WAA JIRTI Oromo Music by Eskindir Tamiru

แชร์
ฝัง

ความคิดเห็น • 880

  • @Hawi-
    @Hawi- ปีที่แล้ว +78

    ከ ሀጫሉ ቀጥሎ ያበደ የጅማ ዘፈን አሁን ገና ተለቀቀ እናመሰግናለን እስክንድር🙏

  • @Isaaqzeenuu
    @Isaaqzeenuu ปีที่แล้ว +33

    Iske dhugaa dubbachuuf waan siinjedhu hinqabu. Sirboottan aadaa oromoo durii haala ajaa'ibaatiin hojjetsarta. Nuuf jabaadhu

    • @minmimi2969
      @minmimi2969 5 หลายเดือนก่อน +2

      Atiis jabbaa akka isaatii qaaliikooo isaqaa❤❤❤❤❤❤❤❤ bashashaa nama

    • @Yasinbulaybt24_22
      @Yasinbulaybt24_22 4 หลายเดือนก่อน

      Walfakkaattuu akka abbaashii

  • @ahmednurabdulle4211
    @ahmednurabdulle4211 ปีที่แล้ว +43

    Iskindir Artistoota Oromoo keessaa yeroo ammaa sirboota aadaa hawwataa fi bashanansiisaa ta'an ummata Oromoof gumaachaa jiran keessaa isa tokkodha wallaah billahi nuf jiraadhu Long Live Eskendir Sabboonaa OROMO!!!!

  • @AyyeekoWaqayyoo
    @AyyeekoWaqayyoo ปีที่แล้ว +22

    Dhugumaa jimmaa biyyaa jalalaatti wajiin jiradhee argeraa ❤❤❤ itti fufii hedduu namaatii tola❤

  • @ZineGirma-mb3hn
    @ZineGirma-mb3hn ปีที่แล้ว +4

    Jabadhuu sanyii haccee koo

  • @numanzeynu6653
    @numanzeynu6653 ปีที่แล้ว +5

    Ajaaiba an takkaa muziqaa hindhaggeeffadhu garuu sirbi kun hedduu tokko na boojie jabaadhu Iskee ko siwojjin jirra ijoollee Jimmaa an akkanattiin isin beeka JIMMAA Koo I LOVE YOU👍💞💯🥀🌹

  • @nabekmulisa1307
    @nabekmulisa1307 ปีที่แล้ว +11

    Isko
    warraa Maccaa fi Tuulama kaateti jimmaan baatee
    ➡️karaa wallaggaan bahii,Arsirran gorii,Harargee keessa bahii,Booranaan debi'i galii gootaa koo❤❤❤

    • @BiiftuuIlluu-pu4fm
      @BiiftuuIlluu-pu4fm 6 หลายเดือนก่อน

      Jiimmis macuma siilayu iluu sirbuu qaba inni iluudha

  • @kedirabdela8550
    @kedirabdela8550 ปีที่แล้ว +11

    ጅምዬን በደንብ አረገ ነው የገለፅከው እናመሰግናለን እስኬ ❤❤❤

  • @nireeumer7790
    @nireeumer7790 ปีที่แล้ว +45

    I’m from USA I love Oromo people and Oromo music 🎵 ❤️💚❤️

  • @AbdulApp
    @AbdulApp ปีที่แล้ว +46

    I Don't Know What to Say You're Brave Eskindir Tamiru You're Hero Of Oromo Musicians. You Have Amazing and Gorgeous Voice

    • @Amanabdurahmaan671
      @Amanabdurahmaan671 ปีที่แล้ว +2

      Thank you abdul you are right ❤

    • @saambeentertainment
      @saambeentertainment ปีที่แล้ว +1

      Maatii naaf ta'aa oromookoo

    • @oromootubee5372
      @oromootubee5372 ปีที่แล้ว

      ​@@Amanabdurahmaan671😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊qqqqqq qq qq😊😊

    • @oromootubee5372
      @oromootubee5372 ปีที่แล้ว

      ​@@Amanabdurahmaan671.

