ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Like share godhu hin dagatinaa lammii koo
Ani siifi godhee Jiraa Qalii koo jabadhuu bareduu koo🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️Fozii koo Watasp kee dhabee Ano
@@hawitube1393 jira whaspp koo waan ufii
Garuu dhifamaa wajinii bakanii jiruu gurachaa malee hin jiruu hair Grow akamii godha
Tolegiftikoo
Tokkochaa moo lubbu kabiraa bitaa naadeebiisi amanaa ani tokkochumaa 2 nama diibadhrr
Mashaallaah mashaa'allaah jaabaadhu fozuu garuu hin faayyadmane bitee jira
Mashalla mashaallaa jazaakumullaa keyirin Barakallahu fikii Inshaallaa nii fayadama bitadhe
Jabbadhuu jajjabee koo
Wow Amazing Fozi continue
Thanks bro koo qaalii
wooooow masha allah essa bitaan
Galatomii lubbuu bayy'een si'ii jalaa naf jiradhuu jabadhuu
Mashaallaah jabaadhu Qashitii
We wr wbMasha'allah Masha'allah Masha'allah rabbiin siraa haa jalatuu jabadhuu ittii fufi barumsaa bayee baredaa Namaa gamacihistuu ittii fufa galatomi sanyii koo nafi jiradhuu yomuu
Galatom qaalii
Jabadhu fozi oro Tube
Qashitii tenaa jabadhuu anii hordoftuu kedtti atis naa kotumee.waa hundanuu
Rabi nagan si ha galchu lubuu
Amiiin qaalii tiyyaa🥰🥰🥰
Mashalah tabarakallah ani dura hin amane turee
Masha Allah galtomii fozii kotaa mati na tayi me waroni mati fozii tatan hundi kesanu kotaa mati na tayaa me yaa ilmon oromoo 🙏 💖
Harkinu tara wal dhiqaa subiscribe godhi kootiis aniis nan godhaa
@@AhlulKheeyri kotu anis boru nii fhufa .yeroo tokkotti nura kasa
Kotuka
Kunoo siif ta'eera
Bareeda
Mashallaa mashallaa galatomii
Mashaa Allh habitii ko galatomi 💕💖💖💖💖💖💖💖🤗
Mashaa allah foozuu bareedduuto galatoomi
Wan bareda ijoollee kenya fayadu fidde dhufte galaatomi🙏✍✅
Masha Allah Masha Allah 😍🥰😍🥰😍😍🥰😍😍😍💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍
Ok
Akamittii manaa nu fidaan adraa
Online fi farmasii argaata sisu mana fidu hin danda'amu
MeQaa
Welcome
Fozii bareduu itiyaa💘💘💝
Ani ajajadhe amazonira fire sadi inshallah gorssi ke bay'e bareda fuziye yo nati barede baye jarsa kiyyalle itti dibafi ha na baredu
Tole abshiir
Nabse
Ammam turee dhiqamaree bakkadibamerraa?
As wr wb. Qalii too. Rifenssa dheressa moo magarssu qofaa
ws wr wb ufafoo qofa kaa dhume deebisa
@@foziorotube ok qalii too
mee dhugaa jiru natti himi ati saba koo waan taateef .ani dibaachu eerga jalqabe ji'a 1 garu hanga amma homma hin jiru.sadarkaa amma irraa jiru keessan naaf himi mee bareedu koo
Ani akkumma video irratti dubadheedha waan rabbin nati arguu soba takka hin himne asii keessa.
As wr wb akkami
Dhugaa bay'ee galatoomi 🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹
ሰላም እደምነሽ እህቴ እኔ መጠቀም ከጀመርኩ ሳምን ሆኖኛል በቅሎ እስካየው ጓጉቻለሁ
Galatomi qali nama jabadhu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Iddoo itti argamu essa naati himi adaraa kee
Bilbila khe naf ergiga Ethiopia wanin jiruuf gatii soudi Arabia tiin bitte naf ergita rabbirra argatta
Anii fayadama turee garuu ergaa margee bodaa naa irra buqae.e maliif garuu in fayadame tureere madami koo kani bitee turee garuu
Yeeroo meqaa dibatan???
