ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Anaa dhufu bareedduu oromoo ijollee oromoo mee like godhaa diina garaa guba gabbarri hafuu qaba kan jettu mee like godhaa
😂😂😂😂😂
Walaloofii yeedaloon isaa bayyee natti toleeraa. Haa ta'u malee hojii akkeessuufi fakkeessuu irrattii hanqinaalee innii qabuu irraa dubbachuun yaadaa dhuunfaa kiyyaatti. 1 diraamaan, akka gaaritti hin hojjatamnee jedhee yaadaa.2, Tabaa ijoollee sanaa irratt osoo dhugumaa ijoolleen taphatanii natti tolaa.3, yeroo gurbaan intalaa kadhachuuf, jaarsolii ergatuu mul’atu qabaa turee.4, yeroo maatiin, ishii kennuu didaniifii yeroo intallii yaaddoon, galaanaa miidhamtuus mul’atu qaba jedhee yaadaa.5, wantoonni gabbaraa ilaalataan akkaa carraattii muldhatuun, osoo jiruu irraa tarkaanfatameera natti fakkataa. Kanaa achii ammoo Aadaa keessattii gabbarii hafuun irraa hin jiraattuu. Garuu ammoo gabbaraafi gabbaramtuunis akka wal madaalanitti tahee jiraatuun aadaamaa durii.
Gabari hahafu kan jatan qoftin like godha 😭😭🙄🙄💞
Sirbaa aadaan faayame hammayoome hojjatameedha ergaan sirba kana keessati gabbaraa dubraa keessatu kan arsii keessati kaambi qotate dardara fuudha sodaachise dubra akka hin heerumne godhe fanjii gudda itti darbite nagayatti gabbara jetteen dhugaa baay'e namatti tola hojii ajaa'ibaati 😂 garuu dhaamsa gabaaba warra #visionentertainmentiif dhiifama wajjiin artistoonni tokko tokko keessatu artistii haaraya yoo taye yeroo vedeo waraabdan shubbisaa ijaan ammo cameera keessa laalu nama isa dura jiru video man laalu san itti hima dursaati artistiin dannasa ijaan ammo kameera laalu bareedina kilibbii sani hir'isa waan tayeef akka nama kameera uf duratti quba hin qabneeti sochii daansii isaa siires tayee taphatuu qaba kameera ijaan laalu dhiise jechuudha mee irra deebi'a laala isinis galatooma 🙏
Gabbari itti fufu qaba🙅♀️🙅♀️
Atii TH-cam jala figdee daaldaalchuu malee aadaafi heeraa seeraa haawaassaa arsiidha waani bektuu naati Hin fakkaatuu.amma dubbiin sirbbii Hin midhaaguu jechuu Kenyaa osoo Hin tanee ergaani sirbiichaa sirnaa heeraa hawaasaa kana tuqeraa jenee mormaa turees akka sirbiichii gaadii Hin dhifaamnee manxaansaa tureeraa.garuu warii Vision tufii hawaasaa qabaa waani ta'eef sirbaa jedhaani kana gaadii dhiisaani .gaabbaarii haa haafuu jechuun salphiinaa sirbaa kananis kaani gaabbaarii haafuu mitti.Yeroo malaafi saadi komeentii keetif manxaansaa kee argee sii komaadheraa kanaafuu waani akkasi kana jalaa figdee komeentii nuuti Hin godhiin gabbaraa ishii dhiisi abbootin gadaatuu hanbiisuu Hin dandaa'aani.
