Sense of Humor, Charismatic, Strong Communication. Without a doubt, being an effective communicator is a top attribute of a strategic leader. Passion & Commitment. Enthusiasm for your mission or project will get others excited because they can see and feel your dedication. A positive attitude is contagious. Innovative, collaborative and Unite leader. Who can have all these? We have never seen a kind of leader in our entire life in Ethiopia. Now, Ethiopia is blessed. I pray for Abiy Ahmed to fulfill his dream for disadvantages and protect him from evils. I wish all his dreams come true and God bless him as he begins standing in faith for Ethiopian dreams. I know he will make a change if we help him and being patient.
My prime minister Dr Abiy Ahmed God bless you and your family, you are absolutely correct. You are very intelligent person who has response to make our country Ethiopian a good way. Thank you so much for your kind words. I love you my dear prime minister Dr Abiy Ahmed.
Dr Abiyyi waaqayyo yeroo baayee ulfaataa ta'e keessa sifidee ummata Oromoo qofaa miti ummata Itiyoophiyaa hunda boqachiisee wanta bara 2008, 2009 fi 2010 nu irranffachise amma isa amma worronni bara durii irraa dafqa namaatin maqaa ofbaasuu baran bubbisan Kanas bira darbuun hin hafu hundaa kan caaluu abban dhugaa ni moo'aa nutis wan dandeenun sibira jirra ati waaqaa ganama siif kakatee iddoo kana sikaaye irraa abdii hin kutatiin ulfaadhu waaqayyo siif halaafisu abjuu kee siif haa dhugoomsu
PM D/r Abiy = “Your strength doesn't come from winning. It comes from struggles and hardship. Everything that you go through prepares you for the next level.” Stay Strong and believe in yourself. You Are Our Heroes..!!!
Aboo dhugaa jete lenca Kenya nuuf jiradhuu umrii dheradhu waqqa barii jirenyaa kee haa ebbisuu
Nujiradhu Dr kenya.me Qerowan toftaa ha jijjiratan sutasutaa wayya dhuga jette ya Dr Umurii nu dheradhu
Jabadhuu abiichuu abba jalalaa waqayyoo sii wajjin hata' uuu
💔💔💔💔💔💔
❤❤❤❤❤dhugaa ketii abaa kayan nuf jabadhuu nuleen su cinaa jira Dr abiy ahamad ilma keynaa
Maashaallaah maashaallah jabbadhuu dokotoraa kenyaa rabbii ijaa hama sirraa haa qabuu
Dr Abiy koo jabadhu Waqayyo sii waalin jiraa
አንተ ነህ ንጉሳችን የምትመጥነን ንጉስ ሺ አመት ንገስ ድምጵህን ብሰማው አይሰለቸኝም በርታ ወደኻላ እንዳትል የዘመኑ ምርጥ ሙህር ውድድድድድድድድድ
አሜን። አሜን። አሜን። እግዚአብሔር። ሁሉን። አሟልቶ። የሰጠው። እውነትም። ሺ። አመት። ይኑርልን
የኛ ውድ። ለማም ሺ አመት። ይኑርልን
ደመቀ። ገዱ። ንጉሱ። ሺ። አመት። ኑሩልን
ታከለ። እና። ዳግማዊት። የከተማቸረን። ጀግኖች። በርቱልን
Yuo are ritgh
Yoomu dhugaan hin qallatti malee hin cittu dir abiyyi Ammayyuuu jabaadhu inni sii waliin jiru iyesus gooftadha..