Hin sobinii hadara rabbii jedhii
Wl wr wb haytii ngy turii
Maqaa qorichaa malii
hairgwron
Maaha Allha❤❤❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💓💓💗💗💞💞💞
Matii tanaa qomoo kiyya
Rifesii koo hin cacabaa fusuu mee natii falaa isaa yeroo dheraa najelaa cacabaa
Video hojadheru jira barbadi ilalii yookan video harayaa hojadhe dhihessa inshaa allah
Yadaa baredaa nuf qodee
Sagaalen kee bayye hin qabduu
Ergaa margee yoo addan kutaan hin buqa'aa jedhaan naan sodaadhee dhugaa dha maloo
Ee ta'u danda’a
Mee kartona wajin bitte foto naf ergi Obbolleto
Wawu namati tolaa👍 biya jordan jiraa 😥sarch jedhe dhabee gar biraatu jiraa malfidha biyya hundaa irra hin jirumo ? naaf himi please
Dhugaa keetii
ውደ ለቅድብ ይሆናል
dhuga rabii anii ji, aa3 amaa garu nara buqa, aa jira harkan xiquma yin xuqee buqa, a qibatii dibuu lata mee natima adara bayuma nara buqa, aa?????
As wr wb mee lubbu nadeebisi tokkochii hin gaahuu mee nadeebisi
3 baatii sadiif dibachu qabda
🌹
Essa akka fidadhuu dhabbe berutii jira haala akkamini argadha wudd
Karaa online argaachu dandeetta yoo Amazon biyyaa sani jirateef
As wr wb
Ws wr wb
Ani Garuu nyarakotuu bifani turee Amaa Garuu Toribee Lamaa fitee Garuu Wani Dabalee natifakatuu
Eeyyan ni dabala bati takka booda beeksisaa sirritti
Ano naa sodadhee qamaa hundatii Namatii baha jenani Fozikoo ❤️❤️❤️❤️Like shere godhafii Oro 🌹🌹🌹
Funyaanitti yoodibame rakkooqabaa
Giftikoo mee naf himi yoo Rifsa kiyyaati Qibati wolmake dibeRakoqaba
Rifeensati hin dibatin bakka sirraa dhume qofa
adaraa wan rifensaa balesuu nuu qabadhuu kotii mee nyarii koo akaa malee natii gudatee 😰😰😰😰😰
Kkkkj
@@aminahussen2866 shuu 🧘♀️🧘♀️😪😪
Masha Allah galtomi baredduu Tiyaa jzkl Garuu hardhaa bitee jiraa dhadhaa bahaafi dhakkaa bahaa hin lalaah Garuu guyyaafi halakn ittii fayadamuun Rakkoo qaba? Moo halkkani qofa ittii fayadamaa?
Oboleetii to ani batii tokoo fayadamee garuu na margiinee malgodhuu qabaa
Ganamaa fi galgalan yoo dibaatan rakkoo qaba
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
galtomi❤❤❤💖💖💖🙏
Fooozii oktii anilee naan barbada nyara kootiiif dibadhe kahee dhiqachu qaba moo hin dhiqadhu mee naaf debisi nyarri koo narra buqahe dhumee plase naaa gargari meee
Galgala dibatee ganama dhiqata ufii egano godhi ijaa akka sii buneti.video guutuu dhageefadhu
Ok oktii koo galatomii video kee hunduma isaa ilalera jalqaba hanga xumurati bayee tokko natti tollee jiraa inshaaa alhaa erraaa fayida argadha yoo rabbiiin koo jedhee Q10
🌹🌹🌹💞
💔💔💔💔💔💔👍👍👍👍👍
Kani dura cicitaa hin debisuu???