@@irreemediaim2491 🤣😂🥴
Abdo dhugaa keetii wantii attii nuuf maxansituu baayee natii tolo rabii sabonaa keenyaa nuuf jiradhuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️💚💚❤️❤️❤️Baayeen video kee lalu jaladhaa ataa barmasaa of keessaa qabata jabadhuu itti nuu fufii qalii keenyaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪👍👍👍💪💪💪💪👍
Dhugaa ketii Leccaaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Kkkk Siirbaa kana birran Gafaa duura Na dhagesisuu heeduu naf taahe turee arra yaroon video Arkuu heeduu natii toolee nama buuharsaa nama kofalchiisaa
Anatu dura laale mee like naaf godhaa😪
Faayoo Mootii, kanan dura sirba Ajaa'ibaatin ishee beeka. Keessumayyuu ''Sirba diddaa Geerare didaan'' Jedhun hundi keenya sirritti jaalannee turre Garuu inni kun standard Kee fi Vision production gadi dha. Yeroo itti aanutti waan gaarii akka qabattee dhuftu Abdii sirraa qabna. Dandettii isaas qabda. Warri Vision nis standard keessan eegaa!!1
Na keessa dubate galatoommi qaalii
Wayee Gabaraa maltuu si Gayee 😏😏
Wow wow dhugaa bantee gabaraa sodaaf jeecha meeqa fudhaa foodate. Ta'uu jiraa.
Wowoowo Ergaa Baredaa Oso kesaa Qaba Me Worii Gabarii Nuraa Hafuu Jetanii Liki Natii Raosaa Anii Arsii Lixaa Hasasa Iraa
Ergaa jabduu warra keenyaaf; eebbisaniif kennachuun kabaja!! Qophiin suur-sagaleefi qabiyyee ajaa'ibaa ti. Loved it!!
Galatoomi qarshi dhuga ketii 💔💔😁😁🇧🇫🇧🇫🇧🇫
Baga dhufte garuu gabara hafu hin qabu
Dhugaa namatti tola jabaadhaa vision entertainment
Faayoo❤️ bay'ee bareda sirbichi wanti hundii I'm proud of you 💪 🥰🥰 garuu ofii ketii herumtee nun gabarii ha hafuu ma jette 😓😓
Sila isiniif iyyitee mee maal balleessite ree akka manatti hin hafne
Akka isin manatti hin hafneef weelliftee
Gabbarri haa hafu dubii dhugaati
Faayoo waan faaya dubbatte, Baga nagaan nuu dhufte galaa kee guduunfattee....yaaddayuu irra gaafuu GABBARRI HAA HAFUU...!
Bareedaa! Bareedduu! Jabaadhu! Horii buli giiftii keenya!
Yoo ofiii Rakaftee usiii jeedhii
Durayyu gabbari diraqama miti ummata kenyatuu aadaa godhate malee haa hafuu 👍👍👍
Sanyii Matii Naf Ta'i
Garuu siribii kun osoo nama toluu waan gabaara kana woraa dhiraa ira hasuu turee malee Faayoo💗💗💗💗 mitti
Dhugaa kee jettee. Bayeessaa ibsite! I have appreciated
ደስ ይላል
Thank you sister ❤️💪 Haa hafuu gabarii 💯👍
Eeeeee gaabbarii haa haafuu💪💪💪💪Gaabbarii Adda male dhaa
JUSTICE FOR OROMOO MUSIC!!!
Abadan Gabbarri hafuu hin qabu! Dhaabaa waan akkas!✍️Akkamitti hafa mee?!🙄
Dhugaa jete qaalii
Dhugaa jete 👍
Hiyyeesi esaa fudhee kuma 100,000 haa gabaruure
Dhugaa jetee
@@samiraAntuu 🥰
Kuni sirba osoo hin tahin #Nashiidaa ta'uu qaba. ❤️💚❤️
Congratulations warra ganaa fudhuu fi hermuu nutii gefanee galatomii Faayoo bay’ee bareda sirbii kee akasumas ufanan ke,sanille👌🥰🥰🙏🙏
Fayoo ko baga nagaan dhuftee❤️💚❤️sanii manna kana wayya dhugaadha ❤️💪
Dhugaa ketii Qashtii 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Wowow Ana dhufu Faayo Mootii bagaa itti cabsitee amazing music ❤️🌳❤️🙏💪
Sirba bareeda erga bareeda qabuuf yeroon barbaadu waan nu arjoomtef galaattom faayyo teenya 🙏
great dance, beat and voice. love from eritrea!
Fayoo mooti baayyee sijalladha ture ,Aadaan Arsii gabbara kabajjaa ilmaa fuudhufi intala heerumtufis kana beeki yoomuu hinafu gabbarri
Dhugaa jirtu dhoosuu keetiif galatoom. Kanneen sirba kana qeeqan, tarii worra waan hawaasni keessaa dhalatan maalitti akka jiran hubannoo hin qabne.
