Dr malo malo mee naa dhuukubaa maaluumaani ta,aa 😭😭😭 biyaa oramaa keesaattii naa ho,aa Akkaa maale jeechuudhaa maali haa fayaadaamuu lattaa galatomi dr
maloo dr ani heddun rakkadhee jiraa dhukkubbi dugdatini.furmataa dhabee.😭😭manaa yalaa demee yalamee nagadha nan jedhani male furmatta natti hin himani.maalo mal gochuun qabaa??
Anaa lafe ko hundinu na dhukuba garu mana yala demeni jira vitamin dha na jedhani dawale naf kenani garu lafen ko bayyee na dhukuba furmata isa dhabera 😭😭
itti dhiyaadhaa. namoota jaallataniifis qoodaa/share godhaa
Ok
Bayyee bayyee galatomii Dr Garuu kani yeroo dheraa turee fayyuu hin dada'uu moo
Anis garu nadhubaa
Cinachaa naa dhukubaa dr. Mana yala demetan lafee ketuu walii qabee naan jedhanii furmataa isaa naaf himamee😭🙏🙏
Gaalatoma basrsaaa👍♥️♥️♥️
Dhifama wajiin dr mana yaala kami keessa tajajiltuu maalo isin bira dhufeen yaalama naf barreessa maalo ☝️🤲😭
Nuuf jiradhuu Dr keenya
ANAA WAGGAA BAAY.EE NAA DHUKKUBBAA BIYYAA HORMAAN JIRAA SHARBII UFATAA JALAN XAXADHEE DALAGAA DR 😭😭😭
Wayyoo Aniis yeroo heduu Akasi godhaa yoo dhabachuu dadhabee
Abshir kotu yutubi kiyara siti hima
Nuf jiradhuu hadhoo keenya Dr kenyaa eebifamii
Galatomi Dr keenyaa❤️❤️❤️
Gaalatommii Dr 👍👍👍👍👍💜💙💚💛❤💝💝💝💝💝💝💖💗💖💗
Ebifamaa doftora ❤🎉
Dr dhuga bayye naa dhukkuba narra turre jirraa ya rabbii dandae hin hin sochou uuuuffffff 😥
Thanks Dr Nafyad
Galatomii Dr kenyaa
Galatomii dr nafiyad🙏
Guddaa eebbifama ❤👍👍ana waggaa 4guutuu na dhukkuba baayee na gubaa yeroo hundaa dugdi koo biyyaa arabaa dubain jira DR
Amaa mali sii dhisee ree lubbuu
Dr nufii jiraadhaa 👍👍👍👍👍👍❤️💚❤️❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️🙏
Naa dhukubaa jiraa
Dugda koo bayee naa dhukubaa jiraa Dr mee mal godhuu mana yalasi demeni ture
Yalaa dafii nutti him Dr nafi yaadi
Gaffii qaba Dr walitii dhufeenya dugdafi kome milaa maalidha yeroo baay'ee dugdafi komee mila naa dhukkubaa
Welcome Dr
Dr qalii galtooma ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Dr keenyaa galatoomaa waan haaraa gorsa fayyaaf ta'u nuuf kennuu keessaniif.
Galatomaa dr anuu naa dhukkubaa ol jeechuu fi gadii jechuu naan yaadeessa
Galatoomii Dr barumsaa gaariidha
Eebifamii eebbaaf ta'iiDr
Wowowo Dr heduu galatomii my bro anii gizen gadii jey oll jey naawaranaa furmanii malii yo Dr !!!!!