Dhugaa jetee Abiy kenyaa waqayon umrii dhera sif yaa kenu nutis jecha akaa hojiraa olchinu waqayon nuyaa gargaruu💜💜🌻
Dhugaa jeete abiy kenyaa ❤❤❤❤❤
Dhugaa jetee Mumichaa kenyaa Waqayyo Umurii dhertuu siif haa kenuu Waqayyo kanuma calaatti bekumsaa isaa siif haa kenuu bayyee sii jalaanaa sii Abidanna ❤️💚❤️💚❤️💜💙💚❤️
Sii fana jiraa Dr aduunyaa fayyisuu waan baayee siirraa baranee nu jiradhuu maa nu jalla dhabdiin tesisaan nu jalla dadhabaa bonaa keenyaa
Masha Allah Dr Abiyyi ati nama haqaati yaada kee rabbin siihaguutu hamtu sirraa haa.eegu
yaaa mashaa allah dr abiiy nuuuf jiraaadhaaa umrii nuuf dheraadhaa wollaah jechii kee qoftuu namaa qubsaa rabbii ammaalee nuuf jiraadhuu ijaa aduwwii irraa nuu haafii gotaa abbaa jifaar DR Abiiy i love you
Dhugaa rabbii dubachufii hasofnii namatichaa kanaa hudii sobaa umataa oromoo afanii damaa dibatee sobaa jiraa yaa umataa oromoo dubii kesatii hubadhuu
Abichuu koo jabadhuu waqayoo sii wajini jiraa nutis sii walin jiraa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
uuuffffffff ati ija kooti docter aby jabeessi qabi oromoon acuuccaa guddaa jala waan tureef tasgabawuu dadhabe waca
አብይን የሚተካ የለም:: የኢትዮጵያ ህዝብ ሆይ ለራስህ እወቅ አብይ ከእግዚአብሔር ህዝቦቹን ሊክስ የላከው ነው ::
Says who?
Jabadhuu leecaa ilmaa abba gadaa hafutun digufii katii waqayyoo sii gargaruu garuu hafutun kaleessaa walii gadii kaatee luubuu lmmii keeuyya fixaa jirtii dhugaa dubataan bakkaa namaati dhitee buluu wayyaa hafutuun haa figduu
Dr Abiy is really great speech, god bless you.
Waaqayyoo sii waalini haa tahuu motti biyyaa abiyi kenya sii jaalannaa
Jamaal Nageessoo magalaa shashamanee
rabbii siyaqarqaru Doktor Abiiy umataf walii galtee yakenu rabii jabadhu
Binesa gagala uuuu
Waqaayyoo Si wajjiin haa ta.uu DR ABIYYII keenyaa Nuuf jiradhuu 😍😍😍😍
Amen3
Maljetasa
Yaa rabbi dr abiyyi keenya ummuri issa nufi dhersii kayyo fi karrori issa bayye ummata Oromo kan guddisu wan taeef dhaaghu qabna
Uuuufff Abiyii koo Abboo Oromo Abbaa Ethiophia Yaa Urjii kennaa ija diinaa Irraa nuuf haafii ergaan kee martuu Akkaa Dammaa mi'aawa Beekaa keenyaa ijii diinaas dawaa siif haa ta'uu onnee oromorraa guutuurra jirtaa umrii nuuf dheeradhuu waggaa 1000......Moo'iiii
Dr Abiyyii lencaa kenyaa bagumaa oromoo nuu tatee Rabbii bakkaa attiu jirtutiii Rabbii sihii haa egguuu bakkaa attii jirtuu inshaa allhaa sihii wojii jiraa jabadhuuuu lencaa abbaa gadaa kenyaaa yaa Rabbii Dr Abiyyii nuufiii tiksiii yaa Rabbii bakkaa inii demutii inii anii ijaa oromotii
Jechii doktor abbichuu dhugaadha 100%100✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅💜💜💜💜💜💜💜rabbin umrii kee nuuf haa dheeressuu inshaa Allah
Waaqayyoo siifan haa ta'uu lecca kenyaa nuuf jiradhuu umrii dheradhuuuuuuuu♥♥💪🌷🌷🌷🕊🕊🕊🕊😍😍😍
Abichuu Abichuu Lencaa KO ♥️♥️♥️♥️ Jabadhuu 💪💪💪💪💪💪💯💯💯 Jajabee Rabbiin Si woliin haa Jiratuu inshaa Allaah
dhugaa jetee sirbanii mitii biiyaa bulchuun ogumaa fii hojinii malee Galatomii Abiyyi qomo kenyaa sijalanaa sikaaba nyaas Thenk yuo