Ani bakka nara dhumetti dibadhe naf deebisee.bakka duraan hin jiresi nati base
anii homaa naa godhaa hin jiruu kaa uktii guyaa 25 gayee
Obsi itti fufi akka ani jedhe kanati itti fayyadam
Kotu fzitgi
@@foziorotube ok inshaa allah mee hin yalaa
Mee raqamaa kee nuf maxasii hadaraa
mee raqamaa kee nuf maxasii hadaraa
Suurasaa naaf maxxansi
Galatomii Qaalii to
💋💋💋💋💋💋💋💋😍😍😍😯
Galatomii
Foziyee ani amma bittadhe jiraa fayyadamufi galgala qofa yoo dibadhe rakko ganama ganama yeroo salata guyyati yeroo 5 dhiqqana akkami naafi himi mee❤
Galgala yeroo raftu dibate ganama yeroo salataf katu dhiqata hangasuma
@@foziorotube hayyee❤💚❤👍
Anii lamaafi itti fayyadame naa yaana
Yoo wal itti fufinsaan fayyadamu banne booda rifensa hunda iyyu ni harcaasa jedhaanii kun hamam dhugadha???
Ani i lama fayyadamee hin biiqilee
Akka ani hime kanati fayyadamte sii dide moo
Yoo maatike ta'uu barbaadde
Rifeensa haphate hoo ni yabbisaa
Video guutuu dhagefadhu sisu koo
Galatomi
❤❤❤❤❤❤❤❤
Sanyii to anii kaniin jedhuu duraan baati 1 dibaadhen turee xiqqoo naf bahee jira alhamdulilaa garuu addaan kuteen jiraa yoon ammaa eegalee dibaadhe maal rakkoo qabaa?? Akkaa hedduu nattii bahun barbadee dafii naf deebisi dhiffamaa waliin
Rakkoo hin qabu dibadhu
@@foziorotube kan biraa bituu mo sanuma dibaadhu sanyii ergaan dhiise baati gaheen jira garuu
@@hasuuoro6391 kaa duraan fayyadama turtee baatii calera yoo jiratee ergaa bantee hin fayyadamin harayaa bitadhu
Ok sanyii to galaatomii
@@foziorotube anni duba,in jira essatin argadha fozi place
Lakofsa ira bite na ergii hadara rabii sistuu hair grow..
Qaalii tiyyaa lakkofsani miti kaa bitan.online 'Amazon fi sadaliya ykn farmasi argaata🥰🥰🥰
❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤
Anii fayadamaa jiraa garuu yeroo dhiqadhuu fulumaa kiyaa hundaa wolin dhiqadhaa jiraa maal taha lataa yaa rabbii kiyaa 🙁🙁😥😥😰
Rifeensaa sitti basa bayyee miti garuu, atii idoo isaa dibdee sani yeroo duran dhiqxu isaa addati dhiqadhu.anis fuluma guutuu dhiqata turee rifeensa lalaftu takka nati basee bayyele miti.garuu qamni nama garagara kanaf ufii egii
Booda Bada jedhani dhugaamo sobaa??
Mataa mulluu hoo akamiitii dibaanii
Anis fayyadamaajira garuu baatii meeqaaf nama fayyada baatii ol fayyadamuun hin danda'amuu foozu
Ni danda’ama hangaa baatii 3 fayyadami damma koo
Rifeensa guutuu yoo dibatan rakko Ni qaaba?
Guutuu video dhagefadhu sanyi
ለቅንድብ ይሆናል እናም ላይናችን ችግር አያመጣም
Awo gin chegery ale badam taxanqaq
@@foziorotube set brr nw ehete
Tokkicha isaa batii 2 fayyadamu nan Dana Kodee
Guutuu video hin dhaggeeffanne ati.himee jira dhageefadhu sanyii koo midhaa qaba
Ok sistuu koo WhatsApp hin qabdaa wan sii gafuu qabaa fanii kesan
@@asteraster4697 imon na dubbisi ykn botim 00966554547390
Biyya keessa hin jiraa ree
Biyya hin jiru jedhan
Dibaatinii sa.atii meqaa ofiraa dhiquu?