Galatomi Dr keenyaa 😍😍
Gallatoma doktorri keenya ❤️❤️
Galatoo Dr kenyaa
Galatooma itti fufaa waan gaari niftily dabarsaa jirtani
Galatooma Dr keenya
Anni bay'ee na dhukuba dugdikoo rakkoo mali akka ta’e hin beeku yero na dhukubu qama koo keessa wanti bahu ni jira dr malo mal naf wayyaa 😢
Kotu sif hima utubikora kotu
Dr Galatoma ♥️
Galotamii Dr keenyaa
Wayyoo dr baayee rakkadhee dugdi koo na dhukkuba na gubaa akkami ibiddaa furmaata isa
Mee mali fayuu danda,aa ree nufii himii Dr nafii
Dokter dhifama wajiin annii jeku kiyya fii dudii kiyyaa yerro kammuu naa gubba
Dr nufu jiradha barosa gariyii sinira fudhacha jira dhugaa waqayy.oo
Dr. Dhukkubbiin dugdaa fi walquunnamtiin saalaa walitti hidhata qabaa? Yookiin walquunnamtii saalaa irra deddeebiin yoo raawwanne dhukkubbii dugdaa nutti ni fidaa?
sababni isaa yeroo tokko dhukkubsadhee mana yaalaa deemnaan Dr.'n tokko indee ati umuriin kee daa'ima mitii akkamitti waa'ee dhukkubbii dugdaa haasoofta naan jedhe. Mee kana maal jettu?
Dr keenyaa nuf gallatoma
Anii sochii gamma yero bayyee nan ojjadhaa garu dudii na dhukubba mana yalaa yeroo deme fa'adha nan jeedhuu😨
Dudaa koraa garaa muudhi kotii darbeeraa ufff
Dr lakk silk kessan nufi ka,a me dhifama wajiin
Gallatomii dr😍
Anaa yeroo dheraa kafana tokosa kanafii natii fakate bayee nadhukubaa
Fayyaan fayaa
Ijollee sher godhafii subscribe baay.ee akka argatanif fayyidaa baay.ee irraa barranaa.
Dr malo malo mee naa dhuukubaa maaluumaani ta,aa 😭😭😭 biyaa oramaa keesaattii naa ho,aa Akkaa maale jeechuudhaa maali haa fayaadaamuu lattaa galatomi dr
Tanfaa jacha ilmo nama nii dhorka
Sababbi isa
Dr naafyad akkami dhifama gafiin qaba namni tivi ykn dhukuba qilleensan qabame tokko dugdi dhukubu dandahaa
maloo dr ani heddun rakkadhee jiraa dhukkubbi dugdatini.furmataa dhabee.😭😭manaa yalaa demee yalamee nagadha nan jedhani male furmatta natti hin himani.maalo mal gochuun qabaa??
Galtomii doktor kenyaa
Dr mee dhukkuba nyaqarsa dawwa isaa naaf hima bayee na dhukkuba lukkarrati na dhukkuba
Dhukubbi mudhii dawa isaa?
Dr nan bayyee na dhukkuba cininisura na qabe yoon rafes nan dhiisu
Maloo baganaganidhufitani nanuu nadhukuubaa atamiti siliki Kesani aragadhaa
♥️💚♥️🙏🙏🙏🙏🥰 gltm
Bayy'ee galatomi Dr
Doctor 💊 ittii cbsaa Mee natii himii Lukkatii gadii NAA itaha wansaa walale
Ani yeroo bayyee millii koo fii dudaa kessati nan gubaa
Anii midhamaa qabaa garuu yeroo qarrii debi'uu naa dhukubaa kanaf hoo dawaan maaliii
Ani gaanamaa yeroo rafee kawuu nadhukubaa maali furimani isaa
Galatomaa Dr
Doktor ani dugda koo fi karaa harka mirgaa baayyee na dhukkuba mana yaalaas deemee homaa hin qabdu nan jedhan furmaanni koo maalii mee?