Uuuuuuuufffffff yaa rabbii oromo walli galchii gabruman oromo gahee akka namatti billisaa tanee jirachuu barbana jiradhuu Dr abiy umrii dherradhuuuuuuuuu
Yaa Abbiy Atti garu Yada gari qabda garu wojji maalifi mudhisu dadhabe maloo Umaani Oromoo bayyee du, aa jiruu du, uutti Namaa bayyee namaa gadisisa yaa oromoo koo Atti kana maalifi hin tassgabesine Nuu Rabbi Kiya Abdane
nuf Jiradhaa Hatuun Isin Hin Argiin Mataa Kesaniratii Adun Nuf Habatuu Wagaa Dhiiba Mo'aa Atiif Laman Abiyachiin Lazalalam Nigas😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙇🙇🙇🙇☝👌❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙌🙌🙌🙌🙋🙋🙋🙋🙋😭😭😭😭
ምን አለ ሁሉም እዳንተ ብልህ አስተዋይ ቢሆን ደክማቹ ከገዳዬች ጋር የታገላቹት መልካም እያሰባቹ አሜሪካ ጀርመን ተቀምጦ ሲያወራ የኖረው በኛነው ለውጡ የመጣው ይላል የሄ ድል የመጣው በሁሉም ኢትዮጵያዊያን ደም ነው እውነትህን ነው አብያችን ዘፋኝ በዛ እኛ እኛ የሚል
Dhiiga oromoo dhugi ati
Dhuugaa jeetee Kaabjamaa ilmaa Abbaa gaadaa Ceelcaa ko Uumurii nuufii dheerdhuu Yaadaa kee hundaa isaa nana Deegaraa 👏👏👏👏👏👏👏👏💔💓💓
M maatii naa tayi sanyi ofii
Sense of Humor, Charismatic, Strong Communication. Without a doubt, being an effective communicator is a top attribute of a strategic leader. Passion & Commitment. Enthusiasm for your mission or project will get others excited because they can see and feel your dedication. A positive attitude is contagious. Innovative, collaborative and Unite leader.
Who can have all these? We have never seen a kind of leader in our entire life in Ethiopia. Now, Ethiopia is blessed. I pray for Abiy Ahmed to fulfill his dream for disadvantages and protect him from evils.
I wish all his dreams come true and God bless him as he begins standing in faith for Ethiopian dreams. I know he will make a change if we help him and being patient.
Mesha Allah geru rekoo Abiy obo leman oromo buke yeroo gahani oromofi wan gari dubtu etv fana eroo ageni rako oromon kesa jiruu hidubatani
mashalla ww
100% sirriidha. Ummanni keenya of hubachuu qaba. Yeroo nageenyi jiru Misooma irratti qabsaawuudha malee Sirbaaf dhiichisaa ooluun.....
Ebbifamii goftaa si haa gargaruu📖👏👏👏👏
Wwww.yadaa.gariidha.abichu.ko.
Waaqayyooo umriiu kee haa dhersuuuu Ayyaan isaa keessaati si nuuf haa eguuu Dr keenyaaa
Yaa Dr Abiyii jiradhuu ilmaa oromoo oromiyaan bekaa maqaa biqilchitee galtaa waqqaa💚❤💚
wowwwww dubii dhugatii Abiyyii lecaa kenyaa💘💘💘💘💘
Nutii ijaa imimmanin jirraa ati immoo zanaa jettee fuula ifaadhan wan sittii fakkatee dubbattaa filanno dhufuu iyyuu akkaa hin keenyee hin beektu ati abdi qabda ammayyuu iddoo kanaa turuudhaf hin qaanoftuu xinnuma ishii gumaa badee maf nu hin barbannee qerroo qerransaa kenyaa sinif rabbii si haa gaafatu😭😭😭😭
እበከችው ቆምብለን እነስብ ውለችን አብይን የማሰለ ማግስት አነገኝም እሱ ረስ ካሆልን እኛ እግር እንውንነ እንደው አውን የለከታች የለን አንሰማም ብንደማማጥ ማለከም ነው አድነት ይኑረን አገረችን ልነለማት ፍቅር አድነት
Ashir ijifanon kan ummataa oromotii jabadhaa
Jabadhu ija dhalota dr Abiyii waqayoo sii wajina ta.u hori buli❤❤❤❤❤💪💪💪💪
wa,e alaba ummata ni Murtawu qaba
You're speaking the truth Abiy, I Love you!!!