Dhuftee gabbarri haa hafu 🙂
Fincila diddaa Gabbaraa labsitee jirta!💪
😀😀
😀😀😀
Wwwwwwwwwww 🥰😘🥰😘🥰💘😘🥰😘🥰🥰😘🥰😘🥰😘🥰⚘💘⚘💘💘⚘⚘⚘💘⚘💘⚘💘⚘💘⚘⚘💘💘⚘💘
WOW wow wahuma jabatetu isin gadaa basee dhuga jate oromotitii music amazing keep up going please
Gabbari yoo hafee gatiin keessanif lafti Finfinnees haa rakastuu
Gabarii adaa arsii keessatii edoo gudaa qabaa kanafuu yoom hafuu hin qabuu Warii hafuu hin qabu jetani Like 👍 dhan Mormii agarisisaa kessatuu qaree Arsii essaa jirtuu🤔🤔🤔
Gabbarri haa hafu ✊✊
Wly dhuga ketii sirab ajaibatii heduu dargagesa gamchise 🙏
Sirba Oromoo ajaa'ibaati One from Nairobi🙏
This is Unique Music like Seeglee of Lencho ኢሉባቦር
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 dhuga kettii jabadhuuuu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Qulqulluu Bareeduu Oromoodha
Jetaniree shamarummaa Arsii manati hanbisuuf gotani 🤣🤣😃sirba kana eega ture mata duree isaatu na hawate duba akkam tanaree warii keenya bilasha nu hin keenu? Gaafa jawwwe faa mootummaa ta'ani ummani waan isaani dhagayanif nuf gorsuu jedhee yadda🥰🥰💋💋💕💕💋🙏Uffan keessan kaan Aadaa Arsiiti sirbi keessani kaan gujii fi kaan kambatati Gedoni keessani rifensi kaan Alabati Maaf walitti gurtaniree kkkk
Baayee namatti tole obboleettii tiyya! jabaadhu aaddee
Eeyyeen haafu qaba 😂❣️❣️❤️👭👭👪👏👏👏🙏 misikina meeqa rakkata jiraa
Yooyyaa vision entertainment
Wowowowowow bareduu koo bayyeen si jaladhaa
Waw dhugaa Wallee baayyee miidhagaadha🎤 jabaadhu sanyii tiyya ❤️🎤🎤🎤
Dhugaa keetii jettee gabbari yaa hafu keessatuu Arsii 😘😘😘❤💚❤
Naa taate faayo qashti haa hafu gabbarri😋
Maalii nii nyata kotuu100,000 kafalii
Whwww baye.ee namtti tolaa gabarii haa hafuu
Wwwwww Amazon music bayyee gallatomii warra birii baree
Justice for Oromoo music!🙅♂️🙅♂️
What happened it
Gaalatomii Rabbiin dhabama haa godhuu gaqbarumaa kanaa
maal jechuu barbaadde?
Ani akka kiyyatti sirbichi Mata duree gabbaraa qabatee dhufe kun baga bahe jedhas, dabalataan ammo gabbarri hafuu qabaa osoo hin taane seeraan haga dandeettii namaatiin akka gabbaramu osoo namicha fuudhu saamuu hin taane please,Bar intala ykn durba namarraa fuudhuun kabajaadhaa silaa, darbees gurbaan fuudhus silaa akka ilma isaniititti ilaallamuu qaba dhaloota haarawaafis fakkeenna akka ta,an, garuu yeroo ammaa gabbara osoo hin taane gurbicha saamuudha. Knf haalaan gabbaruudha osoo humna abbichaatii ol osoo hin taane.Kun yaada dhuunfaa kiyyaatii na hoffolchaa🙏🏽!!.