    • @NajatJabel
      @NajatJabel ปีที่แล้ว

      ...e..
      ?
      rñer🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊🎉🎉😊🎉😊

  • @zerihunmohammed1242
    @zerihunmohammed1242 ปีที่แล้ว +2

    Galatoomi Jimmaa Keenya Nu Beeksiste Ani Garuu Iluudh Sababni Isaas Biyyaa Dhugaan Ishee Dhokate Jimmaaakoo

  • @TokumaBasha430
    @TokumaBasha430 ปีที่แล้ว +1

    Kan wallaggaas waa irra nuuf buusi Iskindiroooooo

  • @jamilahfatum6302
    @jamilahfatum6302 ปีที่แล้ว +1

    Dhugadha jiimma jalalla male wan tokoyu hin fedhanuu🥰🥰🥰🥰❤️🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳

  • @MasartiiRabuma
    @MasartiiRabuma 7 หลายเดือนก่อน +2

    Very good jabadhuu sanyii kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @aliizakko2398
    @aliizakko2398 ปีที่แล้ว +1

    Walisaa yeroo Dhiyootti Waan gaarii qabatee dhuufu jiruu kuunisa hedduu bareedaa jabadhuu Adeeroo

  • @AbdulselamMohammed-nr3rm
    @AbdulselamMohammed-nr3rm ปีที่แล้ว +1

    Sirra barrede sanyii ofii aadan jimma

  • @SolomonAdamu-e8g
    @SolomonAdamu-e8g 9 หลายเดือนก่อน +1

    ኦረኛ አልችልም ግን በዚ ዘፈን አበድኩ ምርጥ ነዉ

  • @edilawittadess2902
    @edilawittadess2902 7 หลายเดือนก่อน +2

    Oromo koo my blood ❤️

  • @MuazAmaxe-mt7lh
    @MuazAmaxe-mt7lh ปีที่แล้ว +1

    Isin ummanni as gubɓaà shubbisuu kun uffata namni amantiif itti fayyadamuun hin dhiichisinaa wal haa kebajnu

  • @zemenuabera8065
    @zemenuabera8065 ปีที่แล้ว +1

    Eskindir Tamiru umurii dheera siifa kennuu hojii bareedadhaaJimmaa Biyyan Baayee jaladhu, naannoo haadha undumaa,

  • @seifuabamecha6818
    @seifuabamecha6818 8 หลายเดือนก่อน +1

    Iskindir jabaadhu.
    Realy wonderful

  • @AbdulkerimMusa
    @AbdulkerimMusa ปีที่แล้ว +2

    ❤sirba miidhagaa aadaa jimmaa nuuf hojjattee baayyee bareeda dhugaa wow wow wow jenneerra olfuudhigaa❤❤❤❤

  • @lioulmesfin7678
    @lioulmesfin7678 ปีที่แล้ว +1

    Oromumman Bar Midhaguumaa dha Jeechun Kunoo dhaa Galatoomaa Eskee Koo⚫️🔴⚪️

  • @salimko7236
    @salimko7236 ปีที่แล้ว +5

    Jimmaa biyyaa jartii kotii we love you Jimmaa from wallaggaa

  • @maahirgobanaa7552
    @maahirgobanaa7552 ปีที่แล้ว +13

    l m from somalia 🇸🇴 Aye love you oromoo music 🎶💝👌

    • @Adana_Abu85.
      @Adana_Abu85. ปีที่แล้ว

      Tole kaa ilma goobanaa 😅😅

  • @abdulhd5394
    @abdulhd5394 ปีที่แล้ว +1

    Dhuguma jimma biya jalala. galtomii iskindir tamiruu ..👏👏👏👏

  • @GalaneBacaa
    @GalaneBacaa หลายเดือนก่อน

    Baay'ee bareeduu nuuf jabadhuu oromtichaa kenyaa

  • @BatriAbdu
    @BatriAbdu ปีที่แล้ว +1

    walleen kee bareeda garuu jechaa walhiin walqabsiiftee san silaa firra dhistee rawattee bayyee namatti tolaa turee hundafuu.... 100/50..

