Bineensa oromoota nyaachaa turtan amma maaliin qulqulluu of gootan nuttis gumaa keenya ni baafana maatii nurraa ajjeessaa baatanii amma qulqulluu of gochuu fi garaa keessaniif tapha siyaasaa taphachaa jirtu siin beekna☝️☝️☝️
Maloo median soba obn ijjoollee muraasa mana barnoota keessa fidani dream nurraati hojetan kun shanee motumaa shimalis fi Abyi dream kessani hin fakkatu
Anni Abo WBO ni jaladha oromo qulqullu kani maka hin qabn WBo koo❤❤❤
Koottaa dhugaa haasofna maalif wal sobna! Jarri ammaa midiyaa irraatti baate haasoftu tuni shanee Shimeeti malee ABO WBO miti! dhugumaan isiniin jedha! Fuulli isaanitu ni beeksiisa😅😅! Har'as borus ABO WBOn ija keenya! Jaalalli isaaniitu nu booji'e jira! Gantu fi yartuun yoomu nu hin diigdu!
Dhugaa keeti
Dhugaa jettee umaani oromoo lubbun jiraachuu sodate malee akka Abyif fi Shimalis miseensa shanee ijarattani oromia umaata Naga ficisa jiruu motumaa qofa⁉️🛑❌
kun miseensota ABO shanee osoo hin taanee Ilmaan hiyyeessa dirqamaan walitti funaanun ergamaa diigumsaf qopheessitanidha.
Akkasila gadheen qindeessitee fidde tartiibuma haasaayyuu hin beettu
Dhuugaadha filmiidha ni siban
Dream isan wan ajibaati😂😂😂
Ofuma ti raga baa jirtum bar wbon orjinalii takaa namaa sani samanii bekani dhugaa dubachuf sin maqa balesuf waraa qindesitani bosonati ergitanidha dhugaan wbo baeraa kunoo🙋♀️ wbon haa waruu ❤❤❤❤❤
Bordee maltuu sidhibee😅😅😅
Soba adii kan jedhamu suni kana ma ofi sobdu garuu amma jari kuni wbo miti ijolle akkanuman walitti funanatin Abo dha jetani haasoftu 😮😮
Mana barumsaatiimmo eessa fidaan ijjolee akkasi
maqaan karaa nagaatti nam yaama arrabni maali shanee osoo hin taane wraana bilisummaa oromooti
Bineensa oromoota nyaachaa turtan amma maaliin qulqulluu of gootan nuttis gumaa keenya ni baafana maatii nurraa ajjeessaa baatanii amma qulqulluu of gochuu fi garaa keessaniif tapha siyaasaa taphachaa jirtu siin beekna☝️☝️☝️
Hattuuti hattuu interview gochaa Jira .
Hin sobdi kun ABO/WBO'n Yeroo nuuf du'u malee yeroo nu ajjeessu hin beeknu. Isin warri nu ajjeesaa turtan baga nurraa galtan.
WBOn qabsoo irra jira sobduu galaban hagalu firen hafera😊😊
OBN⁉️❌🛑🤳🤳😁😁
Na amani. Waraabessi kaleessa obbo Battee nyaate isinis deebisee sin nyaata. Na amani
YAARABBI UMMATA KANA TOKKO GODHI GARA MANA MANAATI DACHAASI
Kan barbachiisu isa kanaa
Sobduwwan duraanuu uummata Oromoof osoo hin taane saamichaaf manaa baatan
Kkk tuni shane shimeeti! Mode ABO WBO isa dirooniifi taankiin dadhabe fakkachu hin dandessan yoomiyyuu hin taatan!
Shane isin jettan galuu dandeessi isa nuti hin beeknu! ABO WBOn garuu karoora fi jaalala ummaata qaba!
Sobduu gantuu maalummaa qabsooyyuu hin beektuu hattuu
Karri mootummaa sinii banaa tahe ibidda tahee isiin haa gubu😭😭☝️☝️
Aamiin
Ameen waqayoo isin haa gubuu 😭😭😭🙌🙌
Eeee akkana nagaan Shaneef haa ta'uu. Nagaaan galaa
Sobdu sin shanee shimslis WBO mit afufutu duwaa hatuu waan
Shimalisituu dhaqaa Uummataa oromoo dararaa jedhee nu leenjisii jalqabayuu
Baga nagayaan Gara faarsee bultoota shirootti dhuftan.
yes ☑️☑️👍👍👌👌😁😁😁😂😂🤳🤳🤳OBN❌❌⁉️❌🛑
ABOn maaliif oromoo ajeesa qabsoon oromoo ajeesuu miti
samaa turanii qabeenya erga horatanii booda ta'us gaariidha itti fufuu qaba. asumarratti yoo dhaabates gaariidha.