Sin himani ta'an woyaa si himani ta'an woyaa So Amazing music OROMO ♥️💚♥️🎶
Galatoomi sirba bareedadha. Aada Arsi ka qara ani agaree hin beeyne waanugarsifteef. Jabaadhu, well done 👏🏽👏🏽👏🏽
Faayoo dugaa ketii bagaa iti cabsitee Galatomi
Wel come back vision entertainment! Love this channel and it will be largest channel in the Horn of Africa soon
Gabbarri hin hafu,heerumnis fuutis hin haftu!Aadaan Arsii uumaa uumee qabdi faayoon maanoo tuqxe !itti nuu arga ambana.
Bootaa maaree raafiisaa jeetuu saaniitii naa taatee gaaruu taa gaabaraa haa haafuu saanii hin feedhuu 😍😍😍😍
Haa hafu aboo dararamne bar 😆
Dr.keenya isiinilee ni degartu🤣😄
Gabarri kabaja durbaati! Dhiirri gatii itti baasee yoo fuudhuu baate akka waan meeshaa lafaa argateetiti laala. Dhiirri Olqabee yoo gabbare gad jedhee intala horata!
Kunilee siraba jetee sirbiti gabari hafuu hin danda'uu yomuu📈📈📈📈
Baay'ee namatti tolaa great job interesting music
Haa hafuu sinii man tanaa wayyaa 😄😁😁 wan gariidhaa
ፋዮ koo የአርሲን ባሃል በደንብ እየሰራሺበት ነዉ በርቺ ደሞ በጣም ነዉ የምወድሽ
My dear 💋💋💕
❤❤❤❤👌
Wel came to back Oromoo Artist wowowowow Amazing music thank you❤💚❤🐅🐅💪💪
O
Dirama.afan.ormo
Mee worrii gabbarri haa haafu jettanu dhiraas🚶♂️ tahe dubartis🚶♀️tahe commenti fi lk naa godha waan nabirati afee itti dabaala🤣🤣
Noooooo
Sanimana tana wayaa😍😍🥰
Best Music Faayoo!
Vision entertainment😍Gabbarri hafuu hin qabu indee🙄Sh arsii koottaa dislike haa goonuu🤨🤣🤭
Dhugaa keeti
@@faaxumaaoroarsii3942 💜🙆♂️👈
Gabaara qofa hin qabu Ilman sikkoomandoo.Tiyyaa hin beektuu laalta gegaahoo fi dhofsiisaa.Gabaruu itti xiqqaa intala sikkoomandoo mandoo.
Hintala gabbaraan ynaattu wayii qabdamo?
@@soolaneeshow8040 Akkasitti itti himi bareeddu kiyya💜👈
Wow sirba ajaa'ibaati.jiraadhu. sirba kana Arsii koo hunda naaf affeeraa
Warra Kee dide malee an yoman disee😉
Asennaa nuu erraa jirtaa jechudhaa kunii hin tanee garuu hedduu dasii jedhaa jabadhuu
Dhugaa namatii tolaa 😊😘😘
namumaa akkaa kee kanati nuraa dubatuu dhabnee bagaa nuraa dubatuu Jabadhuu
jabduu ko jabaadhuu dhuga ketii sanyii gabaraa dadhabnee ta'uu jiraa
Haa hafu bayyee nama tola 🌹🌹🌹🌹
Tana qawween 😊
Dhugaa kan kee kana wayya kana wayyaa💕❤️❤️❤️👍👍👍😍😍😍😍
Nama tola akkata ati sirbicha itti dhiyeesitee Waan qerroo fi Qarree yaadefi galatomi jabadhuu itti fufii
Eee akkasi kunoo! Arsii dhagahi!
Akka namu gabbara male fuudhu nu goote galatoomi 🤣🤣🤣 ❤💚❤
Wooow nama tola baay'ee galatomi vision rise up!
Sirbaa Akkan Namatii Toluudha Wowow Amazing ❤‼️😍😘
Gabarii haa ittii fuufu osoo jettee sirraa tolaa
This is amazing music 🥰😍
Rakko kenya nura dubatte, artist tanaf eganno ciman akka godhamuf maqa Qerrotin gafanna 😆😆👍
Abadan hin hafu gabarii hin dabala male 🥰🥰😂
Mucaa ishee Arsii Gabbaraaf jettee na didde sana naaf waamaa maaloo😥🙄😁
Gabbarri Haa Hafu! I really liked it!