😙😙😙😙😙😙😙👍👍💚💚💚💚
Dr abiyi nutti kan jecha jiruu tokko ta,u qofa osoo hin tane dhugaa jiruu maf dhoksuf yaltan yaliin ajechaa jawar irrati rafatame enyuu akka ta,e maf ifaa bahuu dide qeeroo fii qaaree kenya lubbun nama meqaa kan dabree kana dubaa eyutu jira namni shiraa kana xaxu sii moo nyuu hangaa isaa dhugaa bastutii afaan tabba qabuu wantef yoo hasa,a oltee homtu sii hin amanuu kana bodaa
uuuuuffffffffeeeeee dhugaa dhaan ebbifamii atii name waaqayyoo ebbisaa malloo nuf jiradhuu qomoo kanyee♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥
Dr Abichuu dhugaa jette nuf jiradhuu garuu dangaan oromiyaa egamuu qabaa yaa lencaa oromoo ergii atii angottii ol bateyyii mirigii kenyaa egamee si wolin jiraa Abichuu lencaa sabaa
Mashala mashala ijarra hafaa dr abiyi Kenya
Wowowo mashaallaa tabarakalaa rabin isiniraa haa jalatuu jzk
Rabin sii haa tikisu abichuu koo umuri nafi dheradhu
Abbichu kenyaa bekkumsaa kaana sirra hin fudhattin 👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍♥♥♥♥♥💯👈
HAndandyou
H
Abba soba qomo ke kan gurgurte
dhugaa keeti jetee Dr Abiy keenya umurii nuf dheeradhu.😘😘😘😘💖💖💖💖💞💞💞💞💘💘💘💘💗💗💗💗💋💋💋💋💋👌😍😍😍🙏🙏🙏
Mashaa Alllh Mashaa Alllh rabiin sih gargru Abichuu.kenyaa
Oromon elaa fi elamee beeka tesgaba'i ya sabaa
Dinni sikuffisuf halkan guyya joruti jira
Qerroon tasgaba'a diinaf karaa saaquti jirtu
Duubati hin debi'ina Dr abiye ciina hirirati dimocrasi dhugaa mirkanessuf hojachu qabna
Kuukuumaleewankoo waqayoo isin nuuf habuchuu6
Waqayoo kakuu isaaduubajira jabdhaa9
Badd assii sarre atumani faan hirri nafxanya ganya
Waaqayyoo gooftaan baraf jiirenyaakee waajiin siifanaa haataa.uu ebbiifaamaa uuuuuuuuuuufffeeeeeeee dokatori kenyaa Abiyyii abbaa gooftaan ayyaannaa isaa kanumaa caallaa daachaa siiniif haabaayyaatuu
Waqayoo sii walin haa tahuu Gotta kenyaa nuuf jiradhuu👍👍👍👍👍👍
ufffff yene marrrrr dhagahaa ilman oromo karatii debia aa Abiyyy😘😘😘😘😘❤❤❤
Dhugadha abichu jabadhu ati lenca fakki nama 💓💓💓💓💗💗💗💗💗💗💗💗💗💞💞💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💞💝💝
waqayoo sii haa gargaruu gufuun siin xuqiin bakka yaade gahii guddaa sii jalanaa itti fufii yaanni kee qofti nama gahaa jabadhu yaa oromoo walii galee haa gargaruu jabadha OBN galatoma nu jiradha
Wal birra dhabane Wal gorssinne Wal cimssu qabna jedha Dr Abiy Ahmed waani akka malee baay, ee gaari dubate oromon dhiba gugurdda qabdi agga Amma waltti dhufte yaada gaari waliif gumachu qabdi
Long live Dr Abiy God bless you we love you 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🏼🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤💚💚💚❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹💪🏼💪🏼🌍🌍🌍🌍🌍🌍🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Abichukoo jabadhuu uuf akkuma namatii toluu yanikee
nuf jiradhuu doctor abiyyii ❤❤❤❤ ergaa guddaa nuf dabarsa jirtaa
nutti obssss dhabudha Orman barchum kenu jari 27
bochumi
nutti xaba
turete
garu 😀🤔 silalla
mate darsite Amamoo
jabadhu
()%🤚🇪🇹🌏🚉
Nuuf jiraadhu ati saaboonaa dr abiyi dhugaatti amaasii nuuf jiraadhu 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍😗😗😗😗😗😗😍😍😍😍😍😍rabbiin sii waajjiin haa jirtuu 😗😗😍😍👍👍
Dhugadha leenca keenya garuuu "?