Uduu kee nyadhuu hattutuu galee malee WBO miti.
Wbo mitti isanumadha hin dogogorina
Tana duraa itti beekna!
Kanuma ofii keessan baastani gashaa jirtu
ABO WBO beekna nu hin gowomsitan
Osuma maaliif sobduu jettuu harka duwwaatti haftan😂 hattoota.
Qalabuu dadhabaan warrumaa sobduutu
Ppn furmaata dhabnaan filmii hojjatutti kaate. Eenyu sobuufi garuu?...
Yaa shamaliis tana fiidee re ammaasu oromoon wilii gowwoomsitu hiin jiru deem gowwosi jaartti te gagama
Gadhee haadha kee, oromoon oromoodha. Shawaa, wallagga jetta hattuu
Kijibduu isin wbo miti
Kun soba dirre jiru soba adii 😂😂 xiqoma hin salfattanii dhiroo 😅
Jazbotaa sababa kessanin nama meqatamaa dhabnee 😢😢
Udaan dursuumaayyuu ergaama ppn akkaa dhuftee sii qarattaanii sirraa gafaa gahaan du'aa sodaa badee galtee.ammaa immoo kan ummaata oromoos sammaa ajeesaa turees sinuumaa warraa motummaan ijaaree sin ergee.ammaa immoo hin udaaniin.
Ofsobuun mirga keeti
Motummaan ABO degarteen uummata fixaa ABON mootummaa degarteen uumataa fixaa siin lachuu waali galtee qabdu fayyaa uumata fixaa jirtu waaqayyoo nurraa sin haa kasu malee.
hattuun ,sobduuni fi haati garaa duruu akkuma keeti jaarsa ko wareen kaan illee poolisii mataa ofii akka waan waraana WBO ta,eetti interview gochuun gatii nama baasisa kanaafu as baatee midiyaa sobduu kanaan uummata qulqulluu kana arrabsuu kan barbaaddu yoo ta,e atiyyuu haadha garaadha !!!! isin dhugaa waaqaa oromootiif hin baane na amanaa garaa keessaniif baatani
ayii orooo abarsaa wagga dhibbatamaa malee diinaa wagga dhibbaa hin qabdu
ይህ ባለ ዊግ የፈቀዳ ቡድን ሽፍታዎች የምበሉትን አቶ እየተመለሱ ነዉ ደስ ይላል ድራማዉ
Bay,ee bayyee gaaari❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
akka kooti kan biyya bulchaa jiru oroomoodha isn hoo or / diina kami jalaa baasuuf bosonati dhumtanii ??? gala
Fulii kesaanu sin hima dream kessan hin dhuma sila hatoota ganaa senaan sin gafata saroota
Mah sobduu 😂😂
Sobduu, this is shime's shane
Gantuu sobduu duranuu dantaa dhunfaa keef mana batee
Usii xasaa wayii kinii wbo kessa dhufuu dhisii takkaa achuu dhaynee kijibduuwan
Isa dhugumaa qabsoo Oromoo WBO keessa turtanii amma galtan ta'e waggaa tokko booda mootummaa amma isin harka itti laattantu isin galaafata!! Inni karaa nagaa qabsaa'aa jiru iyyuu akka sareetti ajjeefamaa jira. Baga galtan silaafuu sareen akka keessanii bakka leencaati maal eegdi!!!
Uuffatni atti uffaatee baay'ee bareeda yaadni kee garuu???
@@LemmaAlemayehu-s6p tole yadni koo maalidha???
@@robaendalufaallaa uffata keetiti😂😂😂😂
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkķķkkkkkkkkķkkkķkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkķkķkkkkkkkkkkkkkkķkklkkkkkkkkkkkklllkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkķkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkķkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕
Kikikikikikikikikikikikikikikkikiki laqaqamochi motumaa laqaqamii wolin umataa oromoo nyadhaa
Akka ittii qoshashaan sobdu ilaalaa.hattuu fi Ganntuu qabdoon oromoo sobu fi hattuun hingufattuu
Midiya kijibaa
WBO dhangaggooftuu akkasii hin jirtuu dhiisaan WBO'n hundi loqodi isaanii marti tokko.