Sirba ergaa garii dabarsuu fi midhaagadha. jabadhuu
Amazingggg 👌🏾👌🏾 jabadhuu
Gabbarrri haa hafu, Buttan haa deebitu
👊👊👊👊😂😂😂አተ የተመታ
Kanuma jecha jirti intali gudi sagali
🤣🤣🤣🤣Kotuu ni nyatta😁🤣
ይዋጥለሃል እንደውም 4እጥፍ ነዉ ላተማ
Kkkkkk😅😅
hubataan ija mixtii arga.sirbi kun ergaa heddu qaba.galatoomi!
Anaa dhufu bareedduu oromoo ijollee oromoo mee like godhaa diina garaa guba gabbarri hafuu qaba kan jettu mee like godhaa
😂😂😂😂😂
Walaloofii yeedaloon isaa bayyee natti toleeraa. Haa ta'u malee hojii akkeessuufi fakkeessuu irrattii hanqinaalee innii qabuu irraa dubbachuun yaadaa dhuunfaa kiyyaatti.
1 diraamaan, akka gaaritti hin hojjatamnee jedhee yaadaa.
2, Tabaa ijoollee sanaa irratt osoo dhugumaa ijoolleen taphatanii natti tolaa.
3, yeroo gurbaan intalaa kadhachuuf, jaarsolii ergatuu mul’atu qabaa turee.
4, yeroo maatiin, ishii kennuu didaniifii yeroo intallii yaaddoon, galaanaa miidhamtuus mul’atu qaba jedhee yaadaa.
5, wantoonni gabbaraa ilaalataan akkaa carraattii muldhatuun, osoo jiruu irraa tarkaanfatameera natti fakkataa.
Kanaa achii ammoo Aadaa keessattii gabbarii hafuun irraa hin jiraattuu. Garuu ammoo gabbaraafi gabbaramtuunis akka wal madaalanitti tahee jiraatuun aadaamaa durii.
Gabari hahafu kan jatan qoftin like godha 😭😭🙄🙄💞
Sirbaa aadaan faayame hammayoome hojjatameedha ergaan sirba kana keessati gabbaraa dubraa keessatu kan arsii keessati kaambi qotate dardara fuudha sodaachise dubra akka hin heerumne godhe fanjii gudda itti darbite nagayatti gabbara jetteen dhugaa baay'e namatti tola hojii ajaa'ibaati 😂 garuu dhaamsa gabaaba warra #visionentertainmentiif dhiifama wajjiin artistoonni tokko tokko keessatu artistii haaraya yoo taye yeroo vedeo waraabdan shubbisaa ijaan ammo cameera keessa laalu nama isa dura jiru video man laalu san itti hima dursaati artistiin dannasa ijaan ammo kameera laalu bareedina kilibbii sani hir'isa waan tayeef akka nama kameera uf duratti quba hin qabneeti sochii daansii isaa siires tayee taphatuu qaba kameera ijaan laalu dhiise jechuudha mee irra deebi'a laala isinis galatooma 🙏
Gabbari itti fufu qaba🙅♀️🙅♀️
Atii TH-cam jala figdee daaldaalchuu malee aadaafi heeraa seeraa haawaassaa arsiidha waani bektuu naati Hin fakkaatuu.amma dubbiin sirbbii Hin midhaaguu jechuu Kenyaa osoo Hin tanee ergaani sirbiichaa sirnaa heeraa hawaasaa kana tuqeraa jenee mormaa turees akka sirbiichii gaadii Hin dhifaamnee manxaansaa tureeraa.garuu warii Vision tufii hawaasaa qabaa waani ta'eef sirbaa jedhaani kana gaadii dhiisaani .gaabbaarii haa haafuu jechuun salphiinaa sirbaa kananis kaani gaabbaarii haafuu mitti.
Yeroo malaafi saadi komeentii keetif manxaansaa kee argee sii komaadheraa kanaafuu waani akkasi kana jalaa figdee komeentii nuuti Hin godhiin gabbaraa ishii dhiisi abbootin gadaatuu hanbiisuu Hin dandaa'aani.