  • @chalagirma9265
    @chalagirma9265 ปีที่แล้ว +45

    what a beautiful music of jimma culture,JABAADHU ISKEE JABAA NAMAA❤❤❤

  • @J-CREATIVEE
    @J-CREATIVEE ปีที่แล้ว

    Waw baayyee bareedaadha. Jechoonni walaloo utuu bifa isaa jijjiiruu baatee.... jabaadhaa.

  • @mjtube99
    @mjtube99 ปีที่แล้ว +10

    Wow amazing music 🎶
    Wallaah billahi Yoon Siidhisee Jaalbaaban Ufhadhaa😍😍🥰🥰🥰🥰
    Nuf jiraadhu Long Live Eskendir Sabboonaa OROMO!!!!❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤

  • @sabismart5927
    @sabismart5927 ปีที่แล้ว +2

    Wow amazing lovely music sirba ergaa gudda qabudha kessattiyu ilaalacha gandumma sirritti kan caabseedha heddu galatomi eskee👍❤️🙏

  • @KiyaShure-zx5qh
    @KiyaShure-zx5qh ปีที่แล้ว

    Baayee barreeda sagaalee gariiqabda jabadhuu

  • @TatiMan-kb1wv
    @TatiMan-kb1wv ปีที่แล้ว +4

    HUNDUMTUU SIRBA ISAA AJAIBSISAA
    GARUU BARRIKO ENTERTAIN HAMMAM AKKA HOJII KOJEECHA JIRUU NAMUU HIN HUUBANEE
    DHUGAA NUU JABAADHA WARRI BARRIKOO ARTII KENYA JAJJABESSA JIRTUU UMURI SIINIF HAA KENNU

  • @getahunchirfa
    @getahunchirfa ปีที่แล้ว +2

    ❤❤❤❤❤❤❤Oromummaan akkasi hunda ta'uu danda'uudha dhiiroo jabaadhu

  • @jafermera
    @jafermera ปีที่แล้ว +2

    Gurbaan kun baayyee dandeessi!
    Sirbi Jimmaa sadarkaa kanatti eerga sirbamee waggoota hedduu darbee ture.

  • @TehaJeylan-g8c
    @TehaJeylan-g8c ปีที่แล้ว +1

    baayee sirbaa bareedaa wallahi billahii eskuu i love you!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @jk_1997.m
    @jk_1997.m ปีที่แล้ว +1

    Wowwwwwwwww akkamii sagalee dhageefatamee hin qufaamuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @senitube8317
    @senitube8317 ปีที่แล้ว

    Wooow amzing music iskee ilmaa sabaa gudaa bagaa nagahn dhuftee sirbaa bayyee bareedudhaa sirbaa jaalalaa

  • @sumaybh442
    @sumaybh442 ปีที่แล้ว +3

    Wawawa il fuudhi anaa dhufu weel come♥️♥️jimma😘😍kabajamtuu biyyas♥️

  • @Lekanekemteofficial21
    @Lekanekemteofficial21 ปีที่แล้ว

    wow hojii bonsaadhan nuf dhuftee dhiroo bayyee natti toltee rabbii sirbii sirbii na gootem anaan iyyuu.