Galgalaa dibatee ganama dhiqatanii
Maaloo aniis naan barbaada naaf fiidii mee
Ani fidu hin danda’u sanyii karaa online fi sadaliya argaata
Esa jira duba Ethiopia 🇪🇹 ni arikana
Ethiopia hin jiru yoo nama biyyaa alati dhufu qabate na fidaa jetten malee
Lubbu kiya naf biqile garu nara luqa'u jamare😢
Lesh hangam turee sirraa buqa'a jira?? Ani hangaa dibachuu dhisee baatii takka homa nara hin buqane
@@foziorotube ani inuma dibadha hin dhifne sababa tokicha haga ini dhumtu dibata ture erga jamare ji'a 3gahe 2qofa faydama jira hanga ama
As wr wb akamai
@@nibrasmahammad940 ws wr wb nagya
Like share godhu hin dagatinaa lammii koo
Ani siifi godhee Jiraa Qalii koo jabadhuu bareduu koo🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Fozii koo Watasp kee dhabee Ano
@@hawitube1393 jira whaspp koo waan ufii
Garuu dhifamaa wajinii bakanii jiruu gurachaa malee hin jiruu hair Grow akamii godha
Tolegiftikoo
Tokkochaa moo lubbu kabiraa bitaa naadeebiisi amanaa ani tokkochumaa 2 nama diibadhrr
Mashaallaah mashaa'allaah jaabaadhu fozuu garuu hin faayyadmane bitee jira
Mashalla mashaallaa jazaakumullaa keyirin Barakallahu fikii Inshaallaa nii fayadama bitadhe
Jabbadhuu jajjabee koo
Wow Amazing Fozi continue
Thanks bro koo qaalii
wooooow masha allah essa bitaan
Galatomii lubbuu bayy'een si'ii jalaa naf jiradhuu jabadhuu
Mashaallaah jabaadhu Qashitii
We wr wb
Masha'allah Masha'allah Masha'allah rabbiin siraa haa jalatuu jabadhuu ittii fufi barumsaa bayee baredaa Namaa gamacihistuu ittii fufa galatomi sanyii koo nafi jiradhuu yomuu
Galatom qaalii
Jabadhu fozi oro Tube
Qashitii tenaa jabadhuu anii hordoftuu kedtti atis naa kotumee.waa hundanuu
Rabi nagan si ha galchu lubuu
Amiiin qaalii tiyyaa🥰🥰🥰
Mashalah tabarakallah ani dura hin amane turee
Masha Allah galtomii fozii kotaa mati na tayi me waroni mati fozii tatan hundi kesanu kotaa mati na tayaa me yaa ilmon oromoo 🙏 💖
Harkinu tara wal dhiqaa subiscribe godhi kootiis aniis nan godhaa
@@AhlulKheeyri kotu anis boru nii fhufa .yeroo tokkotti nura kasa
Kotuka
Kunoo siif ta'eera
Bareeda
Mashallaa mashallaa galatomii
Mashaa Allh habitii ko galatomi 💕💖💖💖💖💖💖💖🤗
Mashaa allah foozuu bareedduuto galatoomi
Wan bareda ijoollee kenya fayadu fidde dhufte galaatomi🙏✍✅
Masha Allah Masha Allah 😍🥰😍🥰😍😍🥰😍😍😍💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍
Ok
Akamittii manaa nu fidaan adraa
Online fi farmasii argaata sisu mana fidu hin danda'amu
MeQaa
Welcome
Fozii bareduu itiyaa💘💘💝
Ani ajajadhe amazonira fire sadi inshallah gorssi ke bay'e bareda fuziye yo nati barede baye jarsa kiyyalle itti dibafi ha na baredu
Tole abshiir
Nabse
Ammam turee dhiqamaree bakkadibamerraa?
As wr wb. Qalii too. Rifenssa dheressa moo magarssu qofaa
ws wr wb ufafoo qofa kaa dhume deebisa
@@foziorotube ok qalii too
mee dhugaa jiru natti himi ati saba koo waan taateef .ani dibaachu eerga jalqabe ji'a 1 garu hanga amma homma hin jiru.sadarkaa amma irraa jiru keessan naaf himi mee bareedu koo
Ani akkumma video irratti dubadheedha waan rabbin nati arguu soba takka hin himne asii keessa.