Sabba kee duuba miladhu hadraa sodoota hin dhagayin "?
Malif "yoo kani jeetu tate isani duranu nu samanirani kanaafi ija kee oromoo irra hin kasinii please dr koo baay'e si jaladha "😍😍😍
Namaa QabsooBakkanGaheeAjeestee Nafxanyaa BililoomsitaaJabadhuu AfaanDammaDibateeDrAbiyii
Waqaayoon kanumaa caalatii hubbanaaf ogumaa sif haa bayisuu urmii dheraa nuuf jiraadhu Abichooo kenyaa.
My prime minister Dr Abiy Ahmed God bless you and your family, you are absolutely correct. You are very intelligent person who has response to make our country Ethiopian a good way. Thank you so much for your kind words. I love you my dear prime minister Dr Abiy Ahmed.
Nuuf jiradhu abiy keenyaa leencaa koo jabadhu wanti jette hundii dhugaadha .barumsa gudda dabarsitani jirtu.umani keenya hundii yaada keessan akka hubatu abdiinqabna.namni sammuqabu hundii hujira olchu qabna.jabadha saba koo yeroon jabatu qabnu ammakaa ammakaa.tokko haatanu walhaa hordofnu.
DHugaa jettee leenca koo umurii dheeraa nuuf jiraadhu qaroo koo!!!!!👌👍💋🌷👈
Hi siilkiinkee maf niitiworkii maf hin qabuu hirkoo dhaani milkiita nafgodhijedhiin cha,uu6
Dr Abiy Jabadhu Ammalee 💚💚💚😍😍😍
as wr wb rabini sihgaragaruu siwolini hjiratu nufi jabadhua
Adaraa lammii koo tasgabbaa'aa please sirbi utaslchi miiraan mirqaanuun ni gaha
maaloo hayyoota fi geggesitoota keenya dhageeffadhaa
Oromummaan jaalala hammachuudha malee lammii biraa jibbuu miti
Dhugaa dr abiyyi hin dhageenyu taanan osoo maleekaan rabbiillee bu'ee nu gaggeessee hin dhageenyu
Waqqayyoo sii waalii yaa dhabatuu Abbichuu kenyaa abbaa jalalaa ❤❤❤❤❤❤💓💓💓💓
Dr abiy saren dutef nama hin cinintu ati garu qabso ke iti nuf mudi garu umuri dhertu rabbiin si ha latu👍👍❤
Mashaa allah rabii umrikee kessa barakaa haa ka'uu
mashalla hundu
gadi
yan chimadha
dubin
obsa
Wwwww mashaaAllaah rabbii umirrii kee nuufi haa dheresii
Rabbin siha gargaruu d.r abbiy koo
Dr Abiyyi waaqayyo yeroo baayee ulfaataa ta'e keessa sifidee ummata Oromoo qofaa miti ummata Itiyoophiyaa hunda boqachiisee wanta bara 2008, 2009 fi 2010 nu irranffachise amma isa amma worronni bara durii irraa dafqa namaatin maqaa ofbaasuu baran bubbisan Kanas bira darbuun hin hafu hundaa kan caaluu abban dhugaa ni moo'aa nutis wan dandeenun sibira jirra ati waaqaa ganama siif kakatee iddoo kana sikaaye irraa abdii hin kutatiin ulfaadhu waaqayyo siif halaafisu abjuu kee siif haa dhugoomsu
rabbi sii wojin haa jirtu
ይሽገር ልጆችን እኮ እንደ ትልቅ ሰው አድርጌ ነበር የማያቹ፤ በትላንትናው ሁኔታው ግን በጣም አዝኛለው፤ እንዳይደገም ሌላ ምንም አልልም!!!!
