ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Umir kee rabbin haa dheeresuu garuu guyyaa wajjin nuufi dhihesi kaa qallii jia kami guyyaa meeqa akkaa tae galatomi❤❤❤❤❤ jabbaadhu
You tube oromoo waanii bareedaa dabarsuu simaa argee akkumaa tasaa osoo you tube keessaa demmuu jabbaadhuu hallumaa kanaanii ittii fuffii mee haallaa lafaas nuuf himii mee namnii hedduunii kanii ittii rakkatuu magallootaa dandatee hallaa bitaa isaa nuuf himii meshaallee magallootaa ittii argamuu yoo dandanatee lakkoofsaa wojiin nuuf maxassii❤
ega wojatanii shashamanee kesatii bakaa kata bilainini iraa gee nuu himaa nuu wojadhaa mee nanii bayenii sudanee tutii jiraa dhifama wolinii❤❤❤❤
Baga nagaa dhufute magaalaa faana nufi fidii 🎉🎉🎉
Looking isaatii nuf hsjadhumee dhifamaa wajjiin
❤❤🎉 0:46
Baga dhuftan
Masha Allah ❤❤
Galatomi dhuga qalii nama 💯💯
Galatoomi Jabaa Nama umurii kee Haa dheeresuu waqiiDhugaa ani odumaa namoota dhaga'ee mana jalqabuu soddadheen Afaan fi harkaa koo qabadhee ta'aa jiraa.Waan bay'ee siraa baradheeAbdii illee horadhee Galatoomi Galatoomi ❤❤❤❤❤❤❤
mamila naa ta.i
Nice
Mashaalla jabadhu galattomi ❤
Jabaadhu
Jabaadhu❤
Mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala Rabbiin sirraa haa jalatu qaalii koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
mamilaa naa ta.i
🤩🤩
Dhugaa
Kotaa Asumaan maatii naa ta'aa ❤❤❤
Mee ijarsaa mana nuuf hojjadhu
❤🙏🙏jabadhuu
የአቦ ድጋይ ስት ነው ወድሜ ሸክላ ስት ነውየቤት።ከፊለፊት የሚያሳምረው🎉
Nagani isini haa bayatuu❤❤❤❤❤
kornisii mee ❤❤❤🎉🎉🎉
qali nama mamila naa ta.i
bareedaa
❤❤❤ ebbifamiii hadho garuu guya wajin kahi
mati naa ta.i
❤🙏🙏
Baga naganii dhutanii badanii dutanii
Mashallah jabadhuu horii biyaa alaa jiranif bayee garidha hojiin kee galatomii❤❤
ifaani ykn Aphulii.manaa manyitaa 4 Qarshii meqaa fixaa
Galatoomi ❤❤❤❤
❤❤
Assallamuukumwarhamtullaahhwabarakaatuhu
💟💛🧡🙏
Gatii siramik nuf hojedhumee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatomii itii fufii heduu namatii toltoo ❤❤❤
mamilaa nafi ta.i
Please Meshaa mana kana laafa fagooti nii gaala laata ?
Yeroo haasoytuu sutaa hasayii hin jarjariin
Sofaa majilisini shashamannee 10 birrii meqaa galtomiii
Echatii argamatiinii
Galtoomii
Mani tokko dherina isaa metira 7 yoo tahe bulketaa meqaa lafa irraa Olli kahe Olli cufa
Luki 60 boloketidhan sibilafi boloketin qarshi hangam fixa Malo nati him magala asala irati
Shinitibeti irraa isaa cufufii feroo kamituu garridhaa?❤
Biro Mana Ijaruuf Basi Qusachuufi Muka Mo Boloketti Woyya ??
Jamila video kallessa kessati dubate jirra kessa seni lallii
😂😂😂😂
Simnton ho meqan jiira
Qorqoon adama hoo meqa
Kornisi fi saramiki 1 fi 2 isaa nu fidii
Mana lukkii 70 ijaruf boolketidha million meqa fixa peles
😂
Mee lakofosaaee maxasii lukkiii 100 poloketii meqatuu gayyaa
Mana kare 100 ijaruuf feroo meqa nuu barbashisa? Bulketaa hoo meqa simitoo meqaa ashawa naafi himi
Galtomii
Akkami nagaha fayyaadha gaaffii sirraa qaba youtube kee jalatti videoyii argeen ture? Viidiyoonis gaazii ykn silindarii ka jedhamu san bakkanitti ergamuu fi gatii isaa akka naaf himtu barbaadde
𝐋𝐚𝐤𝐨𝐨𝐟𝐬𝐚𝐚 𝐤𝐞 𝐧𝐮 𝐦𝐚𝐧𝐱𝐚𝐬𝐢 𝐦𝐞 𝐛𝐫𝐨
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤
Umir kee rabbin haa dheeresuu garuu guyyaa wajjin nuufi dhihesi kaa qallii jia kami guyyaa meeqa akkaa tae galatomi❤❤❤❤❤ jabbaadhu
You tube oromoo waanii bareedaa dabarsuu simaa argee akkumaa tasaa osoo you tube keessaa demmuu jabbaadhuu hallumaa kanaanii ittii fuffii mee haallaa lafaas nuuf himii mee namnii hedduunii kanii ittii rakkatuu magallootaa dandatee hallaa bitaa isaa nuuf himii meshaallee magallootaa ittii argamuu yoo dandanatee lakkoofsaa wojiin nuuf maxassii❤
ega wojatanii shashamanee kesatii bakaa kata bilainini iraa gee nuu himaa nuu wojadhaa mee nanii bayenii sudanee tutii jiraa dhifama wolinii❤❤❤❤
Baga nagaa dhufute magaalaa faana nufi fidii 🎉🎉🎉
Looking isaatii nuf hsjadhumee dhifamaa wajjiin
❤❤🎉 0:46
Baga dhuftan
Masha Allah ❤❤
Galatomi dhuga qalii nama 💯💯
Galatoomi Jabaa Nama umurii kee Haa dheeresuu waqii
Dhugaa ani odumaa namoota dhaga'ee mana jalqabuu soddadheen Afaan fi harkaa koo qabadhee ta'aa jiraa.
Waan bay'ee siraa baradhee
Abdii illee horadhee Galatoomi Galatoomi ❤❤❤❤❤❤❤
mamila naa ta.i
Nice
Mashaalla jabadhu galattomi ❤
Jabaadhu
Jabaadhu❤
Mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala Rabbiin sirraa haa jalatu qaalii koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
mamilaa naa ta.i
🤩🤩
Dhugaa
Kotaa Asumaan maatii naa ta'aa ❤❤❤
Mee ijarsaa mana nuuf hojjadhu
❤🙏🙏jabadhuu
የአቦ ድጋይ ስት ነው ወድሜ ሸክላ ስት ነው
የቤት።ከፊለፊት የሚያሳምረው🎉