As wr wb akkami
Dhugaa bay'ee galatoomi 🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹
ሰላም እደምነሽ እህቴ እኔ መጠቀም ከጀመርኩ ሳምን ሆኖኛል በቅሎ እስካየው ጓጉቻለሁ
Galatomi qali nama jabadhu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Iddoo itti argamu essa naati himi adaraa kee
Bilbila khe naf ergiga Ethiopia wanin jiruuf gatii soudi Arabia tiin bitte naf ergita rabbirra argatta
Anii fayadama turee garuu ergaa margee bodaa naa irra buqae.e maliif garuu in fayadame tureere madami koo kani bitee turee garuu
Yeeroo meqaa dibatan???
Hin sobinii hadara rabbii jedhii
Wl wr wb haytii ngy turii
Maqaa qorichaa malii
hairgwron
Maaha Allha❤❤❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💓💓💗💗💞💞💞
Matii tanaa qomoo kiyya
Rifesii koo hin cacabaa fusuu mee natii falaa isaa yeroo dheraa najelaa cacabaa
Video hojadheru jira barbadi ilalii yookan video harayaa hojadhe dhihessa inshaa allah
Yadaa baredaa nuf qodee
Sagaalen kee bayye hin qabduu
Ergaa margee yoo addan kutaan hin buqa'aa jedhaan naan sodaadhee dhugaa dha maloo
Ee ta'u danda’a
Mee kartona wajin bitte foto naf ergi Obbolleto
Wawu namati tolaa👍 biya jordan jiraa 😥sarch jedhe dhabee gar biraatu jiraa malfidha biyya hundaa irra hin jirumo ? naaf himi please
Dhugaa keetii
ውደ ለቅድብ ይሆናል
dhuga rabii anii ji, aa3 amaa garu nara buqa, aa jira harkan xiquma yin xuqee buqa, a qibatii dibuu lata mee natima adara bayuma nara buqa, aa?????
As wr wb mee lubbu nadeebisi tokkochii hin gaahuu mee nadeebisi
3 baatii sadiif dibachu qabda
🌹
Essa akka fidadhuu dhabbe berutii jira haala akkamini argadha wudd
Karaa online argaachu dandeetta yoo Amazon biyyaa sani jirateef
As wr wb
Ws wr wb
Ani Garuu nyarakotuu bifani turee Amaa Garuu Toribee Lamaa fitee Garuu Wani Dabalee natifakatuu
Eeyyan ni dabala bati takka booda beeksisaa sirritti
Ano naa sodadhee qamaa hundatii Namatii baha jenani Fozikoo ❤️❤️❤️❤️
Like shere godhafii Oro 🌹🌹🌹
Funyaanitti yoodibame rakkooqabaa
Giftikoo mee naf himi yoo Rifsa kiyyaati Qibati wolmake dibeRakoqaba
Rifeensati hin dibatin bakka sirraa dhume qofa
adaraa wan rifensaa balesuu nuu qabadhuu kotii mee nyarii koo akaa malee natii gudatee 😰😰😰😰😰
Kkkkj
@@aminahussen2866 shuu 🧘♀️🧘♀️😪😪
Masha Allah galtomi baredduu Tiyaa jzkl Garuu hardhaa bitee jiraa dhadhaa bahaafi dhakkaa bahaa hin lalaah Garuu guyyaafi halakn ittii fayadamuun Rakkoo qaba? Moo halkkani qofa ittii fayadamaa?
Oboleetii to ani batii tokoo fayadamee garuu na margiinee malgodhuu qabaa
Ganamaa fi galgalan yoo dibaatan rakkoo qaba
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
galtomi❤❤❤💖💖💖🙏
Fooozii oktii anilee naan barbada nyara kootiiif dibadhe kahee dhiqachu qaba moo hin dhiqadhu mee naaf debisi nyarri koo narra buqahe dhumee plase naaa gargari meee
Galgala dibatee ganama dhiqata ufii egano godhi ijaa akka sii buneti.video guutuu dhageefadhu
Ok oktii koo galatomii video kee hunduma isaa ilalera jalqaba hanga xumurati bayee tokko natti tollee jiraa inshaaa alhaa erraaa fayida argadha yoo rabbiiin koo jedhee Q10
🌹🌹🌹💞
💔💔💔💔💔💔👍👍👍👍👍
Kani dura cicitaa hin debisuu???