What did they do? Pls, let us know. I was born in Addis n I want to know what's going on. Thx
PM D/r Abiy = “Your strength doesn't come from winning. It comes from struggles and hardship. Everything that you go through prepares you for the next level.” Stay Strong and believe in yourself. You Are Our Heroes..!!!
ijaa hamtuu sira haa qabu leencaa💗💗💗💖💖💖💔💔💔💔💟💟💜💜
Nuu jiradhuu Abiyi
Thank,you
Ani jeha yokin yaada Dr. Abiyyi akkaataan itti hubadheefi akkatti namoonni tokko tokko hubatan garaagarummaa qaba. Jechuun, Dr.Abiyi "sirbaafi waca haadhiifnu" yemmuu jedhu "sirba qabsoo" artiisttonni keenya waggoota 4ifi isaa olitti ummata ittiin dammaqsaa turan xiqeesuuf yokin tufiin ibsuuf barbaadee natti hinfakkaanne. Yoo akkas yaadee ta'e garuu rakoodha. Warri kaleessa sirbaan qabsaa'an, warri harras borus mirga fi bilisummaa oromoof sirba yokin artiiwwan adda addaa Kan akka Draamaafi kkfniin fayyadamuun qabsaa'an ashuu baga gootan jennaan. Ni deeggara cinaasaanis ni dhaabbana Abiyyiin dabalatee namni kamuu kana beekuu qaba.Gummaacha artiisttota oromoo yoomiyyuu seenaan hindagatu.Dharraa sirbaa ba'achuuf miti lubbuu isaanii aarsaa gochaa kanturani. Dr. Abiyyi "waca" yemmuu jedhus "hiriira mormii" jechuuf natti fakkaata. Yoo akkas hitaane dogoggora.Isa gaafa qeerroon Oromoo harka walqaxxaamuranii sagalee olqabanii dhaadannoo dhageechisaa mootummaa abbaa irree (dictators) mormaa turan akkeessuuf jecha "waca" jedhutti Dr. Abiyyiin fayyadameera natti hinfakkaanne. Dubbii dabsinee osoo ilaaluu baannee gaariidha. Naa gala yaadni keessan, garuu Dr. bifa arabsootiin yokin tufiidhaan "nutti hinsirbinaa" "nuttis hinwacinaa " hinjedhe . The contex in which he used the two words(sirba and waca) is quite different, I think. Yoon dogoggore nasirreessuu danddeesu. Kan garaasaa immoo isaafi waaqa tokkichatu beeka. Kan naagale kanuma. Galatoomaa!!
rabii umrii sii haa dheresuu Dy kenaa lencaa ilmaa abbaa gadaa
I am Oromo so Abey is my leader!!!
Waqayyoo si wajjiin haa ta'uu Abichuu
Wow very nice doctor Abiy
Rabbiin sihaatissu jajjabaadhu. Goota akka keetii qabaachuu keennaaf galanni kan Rabbii tokkoti atis galatoom.
abiyi lenca oromo jabadhu jajjabadhu waqayyo isin walin yaa ta'u
Baaye gaaridha Woljabessa
Dhugaa Dubate
Dr PM Ethiopia
Kan inni dubate irraatti Hojachuu Qabani Namni Ani oromo dha Ufiin jedhe Hundi
Harme Too NaN YaaDee 😍😍😍😍😍🌹🌹🌹🌹🌹🌹💔💔💔💔🤝🤝🤝🤝
😍😘
mashaa alhaa taa barakala sahaa dhugaa kesani umurii dhertuu jiradhaa
Umurii nuuf dheraadhuu hamtuun siinargiin dir Abiyyii Kenyaa
እኛን የናፈቀን ሰላም ነው ዶ/ር አብይ ለአተም እድሜና ጤና ይስጥህ::
Galatoomaa hayyuu keenya Dr. Abiyyi Ahimad we support you at any time and we are love you galatoomaa galatoomaa isin wajjiin jirra
Allhaduliiaa Allhaduliiaa rabii gargarsa nufii tee jiradhu dhugaa jetee Jabadhuu
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭dhugadha oromon raako gudaa keysaa darbee dhugadha Amaa ifegano cimaa godhu qabdan oromo fi Oromiyan Alaagan Amaa dhokotee wabalesufu qopawaa ifigano cimaa yaa oromo tiyaa Yaa Laammii koo
Dhugaa keetii nuuf jiraadhu Abbichu kenyaa ❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