@@irreemediaim2491
🤣😂🥴
Abdo dhugaa keetii wantii attii nuuf maxansituu baayee natii tolo rabii sabonaa keenyaa nuuf jiradhuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️💚💚❤️❤️❤️Baayeen video kee lalu jaladhaa ataa barmasaa of keessaa qabata jabadhuu itti nuu fufii qalii keenyaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪👍👍👍💪💪💪💪👍
Dhugaa ketii Leccaaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Kkkk Siirbaa kana birran Gafaa duura Na dhagesisuu heeduu naf taahe turee arra yaroon video Arkuu heeduu natii toolee nama buuharsaa nama kofalchiisaa
Anatu dura laale mee like naaf godhaa😪
Faayoo Mootii, kanan dura sirba Ajaa'ibaatin ishee beeka. Keessumayyuu ''Sirba diddaa Geerare didaan'' Jedhun hundi keenya sirritti jaalannee turre Garuu inni kun standard Kee fi Vision production gadi dha. Yeroo itti aanutti waan gaarii akka qabattee dhuftu Abdii sirraa qabna. Dandettii isaas qabda. Warri Vision nis standard keessan eegaa!!1
Na keessa dubate galatoommi qaalii
Wayee Gabaraa maltuu si Gayee 😏😏
Wow wow dhugaa bantee gabaraa sodaaf jeecha meeqa fudhaa foodate. Ta'uu jiraa.
Wowoowo Ergaa Baredaa Oso kesaa Qaba Me Worii Gabarii Nuraa Hafuu Jetanii Liki Natii Raosaa Anii Arsii Lixaa Hasasa Iraa
Ergaa jabduu warra keenyaaf; eebbisaniif kennachuun kabaja!! Qophiin suur-sagaleefi qabiyyee ajaa'ibaa ti. Loved it!!
Galatoomi qarshi dhuga ketii 💔💔😁😁🇧🇫🇧🇫🇧🇫
Baga dhufte garuu gabara hafu hin qabu
Dhugaa namatti tola jabaadhaa vision entertainment
Faayoo❤️ bay'ee bareda sirbichi wanti hundii I'm proud of you 💪 🥰🥰 garuu ofii ketii herumtee nun gabarii ha hafuu ma jette 😓😓
Sila isiniif iyyitee mee maal balleessite ree akka manatti hin hafne
Akka isin manatti hin hafneef weelliftee
Gabbarri haa hafu dubii dhugaati
Faayoo waan faaya dubbatte, Baga nagaan nuu dhufte galaa kee guduunfattee....yaaddayuu irra gaafuu GABBARRI HAA HAFUU...!
Bareedaa! Bareedduu! Jabaadhu! Horii buli giiftii keenya!
Yoo ofiii Rakaftee usiii jeedhii
Durayyu gabbari diraqama miti ummata kenyatuu aadaa godhate malee haa hafuu 👍👍👍
Sanyii Matii Naf Ta'i
Garuu siribii kun osoo nama toluu waan gabaara kana woraa dhiraa ira hasuu turee malee Faayoo💗💗💗💗 mitti
Dhugaa kee jettee. Bayeessaa ibsite! I have appreciated
ደስ ይላል
Thank you sister ❤️💪 Haa hafuu gabarii 💯👍
Eeeeee gaabbarii haa haafuu💪💪💪💪
Gaabbarii Adda male dhaa
JUSTICE FOR OROMOO MUSIC!!!
Abadan Gabbarri hafuu hin qabu! Dhaabaa waan akkas!✍️
Akkamitti hafa mee?!🙄
Dhugaa jete qaalii
Dhugaa jete 👍
Hiyyeesi esaa fudhee kuma 100,000 haa gabaruure
Dhugaa jetee
@@samiraAntuu 🥰
Kuni sirba osoo hin tahin #Nashiidaa ta'uu qaba. ❤️💚❤️
Congratulations warra ganaa fudhuu fi hermuu nutii gefanee galatomii Faayoo bay’ee bareda sirbii kee akasumas ufanan ke,sanille👌🥰🥰🙏🙏
Fayoo ko baga nagaan dhuftee❤️💚❤️sanii manna kana wayya dhugaadha ❤️💪
Dhugaa ketii Qashtii 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Wowow Ana dhufu Faayo Mootii bagaa itti cabsitee amazing music ❤️🌳❤️🙏💪
Sirba bareeda erga bareeda qabuuf yeroon barbaadu waan nu arjoomtef galaattom faayyo teenya 🙏
great dance, beat and voice. love from eritrea!