Dhugaa durayyu isiin wbo miti akkuma jedhame farsitee bultoota
Eeyyee shaneedha jarri kun garuu shaneefi waraanni bilisummaa oromoo tokko miti! Shaneen galuu dandeessi
Galaatomii
Afuuftuu garaa,kee dadhabdee ppn amma SI gadheesiti ta,I ilaali amma
shiftaa abiyifi shimallis lejisse pp ittin ummata gowomsiti kan batee urgeessa hajeesse enyu
Arraa dhugaa sitti fakkate odeesita woww Haramanee wahi
Kanaaf itti gaafatamu qabu warri dhugaa ba'aan kun malee warra bosonati hafe ittin maqaa balleessani ofi nagaati hafuu taanan salphina
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏🙏
maaloo maaloo maaloo... dafaa keessaa baafadhaa waraanni nuti qabnu nu gaha waan taheef. oromiyaa fi oromoo waraanni ABO-WBO qabnu gaha. yoo akkasitti calaltanii keessaa baafattanii jennaan waraanni ABO-WBO qulqullutu hafa. sanaan booda bilisummaan utuu oolee hin bulin dhufa jecchuu dha. pp yoomiyyuu sirna nama nyaataa dha.
❤💚❤🐅🐅🐅
Kijibaa warii abiyyii kanii qabamee akkumaa raggas
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂kkkkkkkkk Kkkkkkkkk kijibaa gowwaa attii ammaa wbodhaa nafxanyaa
Obn sagalee umataa jajabadhaa
Gadheen warra garaatu harka kennata
Nama osoo hin ta'in Ofii of sobaa jirtu
isin duraanuma hatudha hatu sangaa namatifi hatuu Ummata cin qaaturte isaan kana hin godha
❤🙌
Waaqa garaa gurraacha nuu baraari ati,kun dhugumaa waarana bilisaa baasa ummata oromoo keessaa jiraa?
Yaa ta'uu immoo jarri kun WBO hin fakkaatuu? Afuuftoota kana
💋💋💋💋💋💯💯
Kiijbduuu afuuftuu hin kiijibiinii hin bitamtee malqaan bitamtee hadhaa kee
❤❤❤
Kijibduu amma afuufi bor waan si mudachuuf deemu arguuf teessu .filmiin akkanaa kanaan eenyu iyyuu sobuu hin dandeessan❌
Kijibdoota maal keessantuu WBO fakkatta?🤣🤣
Mode WBO hin qabdan
Kunniin Shanee Shimalliis Abdiisaatii🤣🤣
Diraaman keessan kuni hin taane irraa deebi'aa sirreeffadhaa qindessitoonni obn horn of africa 😂😂😂😂😂
Buufaa , aangoo OPDO seetee? Heeraa fi Seera Qaba Jaarmiyichi.
Kijiibduu hadhaa ke ergaantu
Wayoowayyoo. Dhiigahadhaorommooyaraabbiihindhiisii
Essaatti leenji'aan
Waqayo biya kenyafi naga hafidu
Kijibdoota qara maaltu seena jedhe qofa
Qabsoo durumayyuu qabsoo. Koosi
Issini durayyuu isin samudhaf batani warra abbaa garrati male warran bilisumma Orommo miti guyyan akka darabbu hin dagatina nutu warri dubaratota bane falamacha jirra injifanon kan wbo tti
An hin amanuu 😂😂😂😂
Isin Minilik 3ffaa dha.
Biyèe nyadhaa qomcewani gobee
Suma kan gudeedaa ture ilmoosaa amma ergama fixattanii deebitanmoo
Abo warra diroonin dadhabe fakkaachuuf yaaluun abjuu dulloomaa tokko!
Amma eessaan fakkaata kun?
Media Sobduu😮
Isa karaa nagaa qabsa'aa jiru ajjeesatee bakkeeti gataa jirti mootummaa dhiiga namaan harka isaa dhiqatu kana wabii maalii qabaattee meeshaa lafa keessa? Wari karaa nagaa qabsoofna jedhan har'a garii mana hidhaa gariimoo biyyee jala jira afuuftuu wayii
Akkas miti obbolessa koo eela! Jarri amma as irraatti haasoftu tun gonkuma WBO miti isaan kaayyoo isaanii bareechanii beekuu warri midiyaa irraatti baate ololtu tuni warra qarshiidhan bitamteedha! ABO WBO ni beekna qaruuxeedha!
Maloo median soba obn ijjoollee muraasa mana barnoota keessa fidani dream nurraati hojetan kun shanee motumaa shimalis fi Abyi dream kessani hin fakkatu
Kun gowwomsaa warra siyaasni Ethiopia sammuu xaxeedha
Soba dhiisaa
jalqaba eenyu isin dirqisiisnaan laga seentani isin durayyuu hannaaf baatani amma quuftaniittu ABOn nuti beeknu isin miti????
Afuuftuu
Warra mootummaan leenjisee Oromoo maqaa WBO tureesssuuf ittiin uummata saamsisaa fi ajjeessaa ture
Rabbin laphee sini yyaa.Keennu dabsaa kanaa irra hadudha
Kijibdoota 😂😂😂😂😂😂
Kaallbeee
❤❤❤❤❤🎉🎉
Ummata kijibaa
Shanee shimallis😂😂😂
Welcomee