  • @Yasinbula32
    @Yasinbula32 ปีที่แล้ว +2

    Wawaw waw jabaa namaa nuuf jiraadhu

    • @artanasaliyyii
      @artanasaliyyii ปีที่แล้ว

      Waan ofii maatii naafiis ta ii

  • @rsawwss6561
    @rsawwss6561 ปีที่แล้ว

    Wowowowowo dhugaa sirbaa bayyee namati tolaa

  • @berehanabebe2010
    @berehanabebe2010 ปีที่แล้ว +6

    ዋው ማሻ አላህ የኔ ጀግና ች❤❤❤❤

  • @FraolElectronics
    @FraolElectronics ปีที่แล้ว

    jabaan jabaadhuma gandaan of hin waamu qaxalee ilma sabaa nuuf jiraadhu❤❤💚💚❤❤

  • @efiefi3365
    @efiefi3365 3 หลายเดือนก่อน +1

    ጅማዬ ሰላምሽ ብዝት ብሎ ኑሪልኝ እናመሰግናለን እስኬአችን

  • @LeliseGossaye
    @LeliseGossaye 2 หลายเดือนก่อน +1

    Wow wow wow baareedaa koo saanyii oromoo koo sii kaabajaa

  • @JifarisakOfficialNashida
    @JifarisakOfficialNashida ปีที่แล้ว +4

    Respect dhugaa dubbachuuf baayyee hojjetteetta🎉

  • @rabadori8
    @rabadori8 ปีที่แล้ว +2

    Aboo sitti haa tolu sanyiikoo baay'ee sijaallanna. 1ffaadha

  • @KedirTunasie
    @KedirTunasie ปีที่แล้ว +1

    Iskuu wagaa 1000 nuu jiradhuu Bayyee nutii tole

  • @Oliyadzerihun2885
    @Oliyadzerihun2885 ปีที่แล้ว

    Abbaa jifaar sanyii mootiif weellisuun kabaja jabaadhu shillalaashii keenya!!!!!!!!!

  • @simaleekaliifaa807
    @simaleekaliifaa807 ปีที่แล้ว

    Wowow dhugaa bayee midhagaa jabadhuu Asumanii itiifufii qalii nama 🥰🥰🥰🥰

  • @FiraOl-pl2xv
    @FiraOl-pl2xv ปีที่แล้ว

    Sirba aadaa jimmaa kan baayyee namatti tolu dha.jabaadhuu Eske keenya.

  • @mohammedaminnagash3715
    @mohammedaminnagash3715 ปีที่แล้ว

    www Yedaloo kesanin akataa sirabaa kesanin bayee namaa hawataa dhugaa dubachufii

  • @tulutufa-i8p
    @tulutufa-i8p ปีที่แล้ว

    Wow! Weellee Ajaa'ibaati!
    Ooli nuuf buli Eskindir Taammiruu

  • @getinetkifle3341
    @getinetkifle3341 4 หลายเดือนก่อน +2

    This a perfect Oromifa music for Jimma. The lyrics are also fantastic. I saw ejolee jimma dancing with it like crazy singing the lyrics with the singer loudly

    • @azeezaibrahim6570
      @azeezaibrahim6570 หลายเดือนก่อน +1

      Yes we have been dancing like crazy with this music 🎶

  • @musadiriba4038
    @musadiriba4038 ปีที่แล้ว

    Wwow baayye namatti tola artisti iskender nuuf jiraadhu galatoomi

  • @shambelmekonnen-p1m
    @shambelmekonnen-p1m ปีที่แล้ว +1

    muuziqaa baay'ee bareeda Iskindiir

  • @WeTube_3
    @WeTube_3 ปีที่แล้ว

    Jimmaa koo yaa Jimmaa
    Biyya bunaa sanii
    Jirraafoo silaa jirraa
    Badeen dhufaafanii

  • @guutaa1
    @guutaa1 ปีที่แล้ว

    uuuu maaliyaa waan ajaa'ibaai dhugaa rabbii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 umurii dheeraan isiniif hawwa! akkasitti deemnaan guddinni keenya fagoo miti warri aartii Oromoo fuutanii fiigaa jirtan kun go ahead! thank you

    • @OMGNM-uy1zn
      @OMGNM-uy1zn 4 หลายเดือนก่อน

      ❤❤😢

  • @jaarraawalabaa3762
    @jaarraawalabaa3762 ปีที่แล้ว

    Eskinddir Weellisaa yeroo hedduu weelluwwan akkaataa fi dhama hawaasni ittiin hoo'isuun seensa irraa eegalee hawaasummaa sirbichaan akobkobee sirbuun beekkamuudha. Kun immoo hagam aartiin sun hawaasa bal'aa hammachuu ibsa. Dhugaadha sirba kanarraa taatummaan aartii maal akka ta'e irraa baratu. Kanaaf weellisaan kun bifa kanaan welluwwan aadaa kutaalee Oromiyaa irraa deemee nu dhamdhamsiisa abdii jedhun qaba. Kanaaf osoo maqaa Masoo #COLLEEAADAA# jenneenii hin bareeduu laata jechumaafi.