Fayoo mooti baayyee sijalladha ture ,Aadaan Arsii gabbara kabajjaa ilmaa fuudhufi intala heerumtufis kana beeki yoomuu hinafu gabbarri
Dhugaa jirtu dhoosuu keetiif galatoom. Kanneen sirba kana qeeqan, tarii worra waan hawaasni keessaa dhalatan maalitti akka jiran hubannoo hin qabne.
Dhuftee gabbarri haa hafu 🙂
Fincila diddaa Gabbaraa labsitee jirta!💪
😀😀
😀😀😀
Wwwwwwwwwww 🥰😘🥰😘🥰💘😘🥰😘🥰🥰😘🥰😘🥰😘🥰⚘💘⚘💘💘⚘⚘⚘💘⚘💘⚘💘⚘💘⚘⚘💘💘⚘💘
WOW wow wahuma jabatetu isin gadaa basee dhuga jate oromotitii music amazing keep up going please
Gabbari yoo hafee gatiin keessanif lafti Finfinnees haa rakastuu
Sanyii Matii Naf Ta'i
Gabarii adaa arsii keessatii edoo gudaa qabaa kanafuu yoom hafuu hin qabuu
Warii hafuu hin qabu jetani Like 👍 dhan Mormii agarisisaa kessatuu qaree Arsii essaa jirtuu🤔🤔🤔
Gabbarri haa hafu ✊✊
Wly dhuga ketii sirab ajaibatii heduu dargagesa gamchise 🙏
Sirba Oromoo ajaa'ibaati One from Nairobi🙏
This is Unique Music like Seeglee of Lencho ኢሉባቦር
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 dhuga kettii jabadhuuuu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Qulqulluu Bareeduu Oromoodha
Jetaniree shamarummaa Arsii manati hanbisuuf gotani 🤣🤣😃sirba kana eega ture mata duree isaatu na hawate duba akkam tanaree warii keenya bilasha nu hin keenu? Gaafa jawwwe faa mootummaa ta'ani ummani waan isaani dhagayanif nuf gorsuu jedhee yadda🥰🥰💋💋💕💕💋🙏
Uffan keessan kaan Aadaa Arsiiti sirbi keessani kaan gujii fi kaan kambatati
Gedoni keessani rifensi kaan Alabati
Maaf walitti gurtaniree kkkk
Baayee namatti tole obboleettii tiyya! jabaadhu aaddee
Eeyyeen haafu qaba 😂❣️❣️❤️👭👭👪👏👏👏🙏 misikina meeqa rakkata jiraa
Yooyyaa vision entertainment
Wowowowowow bareduu koo bayyeen si jaladhaa
Waw dhugaa Wallee baayyee miidhagaadha🎤 jabaadhu sanyii tiyya ❤️🎤🎤🎤
Dhugaa keetii jettee gabbari yaa hafu keessatuu Arsii 😘😘😘❤💚❤
Naa taate faayo qashti haa hafu gabbarri😋
Maalii nii nyata kotuu100,000 kafalii
Whwww baye.ee namtti tolaa gabarii haa hafuu
Wwwwww Amazon music bayyee gallatomii warra birii baree
Justice for Oromoo music!🙅♂️🙅♂️
What happened it
Gaalatomii Rabbiin dhabama haa godhuu gaqbarumaa kanaa
maal jechuu barbaadde?