Ani bakka nara dhumetti dibadhe naf deebisee.bakka duraan hin jiresi nati base
anii homaa naa godhaa hin jiruu kaa uktii guyaa 25 gayee
Obsi itti fufi akka ani jedhe kanati itti fayyadam
Kotu fzitgi
@@foziorotube ok inshaa allah mee hin yalaa
Mee raqamaa kee nuf maxasii hadaraa
mee raqamaa kee nuf maxasii hadaraa
Suurasaa naaf maxxansi
Galatomii Qaalii to
💋💋💋💋💋💋💋💋😍😍😍😯
Galatomii
Foziyee ani amma bittadhe jiraa fayyadamufi galgala qofa yoo dibadhe rakko ganama ganama yeroo salata guyyati yeroo 5 dhiqqana akkami naafi himi mee❤
Galgala yeroo raftu dibate ganama yeroo salataf katu dhiqata hangasuma
@@foziorotube hayyee❤💚❤👍
Anii lamaafi itti fayyadame naa yaana
Yoo wal itti fufinsaan fayyadamu banne booda rifensa hunda iyyu ni harcaasa jedhaanii kun hamam dhugadha???
Ani i lama fayyadamee hin biiqilee
Akka ani hime kanati fayyadamte sii dide moo
Yoo maatike ta'uu barbaadde
Rifeensa haphate hoo ni yabbisaa
Video guutuu dhagefadhu sisu koo
Galatomi
❤❤❤❤❤❤❤❤
Sanyii to anii kaniin jedhuu duraan baati 1 dibaadhen turee xiqqoo naf bahee jira alhamdulilaa garuu addaan kuteen jiraa yoon ammaa eegalee dibaadhe maal rakkoo qabaa?? Akkaa hedduu nattii bahun barbadee dafii naf deebisi dhiffamaa waliin
Rakkoo hin qabu dibadhu
@@foziorotube kan biraa bituu mo sanuma dibaadhu sanyii ergaan dhiise baati gaheen jira garuu
@@hasuuoro6391 kaa duraan fayyadama turtee baatii calera yoo jiratee ergaa bantee hin fayyadamin harayaa bitadhu
Ok sanyii to galaatomii
@@foziorotube anni duba,in jira essatin argadha fozi place
Lakofsa ira bite na ergii hadara rabii sistuu hair grow..
Qaalii tiyyaa lakkofsani miti kaa bitan.online 'Amazon fi sadaliya ykn farmasi argaata🥰🥰🥰
❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤
Anii fayadamaa jiraa garuu yeroo dhiqadhuu fulumaa kiyaa hundaa wolin dhiqadhaa jiraa maal taha lataa yaa rabbii kiyaa 🙁🙁😥😥😰
Rifeensaa sitti basa bayyee miti garuu, atii idoo isaa dibdee sani yeroo duran dhiqxu isaa addati dhiqadhu.anis fuluma guutuu dhiqata turee rifeensa lalaftu takka nati basee bayyele miti.garuu qamni nama garagara kanaf ufii egii
Booda Bada jedhani dhugaamo sobaa??
Mataa mulluu hoo akamiitii dibaanii
Anis fayyadamaajira garuu baatii meeqaaf nama fayyada baatii ol fayyadamuun hin danda'amuu foozu
Ni danda’ama hangaa baatii 3 fayyadami damma koo
Rifeensa guutuu yoo dibatan rakko Ni qaaba?
Guutuu video dhagefadhu sanyi
ለቅንድብ ይሆናል እናም ላይናችን ችግር አያመጣም
Awo gin chegery ale badam taxanqaq
@@foziorotube set brr nw ehete
Tokkicha isaa batii 2 fayyadamu nan Dana
Kodee