  • @isakedir4769
    @isakedir4769 ปีที่แล้ว

    Ati amantaa namaa xissuuf ka oromoo irraa hin dhabne kana ka ofii hin beektu waan namaa xiqqeesiti

  • @mohamedomaradan4353
    @mohamedomaradan4353 7 หลายเดือนก่อน +2

    The melody/ rhythm

  • @Kulaniboru
    @Kulaniboru ปีที่แล้ว

    Yooyyaa shillalaashii 3ffaa osoo fiidee dhufe gaarii ture. Kuniis baareda❤❤

  • @tehaabdo2627
    @tehaabdo2627 ปีที่แล้ว

    ❤❤❤❤
    Wow dhugaa dubbachuuf sirba baayyee namatti toludha.

  • @MarexJIM
    @MarexJIM ปีที่แล้ว +13

    Beautiful music of Jimma culture!
    Amazing🙏🥰

  • @Omaar-c1m
    @Omaar-c1m ปีที่แล้ว +1

    Hadara jalalaa waywaya❤❤❤❤❤❤❤❤ ijollee jimmaaa

  • @abdiji1394
    @abdiji1394 ปีที่แล้ว

    Wow bayye bareeda jabaadhu jabaa keenya🥰👌💘

  • @abebechala6042
    @abebechala6042 ปีที่แล้ว +3

    Gurbaa, maal gara mana nuseenteem? Proud of You!!

  • @رضوانالاثيوبي-ب2ع
    @رضوانالاثيوبي-ب2ع 2 หลายเดือนก่อน +1

    Biroo ko dhugaa.keetii jimmaa biyyaa ko biyyaa jalalaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @alsandegu5219
    @alsandegu5219 ปีที่แล้ว

    Abba giddii
    Shamaa kee
    Jala wa jirtii
    Wowuuu

  • @yosephgirma-yg6hz
    @yosephgirma-yg6hz ปีที่แล้ว

    Iskindir Qashtii Namaa sirbaa Aadaa oromiyaa Hundaa Akka nuuf Hojjettuu siin Jedhaa ❤❤❤

  • @adisbacaa8449
    @adisbacaa8449 ปีที่แล้ว +1

    Wow sagalee jabaadhu Qaalii Sabaa🥰❤

  • @awelhaji430
    @awelhaji430 9 หลายเดือนก่อน +1

    Wooww what the amazing music! thanks Eskider Tamiru

  • @sifandxb1310
    @sifandxb1310 ปีที่แล้ว +2

    አርፍ ሥረ ነው❤❤❤❤❤❤

  • @Naola-wm2rj
    @Naola-wm2rj ปีที่แล้ว +1

    ESke 🔥🔥🔥

  • @FozyaSadalnoor
    @FozyaSadalnoor 8 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhu sabona jimaa

  • @mastubeyeta987
    @mastubeyeta987 ปีที่แล้ว

    Bay'ee bay'ee namattii tolaa Askandar keenya jiraadhu

  • @foziyaamuktaar7434
    @foziyaamuktaar7434 ปีที่แล้ว

    Wly hedduu si jalaadhaa rabbii hamtuu sirraa haa qabuu

  • @WankooMikoo
    @WankooMikoo 7 หลายเดือนก่อน +1

    Sirba ajaa'ibaa

  • @sanyimisgana8688
    @sanyimisgana8688 7 หลายเดือนก่อน +2

    I admire that "waterfall"

  • @abdallaabdurrahman4706
    @abdallaabdurrahman4706 ปีที่แล้ว

    Galatoomi jedhaanii biraa naaf gahaa artist keenya kanaan jimmaa irraa ❤❤❤❤❤❤

  • @MilkesaUturaDola
    @MilkesaUturaDola 4 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa waaqaa sagaleen keeti hi jirreedha . Jabaadhu Oromticha keenya .