Ani akka kiyyatti sirbichi Mata duree gabbaraa qabatee dhufe kun baga bahe jedhas, dabalataan ammo gabbarri hafuu qabaa osoo hin taane seeraan haga dandeettii namaatiin akka gabbaramu osoo namicha fuudhu saamuu hin taane please,
Bar intala ykn durba namarraa fuudhuun kabajaadhaa silaa, darbees gurbaan fuudhus silaa akka ilma isaniititti ilaallamuu qaba dhaloota haarawaafis fakkeenna akka ta,an, garuu yeroo ammaa gabbara osoo hin taane gurbicha saamuudha. Knf haalaan gabbaruudha osoo humna abbichaatii ol osoo hin taane.
Kun yaada dhuunfaa kiyyaatii na hoffolchaa🙏🏽!!.
Sin himani ta'an woyaa
si himani ta'an woyaa
So Amazing music OROMO ♥️💚♥️🎶
Galatoomi sirba bareedadha. Aada Arsi ka qara ani agaree hin beeyne waanugarsifteef. Jabaadhu, well done 👏🏽👏🏽👏🏽
Faayoo dugaa ketii bagaa iti cabsitee Galatomi
Wel come back vision entertainment! Love this channel and it will be largest channel in the Horn of Africa soon
Gabbarri hin hafu,heerumnis fuutis hin haftu!Aadaan Arsii uumaa uumee qabdi faayoon maanoo tuqxe !itti nuu arga ambana.
Bootaa maaree raafiisaa jeetuu saaniitii naa taatee gaaruu taa gaabaraa haa haafuu saanii hin feedhuu 😍😍😍😍
Haa hafu aboo dararamne bar 😆
Dr.keenya isiinilee ni degartu🤣😄
Gabarri kabaja durbaati! Dhiirri gatii itti baasee yoo fuudhuu baate akka waan meeshaa lafaa argateetiti laala.
Dhiirri Olqabee yoo gabbare gad jedhee intala horata!
Kunilee siraba jetee sirbiti gabari hafuu hin danda'uu yomuu📈📈📈📈
Baay'ee namatti tolaa great job interesting music
Haa hafuu sinii man tanaa wayyaa 😄😁😁 wan gariidhaa
ፋዮ koo የአርሲን ባሃል በደንብ እየሰራሺበት ነዉ በርቺ ደሞ በጣም ነዉ የምወድሽ
My dear 💋💋💕
❤❤❤❤👌
Wel came to back Oromoo Artist wowowowow Amazing music thank you❤💚❤🐅🐅💪💪
O
Dirama.afan.ormo
Mee worrii gabbarri haa haafu jettanu dhiraas🚶♂️ tahe dubartis🚶♀️tahe commenti fi lk naa godha waan nabirati afee itti dabaala🤣🤣
Noooooo
Sanimana tana wayaa😍😍🥰
Best Music Faayoo!
Vision entertainment😍
Gabbarri hafuu hin qabu indee🙄
Sh arsii koottaa dislike haa goonuu🤨🤣🤭
Dhugaa keeti
@@faaxumaaoroarsii3942
💜🙆♂️👈
Gabaara qofa hin qabu Ilman sikkoomandoo.Tiyyaa hin beektuu laalta gegaahoo fi dhofsiisaa.Gabaruu itti xiqqaa intala sikkoomandoo mandoo.
Hintala gabbaraan ynaattu wayii qabdamo?
@@soolaneeshow8040
Akkasitti itti himi bareeddu kiyya💜👈
Wow sirba ajaa'ibaati.jiraadhu. sirba kana Arsii koo hunda naaf affeeraa
Warra Kee dide malee an yoman disee😉
Asennaa nuu erraa jirtaa jechudhaa kunii hin tanee garuu hedduu dasii jedhaa jabadhuu
Dhugaa namatii tolaa 😊😘😘
namumaa akkaa kee kanati nuraa dubatuu dhabnee bagaa nuraa dubatuu
Jabadhuu
jabduu ko jabaadhuu dhuga ketii sanyii gabaraa dadhabnee ta'uu jiraa
Haa hafu bayyee nama tola 🌹🌹🌹🌹
Tana qawween 😊
Dhugaa kan kee kana wayya kana wayyaa💕❤️❤️❤️👍👍👍😍😍😍😍
Nama tola akkata ati sirbicha itti dhiyeesitee
Waan qerroo fi Qarree yaadefi galatomi jabadhuu itti fufii