siin egaa turee mittii
Welcome back! 💓💓💓
Wwww dasadha jajabadha dare iti anu ile dafa gadi dhisa 🙏
Hojiin keessan baayyee namatti tola jabaadhaa! Akka ummata keenyaa kana laaltanii of duubatti hin jedhinaa, sanitti aansuun isa adda tursiiftan kana osoo sirreessitanii gaari natti fakkaata.
Diraamaa baayyee baruududha Wow!!!
Kaa itii anuu ❤❤❤❤
Amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa
Wow jajabesaa oromoo
Eessatti baddani baga ngaan dhuftan
Torbaniin nuuf galakkisaa maloo
Baay'ee garii dha ijoo itti nuf Haa fufuu diramaa kun
Wawuu baredaa❤❤❤
Diramaan akkati baredu kuni malif gara tv dhufu dide ? acting Directing video quality sound akkas baredu kana hunfa qabate youtube qofarati malif hafe
Please dadafa gadhisamee😢❤❤❤
jabadhaa bareedaa
Filmi ajaaiba itti fufaa❤
😢😢❤❤anii dhugaa sahee boohaa jiraa😢😢😂😂
❤❤❤❤oromo like share tasisaf maloo 🎉Garu akkaana hin turiina
Wwwoo bayyeebareda ❤❤❤❤❤
Ijolee bayy'ee jalaadhu
Dafaatii gaddhiisaa❤❤❤😮
Bagaa nagahan Dhuftan
Jabaadha male
Baga nagaan dhuftani maaloo daddafa gadii nu dhiisa Akka dadhabii qabuu in beekna
Wawuu baredaa
Hojjin kessan bayye bareda dirama oromiffan hojataman kessa anaf tokkofadha nuf jajabadha🙏❤
Yeroo hundumaa cimina keessantu natti mul'ata garuu yeroon sin iraanfadhetti dhuftu maalo daddafaa nuuf kootta!❤️❤️❤️
Good
Yeroo hundumaa cimina keessantu natti mu,ata garuu yeroon sin iraanfadhetti dhuftu maalo daddafaa nuuf kootta?❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromo ko jajabesaa oso ka jaraa Amaraa tayee walahii like sa.aa takka kesatii kumaa digdamaa galaa garuu oromon kun malifii
Dhugaa keeti
Dhugaa keedha
Woww qulqulina camera ,sagalee ,acting wantti hundduu bayyee bareda malo dafa dafati nuf gadhisa 🙏❤❤❤❤
Baayee baredaa jabbadha dhugaa ❤❤❤❤❤❤jaaldheraa
Pls akka isa kanaatti kutaa 7ffaa saa nurraa addaan hin tursiisinaa adaraa
Dabalataanimmoo xiqqooshee nuuf dheereessaa! 🙏
Dhugaa dubbachuuf, fiilmiin kun hanga yaade oli namatti tola. Osoo fiilmii akkana nuu dalagdanii maaf fiilmii qomcee laalla. Aartiii oromoos nuu guddisaa.. torbetti yoo dandeettan yeroo lama gad nuu dhiisaa yoo isinitti jabaate immo dirqamaan al tokko akka nuuf dhiistan barbaanna...yaadni keenya nurraa haa fuudhamuu..please please...fiilmii bareedaadha.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow beautiful dirama malo wal torbee torbee nuuf gadi dhisa
Wow 🎬🔥🔥🔥🥰🥰
Hojiin keessan baayyee namatti tola maaloo nurraa hin turinaa torbaan torbaaniin nuuf gadhiisaa.maaloo maaloo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwww bayee namaati tolaa dhugaa dafaa gadi nu dhisaa maloo ❤❤❤ jabadhaa bareduwwaan oromoo ❤❤❤🎉🎉
Wow dhugaa baa'yee namati tolaa jabadhaa ❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaa dubbachuuf fiilmi baayyee namattii toludha adaraa keessan jabaadha itti fufaa.dhugumatti egereen aarti oromo isin keessan mullata addaan hin kukutiinanplc🙏💯💯💯🥰🥰🥰🥰🥰
Malo adara ijole kaa jabesa adara dirama bayee namati tola 😢❤❤
Hadaraa akka nurraa hin tursiifne
Jabaadhaa gaarii jirtuu❤❤❤
Jabaadhaa hojii bareedaadha.garuu akka kanatti tursitanii qalbii nun rarraasinaa
Bay ee bay eee bay eee namati tolaa daaffffffff daaffffffff daaffffffff nu gaadi dhisaa pals palse jabaadha
Torban torbanin nuuf gadhisaa maloo😢😢❤❤❤
Dhugaadha diraamaa afaan oromoo keessaa elaati anee kanin baayisee jaaladhe is kana maaloo itti nuuf fufa dafaatii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hin turtaan garuu dhufuu keessaniif natti toltaan part 7 hin turinaa 😊😊
Baga nagaan nuuf deebitan
Isinan jalladha
Nu jabaadhaa❤❤❤
Diiramaa Afaan oromoo bayeen jaladhaa jabadhaa isiin dubaa jiiraa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow wow dhugaa maalo bayyee namatti tola dhugaa maalo jabadha garúu hi tursíina dafa nuuf gadi dhiisa
Ana maaliif na jibbisiise beektanii dafee maaliif gadi lakkisuu didani
Diraamaan Kun baay'ee Natti toleera ijoolllee QAALII JABAADHAA ❤🎉❤
Jabaadha ijoollee keenya sin jaalanna adaraa immoo nu jala hin badina
Jabaadhaa!! Qaaliwwan koo 🥰🥰🥰🥰
Bagaa nagayaan nufii dhufitaan maa hanganaa turtaan garuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwwwoooowwwww diiramaa Addaatii Oromoo koo jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waa Oroo koo baay'ee namattii toltu garuu Hawwii fi Beekiin tokko ta'uu qabu❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤😂❤❤❤❤❤❤❤😂
Wow baay'ee bareedaa jabadhaa ❤
Wwwoo bayy'ee namati tolaa jabadhaa ❤🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉
Hojjii bareedadha ❤❤ garuu addaan fagataa maliif
Torbe torbeen nuf gadhisa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkaattii ittii nuf fufaa galaatomaa ❤❤❤
Wowww amezing 🎉❤❤❤❤❤
Hinturtaan male hojjiin kessan bayye bareda 🥰🥰🥰
wel come hawii drama jabaadhaa namatti tola itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaan debbitaan weel came ❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 namatti tolaa wan addatii garuu yeroo isaa osoo adda fagesuu battanii
Baga naga debbitaan🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa nagayan nuf dhuftan jecha maf akkati nura turta isn eyyen isn dadhabne isnu irrafane ganaf akkati nura turin❤❤❤❤❤❤❤ hawiye
Baga nagaan nuuf deebitan.
Anaa dhufu!🎉🎉
Waaaw 😊😊😊😊😊
Hojiin kesssaan bayye baredaa jabadhaa itti fufaa❤❤
Wowo maaloo addaan hindhaabinaa itti nuufufaa galatoomaa
Wowww wowww Amezing 🎉🎉❤
Baay'ee namatti tola jabaadha.
🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤😊😊
Wooow jabaadhaa ❤❤❤