Galatmii Dr N
Galatoomi dr dhibee kunii batii 2 naraha gahee jiraa
hayyee galatoomi atis sanyiiko.fayyaa hin dhabin.namoota jaallattuuf share godhi ykn qoodiif
Ani yeroo bayyee anaa dhukkuba millaa fidudaa koo naa wliiti naa gubaa maloo nafii debisii Dr t
Gafii qabaa ganama ganma naa jojesee akkaa olii nabasuu naa godhaa maliidhaa marsaa 3 natii debee dhifamaa debii egadhaa
💞💞💞💞
Lakkosaa kee ergii
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍
😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪😪
Mee harikii bita naa dhukuba tikasharati ( D r) furimata nati himii dhifama
Malloo cikkun koo akka abbidattii naa gubba
Galatomi Dr
💞💗
Ana dugda Kofi takachaa koo baayee naa dhukubaa furmaanisaa doctor 😢
Anuu heduu naa dhukubaa dhugaa bayee galatomaa baranotaa kesanifii
😪😪😪😪
🙏👍👍👍😍😍😍😍
Dortori viisiii diibaashu miidhaa namatii fiiduu daayiii
Uuuffee maaloo mallatto kanatu nan irraa jiraa😭😭😭😭😭😭👈
Yoo midhamee ykn sigigatee jiratee hoo maltu fala yaa Dr kenaa
yoo sigaagachuunsaa qorannoon mirkanaa'eef mana yaalaa deemanii yaalamuun baayyee barbaachisaadha
fayyaa hin dhabin
hiriyootakee jaallattuuf share godhi
Galatoma ani dhibe kanan saxilamen jira
❤️💚❤️
Video kana le refan dawadha anii Dhukubii dugdaa kesa Diiraa yoka Ciinacha kana kan nama dhukubu malii laata
Gaafi qabaa dr yeroo hundaa mataa kiyyaa baayee naa dhukkubaa panadola yoo fayyadame malee naa dhiisuu tarii panadola kuni miidhaa naraa gahuu danidaa?
maamila keenya yaadakeef guddaa galatoomi. waa'ee mataa dhukkubbiif viidiyoon qopheesse qilleensarra oolcheen jira dhaggeeffadhu.namoota jaallattuufis share godhi
@@DrNafyadGetuOfficial lakofsaa nuu ergaa mee
Dr Galatomaa wwww
Dawa isa nuhimi
❤❤❤❤❤❤✅✅✅
Dr anii Orion infection qabdaa nan jedhanii manaa talas dhaqee mee furmataa hin agaree naf himaa
Manaa yalaa dhaqee
Dhukkubaa cinachaa hoo
Galatoomii
😭😭😭😭
Galatoma dktr
Gudaa galatomaa Dr
Galatoomaaa
Anaa lafe ko hundinu na dhukuba garu mana yala demeni jira vitamin dha na jedhani dawale naf kenani garu lafen ko bayyee na dhukuba furmata isa dhabera
😭😭
Ana dudaa kiyaa fii lafee kiyaa hundaa nadhukubaa 😭😭
Dr Ana Marsan laguu Natii hin dhufuu waagaa 1 yeroo 1 nati dhugaa mee mali Rakkoni Ani jarasa qaba Garuu dawaa hin fudhanee mee mali Rakkoni
yaadakeef galatoomi sanyiiko.waa'ee jeeqamuu marsaa laguurratti viidiyoo isiniif qopheesseera.jeeqamuu marsaa laguu jedhii search godhi siif fidaa. namoota jaallattuufis share godhi ykn qoodiif
Ilmoo qabdaa atti
Galatomaa drt
Galtoom Dr
Bayyee gorsa gaaridha gudda galatomaa Dr
hayyee atis galatoomi sanyiiko.hiriyootakee jaallattuuf qoodi/share godhi
@@DrNafyadGetuOfficial galatoom Dr keenya
Jbdhaa Baye.ee Gltoom
Dr Anaan kara cinaachaakoo bitaatiin naa dhukkuubaa salgiikoo dukkaa waal qabatee hin na gubbaa danda,ee tae hin turuu yero natii kau ani gaaru midhaama hojii mana ormaa kanatii jedheen dhisee mana yaalas demee qoraatu sii senee jedhanii ijumaan ilalamee bekaamaa tae hin bekkuu qorichaas liqimsee waan tokoyuu naf gochuu didee
😢😢😢😢isinimoo yaada kesaniff galaatomaa gaaru yeron yaada isin barsistaan kana agefaadhuu of shakeen yada,aa hangaan biyaako gaalutii rabii lubbuukoo nakesaa haa tursu maalee😭😭