  • @adamkawoofficial2156
    @adamkawoofficial2156 ปีที่แล้ว

    Suutuma nama seena Muuziqaa iskindiroo jabaadhu Leenca koo❤❤❤

  • @abdulbarjamaal4848
    @abdulbarjamaal4848 ปีที่แล้ว

    Eskee keenyaa jabadhuu hojjii garii hojjataa jirtaa ❤

  • @SemiraGalii-ok6px
    @SemiraGalii-ok6px ปีที่แล้ว

    Wwwwwwooooooo❤❤❤❤❤❤❤ jimaaa kooo ❤ ❤. Biyaa sinyaa motii biyaa koo❤❤❤❤❤

  • @noorhusienabdul5722
    @noorhusienabdul5722 ปีที่แล้ว +1

    the music mlodey and your voice wonderful nice music ,, we thankyou musian eskinder tamru ,, konjo muziqa ,, konjo zaema ,,

  • @SisayNegasa-m1l
    @SisayNegasa-m1l ปีที่แล้ว

    Hedduu namatti tola jabaadhuu

  • @yomIF_west
    @yomIF_west ปีที่แล้ว

    Wallaahii Billaahii yoon si dhiise🥰

  • @Nazifa-p4h
    @Nazifa-p4h ปีที่แล้ว

    Wowwww hin jedhamuu Jìmmàa koo🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘

  • @tayu22
    @tayu22 ปีที่แล้ว

    Wow sagallee kee aka damaa miyuu kana sirbaa baay'ee baredaa dha galatomi ❤️❤️❤️❤️

  • @AsliiMucaa
    @AsliiMucaa ปีที่แล้ว

    Jabadhu qali kenya umri dheera siif hawiina ❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @WeTube_3
    @WeTube_3 ปีที่แล้ว

    Otoo hin bilcheessin sirbite. It's clear loqodni Jimmaa ammallee sirriitti siif hin liqimfamne. I'm a 2nd generation of Jimmaa. My parents are originally from Wancii, where Macca Oromos 1st settled and expanded westward after separated from Tuulamaa.

  • @hazizamohamed1051
    @hazizamohamed1051 ปีที่แล้ว

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉wowow jabadhu naf jiradhuu my love you❤❤❤❤

  • @KedirFeisel
    @KedirFeisel ปีที่แล้ว

    Dhugaaf haqa Sabaa sagalee kiloolee keen Baga nu keechaa jette

  • @Mesra-dq1uf
    @Mesra-dq1uf 5 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤❤ijole jimmatif lubun hin latama🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ararsalemmessa1481
    @ararsalemmessa1481 ปีที่แล้ว

    Ummata keessa ammayyuu baayyeen Akka hafee jiru ibse sirbi kun. Ummatatti gadi seennaan sirba ajaa'ibaa sirbuun Akka danda'amu Eskinder agarsiiftudha. Shawaaf Jimma sirba kanneen irratti dabalataan godinoota biraas Akka deemee sirbu abdiin qaba.

    • @BiiftuuIlluu-pu4fm
      @BiiftuuIlluu-pu4fm 5 หลายเดือนก่อน

      Siituu shawaa godhee Iluu abbaa bor inni

  • @eyodabharmee
    @eyodabharmee ปีที่แล้ว +1

    Baay'ee namatti tola dhugaa.... baga 'style' sirba keetii jijjiirte. Itti fufi! Kanbirootiin bifa adda ta'een nuuf kottu❤❤❤

  • @user-tijani
    @user-tijani ปีที่แล้ว +1

    Siba aadaa keenya haala miidhagaan hojjatte, galatoomi abbee

  • @AbebaDamesa-wc7ls
    @AbebaDamesa-wc7ls 7 หลายเดือนก่อน +3

    Ijoolleen shawaa kun aartiin Oromo sinum harkaa jirti bar
    Kan akka keessanitti jimmaaf bareechee sirbe hin jiru